uk
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Відкрити в Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Показати більше
2 421
Підписники
-124 години
-217 днів
-9230 день
Архів дописів
Repost from Namummaa Qofaan
Mucucaachuun kufuu akka hin tahin agarsiisi,kana tahuu baannaan,yoo daangaan ala namaaf jilbiinfatte,kufaatii jalqabaa situ uf affeeree beeki. Join and share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa Telegram : https://t.me/gorfami999

#MoE Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017 irraa eegalee dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kalaandarii barnoota
+2
#MoE Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017 irraa eegalee dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kalaandarii barnootaa walfakkaatu hojiirra oolchuu ni eegala. Haaluma Kanaan:- ➡️ Barattoonni digirii jalqabaa waggaa 1ffaa Fulbaana 7 fi 8/2017 gabaasa ni godhu. ➡️Barattoonni digirii jalqabaa fi digirii lammaffaa sagantaa hundaan galmeen Fulbaana 9 fi 10/2017 ni gaggeeffama. ➡️ Barnoonni sagantaa digirii jalqabaa fi digirii 2ffaa hundi Fulbaana 13/2017 akka eegalu beeksiseera. (Karooraa Waggaa Guutuu suuraa irraa ilaaluu dandeessu) @dhaamsa_koo Maddi : @MEDIA_HAQAA

Repost from Namummaa Qofaan
Guduunfaa  Hawwii ofii jireenya addunyaa tana qofatti gabaabsuun jireenya gadadoo fi dhiphinaa akka jiraatan nama taasisa. Sababni isaas, addunyaa tana keessatti wanta tokko yoo kasaaran ykn dhaban, jireenya tanaan alaa tan biraa akka hin jirre godhanii waan yaadaniifi. dhiphinaa fi gaddaan guuttamu. Aakhiraatti amanuu, yaadachuu fi hojii gaarii hojjachuun sadarkaa fi kabaja ilma namaa kan olkaasuudha. Sababni isaas, namni ibidda Jahannam sodaachuun hojii gadhee fi badaa(ajaa) dhiisa, Jannata abdachuun hojii gaarii hojjata,balaa isa qunnameef ni obsa. Kunis amala, sadarkaa fi kabaja isaa hin dabaluu ree!? Amanuu fi hojii gaggaarii hojjachuun Jannata seenuuf ulaagaalee guuttamuu qabaniidha. Dalagaa tolchuu jechuun Shari’aa Rabbii (sunnaa Ergamaa Rabbii (SAW)) hordofuun namtichi hojii gaarii Rabbiif qofa jedhe hojjachuudha. Jannani mootummaa guddaa qananii takkaa ijji hin argine, gurri hin dhageenye fi sammuu namaa hin qaxxaamurreen kan guuttamteedha. Qur’aana keessatti: “Yeroo achi (Jannata) keessa ilaaltes qananii fi mootummaa guddaa ni argita.”  (Ilaali Suuratu Al-Insaan 76:20) Rabbiin warra amanee fi hojii gaggaarii hojjatee milkaa'ee keessaa nu haa taasisuu.🤲🤲🤲 Barruu waayee guyyaa qiyaamaa asirratti goolabna. ✍Kitaaba guyyaa Qiyaamaa jedhu irraa kan dhufeedha. 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Join and share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa! Telegram: https://t.me/gorfami999

Namoonni "cryptocurrency" hojjachu jirtan, ka wallet keessan irraa TON tokkollee dhabdanii maallaqaan bitu jirtan bot gadii kana seenaatii nama 4 invite godhaa, achi booda wallet keessan irratti withdraw goradhaa. Nama tokko yoo invite Gootan 0.0012 TON isiniif kanna, gad aanaa nama 4 yoo invite gootan malee withdraw isiniif hin tahu,  nama 4, yoo dandeessan sanii ol invite godhaatii achi booda wallet keessan irra dabarfadhaa...... Namni hedduun quba hin qabuutii ammuma goradhaa, booda yoo namni baayyate Addaan kutan Illee hin beekkamuu. Link kanaan👇 seenaa. Akkaataa itti step isaa xumurattan comment irra laalaa. 😍Join now: https://t.me/TonInstantBot?start=Bot20709239

