uk
Feedback
Beka Academy Bishoftu

Beka Academy Bishoftu

Відкрити в Telegram

Knowledge For Life! Barnoonni Bu'uura Jireenyaati. ትምህርት የህይወት ስንቅ ነው።

Показати більше
435
Підписники
Немає даних24 години
+137 днів
+4630 днів
Архів дописів
photo content
+1

photo content
+2

photo content
+1

photo content
+1

photo content
+3

+3

Manni barumsaa marii maatii waliinTasiisuun jijjiirama baruu barsiisuu haala barbaadameen fiduuf gaheen inni qabu hedduu olaanani ta'uun isaa waan nama walgafachiisu miti Haaluma kanaan manni barnootaa keenyaa guyyaa har'aa Ajaandaalee marii #Gabaasa hojii bara hojii idilee 2016 dhiyaate irratti marii maatii waliin gochuu #kaanfaltii mana barumsaa waliin walqabatee marii maatii waliinii #kallattii hojii bara hojii 2017 haala kamiin itti deemna #dhimmootq murtoo maatii barattootaa barbaadan jechuun marii bal'aan maatii barttootaa waliin marisisummaa koree gamtaa maatii barattootatiin marii bilchaataan tasiifameera. Koreen gamtaa maatii kun walitti qabummaa Obboo Baanee Fuufaa Haayiluu Alamuu Haayiluu G/Giyoorgis Koree gamtaa hunda waliin galata olaanaa nu biraa qabdu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

0912293164 Bane 0923676549 Hailu Alemu 0962233876 HailuG/G 0936542563 Desta 0910271438 Aberash 0911197595 Melese 0912831545 Eshetu 0910278905 Alemu 0917155858 Silenat GMB members phone numbers contact

Tarkaanfiin manni barundassa Beekaa tarkaanfachaa jiru fulduratti cimee itti fufeera. Haaluma kanaan marii maatii barattootaa waliin otoo hin godhiin dursa GMB waliin walitti dhiyeenyaan waan hojjatu ibsuun barbaachisaa ijaa ta'eef guyyaa har'ani kana gamtaan matii barattootaa waliin #Gabaasa hojii bara hojii 2016 dura bu'ani mana barumsaan dhiyaateef #Gabaasa hojii kanarratti mariin koree kanaan gaggeefameera #gahee hojii gamtaan maatii ifatti ibsuun hojiwwan bara kana hojataman ibsanii jiru #dawwii hojii bara 2016 faasilitiin wql qabataan dawwatamanii jiru #rakkoowwanii fi yaadoota furmaata hojii keessatti rakkoo turanii adda bahanii jiru #galtewwan hojii adda addaa mariichaa irra argamanii jiru #marii maatii waligalaaf Koreen maricha gaggeessu filatamanii qophii gaha gochuun akka dhiyaatan kallatiin ka'ameera.

