cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

Рекламні дописи
9 597
Підписники
-324 години
+147 днів
+2430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Ashama akkam jirtu? Nageenyi badhaadhaa? Anis nagaa kooti namoonni YouTube eegaluuf yaada qabdan barnoota YouTube dhan √ video editing √ YouTube idea √ online make 💰 √ video barbootaa fi kanneen biroo argachuuf channel kana 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/nanbonta 👆👆👆👆👆👆👆👆 Join taasisadha. irra caalaa immoo channel YouTube koo subscribe gochuun hordofuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@Nanbonta Nagaan naaf oolaa
Показати все...
Nanbonta

Share your videos with friends, family, and the world

👍 8
Ammas obsi jireenyii faallaa sitti ta'ee Hangan danda'u carraaqan jira, garuu bu'aa carraaqqi kootii homaa hin argine, maalifan of dadhabsiisa,  kanaan booda ittin dhiisa!  jechuu dandeessa. Dhugaa qabda nama koo. Garuu yoo otti dhiiste hoo fala maaltu uummama?  itti dhiisun firmaata ta'ee hin beeku. Kanaafuu obsi!  Yoo hin obsine ajaa'iba hin argitu. Dabalataan immoo hin sardamin
Biiftuu namaaf iftu duumessi si dhoksuu danda'a, garuu turtiin duumessaa yeroof qofa akka ta'e beeki! Rakkinnis akkuma duumessaati!
Jabaadhu nama koo obsaan wanti hin dabarre hin jiru🙏 Kabajamtoota maati    @oro_motivate Guyyaa addaa isiniif hawweera
Показати все...
👍 37
Akkasumaan hin dhiphatin Jireenya kee keessatti dhiphiinaan wanti ati jijjiiruu dandeessu kana jedhee kanan sitti himu waa tokkollee hin qabu. Hanga ati of beektu caalaa waa'ee kee kan beeku fi hanga ati ofiif yaaddu caalaa kan siif yaadu uuman kee siif jira! Akkasumaan dhidhiphachuu dhiisi! Wanta dandeessu hundumaa hajjadhu, sana booda wanti si quunnamu sitti hadhaa'us, carraaqqii kee osoo adda hin kutin wanta mi'aawwaa fudhachuuf qophaa'i. jaalatamtoota maatii @oro_motivate Halkan ajaa'iba isiniif hawweera
Показати все...
👍 30💔 6
Galatootaama🙏 Akkam jirtu michuuwwan koo? lafa jirtan maratti nageenyi uumaa keessanii isiniif haa baay'atu jechaa, akkuma suuraa gara oliitti argaa jirtan account TikTok keenya followers 20,000 galee jira. Hundi keessanuu guddaa galatoomaa. Hangan beekuu fi kanaan dubbise irraa isiniif qoodu koof gammachuu guddaatu natti dhagahama❤️‍🩹🫶🏼 Dabalataan immoo channel YouTube wantan banadheef subscribe naaf gochuun akka na jajjabeessitan dhaamsa koo isiniif dabarsuun barbaada🙏 link kana tuquun👇👇👇 https://www.youtube.com/@Nanbonta 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 subscribe naaf gochuu dandeessu             halkan gaarii          @Oro_motivate           Galatoomaaa🙏
Показати все...
👍 19💯 3
Tooftaalee qorumsa ittiin hojjatan entrance Grade 12 exam https://youtube.com/watch?v=mYLRljUelEU&si=Gc9VUYsN351Ymjgw
Показати все...

