TAERA DIGITAL SKILL
Відкрити в Telegram
Welcome to my channel! Here, you’ll learn everything about Graphics Design, Video Editing, Artificial Intelligence (AI), Technology, and Online Work. I teach you how to use digital tools, earn income online, and grow your career with modern tech skills. B
Показати більше4 110
Підписники
-224 години
-267 днів
-11730 день
Архів дописів
4 111
Akkam bultan Family?
Dhiifama guddaa galgala kaleessa Live gallee waliin baranna jedheen ture. Garuu Sababa roobni roobaa tureef #Live galuu hin dandeenye. Kanaafuu har'a galgala waliin baranna!
4 111
Hi akkam jirtu Family guyyaa hara saatii 3:30 tti kara YouTube channel TAERA DIGITAL SKILL Live Introduction Graphics Design waliin ilaalla!
Na Eegaa!
4 111
Hi akkam jirtu Family guyyaa hara saatii 3:30 tti kara YouTube channel TAERA DIGITAL SKILL Live Introduction Graphics Design waliin ilaalla!
Na Eegaa!
4 111
Akkam jirtu family👋
Dhiifama guddaa bara kana isin jalan bade. Kana booda wantoota baay'ee isiniif qabadheen dhufaa jira. Namoonni waliin itti fufna jettan #react godhaa!
4 111
Tarkaanfiin kun bara 2018 asitti dambii bulchiinsa galii Yuutiyuubii irratti fooyya'iinsa guddaa taasifame ta'uu gabaasni 'Tech Crunch' ni mul'isa 📈. Dabalataanis, oomishtoonni viidiyoo gaggabaabaa (Shorts) kanaan dura saganticha keessatti hammataman, kaffaltiin galii isaanii akka jalaa hin dhaabanneef, dhuma guyyoota 90 hunda keessatti daawwannaa miiliyoona 10 argachuu akka qaban akeekkachiifameera 💰. Fooyya'iinsi kun hawaasa hojii miidiyaa dijitaalaa fi oomisha viidiyoo irratti bobba'an irratti dhiibbaa guddaa kan fidu ta'uutu himaa 🌐.
4 111
Ulaagaan Yuutiyuubii Irraa Galii Argachuuf Gaafatamu Dachaa Lamaan Guddate!
Dhaabbanni Yuutiyuub (YouTube), ulaagaa oomishtoonni qabiyyee fi viidiyoo hojjetan beeksisaa fi 'YouTube Premium' irraa galii argachuu itti eegalan, kan 'YouTube Partner Program (YPP)' jedhamu dachaa lamaan guddisuu isaa beeksiseera. Akkaataa qajeelfama haaraa akka lakkoofsa Awurooppaatti Guraandhala 1, 2027 irraa eegalee hojiirra oolu kanaan, ulaagaan viidiyoowwan idilee (dhedheeroo) ittiin galii argamsiisan ji'oota 12 darban keessatti sa'aatii daawwannaa (Watch Hours) 8,000 guutuu gaafata; kunis ulaagaa kanaan dura sa'aatii 4,000 ture irraa dachaa lamaan kan dabale dha. Gama viidiyoowwan gaggabaaboon (Shorts) immoo, guyyoota 90 darban keessatti daawwannaa (Views) miiliyoona 20 argachuu kan gaafatu yoo ta'u, kunis isa duraan miiliyoona 10 ture dachaa lamaan dabakeera. Haa ta'u malee, ulaagaan baay'ina hordoftootaa (Subscribers) 1,000 qabaachuu inni duraanii osoo hin jijjiiramin itti fufeera.
4 111
🚀 COMING SOON!
🎓 PIXELLAB GRAPHICS DESIGN MASTER COURSE
Beginner to Professional
📱 Bilbila Keessan Qofaan 📲
Graphics Design Baradhaa! ✨
🎨 Baradha! • Shaakala! • Ittiin Hojjedhaa! 💼
🔥 GALMEEN YEROO DHIHOOTTI BANAMA! ⏳
📢 Odeeffannoo Galmee Argachuuf 📋
TAERA DIGITAL SKILL HORDOFA! 🏆
TAERA DIGITAL SKILL
"Har'a Baradhu. Bor Galii Uumi!" 🌟
4 111
#TaeraGraphics 🎨
Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa:
→ Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740
Na quunnamuu dandeessu
