cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Etv Afaan Oromoo

Більше
Рекламні дописи
30 624
Підписники
+21324 години
+5647 днів
+3 17030 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Chaanaaliin Etv Afaan Oromoo yeroo dhiyoo keessatti eebbifama **** Eebbaa Chaanaalii Etv Afaan Oromoo kana sababeeffachuun Artistoonni Oromoo Koorporeeshinii Biroodkaastingii Itiyoophiyaa (EBC) daawwataniiru. Daawwanna kana booda Artistoonni Oromoo hoggantoota EBC waliin mari'atan. Hogganaa Itti Aanaa EBC fi hogganaan Damee Afaanotaa obbo Muktaar Huseen, Etv Afaan Oromoo foormaatii haaraa hojjachuun qabiyyee fooyyessuu irratti akka argamu himanii, guddina miidiyaa fi aartii Oromootiif Artistoota waliin hojjachuun murteessaa ta'uu dubbataniiru. Artistoonni Oromoos Etv Afaan Oromoo waliin hojjachuuf fedhii akka qaban himaniiru. Daawwannaa kanarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan EBC obbo Geetinnat Taaddasaa, Hoji Raawwachiisaa Itti aanaan obbo Abdurraahimaan Rubee, fi hoggantoonni sadarkaa gara garaa irra jiran hirmaataniiru.
5691Loading...
02
Artistoonni Oromoo Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa (EBC) daawwaatan * Eebbaa Chaanaalii Etv Afaan Oromoo sababeeffachuun Artistoonni Oromoo buleeyyii fi dargaggoonni Koorporeeshinii Biroodkaastingii Itiyoophiyaa daawwataniiru. Artistoonni daawwannaan kanarratti hirmaataan waan arganitti gammaduu fi Afaan Oromoo Chaanaalii mataa isaa sa'aatii 24 ta'uun isaa gammachuu keenyaa adda taasisa jedhan. Miidiyaa kanaa cimsuuf waliin hojjannaa jedhan Artistoonni kunneen. Daawwannaa kanarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan EBC obbo Geetinnat Taaddasaa, Hoji Raawwachiisaa Itti aanaan obbo Abdurraahimaan Rubee, Itti Aanaa Hoji Raawwachiisaa fi Hogganaan Damee Afaanotaa obbo Muktaar Huseen fi hoggantoonni sadarkaa gara garaa irra jiran hirmaataniiru. Saxxoo Tashoomaatu gabaase
5651Loading...
03
https://youtu.be/I1PKgVPKTLw?feature=shared
2 4652Loading...
04
https://youtu.be/VEu7Ku2X75U?feature=shared
3 1797Loading...
05
https://youtu.be/HTs8cHOAvtU?feature=shared
2 9371Loading...
06
https://youtu.be/S82TD7R6nj4?feature=shared
3 8453Loading...
07
https://youtu.be/KouMB1SYgzI?feature=shared
3 9250Loading...
08
Sosochiin tajaajila tola ooltummaa gannaa mata duree tola ooltummaa fi waliin jireenyi ol ka'iinsa Itiyoophiyaaf jedhuun Magaalaa Finfinnee Injifannoo Adwaatti gaggeeffamee ************************************* Sagantaa sosochii tajaajila tola ooltummaa gannaa kana irratti kan argaman Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xurunaa, hojiin tola ooltummaa kan rakkoon hawaasumma ittiin furamu fi tokkummaan biyyaa ittiin ijaaramu ta’uu dubbatan. Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dr. Ergoogee Tasfaayee gama isaaniin, Tajaajilli tola ooltummaa hojii duulaan hojjatamu qofa akka hin taane, wixineen labsii tajaajila tola ooltumma qophaa'uu ibsaniiru. Tajaajila tola ooltummaa gannaa bara kanaatiin tola ooltota miliyoona 34 ol hirmaachisuuf hojjatamaa jiraachuunis himameera. Waltajjicha irratti Ministirri Nageenyaa Binnaalf Andu'aalam, Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaa fi hoggantoonni naannoolee fi federaalaa argamaniiru. Muzayyan Maammaatu Gabaase
4 8882Loading...
09
https://youtu.be/hNcR5oGr7_I?feature=shared
4 6182Loading...
10
