uk
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Відкрити в Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Показати більше
2 421
Підписники
-124 години
-217 днів
-9230 день
Архів дописів
Dear our followers please Follow our Facebook page https://www.facebook.com/profile.php?id=61562027587328

Namaaf gaarii tahi, onnee namaa boojitaa!! ♡♡♡♡♡ Gaaf tokko Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad Sallallaahu Aleeyhi wassallam Sahaabotaa wajjiin duularraa deebi'aa turan. Bakka mukkeen itti heddummaatu takka jalatti boqonnaa godhuuf murteessaan. Sahaabonni hundinuu addaan faffaca'anii muka jala rafuu jalqaban. Nabiyyiinis Sallallaahu Aleeyhi wassallam Seeyfii isaanii muka irratti fannifatanii achuma rafan. Yeroo kana gurbaan ka*firaa tokko isaan hordofaa ture. Gurbaan kun yeroo ergamaa Rabbii Sallallaahu Aleeyhi wassallam bira gahe suuta je'ee itti dhihaatee Seeyfii Rasuulaa muka irraa fuudhee “Yaa Muhammad! Har'a eenyuutu sirraa na dhoorguu danda'a?” jechuun itti lallabe. Nabiyyiin Sallallaahu Aleeyhi Wassallam hirriiba isaanii irraa dammaqanii yeroo of gubbaa ilaalan namichi isaan ajjeessuuf qophaawee jira. Sahaabonni faffaca'anii muka jala rafaa jiran waan ta'eef namni tokkolleen bira hin jiru. Namichi humnaa fi jabina isaa abdachuun itti deddeebi'ee, “Eenyuutu sirraa na dhoorga” je'ee fokkore. Isaanis “Allaaha” jechuudhaan deebisaniif. Akkuma tasaa Gurbaan Sodaan guutamee, Seeyfiin harka isaatii hurgufamtee buute. Nabiyyiinis Sallallaahu Aleeyhi wassallam amma Seeyfii lafaa fudhatanii “Eenyuutu sirraa na dhoorga?” ja'aniin. Namichiniis hoollachaa akka Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi wassallam isaaf irra dabranii fi akkasuma dhiifama godhaniif kadhachuu jalqabe. “Namni narraa si dhoorgu tokkolleen hin jiru. Irra naaf dabri” je'een. Nabiyyiinis “Islaamummaa ni fudhattaa?” ja'anii gaafatan. “Hin Islaamawu garuu garee isin waraanuu barbaaddu tokkollee wajjiin wal tahii hin uumu, wajjiinis hin dhaabbadhu” je'een. Rasuullis dhiifama godhaniif. Gurbaan hoogganaa Gosa takkaa ture. Deemee ummata gosa isaa guutuu gara islaamummaatti yaame. Ummanni gosa isaatis sababaa isaatiin guutummaatti islaamummaa fudhatan. Eeyyen! Namaaf gaarii ta'i, onnee isaanii ni boojitaa. ✍️ Ararso Mohammed

Telegram'nis akkuma YouTube fi Tiktok sana warra Telegram Channel qaban fayyaduuf trend haaraa tokko qabatee dhufeera. Major Stars jedhama. Maarree, hordoftoonni MEDIA HAQAA  maal eegdu amma start gochuun hundeessaa MEDIA HAQAA cinaa dhaabachuu keessan mul'isaa. Isinirraa wanta hir'isu hin qabu nama invite isin godheef (anaaf) garuu qabxiin ni qabama. Keessattuu warri Telegram Channel qabdan itti gargaaramaa. #Hub: inni kun airdrop  miti Telegram mataa isaatu fide. Asiin seenaa 👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5544995812 https://t.me/major/start?startapp=5544995812

* Major telegram Star * ያልጠበቃቹ Ton and Star Bonus ታገኛላቹ። ያልጀመራቹ ፍጠኑ። Link https://t.me/major/start?startapp=736284611
* Major telegram Star * ያልጠበቃቹ Ton and Star Bonus ታገኛላቹ። ያልጀመራቹ ፍጠኑ። Link https://t.me/major/start?startapp=736284611

photo content

''Galma yaadde gahuuf sitti toluun dirqamaa miti, obsa qabaachuu fii kutannoon Rabbi qabattee tattaafachuun qofti gahaadha !"

#Telegram_stars ⭐️ 👉Akkuma beektan #TikTok'n namoonni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamuun jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaaree jira. 👉TikToki hordofuun Telegramiin ammoo Gift Coin haaraa, #Telegram_Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisuun dhiyaateera. 👉Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu #Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉Yeroo nama 1 affeertan #Star_Coin 15 argattu. Kana akka airdrop tti hin ilaalinaa, nama affeeruu qofaan Star walitti qabachuun gara TON jijjiirattanii baafattu. Akkasuma amma jalqaba irratti miseensota horachuuf bifa airdrop tiin nama affeeranii coin argachuun akka danda'amutti dhiyaate malee, yeroo muraasa booda coin kana maallaqaan yoo bitatan malee hin argamu. Akkuma kan tiktok sana jechuudha. Kanaaf amma osoo tolaa #Star_Coin haa walitti qabanne. Kennaa goonee nama jaalannuuf haa kenninu!! Eegaluuf 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5544995812 https://t.me/major/start?startapp=5544995812 https://t.me/major/start?startapp=5544995812