👍 9
Gaaffii barattoota baay'ee??? barattoonni tokko tokko sa'aatii dheeraa qo'atan, garuu qorumsa baay'ee hin hojjatan😢 Barattoonni tokko tokko immoo class keessatti baay'ee hirmaatu, akkasumas yeroo qo'atanii fi nama qo'achiisan baay'ee ciccimoodha. garuu immoo bu'aan qorumsa isaanii gadi bu'aadha🤦 Baay'ee nama gaddisiisa🙆‍♂ Kuni maaf ta'e isinitti fakkaata🤷‍♂?  furmaanni isaa hoo maali🧏‍♂? Akka qorannoon beektotaa jedhutti, Dogoggora gurguddoo shanan (5)n,❌ Qormaata keessan irratti goongumaa gochuu hin qabne baruuf dirqama video kan dhaggeeffachuu qabdu! 👇👇👇👇👇👇👇 👆👆👆👆👆👆👆 subscribe gochuu akka hin daganne! yoo isinitti tole immoo like, share. keessattuu barattoota kutaa 12 entrance qoramuuf deemtan hundaaf galaa qormaatati. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
👍 25
Tooftaalee qorumsa ittiin hojjatan entrance Grade 12 exam https://youtube.com/watch?v=mYLRljUelEU&si=1h7aV2aUbUFw7cwJ
Показати все...

Yeroo tokko tokko kunuunsi fi jaalalli baay'ate michuuwwan/hiriyoota kee si dhabsiisuu danda'a. Ati garuu kan yaaduu qabdu isaan si gataanii deemuu osoo hin taane, garmalee jaalachuu fi kununsuu akkasumas gaarummaa kee akka quufan yaadadhu. Yeroo kamiiyyuu hanga nama jaalattu caalaa of jaaladhu, of kunuunsis, hanga yeroo namaaf kennitu caalaa yeroo ofiif kennii of waliin Boruu kee irratti mari'adhu. Nama tokko birattis deddeebitee hin argamin. Nii tuffatamtaatii. Hojii keetin bussy of taasisi. Waan si gatanii deemaniif immoo gaarummaa kee hin jijjiirin.  Gatii gaarummaa keetii uuman kee siif kaffala waan ta'eef. Gufuuwwan jireenya kee keessatti si quunnaman kamiiyyuu miidhama tokko malee keessummeessu yoo feete Amantaa keetin cimi. halkan gaarii @oro_motivate Join & share👆
Показати все...
👍 21🙏 9 4
Galata jedhi Torbee har'aa akka duutu osoo sitti himamee, haalonni si dhiphisan hundinuu wanta gatii hin qabne akka ta'e nii hubatta ture!  Namoonni ganama nagaan manaa bahanii alatti hafan baay'eetu jira. Galata waaqaa🙏ati garuu warra nagaan bahani, nagaan galan keessaa isa tokkodha. Namoonni guyyaa har'aa kana arguuf hawwii guddaa qaban hundi guyyaa har'aa kana hin argine. kennaa uumaa keetii kumaatama keessaa jiraachuu kee qofti galateeffachuuf gahaadha. ilaa nama koo kan dhabde caalaa kan qabdutu baay'eedha, kaanafuu Galata🙏 jedhi.  kabajamtoota maatii     @oro_motivate halkan Galataa isiniif hawweera
Показати все...
👍 38💯 7💔 6 2
Rakkadhe😭😭😭 Ofumaaf na barsiistee dhamdhama jaalalaa jiraachuu dadhabe kaa ammammoo waallalaa si qaba jedhee abdiin jireenya koo guutee. kunoo sidhabe kaa mee eessuma buutee? ani maraachuu fani onnee kiyya fuutee maaf narraa fagaattee maalan qaba mee badii? sitti dubbadheen beeku an jecha jechaa gadii bareedina kee himuuf afaan maalan qabaa faayamtee uummamte homaan qabdu cabaa. ergan si dhabee eegalee immimmaan koo cobsaa ani jiraachuu dhadhabe si dhabuu koo obsaa ammalli kees adda kanaaf onneen too gara kee dhufte waa raakkatte moo akkamiin dandeessee har'a ana cufte halkanii guyyaa onneen too si barbaacha yoo joortu atumti eessumaa argattee onnee akkas natti koortu na bohaarsite jaalala ajaa'iba naaf laattee amma garuu fagaatte onnee kiyya baattee. eessa jedheen si barbaada onneen dheemsa hin dhiisne ergaan guyyaa si dhabeetti yaadan tasaayyuu hin ciisne. naaf koottumee yoo lubbun keen jiraatte jaalalli waliin dabarsine yoo garaa sinyaatte jaalatamtoota maatii @oro_motivate oolmaa iddaa qabaadha🌻🌺
Показати все...
👍 25 7🙏 4💔 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.