Repost from Namummaa Qofaan
Yaa obboleewwan Oolaanii galuu malee,waan irra oolamee galame hisaaba godhuun hafee jiraa argi,hameenyaafi cubbuun babal’atee laali,Maatiin bittinnaahuun guddate daawwadhu,fuudhaa heerumni sirna dhabee taajjabi,ilmoon haadhaafi abbaa malee guddataa jirtii xiinxalli,guyyaan golgola,aduun gubaa,jiruun hadhdhaa,jireenyi qaalii,dhugaan dhara,dharti dhugaa,cubbuun abshaalummaa,qulqullummaan gowwummaa,dabni gootummaa,miliqni hayyummaa erga tahe bubbuleeraa uf yaadadhu!. https://t.me/gorfami999

Repost from Namummaa Qofaan
#Nabi_Muhammad صلوات ربي وسلامه عليه #Dubbisuun_dura-Sallallaahu_alayhi wassallam_jedhiin Yoo yatiima taate: isaantu haadhaaf abbaa malee guddate! Yoo hiyyeessa taate: Isaantu hiyyummaa irraa uffata qabsiisee nyaata fudhate! Yoo dhukkubsataa taate: isaantu waan namni lama dhukkubsatu kophaatti dhukkubsate!! Yoo biyyaa ari'amte: Isaantu biyya irraa baafamee waggaa 10 fageeffame! Yoo ilmi si jalaa du'e: Isaantu osoo jiran ijoollee 6 awwaale!! Yoo nama jaalattu dhabde: Isaantu khadiijaa akkaan jaalatan dhabe!! Yoo beelofte:Isaantu beelarraa taa'ee salaate!! Yoo arrabsamtee xiqqeeffamte: isantu (Falfalaa,maraataa,kijijbaa... jedhamee arrabsame!! Yoo shirri sirratti xaxame: Isaantu summiin itti godhamee ajjechaafis yaaliin irratti taasifame!! Akka dhalatanii waggaa 63 osoo hin boqatin addunyaan adda bahan. Waan feete taanus wama fedheen rakkannus; hunda Nabi Rabbiitu si dursa!! Yaa habiibi kiyya Yaa isa obsa keetirraa obsinuu sitaajjabe!! Sallallaahu alayhi wassallam Sallallaahu alayhi wassallam صلوات ربي وسلامه عليه. صلوات ربي وسلامه عليه. JOIN AND SHARE Gochuu hin dagatinaa: https://t.me/gorfami999

Repost from N/a
✍️ Akkataan ilmi namaa Salawaata Nabiyyii Rabbii irratti buusu beekkamaadha. Garuu Rabbiin akkamitti Nabiyyii isaa irratti salawaata buusa____? Yaalaa 👇🏻 Sallallaahu aleyhi wasallama https://t.me/wolumaantaanee

Repost from Namummaa Qofaan
Zulmii yahuudaan muslimoota irratti dalagaa jirtu kana yeroo agartu, Guyyaa san osoo ijaan argee jettee si hawwisiisa. عن رسول الله ﷺ  ((لا تقومُ الساعةُ حتى يقاتلَ المسلمون اليهودَ ، فيقتلُهم المسلمون ، حتى يختبيءَ اليهوديُّ من وراءِ الحجرِ و الشجرِ ، فيقولُ الحجرُ أو الشجرُ : يا مسلمُ يا عبدَ اللهِ هذا يهوديٌّ خلفي ، فتعالَ فاقْتلْه . إلا الغَرْقَدَ ، فإنه من شجرِ اليهودِ))  صحيح الجامع Guyyaan yahuudonni mukaaf dhagaa jalatti dheessitee mukaaf dhagaaniis isaaniin lolu dhufuuf taa'a,  " Yaa Muslima na duuba yahuudatuu Jiraa koottuu Ajj**s* " jedhee isaan irratti ragaa bahu dhufuuf taa'a... Dhiigni Qulqullootaa Ilmaan Falasxiinii bilaashatti jigee hafa hin sehin, Yahuudaan Cabdee Muslimoonni hinjifatanii irra Aanuuf taa'anii. Fares Muhammed http://T.me/gorfami999

