cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

WANGEELA KIRISTOOS

KAAYYOON CHAANAALII KANAA KARAA 👉 LALLABAA 👉 BARSIISAA WANGEELA 👉 KADHATAA 👉 FAARFANNAA GARAGARAA GARAA GUUTUMMAA KIRSTOOSIITTI WAL GUDDISUUDHAA Yaada Fi Gorsaaf hoordofiidhaf 👉 @Wangeelabot 🙏 👉 @TETELESTAI989 🙏 👉 0979682772 🙏

Більше
Ефіопія4 714Мова не вказанаМузика17 221
Рекламні дописи
3 510
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Namoonni Gooftaa yesusiin fayyisa lubbuu keessani Godhatanii hin fudhanee Channalii kana keessa jirtaan Gooftaa yesuusitti amanudhan jireenyaa argaachuu barbadaan karaa kana nuu argachudhan nuu hasoofsiisuu dandeessu eebbifamaa
Показати все...
👍 9
😇 #GONFOO (#BADHAASA) 🏆 #CROWN (#REWARD) #Kutaa_1ffaa ✍ Jechi gonfoo jedhu jecha Girikii "Stephanos" jedhu irraa kan dhufe yoo ta'u; hiikaan isaa badhaasa dorgomaa mo'ateef kennamuu jechuu dha. 💐 Amanaan hojii gaarii tokko malee kennaa tolaa isa ta'e ayyaana waaqayyoon karaa amantii fayye; hojii gaarii dandeettii fi humna hafuura qulqulluun hojjeteef nii badhaafama. ✅ Bakki badhaasni kun yookaan gonfoon kun itti kennamu du'aa ka'uu amantootaa yookaan butamuu waldaa Kristiyaanaa booda, samii irratti fuula teessuma firdii (Bema) Kristos duratti. Firdiin kun firdii yookaan murtii hojii amantootaa jedhamee waamama. 🍒 Gonfoon wantoota wayii (Material) mormatti yookaan mataa irra namaaf kaa'uu osoo hin taane; kabaja (honor) hojjetaa amanamaaf gooftaan fuula qulqullootaa fi fuula abbaa isaa duratti kennuufii dha. 👌 Kristiyaanni tokko hojjechuu isaa qofaan yookaan ijaaruu isaa qofaan gonfoo kana argachuu hin danda'u. Maaliin ijaare? Foon moo hafuuraani! Maalif ijaare? Ulfina waaqayyoo moo ulfina ofii isaafi! Eenyuuf ijaare? Bu'aa mataa isaaf moo Kristosiifi! Xiyyeeffannoo inni ijaareef maaliifi? Ofii mullachuuf moo Kristosiin mullisuufi! Kanneen jedhaman kanaan ibidda yookaan firdii keessa darbuun badhaasaaf dhi'aata malee akka argan tajaajilanii yookaan akka argan jiraatanii gonfoo kan argatan, kan badhaafamanis miti. 📖 2Xim. 2 ¹ Ati immoo ilma ko! Ayyaana isa Kristos Yesus nuuf kennutti jabaadhu! ² Dhuga-baatota baay'ee duratti waan ana irraa dhageesse, namoota amanamoo warra kaan barsiisuufis ta'anitti hadaraa kenni! ³ Akka lotuu Kristos Yesusitti dhiphina sana keessaa qooda qabaadhu! ⁴ Namni loltuu ta'ee lolaa jiru, isa loltuu godhee isa qacarate sana gammachiisuudhaaf, bukkeedhaan waa argachuudhaaf hojii warra kaaniitti lixuu in dhiisa. ⁵ Namni dorgomeetti jiru akka seera isaatiitti yoo dorgome malee, #gonfoo mo'ichaa hin argatu. ⁶ Qottuun hojii isaatti dadhabu duraan dursee ija midhaan isaatii irraa nyaachuun in ta'aaf. ⁷ Wanta ani dubbadhu kanas itti yaadi, gooftaan waan hundumaaf hubannaa siif in kenna. Ameen👏 📍Tajaajilli Kristos irratti fooniin, ulfina ofiif, of mullisuuf, bu'aa mataa ofiif godhamu hundinuu tajaajila muka, hoffaa fi citaa dhaan Kristos hundicha (dhagicha) irratti ijaaruuf yaalamuu dha. Inni kun immoo guyyaa dhumaa sanatti ibidda keessa darbuu hin danda'u. Haa ta'u malee namni kun amanaa dhugaatti lammaffaa dhalate yoo ta'e akka nama ibidda keessaa ooleetti hafee nii jiraata; garuu gonfoo argachuu hin danda'u, kisaaraa guddaa dha. ✝ Kanaafuu Kristiyaanonni dhagicha jiraataa isa ta'e Kristos irratti dhagaa, warqee fi meetii dhaan ijaaruu qabna. Dhagaan Kristosi; warqeen waaqummaa dha, meetiin furii yookaan fayyina. Geggeessaa hafuura qulqulluu dhaan warra kanaan yoo ijaarre dhuma irratti ija nu guuchisa; gonfoos😇 nu argachiisa. 