እሳት ፣ ውሃ ፣ እውነትና ሃሰት #Just_for_fun እሳት፣ ውሃ፣ እውነትና ሃሰት ጓደኞች ነበሩ፡፡ ነገር ግን ሃሰት በዚህ ጥምረት ደስተኛ ስላልነበረ አንድነታቸውን ማበላሸት ፈልጎ እንዲህ አለ “ለምን ወደ አንድ ስፍራ ተጉዘን እያንዳንዳችን የራሳችንን ግዛት አንመሰርትም? ስለዚህ ተነስተን አብረን እንጓዝ፡፡” ሁሉም በሃሳቡ ተስማምተው ሲሄዱ ከተወሰነ ጊዜ በኋላ ሀሰት ወደ ውሃ ጠጋ ብሎ “እሳት ሣሩን፣ ደኑንና ቁጥቋጦውን የሚያቃጥል ቀንደኛ ጠላታችን ስለሆነ ለምንድነው ከእርሱ ጋር ግዛት ፍለጋ የምንሄደው?” አለው፡፡ ውሃም “ታዲያ ምን ብናደርግ ይሻላል?” አለ፡፡ ሃሰትም ቀበል አድርጎ “ልንገድለው እንደሚገባ ግልፅ ነው፡፡ እሳትን የማጥፋት ብቸኛ ኃይል ያለህ ደግሞ አንተ ነህ፡፡ እናም ቁጭ ሲል ጠብቀህ እላዩ ላይ ራስህን በመርጨት አጥፋው፡፡” አለው፡፡ ውሃም “ራሴን መሬቱ ላይ ከረጨሁ ተመልሼ ውሃ መሆን አልችልም፡፡” አለ፡፡ ሀሰትም “ችግር የለውም፡፡ ተረጭተህ እንዳትበታተን የተወሰኑ ድንጋዮች በዙሪያህ አኖርና በኋላ እሰበስብሃለሁ፡፡” አለው፡፡ በዚህ ጊዜ ያልጠረጠረው እሳት መጥቶ ቁጭ ሲል ውሃው አንድ ጊዜ በላዩ ላይ ሲረጭ ሃሰት ድንጋዮች ዙሪያውን አድርጎ ውሃውን ከሰበሰበውና እሳትን ካስወገዱ በኋላ አብረው መጓዝ ጀመሩ፡፡ ከተወሰነ ጊዜ በኋላ ሃሰት ውሃውን “ለምን እዚህ ገደል አፋፍ ላይ ቁጭ ብለህ በተፈጥሮ ውበት አትዝናናም?” አለው፡፡ ውሃም አፋፉ ላይ ቁጭ ሲል ሃሰት ቀስ ብሎ ተነስቶ ውሃ የተቀመጠባቸውን ድንጋዮች ከስሩ ሲለቅማቸው ውሃው በመረጨት በዚያው ተበታትኖ ጠፋ፡፡ በመጨረሻም ሃሰት እውነትን ማጥፋት ነበረበትና ወደ አንድ ትልቅ ተራራ በተቃረቡ ጊዜ ሃሰት እውነትን ከተራራው ግርጌ ቁጭ በል ብሎት ከተራራው አናት ላይ ትልቅ አለት ቁልቁል በመልቀቅ እውነትን ሊጨፈልቀው ሲል እውነት ቀልጠፍ ብሎ ማምለጥ በመቻሉ አለቱ ተንከባሎ ሲፈረካከስ ከውስጡ አልማዝ፣ ወርቅና ልዩ ልዩ የከበሩ ማዕድናት ወጡ፡፡ ሃሰትም የእውነትን አስከሬን ሊመለከት በመጣ ጊዜ እነዚህን ሁሉ የከበሩ ድንጋዮች አየ፡፡ እናም “እነዚህ ሁሉ ከየት መጡ?” ብሎ ጠየቀ፡፡ እውነትም “አለቱ እላዬ ላይ ሲወድቅ እነዚህ ማዕድናት ወጡ፡፡” አለው፡፡ በዚህ ጊዜ ሃሰት “አሁን ደግሞ እኔ ከተራራው ግርጌ ልቀመጥና አንተ አለቱን በላዬ ላይ ልቀቅብኝ፡፡” አለው፡፡ እናም እውነት ወደ ተራራው ጫፍ ወጥቶ ትልቅ አለት ወደታች በለቀቀ ጊዜ አለቱ የሃሰት አናት ላይ አርፎ ሃሰትን ጨፈላልቆ ገደለው፡፡ Ethiopian_Digital_Library