Telegram Major Stars fi barabaachisummaa isaa. 1. Feature haaraa kana Telegram mataasaatu qabatee dhufe. Suuraa armaan oliirraa akkuma argitan, June 6 ture abbaan Telegramaa(Pavel Durove) kan Telegram isaarratti beeksise. Ammatti feature haaraa kana beeksisuuf bifa major kanaan eegale malee airdrop miti fuulduratti tola hin argamus. 2. Afaan salphaadhaan Stars'n akkuma Ticktock coin sana dha. Stars abbaa barbaaddaniif kennaa kennuu in dandeessu, Telegram Premium fi tajaajiloota biroo Telegram'n wal qabatan ittiin kaffalachuu in dandeessu. Fuulduratti Telegram irratti tajaajiloonni baay'een kaffaltii gaafatu. Tajaajiloota sanniin star dhaan kaffaluu in dandeessu jechuudha. 3. Nama tokko yemmuu invite gootan stars 15 argattu, Telegram Premium kan fayyadamtan yoo ta'emmoo nama tokkotti Stars 50 argattu. Task 3 akkuma raawwattaniin stars gara 185 argattu. 4. Star owner'ootaaf TON dhaan kaffalamaaf.   Ammuma jalqabaa👇 https://t.me/major/start?startapp=5544995812 https://t.me/major/start?startapp=5544995812

https://t.me/major/start?startapp=5544995812 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major

Urgaa gaarii natti biiftee Ati dhufnaan fuula iftee Rakkinni koo na dhokata Onneen kiyyas ni boqota Miira gaddaa narraa qola Kolfeen seeqa natti tolaa Burqaa kootu ol mirgisaa Haamileen koos ni lalisaa  ~ ❤️‍🔥 𝔖𝔬𝔯𝔦  ♡

Rakkina cufaafuu furmaata mataa isaatu jira, Rakkina kiyya cufaafuu atiitu ana cinaa jira. Si qabaachuun kiyya qofti anaaf ke
Rakkina cufaafuu furmaata mataa isaatu jira, Rakkina kiyya cufaafuu atiitu ana cinaa jira. Si qabaachuun kiyya qofti anaaf kennaa hagana hin ja'amneedha. Ati ifaa manaafii jiruu tiyyaati🥰 🥰Jaalalti miidhaa miti ! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @Jaalala_qulqulluu🌹

“No man succeed without a good woman behind him. Wife or Mother, if it is both, he is blessed twice.” @Jaalala_qulqulluu 🙏
“No man succeed without a good woman behind him. Wife or Mother, if it is both, he is blessed twice.” @Jaalala_qulqulluu 🙏

💔Onneen keessan konkolaataa hawaasaatii miti, kan abbaan fadhe bakka fadhee seenee bakka fadhetti na buusi ja'ee bu'u. 👌Nam
💔Onneen keessan konkolaataa hawaasaatii miti, kan abbaan fadhe bakka fadhee seenee bakka fadhetti na buusi ja'ee bu'u. 👌Nama iddoo wal fakkaatatti, kaayyoo wal fakkaataaf waliin imaltan filadhaa ! 🥰Jaalalti miidhaa miti :¨·.·¨: ❤️   `·.  @Jaalala_qulqulluu🌹c

Miira sitti dhagahamuufii haala keessa jirtu himuu irra, callisuufii oobsuun yeroo takka takka dawaa mana yaalaa kamirraahuu
Miira sitti dhagahamuufii haala keessa jirtu himuu irra, callisuufii oobsuun yeroo takka takka dawaa mana yaalaa kamirraahuu hin argamneedha.🥰❤️ 😔😔😔😔😔🥰🥰🥰🥰 💔Jaalalti miidhaa miti. :¨·.·¨:   `·.  @Jaalala_qulqulluu🌹

Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun 😥😥😥😥😥 Obboleeysi keenya kun maqaan isaa Mohammed Ahmayyuu jedhama. Barataa Yuunivarsitii Odaa Bultumi. Torbaan lama dura barumsa waggaa tokkoffaa waliin xumurree boqonnaaf namuu maatii biratto galle. Kunoo har'a du'aan addunyaarraa deeme jechuu gaafa dhageenyu hedduu rifanne. Dhugaadha, namni hundinuu beellamni isaa geenyaan du'a irraa kan hafu hin jiru. Hunda keenyaahu boodarratti du'umaatu nu eeggata. Kaayyoo fi karoorri keenya, imalli nuti duuyda addunyaa tanaa gubbatti taasisaa jirru deemsi isaa itti fufa........ garuu gaafa beellamni dhugaa sun gahe achumatti dhaabbata. Sekondii takkaafillee booda aanuun hin jiru. Duras hin durfamu. Yeroo isaatti. Kanaaf yeroo qabnu keeysatti keeyrii haa carraaqqannu. Ifaa dukkana qabrii irraa ittiin ibsanuu, galaa fi sinqii riqicha siraax gubbaa ittiin dabarru har'a osoo lubbuun jirruu, osoo fayyaa guutuu qabnuu, osoo dargaggummaa keeysa jirruu, osoo.... haa qopheeyfannu. Rabbii khaatima nuhaa tolchu. Obboleeysa keenyaas Rabbiin Rahmata haa godhuuf. Dilii isaa araarameefii qubsuma isaa jannata haa taasisuuf. Maatii, firoottanii fi hiriyoota isaa akkasuma barattoota keenya hundaaf obsaa fi jajjabina haa kennu!! كُلُّ نَفْسٍ ذَآئِقَةُ ٱلْمَوْتِۗ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِۖ Lubbuun hundi du’a dhandhamtuudha. Mindaawwan keessanis guutummaatti kan argattan Guyyaa Qiyaamati Aal-Imraan 3:185

photo content

Yeroo tokko tokko qofaa kiyya dabarsuun barbaada.Mufadhee ykn gaddeen miti. Qofaa kiyya dabarsuun natti tola.Sababni  isaa yemmuu san sagalee naannoo kiyya jiran dhiiseen sagalee keessa koo jiru dhaggeeffadha.Ofii kee waliin dabarsuuf yeroo hin dhabin.