Maroset is a remote jobs platform, dedicated to connecting talented professionals with exciting remote job opportunities. As an employer you can easily find skilled and experienced professionals. As an employee, you can explore a wide range of remote job opportunities across various industries. ✨Join now👇 https://t.me/RemoteJ0b_bot?start=r5034841284

Repost from Creative Dev
😍😍😍😍😍😍😍😍 🙏ODUU Gammachiisaa🙏 ✍️Bot hullepay jedhamu kun maallaqa isa sirrii kaffalaa jiraachuu quba qabduu🤔🤔 ✍️Hu
😍😍😍😍😍😍😍😍 🙏ODUU Gammachiisaa🙏 ✍️Bot hullepay jedhamu kun maallaqa isa sirrii kaffalaa jiraachuu quba qabduu🤔🤔 ✍️Hulepay qarshii afeerra tokkoof kaffaluu gara qarshii 15 ol guddiseera dabaltaan guyyaa guyyaan #Bonus tuquun qarshii 10 claim gochuu dandeessuu😄😄😄🙏🙏🙏👇👇👇👇 Kinoo seenaa https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05730575214 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05730575214 👍👍👍👍👍👍👍👍 Hunduu seenaa ✅✅✅✅✅✅✅

😍😍😍😍😍😍😍😍 🙏ODUU Gammachiisaa🙏 ✍️Bot hullepay jedhamu kun maallaqa isa sirrii kaffalaa jiraachuu quba qabduu🤔🤔 ✍️Hu
😍😍😍😍😍😍😍😍 🙏ODUU Gammachiisaa🙏 ✍️Bot hullepay jedhamu kun maallaqa isa sirrii kaffalaa jiraachuu quba qabduu🤔🤔 ✍️Hulepay qarshii afeerra tokkoof kaffaluu gara qarshii 15 ol guddiseera dabaltaan guyyaa guyyaan #Bonus tuquun qarshii 10 claim gochuu dandeessuu😄😄😄🙏🙏🙏👇👇👇👇 Kinoo seenaa https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05730575214 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05730575214 👍👍👍👍👍👍👍👍 Hunduu seenaa ✅✅✅✅✅✅✅

Repost from N/a
Maatiin Cooree Motivation hunduu mee asiinis akka barnoota eegallu warroonni fedhii qabdan, akkasuma warroonni Cooree Motivation jaalattan hunduu seenaa Subscribe 👍 godhaa, Anuu hardhuman isin gaafadhee nan saalfachiisinaa…hamilee natti horaa🫣 👇🏻 https://youtube.com/@abdurahiimmaammad?si=JFVoZBk-slAsjsI8

https://ethiocoders.et/ Dear All, Greetings from MoE, We are excited to inform you about the government's new initiative, "5 Million Ethiopian Coders," launched with the support of  partners. This initiative aims to provide free access to ICT-related courses through the Udacity platform, known for its high-quality, in-depth courses in programming, data science, artificial intelligence, and more. Students and teachers can take advantage of this unique opportunity to enroll in these courses at no cost, which would otherwise be significantly expensive in USD. By participating in this program, our education community can enhance their skills and become highly competitive in the global market. The ultimate goal is not just to complete the courses but to achieve certification from Udacity, which is recognized by international organizations and can greatly enhance career prospects. To facilitate access, we have prepared step-by-step guidelines  on how to register on the system and enroll in the courses. Please share this valuable information widely within your community through available media channels (email, social media, website, etc.) so that students and teachers can benefit from it, especially during the summer break. This is a tremendous opportunity for personal and professional growth, and we encourage everyone to take full advantage of it. Link https://ethiocoders.et/

Repost from N/a
#Astagfirullaah.... ✍ Hunduu dogoggora kankee eega Rabbiin qofatu Towbaa sirraa eega.... kanaafuu Astagfirullaah heddummeessaa....!! @wolumaantaanee @wolumaantaanee @wolumaantaanee

#5_Million_Ethiopian_Coders 👉Waayee kanaa irratti yeroo darbe ibsa bal'aa isiniif qopheesseen ture. Maal akka ta'e kanneen hinbeekne #link kanaan seentanii dubbisuu dandeessu. https://t.me/burkatech/632 👉Galmaa'uuf fedha kan qabdan taanaan akkaataa #pdf kana irratti #step kaa'amee jiruun galmaa'uu dandeessu. Yoo ifa hintaane ammoo #video irratti isiniif dalaga.👍 JOIN & SHARE @burkatech

