cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Zake Tube ❤️

#Clean your heart with istgifar

Більше
Рекламні дописи
210
Підписники
Немає даних24 години
-17 днів
-330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Dv kunoo haala kanaan warra guutachuu barbaadaniif guutaa jirra kanaaf warri guutuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa Inbox 👉@zaketube12 Phone number 👉+251913044612
Показати все...
DV-2025 Guuttattanii jirtuu?? Yoo kan hin guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!! Odeeffannoo guutuu DV-2025 DV'n Maali? ➥ DV(Diversity Visa) jechuun carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. DV-2025 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan: 2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko 3. Gatii galmee qarshii 50 Akkamiin galmaa'u? 1. Karaa keessaa(inbox) irratti suuraa nuuf ergitu 2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu 3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu 4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii (confirmation number) keessan fudhattu 5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu. Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii 1. Passport ni barbaachisaa? ➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti. 3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu? ➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u 4. Carraan yoom ilaalama? ➥ Ji'a 7 booda (May, 2024) Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a? 1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a. 2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani 3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama. Galmaahuudhaaf 👉 @zaketube Odeeffannoo dabalataaf: Inbox: nu qunnamaa 👉 @zaketube12 👉lakkoofsa bilbila +251913044612 👉 @zaketube
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Fooqiin armaan gaditti argitan kun naannoo Liibiyaa magaalaa Deernaa keessatti galaana cimaa uumamee kan namoota kuma kudhan ta’an galaafate san irraa hafeedha. Manneen fuuldura isaa, duuba isaa, bitaa fi mirga isaa jiran hundi galaanaan akkuma doonii Nuuhitti fuudhamanii isa qofaatu hafe. Mana kana keessatti yatiimotaatu nyaachifamaa ture ja'an. Tanaafi Nabiin keenya (saw) "Sudaqaan dheekkamsa (dallansuu) Rabbii qabbaneessiti!" Jedhan. صلى الله عليه وسلم @zaketube
Показати все...
📶Oduu Gammachiisaa Jiraattota Magaalaa Naqamtee fi Naannawa ishee Maraaf Sagantaan Da'waa Hudaa Marsaa 2ffaa isaa Yoo Rabbi jedhe Mata Duree "Dhaala Saamamne" jedhu Qabatee Guyyaa 06/01/2016 Dhufaa jira. 🍀Maal qabna turre, maal dhabne, maal godhuu qabna kan jedhuuf Hudaan Qophii Du'aatotaa fi Keessummoota jajjaboo hirmaachise qabatee dhufaa jira. 🌐Teessoon Magaalaa Naqamtee Galma Hoteela Seenaaf Internaashunaaliitti Wal argaan 👉Guyyaasa Muraasa Qofaatu hafe. @zaketube @zaketube @zaketube
Показати все...
Ok
Показати все...
#Ethio_Telecom raawwii isaa kan bara kanaa ilaalchisuun kennaa torbee tokkoof turu 1GB, 25min, 50message harra irraa kaasee fayyadamtoota isaa maraaf bilisaan kenneera. Odeeffannoo wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa. 👇👇👇👇👇👇👇 @zaketube @zaketube @zaketube
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...
Dhiira Dhugaa!! Bara 1991 (waggaa 32) Dura da'awaa Kan jalqabe Dr. Zakir Naik  haga ammaatti namoota 500,000 (walakkaa Miliyoonaatii) ol gara Islaamummaa tti fideera. Jalqaba hojiin isaa ogeessa fayyaa (medical doctor) Kan ture Yoo tahu, Bara 1991 da'awaa eegale. Jalqaba biyya isaa Mombai, India tti schoola Islaamaa "International Islamic school" jachuun hundeeyse. Itti fufuun dhaabbata qorannaa Aalamaa (Islamic research Foundation/IRF) ja'amu ijaare. Kana malee Media Aalama guutuu booji'e Peace TV hundeeyse. Muhaadaraa (Public talk) 2,000 ol godheera. Kitaaboota Islaamaa adda addaa barreeyseera. Kanaaniis hubannaa sirrii hin tahin (Misconceptions) warri dhihaa Islaamummaa hubatan balleeysuu dandayeera. Namni kun Aalama guutuu booji'uun "Nama jabaa, hayyuu addunyaa (dynamic international orator)" jachuun faarfameera. Seenaa fi sochiin isaa gaazeexaa fi barruulee gara garaatiin Kan barreeyfame Yoo tahu, akkasuma kitaaba hedduun seeneeffameera. Fakkeenyaaf kitaaba "The 100 most influential Indian people ykn namoota 100 hindii keessatti dhiibbaa uuman" ja'u, akkasuma "500 influential Muslim in the world ykn Muslima 500 addunyaa keessatti dhiibbaa uuman" ja'u keessatti barreeyfameera. Walumaa galatti namni kun Aalama guutuu biraa beekkamtii guddoo qaba. Rabbi Umrii nuuf haa dheereeysu! 👉follow me 👎👎👎👎 t.me/zaketube
Показати все...
Zake Tube ❤️

#Clean your heart with istgifar

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.