#ILAALCHA_KEENYA! #Ilaalcha jeechuun akkaataa sammuu keenya wanta tokko itti hubatu jeechudha. Jireenya namaaf murteessaan ilaalcha keessa isaati. Namni hanga ilaalcha isaarra darbee jireechuu hin danda'u. Wanta hundumaaf bu'uurri ilaalcha nuti wanta sana irratti qabnuudha. Ilaalchi gaariin hundee milkaa'inaati. Ilaalcha gaarii qabaadhu, milkaa'inni kan warra ilaalcha gaarii qabanii waan ta'eef. ~ Jireenyi keenya ilaalcha nuti ilaalluun murteeffama. Kana jechuun waanti kamiyyuu akka nuti ilaalle ta'a. "Haala si mudatu waliin jireenya kee wal simsiisuu yaalii godhi malee akkan barbaadu ta'uun qaba" hin jedhiin. #Abrahaam_Liinkan. Jecha nama kanaarraa waan baayyee baranna. Namoonni baay'een yeroo jireenyi manii #Target isaanii keessa seenuufi didutu jira. Dubbiin namicha kanaa anaan waan baayyee na barsiiseera. Innis yeroo baayyee dhugaa wantichaa hubachuu dadhabnee akkasan ta'uu qaba, kana hojjechuun qaba, isa kanaan milkaa'uun qaba jenna. ~ #Garuu hamma murtaa'e erga tarkaanfannee booda haalli sun akka nuti yaalle ta'uu dhiisaa waanti nuti hin yaalle nu quunnamee faallaa wanta yaadnee taanee argamna. Kun immoo rakkoo ilaalchaa irraa kan dhufeedha. Yeroon jedhus akka nuti itti yaadnetu rakkoon hin jiru ilaalcha jedhu qabaatee waan ba'eef malee rakkoon akka jiru of amansiifnee jireenya keenya rakkichaan wal simsiisuu dadhabnee hin argamu ture. Haalli si mudate gaarii yoo ta'es ilaalcha jireenya kee haala gaarii sanaan wal quunnamsiisi. Akkasumas haalli si mudate badaa yoo ta'es jireenyakee haalicha dheessuu osoo hin taane isaan isa wal quunnamsiisi. "Gaabbiin kan nu quunnamu yeroo wanta darbe irraa hin baratiin hafnuudha. Atimmoo gaabbii tokko malee bekumsa haaraan gara fuulduraatti hiixadhu. Kufaatii kaleessaa teellaa deebitee hin suufini! " '#KaatirinPuulsier' Addunyaa kanarraa rakkoon namootaa baayyee inni guddaan waan darbe irraa hin baratan jireenya haaraa fi ilaalcha haaraa burqisiisuu hin barbaadan. Kunimmoo akka isaan jireenya kaleessaa, ilaalcha kaleessaa irra deddeebi'anii yaaduudhaan boruu isaanii balleessaa jiraatan isaan taasisa. Kaleessi darbeera namni hojii kaleessaa irra deebi'ee hojjetu hin jiru. Jireenya kaleessaa irra deebi'ee jiraatu hin jiru, wanta kaleessa yaadee fi hojjete har'a isa kan bakka buusu hin jiru. Kufaatii hundumaa keessaa inni hamaa fi gadheen ilaalcha nama gammachiisuu fi nama biratti fudhatamummaa argachuuf fiiguudha. Waan dubbiftanii Galatoomaa

ግንቦት 14 ቀን 2016 ዓ.ም ለውድ የ"ቤካ አካዳሚ ወላጆች/አሳዳጊዎች በሙሉ ቢሾፍቱ ጉዳዩ ፡- የወላጆች/አሳዳጊዎች አጠቃላይ የስብሰባ ጥሪ የቤካ አካዳሚ ት/ቤት አጠቃላይ የወላጆች/አሳዳጊዎች ስብሰባ የፈታችን እሁድ ግንቦት 18 ቀን 2016 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡30 ሰዓት ጀምሮ ይካሄዳል፡፡ ስለሆነም በዕለቱ በት/ቤት ቅጥር ግቢ ውስጥ እንዲገኙና በስብሰባው ላይ እንዲሳተፉ  በአክብሮት እናሳውቃለን፡፡ በሰዓቱ ጀምረን እንድናጠናቅቅ በሰዓቱ እንዲገኙልን ከአደራ ጭምር እናሳስባለን፡፡ ቤካ አካዳሚ ት/ቤት

photo content
+7

The grade 6th students of Beka School started their model exam today which is pictured below.