Jilli Hogganaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Naannoo Amaaraa obbo Malkaamuu Tsaggaayeen durfamu hojiilee turizimii naannoo Oromiyaa dawwate *** Jilichi daawwannaa taasiseen hojii manni murtii aadaa hojjachaa jiru daawwachuun muuxannoo qooddatee jira. Obbo Malkaamuun hojiilee gama aadaa fi turizimiin hojjatamaa jiru dinqisiifachuun, keessattuu hojii gama Mana Murtii aadaan hojjatamaa jiru irraa muuxannoo arganne naannoo keenyatti hojiirra oolchuun ni hojjanna jedhan. Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaa Jamiilaa Simbiruu gama isaaniin wal jijjiirraan muxannoo akkasii walitti dhufeenya naannolee keessatti gumaacha waan qabuuf itti fufiinsaan ni hojjannaa jedhan. Asaantii Hasan
4 8081Loading...
11
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa odiitii seera qabeessummaa faayinaansii bara bajataa 2015 fi odiitii raawwii hojii manneen hojii mootummaa dhaggeeffate ********************************** Oditarri olaantuun Oditii Olaanaa Federaalaa Addee Masarat Daamxee gabaasa faayinaansii bara bajata 2015 dhiyeessan. Odiitiin gaggeeffame kunis Bitootessa bara 2015 hanga Amajjii 30, 2016 kan turedha. Odiitichaanis dhibbeentaa 94.4 waliin gahamuu kan ibsan Aaddee Masarat, iddoowwan rakkoolee nageenyaa fi hanqinni biiroolee jiranitti kan hin gaggeeffamne ta'uu dubbatn. Oditarri Olaantuun Oditara Olaanaa Federaalaa dhaabbilee olaanoon, manneen hojii ministeerotaa tokko tokko gidduutti bajanni hojjidhaaf gadi bu'ee kuufamee jiru biliyoonni 6.4 ol argamuudha kan himame. Gamaa bittaatiin maanneen hojii 73 ta'an qajeelfama bittaa faayinaansii osoo hin eegin biliyoona 2 ol baasuudha kan ibsan. Oditiichaan dhaabbileen hojii 151 ta'an hammatamuudha kan himame. Wasanee Amaaree
4 4780Loading...
12
https://youtu.be/1z1ao1tP_8g?feature=shared
4 2610Loading...
13
Mariin qulqullina tajaajila turistootaa fooyyessuu irratti xiyyeeffate Magaalaa Bishooftuutti taa’ame *************************** Komishiniin Turizimii Oromiyaa qulqullina tajaajila turistootaa fooyyessuu akkaataa danda'amu irratti, akkasumas akkataa sadarkeessa hoteelotaa irratti hubannoo uumuuf abbootii qabeenyaa fi dhimmamtoota seektarichaa waliin Magaalaa Bishooftuutti mari’ateera. Waltajjicha irratti dhaabbileen dhunfaa kenna tajaajilaa hojjatan, keessattuu hoteelonni turistoota biyya keessaa fi alaaf tajaajila si'ataa fi qulqullina qabu kennuu haala itti danda'anii irratti marii'atameera. Seektara tajaajilaa keessaa seektarri turizimii damee dinagdee hirmaannaa dhaabbilee dhuunfaatiin guddatu akka ta'e ni beekama. Kanaaf dhaabbileen dhuunfaa seektara hoteelaa irratti invest godhanii jiran iddoolee ikkoo turizimii fi paarkiwwan haaraa mootummaa naannoo Oromiyaan adda bahanii irrattis invest gochuuf irratti xiyyeeffatanii akka hojjataniifis hubannoon kennameera. Ababaayyoo Kafaniitu gabaase
4 7404Loading...
14
https://youtu.be/c-6O3qiQDyU?feature=shared
4 8053Loading...
15
Hayyamni manneen barnoota sadarkaa 1ffaa 35 fi sad.2ffaa 5 haqamuun himame ** Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullinaa fi Leenjii Barnootaa magaalaa Finfinnee, manneen barnootaa bara 2017tti hojii baruu fi barsiisuu itti fufanii fi  hin fufne ilaalchisuun miidiyaaf ibsa kenne. Abbaan Taayitichaa hordoffii bara barnootaa 2017'f taasiseen manneen barnootaa imaammata barnootaa cabsanii fi ulaagaa barnootaa hin guunne 41 jala hayyama haquu hogganaan olaanaan Abbaa Taayitaa To’annoo Qulqullina fi Leenjii Barnootaa Magaalaa Finfinnee Daanyaawu Gabruu himan. Manneen barumsaa Gibsan kutaa magaalaa Lidataa, Gullallee fi Nifaasilkitti argaman, manneen barnootaa Qiddus Mikaa'el 5 fi manni barnoota Yakka Appooloo kanneen hayyamni isaanii haqame keessatti argamu. Barattoonni manneen barnootaa dhorkaman keessatti barachaa turan kaffaltii dabalataa tokko malee manneen barnootaa dhuunfaa fi mootummaa isaaniitti dhihoo jirutti  kan keessummeeffaman ta’a jedhameera. Asaantii Hasan