📖 1Qor. 3 ¹⁰ Akka ayyaana Waaqayyo biraa anaaf kennameetti, akka nama mana ijaaruu beekuuttis hundee manni irratti ijaaramu kaa'eera, namni kan biraa immoo isa irratti in ijaara; adduma addaan attamitti akka irratti ijaaru garuu haa akeekkatu. ¹¹ Isuma dur kaa'ame sana malee homtinuu hundee biraa kaa'uu hin danda'u; hundeen dur kaa'ame sunis Yesus Kristos. ¹² Namni warqeedhaan, meetiidhaan, dhagaa gati-jabeessaan, yookiis mukaan, citaadhaan, hoffaadhaanis hundicha irratti in ijaara. ¹³ Hojiin namaa adduma addaan ibiddaan mul'ifamee in beekama, guyyaan firdii bakkeetti in baasa; hojiin namaa adduma addaan maal akka ta'e, ibiddi qoree in mul'isa. ¹⁴ Hojiin namicha isa irratti ijaaree, utuu hin gubatin yoo hafe, namichi gatii isaa in fudhata. ¹⁵ Hojiin namichaa yoo duraa gubate garuu inni gatii isaa in dhaba; haa ta'u iyyuu malee ofii isaatii akka nama ibidda keessaa ba'eetti in oola. #Ameen👏 🔰 Kutaa 2ffaan Itti fufa... #Jesus_saves #I_am_a_witness        Join & Share        ⤵️⤵️   🔁🔁@UumamaHaaraa777 @UumamaHaaraa777
Показати все...
👍 11
🔔🔔  AKKAM JIRTU  🔔🔔🔔 Channeloota Hafuuraa Gurrgudoo Hordoftoota Bayyee Argattan Kuno Qabannee Isiniif Dhufneerra #JOIN Godhadhaa Itti Eebbiffamaa 👉 𝙱𝚎𝚔𝚜𝚒𝚜𝚊a𝚏 @tamisha11 👉free Promote @tamisha11 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
🔔 𝕁𝕆𝕀ℕ 🔔
🔆 𝕊𝔼𝔼ℕℕ𝕀 𝕀𝕃𝔸𝕃𝕀𝕀 🔆
𝚆𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒𝚏 𝙿𝚛𝚘𝚖𝚘𝚝𝚎
Фото недоступнеДивитись в Telegram
❓maal barbaadduu❓    ✨Channel kana irraa
Показати все...
⚽ Kubba Milla⚽
🤣 Comedy Video 🤣
🎵 Faarfannaa Haaraa 🎵
◀️ Movies ◀️
🌐 WOW የ12ኛ ክፍል ዉጤት ተለቀቀ ቶሎ ገብታችሁ እዩ የዘንድሮው በጣም የሚገርም ነዉ !!  ዉጤታችሁን ገብታችሁ እዩ👇👇👇👇👇👇
Показати все...
ውጤት ለማየት👁
ትምህርት ሚኒስትር 🏫
🔔🔔  AKKAM JIRTU  🔔🔔🔔 Channeloota Hafuuraa Gurrgudoo Hordoftoota Bayyee Argattan Kuno Qabannee Isiniif Dhufneerra #JOIN Godhadhaa Itti Eebbiffamaa 👉 𝙱𝚎𝚔𝚜𝚒𝚜𝚊a𝚏 @tamisha11 👉free Promote @tamisha11 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
🔔 𝕁𝕆𝕀ℕ 🔔
🔆 𝕊𝔼𝔼ℕℕ𝕀 𝕀𝕃𝔸𝕃𝕀𝕀 🔆
𝚆𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒𝚏 𝙿𝚛𝚘𝚖𝚘𝚝𝚎
🔔🔔  AKKAM JIRTU  🔔🔔🔔 Channeloota Hafuuraa Gurrgudoo Hordoftoota Bayyee Argattan Kuno Qabannee Isiniif Dhufneerra #JOIN Godhadhaa Itti Eebbiffamaa 👉 𝙱𝚎𝚔𝚜𝚒𝚜𝚊a𝚏 @tamisha11 👉free Promote @tamisha11 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
🔔 𝕁𝕆𝕀ℕ 🔔
🔆 𝕊𝔼𝔼ℕℕ𝕀 𝕀𝕃𝔸𝕃𝕀𝕀 🔆
𝚆𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒𝚏 𝙿𝚛𝚘𝚖𝚘𝚝𝚎
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🎼#WANTI_NU_BIRA_HIN_JIRRE_HIN_JIRUU_QOFAADHA🎼      ❤️    #MALEE    ❤️ 🎶#HUNDU_NU_BIRA_JIRA🎶      #JOIN GODHA!! 👉Waver @tamisha11 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
🔆 Channelota Faarfannaa 🔆
🔆 Channelota Kubba Milla 🔆
🔆 Channelota Commedy 🔆
🔆 Channelota Barumsaa 🔆
🇧🇫 Channelota Oromoo 🇧🇫
🇪🇹 Channelota Ammariffa 🇪🇹
WAALIIF PROMOTION
Repost from WAALIIF PROMOTION
👊👊Wave 👉Namoonni chaanaaliin keessan 10k+ ol Kan ta'e beeksisatti warreen dabalachuu barbaaddan asiin 👉 @Jesokoo na dubbisaa 👉ሞገድ ቻናላችሁ ከ10k+ ሺህ በላይ የሆናችሁ እና ወደ ማስታወቂያዎቹ መጨመር የምትፈልጉ እባኮትን እዚህ አግኙኝ 👉 @Jesokoo 👉Wave If your channel is more than 10k+ and want to add to the ads please contact me here 👉 @Jesokoo
Показати все...
🔔🔔  AKKAM JIRTU  🔔🔔🔔 Channeloota Hafuuraa Gurrgudoo Hordoftoota Bayyee Argattan Kuno Qabannee Isiniif Dhufneerra #JOIN Godhadhaa Itti Eebbiffamaa 👉 𝙱𝚎𝚔𝚜𝚒𝚜𝚊a𝚏 @tamisha11 👉free Promote @tamisha11 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
🔔 𝕁𝕆𝕀ℕ 🔔
🔆 𝕊𝔼𝔼ℕℕ𝕀 𝕀𝕃𝔸𝕃𝕀𝕀 🔆
𝚆𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒𝚏 𝙿𝚛𝚘𝚖𝚘𝚝𝚎
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.