beekaa-2024-05-18-11631.pdf7.68 KB

sagantaa_qormaata_kuta_6,8 fi 12..docx0.18 KB

Qormaataa walqabatee... =================== A)Ministirii Kutaa 6ffaa: 1)Qormaanni kutaa 6ffaa kan kennamu Caamsaa 29_30/9/2016 2)Orranteeshiiniin bartoota kutaa 6ffaa ,guyyaa 28/9/2016 Waaree dura sa'aatii 2:30 irraa eegalee Kilaastara Qormaataatti ,Qindeesaaa Kilaastara Qormaataa(Cluster coordinater )fi Ittii gaafatamaa Kilaastara Qormaataan(Chief )ni kennama 3)Humna Nama qormaata raawwatu(Cluster Coordinatar,Chief,Supparvayizara fi Qoraa) Caamsaa 26/9/2016 orranteeshiiniin ni kennama 4)Qormaanni kutaa 6ffaafi 8ffaa Waajira Poolisii ykn Buufata Poolisii qofa keessa qubata 5)Iddoo qormaanni qubatuutti,eegguumsi Waajira Poolisii Aanaatiin hogganamu humna gahaan sa'aatii 24 eeggama. 6)Geejjiba Qormaata kutaa 6ffaafi 8ffaa BBO(MELBA) irraa gara Godinaatti ,16_23/9/2016tti geejjibama 7)Geejjiba Qormaataa Godinarraa gara Aanaaleettii 23_25/9/2016 geejjibama 8)Geejjjiba Qormaataa ,Waajira Poolisii Aanaalee ykn Magaalaa irra gara Buufata Poolisii yeroo Kilaastara qoruumsaa  28/9/2016 geejjibama 9)Godinniifi Magaalonni sadarkaa Godinaa haala sagantaa isaaniif ta'een(16_23/9/2016), humna poolisii qormaata ajjabuu qabatanii MELBA (BBO) ni fudhatu. B)Kutaa 8ffaa... =============== 9)Qormaanni kutaa 8ffaa Waajira Poolisii Aanaa ykn Magaalaa irraa gara Buufata Poolisii Kilaastara qormaataa kan geejjibamu 03/10/2016tti 10)Orranteeshii bartoota kutaa  8ffaa kilaaatara qoruumsaatti kan kennamu guyya 03/10/2016  waaree dura 11)Orranteeshiiniin humna nama qormaata kutaa 8ffaa raawwaatu (chief ,supp.fi Qoraa) kan raawwaattoota kutaa 6ffaa keessa Ittigaafatamaa Kilaastara Qormaataan calalamee ,guyyaa 2/10/2016 Kilaastara qormaataatti  ni kennama 12)Qormaanni kutaa 8ffaa guyyaa 4_5/10/2016tti haala sagantaa BBOn gadi buuseen wal duraa duuban kennama C)Aanaa/Magaala/Godina ===================== 13)Aanaan Ykn Magaalli, Orranteeshiinii Itti gaafatamaa Kilaastara qormaataa,Itti gaafatamaa Buufata qormaataafi Ramadamaa humna eegguumsaa Poolisii Kilaastaroota qormaataaf guyyaa 24_25/9/2016 tti,bakka hooggaanaan Waajira Poolisiifi Barnootaa jiruutti ni kennama 14)Aanaalee, humna poolisii qormaata ajjabu qabachuun Waajira Barnoota Godinaatii qormaatafi Qajeelcha Poolisii Godinaa irraa guyyaa 23_25/09/2016 ni fudhatu 15)Qormaannii BBO irraa gara Godinaafi Magaalaa geejjibamu,hanga Aanaalef qooddamuutti eegguumsaa, to'aannoofi qubsumaa Qajeelcha Poolisiitii Godinaafi Magaalaa jala tura...,Aanaa irraattis Waajira Poolisii Aanaa qubatee,achirra haala waajirri barnootaa Aanaa ragaa dhiheessuun gara Kilaastara qormaataatti haala sagantaa BBOn gadi buuse qofaan hiramae hanga xumuramuutti eegguumsi sa'aatii 24 taasiifamaaf. 16)Waarqaan deebii qormaataa kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyaa Aanaa irra gara Godinaa ykn Magaalaatti guyyaa 7_8/10/20166  ol deebi'a... 17)Warqaan deebii Godina ykn Magaala irraa gara BBO giddugala Soroorsa  Adaamaatti kan of eeggannoo guddaan kan deebi'u guyyaa 10_15/10/2016tti haala sagantaa BBOn baasuun ta'a. Galatooma

#Oduu_Gammachiisaa! Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame. ----------- BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru. Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun; - Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an, -Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf, - Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf. - Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf. - Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha. IQSTS kan hojjatus dameewwan; #Akkaadaamii #Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera. Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama. #Dhalootni_Qorannoon_Saayinsiifi_Teeknooloojiin_qaroome_badhaadhina.......See more https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa

