JABAANNEE HAA DHAABBANNUU๐โชโค
*Wangeela Yoon Lallabuu baadhe anaaf wayyoo*๐1Qor 9:6โ @Jabaannee_haa_dhaabbannuu https://youtube.com/@Jabaannee_haa_dhaabbannuu?si=5SNe2F-HNSjJdZrU TikTok, YouTube,Telegram,Fb account:-JABAANNEE HAA DHAABBANNUU
ะัะปััะต273
ะัะดะฟะธัะฝะธะบะธ
ะะตะผะฐั ะดะฐะฝะธั
24 ะณะพะดะธะฝะธ
-17 ะดะฝัะฒ
+130 ะดะฝัะฒ
- ะัะดะฟะธัะฝะธะบะธ
- ะะตัะตะณะปัะดะธ ะดะพะฟะธัั
- ER - ะบะพะตัััััะฝั ะทะฐะปััะตะฝะฝั
ะขัะธะฒะฐั ะทะฐะฒะฐะฝัะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั ...
ะัะธัััั ะฟัะดะฟะธัะฝะธะบัะฒ
ะขัะธะฒะฐั ะทะฐะฒะฐะฝัะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั ...
"#Yaada_Tokkoo #Kadhaanaf ni #jabaatu ture" H/erg 1:14
#Gooftaan keenyaa #Iyyasuus_kiristoos erga isaan bira #olbahe bakkaa tokkooti (#Mana haadha #marqoositi ) Waliiti qabamun #Kadhaana jabaacha turan.
#Isaaniis:-
#Haadha keenyaa #Durboo_Maariyaam
#Duuka bu'oota
#Dubartoota_Qulqulloota
# Ardiiti_torbaatamii laman ta'anii yaada #Tokkoo Kadhaanaf ni jabaatu ture.
#Tokkummaan_yaada_tokkoon #Kadhachuu isaaniin.
#1. #Gidduu isaanii #wanta hir'aate guutataniiru.
H/erg 1:26 #Bakkaa #Yihudaa #Maatiyaas filataniiru.
#2. #Afuurii_Qulqulluun ni bu'eef
H/erg 2:1_4"#Ayyaanni guyyaa #shantammaffaa inni "#Phenxeqostee" jedhamee beekame yommuu ga'e, #hundinuu_iddoo_tokkotti walitti qabamanii turan.
๐ #Dingatas_huursaan samii irraa akka #bubbee bubbisuutti dhaga'amee, #manicha isaan keessa jiranis #guute.
๐#Arraba_ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, #wanti akka arraba #ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an.
๐Yommus #hundumti_isaanii_hafuura_qulqulluudhaan_guutaman; akka hafuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban.
#3. Kanneen hin #amane_amansiisaniiru
H/erg 2:37_47 "#Namoonnis kana dhaga'anii garaan isaanii amanee; #Pheexiroos fi #ergamoota warra kaaniin, "Yaa #obboloota nana maal goonu ree?" jedhan.
๐ #Pheexiroos immoo, "#Yaada_garaa_keessanii_geddaradhaa; cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf, tokko tokkon keessan maqaa #Iyyasuus Kristositti #cuuphamaa; kennaa hafuura qulqulluus in fudhattu.
๐Abdiin #Waaqayyo abdachiise #isinii fi #ijoollee keessaniif, warra fagaatanii jiraataniif, #Waaqayyo keenya #gooftichi itti waamu hundumaafis" jedhee deebiseef.
๐Kana malees #Pheexiros kan biraa dubbii baay'eedhaan #dhugaa isaanitti ba'e, "#Adaba dhaloota jal'aa kanatti dhufu jalaa oolaa! jedhee, #cimsee isaan gorse.
๐#Warri dubbii isaa fudhatan ni #cuuphaman; kanaaf guyyaa sanatti akki lubbuu #3000 isaanitti in dabalaman.
#Waluma_galatii_yaadan_tokkoo yoo tanee
#Wanta nu hir'aate ni guuna
#kennaa #Afuura_Qulqulluu nuf kennaama
#Namoota hin hubbaane hubaachisne #Mana isaa keessaati ni waaman....
๐๐Kanaf isaan kanneen argachuuf Yaa #kiristaanota #tokkummaan Fi #jaalaliii keenyaa #Jechaan ,#uffaatan fi iddoo qofaa osoo hin taane #yaad_laphee keenyan tokkoo ta'uu qabna.
#Tokkummaa keenya ammoo Kan samiira jiranii (#ergaamoota)Fi lafara jiraanii(#Qulqulloota) waliin ta'uu beeku qabna.