Repost from N/a
"Milkaa'inni dorgommii osoo hin taane, walta'iinsaani ☕Share and join @wolumaantaanee @wolumaantaanee

✨✨5 MILLION CODERS✨✨ °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° Mee social media gubbaa ajandaa nun ilaallanne hundaan mataa wal dhukkubsuu fi bilaashuma online irra ooluu qofa osoo hin taane yeroo qabnutti dandeeytiilee (#skills) garagaraa barachuun dandeeeytii keenyaas gabbifachaa haa adeemnu👌 Maal jechuu barbaadeeti seetan, Sadarkaa mootummaatti waggoota dhufan 3 keeysatti programmeroota #miiliyoona 5 gahumsaan barsiisanii qopheeysuuf karoorri ba'ee jira. Haala karoora kanaatiin namni irratti hirmaatee xumure #certificate akka addunyaatti fudhatamummaa qabu argata. Kana malees carraan dabalataa jiraachuu mala. Leenjiin ykn barumsi kun kan kennamu #online wayita ta'u #bilbila ykn #Laptop fi #Internet qabaannan bakka barbaanne teenyee hordofuu dandeenya. Ammaaf barnoonni kennamaa jiran kanneen akka 1. Android Kotlin Development Fundamentals 2. Data Science Fundamentals fi 3. Programming Fundamentals Yoo tahan fuurduratti gosoonni barnootaa biroo hedduun kan itti dabalaman taha. Kanaaf irratti hirmaannee barachuuf wanti nama kamiiyyuu daangeeysu tokkolleen hin jiru. #Field kamiiyyuu yoo barattes, addunyaa har'aa wajjiin socho'uuf programming barachuun hangam akka barbaachisaa tahe tilmaamuun nama hin rakkisu. Fedhii qabannaan barachuu dandeessu. Project akka biyyaatti bakki itti kennamee irratti hojjetamaa jiru, waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaa. Galmaa'uuf liinkii kanaan seenaa. Hiriyoota keessaniifis SHARE gochuun waliif dabarsaa. 👍 👍👍 https://ethiocoders.et/ Warri akka kootii #Computer_Science barachuuf hawwii qabdan carraa kanatti fayyadamaa!!

✨✨5 MILLION CODERS✨✨ 👉Tap Tap gochuu qofa osoo hin taanee yeroo qabdanitti #skills garaagaraa barachuun dandeeettii keessanis gabbifachaa adeemaa👌 👉Maal jechuu barbaadeenii, Sadarkaa mootummaatti waggoota dhufan 3 keessatti programmeroota #miiliyoona 5 gahumsaan barsiisanii qopheessuuf karoorri ba'ee jira. 👉Haala karoora kanaatiin namni irratti hirmaatee xumure #certificate akka addunyaatti fudhatamummaa qabu argata. Kana malees carraan dabalataa jiraachuu mala. 👉Leenjiin ykn barumsi kun kan kennamu #online wayita ta'u #bilbila ykn #Laptop fi #Internet qabaannan bakka feetan teessanii hordofuu dandeessu. 👉Barnootni amma irratti kennaman kanneen akka 1. Android Kotlin Development Fundamentals 2. Data Science Fundamentals fi 3. Programming Fundamentals Yoo ta'anu irratti hirmaatanii barachuuf wanti nama kamiinu daangessu hinjiru. #field kamiinuu irratti argamtan fedhii qabannaan barachuu dandeessu. 👉Project akka biyyaatti bakki itti kennamee irratti hojjetamaa jirudha waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaa. 👉Galmaa'uuf liinkii kanaan seenaa. Hiriyoota keessaniifis SHARE gochuun waliif dabarsaa. React 👍 🔥 https://ethiocoders.et/

Repost from N/a
Barumsi wiixata ni eegala. Barsiisaan kitaaba kanaa Ustaaza keenya qaalii Ustaaz Shaafii Muhammad yommuu tahu, darsiin guyya guyyaadhaan audio dhaan kan isiniif gadhiifamu taha.