በኢትዮጵያ የ2ኛ እና 3ተኛ ክፍል ተማሪዎች ከግማሽ በላዩ ማንበብ እንደማይችሉ ጥናት አመለከተ። የኢትዮጵያ ሀገር አቀፍ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ንባብን መሠረት አድርጎ ባካሄደው ጥናት በኢትዮጵያ የሚገኙ የ2ኛ እና 3ኛ ክፍል ተማሪች #56_በመቶዎቹ ምንም ዓይነት ቃል ማንበብ እንደማይችሉ አመልክቷል። 👩‍🎓  በጥናቱ ምን ያህል ተማሪዎች ተሳተፉ? በዚህ ንባብን መሠረት ባደረገ ጥናት ከ9 ክልሎች የተወጣጡ ከ16 ሺህ በላይ ተማሪዎች በዘፈቀደ (Random sampling ) ተመልምለው ተሳትፈዋል። ተማሪዎቹ ከ401 የመንግሥት ትምህርት ቤቶች የተመረጡ ናቸው። 🔍  ጥናቱ እንዴት ተካሄደ? በጥናቱ የተመለመሉት ተማሪዎቹ በአፍ መፍቻ ቋንቋቸው የተጻፉ 50 ቃላት ቀርበውላቸው ቃላቱን ያነቡ እንደሆነ ተጠይቀዋል። በአማርኛ፣ በአፋን ኦሮሞ፣ በአፋርኛ፣ በሶማሊኛ፣ በሀዲይኛ፣ በወላይትኛ፣ በሲዳምኛ እና ቤንሻንጉል ውስጥ በሚነገረው በርታ ቋንቋ የሚማሩ ተማሪዎች በዚህ ጥናት ተሳትፈዋል። ከጥናቱ የሚጠበቀውም ፊደልን የመለየት፣ ቃላት ወይም አጭር አንቀጽ የማንበብ እና የማድመጥ እና የመረዳት ችሎታቸውን መመዘን ነው። 📕 የጥናቱ ውጤት ምን ያመለክታል? - በጥናቱ ከተሳተፉት የ2ኛ እና 3ኛ ክፍል ተማሪዎች መካከል 56 በመቶ የሚሆኑት አንድም ቃል ማንበብ አይችሉም። - በጥናቱ ከተሳተፉ የሁለተኛ ክፍል ተማሪዎች መካከል ቢያንስ አንድ ቃል ማንበብ የሚችሉት 37 በመቶ የሚሆኑት ብቻ ናቸው። የተቀሩት 63 በመቶዎቹ አንድም ቃል ማንብብ የማይችሉ (Zero renderers) ናቸው። - የ3ኛ ክፍል ተማሪዎች ደግሞ 55 በመቶ የሚሆኑት ከየትኛውም ፊደል ጋር እንደማይተዋወቁ ጥናቱ ጠቁሟል። - ጥናቱ በሀገር አቀፍ ደረጃ የቅድመ መደበኛ ትምህርት ቤቶች እንዲስፋፉ፤ በተለምዶ ታዳጊ የሚባሉ ክልሎች ላይ ትኩረት እንዲደረግ ምክረ ኃሳብ አስቀምጧል። 🌍 በዓለም አቀፍ ደረጃ ተመሳሳይ ጥናቶች ምን ያመለክታሉ? - በዓለም አቀፍ ደረጃ አንድ የሁለተኛ ክፍል ተማሪ በደቂቃ ቢያንስ 60፤ የ3ኛ ክፍል ተማሪ ደግሞ 90 ቃላትን እንዲያነብ ይጠበቃል። - ከላይ በተነሳው ነጥብ መሠረት በኢትዮጵያ ቋንቋዎች የሚማሩት የ2ኛ ክፍል ተማሪዎች ቢያንስ በደቂቃ 43 እንዲሁም የ3ኛ ክፍል ተማሪዎች 53 ቃላትን እንዲያነቡ ይጠበቅ ነበር። መረጃው የተወሰደው ከቢቢሲ አማርኛ ነው።