5 4372Loading...
16
Naannoo Oromiyaatti Pirojektoonni tajaajila hawaasaaf oolan kuma 20 ol eebbaaf qophaa'uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise **** Naannoo Oromiyaatti  sadarkaa pirojektoonni haaraa fi buleeyyiin irratti argaman ilaalchisuun Pirezidaantiin Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Awwaluu Abdii miidiyaaleef ibsa kennaniiru. Naannoo Oromiyaatti waliigalaan pirojektoonni haaraa fi buleeyyiin tajaajila hawaasaa gara garaa kuma 31 fi 167 kutaalee naannichaa gara garaatti ijaaramaa turuu pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Awwaluu Abdii himaniiru. Pirojektoonni kunniin maallaqa birrii biliyoona 100 fi biliyoona 10.9'n ijaaramaa turuun kan ibsame yoo ta'u, kanneen keessaa pirojektoonni kuma 20 fi 664 birrii biliyoona 79 oliin ijaaramaa turan xumuramuun  Waxabbajji 15 eegaluun marsaalee lamaan kan eebbifaman ta'uu obbo Awwaluu  Abdii himaniiru. Muktaar Abdallaa
5 2442Loading...
17
https://youtu.be/Rjoqs7Pf7Kw?feature=shared
5 72227Loading...
18
https://youtu.be/mPbLvd9N1ss?feature=shared
5 9100Loading...
19
https://youtu.be/oMMIcDWSALg?feature=shared
5 8221Loading...
20
https://youtu.be/nX5looE34M4?feature=shared
6 5130Loading...
21
https://youtu.be/dLhbU9OEFlk?feature=shared
6 7761Loading...
22
https://youtu.be/zvPB1AYI7sI?feature=shared
6 3458Loading...
23
https://youtu.be/98W06Y0CIG4?feature=shared
7 6483Loading...
24
https://youtu.be/NlQP3FyazSk?feature=shared
7 9911Loading...
25
https://youtu.be/TjRYG0OJ8wg?feature=shared
8 6042Loading...
26
https://youtu.be/GG2bAiJDiQw?feature=shared
9 1432Loading...
27
https://youtu.be/nGGy7ElVEhA?feature=shared
9 6671Loading...
28
https://youtu.be/Zj2QEkamiNU?feature=shared
8 9310Loading...
Chaanaaliin Etv Afaan Oromoo yeroo dhiyoo keessatti eebbifama **** Eebbaa Chaanaalii Etv Afaan Oromoo kana sababeeffachuun Artistoonni Oromoo Koorporeeshinii Biroodkaastingii Itiyoophiyaa (EBC) daawwataniiru. Daawwanna kana booda Artistoonni Oromoo hoggantoota EBC waliin mari'atan. Hogganaa Itti Aanaa EBC fi hogganaan Damee Afaanotaa obbo Muktaar Huseen, Etv Afaan Oromoo foormaatii haaraa hojjachuun qabiyyee fooyyessuu irratti akka argamu himanii, guddina miidiyaa fi aartii Oromootiif Artistoota waliin hojjachuun murteessaa ta'uu dubbataniiru. Artistoonni Oromoos Etv Afaan Oromoo waliin hojjachuuf fedhii akka qaban himaniiru. Daawwannaa kanarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan EBC obbo Geetinnat Taaddasaa, Hoji Raawwachiisaa Itti aanaan obbo Abdurraahimaan Rubee, fi hoggantoonni sadarkaa gara garaa irra jiran hirmaataniiru.
Показати все...
👍 3
Artistoonni Oromoo Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa (EBC) daawwaatan * Eebbaa Chaanaalii Etv Afaan Oromoo sababeeffachuun Artistoonni Oromoo buleeyyii fi dargaggoonni Koorporeeshinii Biroodkaastingii Itiyoophiyaa daawwataniiru. Artistoonni daawwannaan kanarratti hirmaataan waan arganitti gammaduu fi Afaan Oromoo Chaanaalii mataa isaa sa'aatii 24 ta'uun isaa gammachuu keenyaa adda taasisa jedhan. Miidiyaa kanaa cimsuuf waliin hojjannaa jedhan Artistoonni kunneen. Daawwannaa kanarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan EBC obbo Geetinnat Taaddasaa, Hoji Raawwachiisaa Itti aanaan obbo Abdurraahimaan Rubee, Itti Aanaa Hoji Raawwachiisaa fi Hogganaan Damee Afaanotaa obbo Muktaar Huseen fi hoggantoonni sadarkaa gara garaa irra jiran hirmaataniiru. Saxxoo Tashoomaatu gabaase
Показати все...
👍 3
Показати все...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 14, 2016- 1:00