๐#Yaa_Waaqayyoo_laphee iitti #Yaada_Tokkummaa qabne #mana_Kee kessaa jiraanu nuf kennii. Amen๐๐๐
https://t.me/firiqulqulloota
"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
๐ 1
Mikaa'el Anaaf Addadha /แแซแคแ แญแ'แญแฅแแ/
Tiksee na guddisee ijoollummaakoo
Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo
Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha x2
Kochoosan haguugee manasaatti kan guddiseedha x2
Ceesisa
Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo
Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo
Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni
Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani
Mikaa'el. Bara San hunda kan naaf obsee
Mikaa'el. Hojii kootin yoom nan balleesse
Mikaa'el. Mullachu kootis riqaadha ati
Mikaa'el. Jalqabbiis anaaf taate ati
Ceesisa
Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo
Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo
Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhanii
Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini
Mikaa'el. Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne
Mikaa'el. Anaaf dhaqabii sin yoon jennee
Mikaa'el. Na eegalchiste jalqaba koo
Mikaa'el. Ati naaf bareechi xummura koo
Ceesisa
Kuffiseera Karoora diinni koo baase
Ol na qabee karaa sirrii na deemsise
Na dhoksuun dandeenye na hambisuu dudduubatti
Raajii Waaqayyootiin fuldura kootii kufeeti
Mikaa'el. Ati labooba ibiddaatii
Mikaa'el. Diinni ni kufaa fuula keetti
Mikaa'el. Anaaf ijadha hirkoo kankoo
Mikaa'el. Bara baraanuu si eegankoo
Fta Tafarraa Baqqalaa
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
10.Du'aa_Ka'uumsa hanga Ol ba'iinsa Gooftatti duuka bu'oonni maalirra Turan?Anonymous voting
- AFUURA QULQULLUU abdachiifaman,
- Sirna mana Kiristaana(dogmaa,Qannoonaf,Darbi_darboo) baratan,
- Kadhannaan Waadaa(Kidaani) fi kan biraas baratan,
- Yeroof bakka adda addaatti du'aa Ka'uu Gooftaa argan.
- Hunduu sirriidha.
ะคะพัะพ ะฝะตะดะพัััะฟะฝะตะะธะฒะธัะธัั ะฒ Telegram
Waxabajjii 12/2016(Roobi),Akka Fedha Waaqayyootti sagantaa eebba Faaru waan qabnuuf namoonni dhiyeenyarra jirtan akka eebba hirmaattan isin affeerra.Iddoon M/A/E/Q/Mikaa'el Shalal(Aanan Gaasara,Ganda Shalal).Guyyoota muraasa booda Faaru keenya Telegram fi YouTube channel keenya
Kanaan kan gadhiisnu ta'a.Isinis Subscribe Like Share nuuf taasisaa๐ซฑJabaanne haa dhaabbannuu.
--๐#Yeroo_Gaarii๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Subscribe_Share_Like๐๐๐
https://www.youtube.com/@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
#Subscribe_Share_Likeโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
#Join_๐งฟ๐๐ก๐๐ซ๐#๐ค๐๐๐
@Jabaannee_haa_dhaabbannuu
8.Ayyaanni guyyaa 50'ffaa maal jedhame beekama?Anonymous voting
- Pharaaqiloxoos
- Pheenxaqooste
- Lamaanu sirridha
- Hunduu sirriidha.
Kanneen gadii keessa adda kan ta'e kamiAnonymous voting
- Ifa Fannoo
- Ifa Du'aa ka'uumsa
- Tiksee(Nolaawe)
- Pharaaqiloxoos
๐ 1
7.Akkuma Ulfinaan ol bahuumsa argitan,Waaqummaa isaan yeroo murtiif deebi'ee dhufu ni argitu...galaa kan jedhe eenyu?Anonymous voting
- Duuka_Bu'oota,
- Gooftaa Iyyasuus Kiristoos,
- Ergamoota Ifaa
- Uummata Botaaniyaa
4.Duu'aa Ka'uumsa Goodta booda Ol bahiinsi Gooftaa guyyaa meeqaffadha?Anonymous voting
- Guyyaa 40'ffaatti,
- Guyyaa 50'ffaatti,
- Guyyaa 55'ffaatti,
- Guyyaa 30'ffaatti.
5.Gooftan barnoota isaatti kan dubbate kami?Anonymous voting
- Isin dhugaa baatota kooti,
- Humna hanga uffattanitti Iyyerusaalem turaa,
- Deema Wangeela barsiisaa,
- Hunduu deebidha.
ะะฑะตัััั ัะฝัะธะน ัะฐัะธั
ะะฐ ะฒะฐัะพะผั ัะฐัะธัั ะดะพัััะฟะฝะฐ ะฐะฝะฐะปััะธะบะฐ ััะปัะบะธ ะดะปั 5 ะบะฐะฝะฐะปัะฒ. ะฉะพะฑ ะพััะธะผะฐัะธ ะฑัะปััะต โ ะพะฑะตัััั ัะฝัะธะน ัะฐัะธั.