👍 18 1
Показати все...
Simboo - kutaa 40 ffaa

👍 14😁 2🥰 1
Показати все...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 14, 2016- 6:00

👍 9
Показати все...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 13, 2016- 1:00

👍 11
Показати все...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 13, 2016- 6:00

Sosochiin tajaajila tola ooltummaa gannaa mata duree tola ooltummaa fi waliin jireenyi ol ka'iinsa Itiyoophiyaaf jedhuun Magaalaa Finfinnee Injifannoo Adwaatti gaggeeffamee ************************************* Sagantaa sosochii tajaajila tola ooltummaa gannaa kana irratti kan argaman Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xurunaa, hojiin tola ooltummaa kan rakkoon hawaasumma ittiin furamu fi tokkummaan biyyaa ittiin ijaaramu ta’uu dubbatan. Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dr. Ergoogee Tasfaayee gama isaaniin, Tajaajilli tola ooltummaa hojii duulaan hojjatamu qofa akka hin taane, wixineen labsii tajaajila tola ooltumma qophaa'uu ibsaniiru. Tajaajila tola ooltummaa gannaa bara kanaatiin tola ooltota miliyoona 34 ol hirmaachisuuf hojjatamaa jiraachuunis himameera. Waltajjicha irratti Ministirri Nageenyaa Binnaalf Andu'aalam, Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaa fi hoggantoonni naannoolee fi federaalaa argamaniiru. Muzayyan Maammaatu Gabaase
Показати все...
👍 27🔥 3 1
Показати все...

6
Jilli Hogganaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Naannoo Amaaraa obbo Malkaamuu Tsaggaayeen durfamu hojiilee turizimii naannoo Oromiyaa dawwate *** Jilichi daawwannaa taasiseen hojii manni murtii aadaa hojjachaa jiru daawwachuun muuxannoo qooddatee jira. Obbo Malkaamuun hojiilee gama aadaa fi turizimiin hojjatamaa jiru dinqisiifachuun, keessattuu hojii gama Mana Murtii aadaan hojjatamaa jiru irraa muuxannoo arganne naannoo keenyatti hojiirra oolchuun ni hojjanna jedhan. Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaa Jamiilaa Simbiruu gama isaaniin wal jijjiirraan muxannoo akkasii walitti dhufeenya naannolee keessatti gumaacha waan qabuuf itti fufiinsaan ni hojjannaa jedhan. Asaantii Hasan
Показати все...
👍 14🤔 1
Авторизуйтеся та отримайте доступ до детальної інформації

Ми відкриємо вам ці скарби після авторизації. Обіцяємо, це швидко!