Creative Dev
Відкрити в Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Показати більше2 409
Підписники
-324 години
-267 днів
-9330 день
Архів дописів
2 409
Finfinneeti imaamni masjiidaa lammiilee Filisxiiniif du'aayii kadhatan hidhaman
Spider Media : Onkoloolessa 7/2016
Kuxbaa Juma'aa torban darbee irratti maaliif waa'ee lammiilee nagaa Filisxiinitti miidhamaa jiranii dubbatte, du'aayiin akka kadhatamuuf maaf goote jedhamuun imaamni masjiida Bilaal kan magaalaa Finfinnee naannawaa Massaalamiyaa jedhamuutti argamuu Sheyik Aliyyuu Ibraahim har'a hidhamaniiru.
Gaaffiidhaaf barbaadamtu jedhamuun gara buufata polisii naannawaa Axanaa taraatti bakka tursiisaa Aanaa 10 kan geeffaman Sheyikichi sana booda buufata polisii Axanaa taraa irraa gara buufata polisii afraffaa naannaawwaa Markaatootti argamuu geeffamani.
Sheyik Aliyyuun Juma'aa torban darbee irratti lammiilee nagaa Filisxiin kanneen Israa'eliin haleelamaa jiraniif hawaasni sagalee akka ta'uufi du'aayiis akka godhuuf ergaa dabarsanii turani.
Nu hordofaa
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
YouTube https://youtube.com/@
Spidermedia1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
>#SpiderMedia
2 409
Finfinneeti imaamni masjiidaa lammiilee Filisxiiniif du'aayii kadhatan hidhaman
👇👇👇👇👇
2 409
Siidan kun Spain muuziyeemii magaalaa Madrid keessa jirtutti argama. Kiristaana, Jewishi fi Islaama" ja'ameeti yaamama.
Namni amantii Jewish hordofu tokko akkuma siidaa kana argeen komii dhiheesse. Hoggaa inni komii dhiheessu kan gubbaa dhaabbataa jiru Jewishii maalif komii dhiheessita? ja'anii gaafatan
Yeroo tana Jewishichi eeyyen dhugaadha kan gubbarra dhaabbachaa jiru Jewishi, garuu osoo muslimni kun ol ke'ee nuti gubbarraa kufna" je'ee deebiseef.
Walii galuutu nu dhibe malee silaa waliif gallee adawwiin teenyaahuu humnaa fi onnee nu dura dhaabbattuun akka hin qabne ni beeyti.
Biyyoonni islaamaa marti gamtoomanii duguuggaa #israailii fi #Ameerikaa #muslimoota_filisxiinirratti geggeeysaa jiran dura dhaabbachuu fi deebii quubsaa isaaniif kennuutu irra jiraata.
2 409
ማዕበል ማስተዋወቂያ
꧁ የእለት ተእለት ስራዎትን በስኬት ለማጠናቀቅ የሚረዱ ዘዴዎችን እና ስልቶችን የሚያስተምር ቻናል አሎት?
ካለህ እድለኛ ነህ እና ከሌለህ ለመቀላቀል ከታች ተጫን
ጠቅ ያድርጉ እና አሁን ይቀላቀሉ!
⇣⇣⇣⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
⭕ የሃይማኖት ትምህርት
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
⭕ ቆንጆ ታሪክ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
⭕ በህይወት ውስጥ ስኬት
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
⭕ የህይወት ምክር
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
⭕ የስፖርት ዜና
┗━━━━━━━━━━┛
❏ ከሱ ብዙ እየተማርኩ ነው። ተማር እና ጓደኞችህን ጋብዝ! አመሰግናለሁ!
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
███▓▒►ይቀላቀሉ ►▒▓███
የ 1K+ ቻናሎች እና ከዚያ በላይ አጋር ይሁኑ
እኛን ለመቀላቀል የሚፈልግ ማንኛውም ሰው እባክዎን እዚህ ያግኙን።
📩 Free Promote @Rafiqul_Islaam
📩 Free Promote @Rafiqul_Islaam
2 409
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa
Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን።
ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን።
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
2 409
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa
Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን።
ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን።
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
2 409
📌 Footer Fixer Plugin
This Plugin Help you To Remove Footer Copyright From Free Version Templates and it Also Add it Automatic Your Own Footer Copyright.
Add this code in </body> tag.
// Templateify Usage
<script src='https://cdn.jsdelivr.net/gh/mxdii/footer-fixer@main/main.js'/>
<script>
footerFixer({
madeby: "jyotitemplates",
f1: ".copyright-text",
f2: "#mycontent",
url: "<data:blog.homepageUrl/>",
title: "<data:blog.title/>",
style: "",
before: "",
year: "",
after: ""
});
</script>2 409
⚠️اللهم افرج كرب فلسطين وانصرها علي اعداءها وارحم صغارها وكبارها ونساءها وضعيفها واهلها 🙏🙏😢😢 انك انت الرحمن الرحيم اللهم استجب دعائنا يا الله 🙏🙏🙏😥😥😥
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
💔🇵🇸 palestine 🇵🇸 💔
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞@Alrisaalaa™
╰──────•◈•──────╯
2 409
Repost from FIXED MATCHES™
ODUU GAMMACHIISAA
Qarshii ni barbaaddu taanaan
dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa
tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Hojii biraa argachuuf @Hojii_online join godhaa
Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin nu dubbisuu dandeessu
2 409
2 409
WAVE PROMOTION
🚫🚫 ᴀᴅᴍɪɴ ᴄᴀɴ ɴᴏᴛ ᴅᴇʟᴇᴛᴇ ᴏᴜʀ ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ ᴀɴᴅ sᴛɪʟʟ ᴘᴏsᴛ ᴏɴ ʟᴇss ᴛʜᴀɴ 1ʜᴏᴜʀ ɪs ᴀʟsᴏ ᴘʀᴏʜɪʙɪᴛᴇᴅ 🚫🚫
꧁Channel guyyaa guyyaadhaan oolmaa keessan milkiin akka xumurrataniif malaa fi tooftaa isin barsiisaa oolu kana qabduu laata??
Yoo qabda taatee ati caarra qabeessaa yoo hin qabaanne immoo gadi tuquudhaan join godhadhuu
Click & Join Now!
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Barnoota Amantii
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Seenaa Mimmiidhagoo
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Milkaa'ina jireenyaa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsa Jireenyaa
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Oduu Ispoortii
┗━━━━━━━━━━┛
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
Chaanaalii 1K+ fi isaa ol woliin kan hojjannu ta'aa
Namni nutti makamuuf fedha qabdan asiin nu qunnamaa
📩 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇 @Rafiqul_Islaam
📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam
2 409
Gaaffii fi deebii marsaa lammaffaaf qophooftanii?
Yaada keessan karaa @Alrisaalaa_bot tiin nuuf ergaa. Yookaan comment jalatti nuuf barreessaa!!
@Alrisaalaa
#Qoraasuma_Qalbii
2 409
ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ
2 409
GAAFFII BADHAASA QABDU
IRRATTI HIRMAADHAA
Namoota dursee deebiseef badhaasatu jiraa jabaadhaa irratti hirmaadhaa badhaafamaa!!!
2 409
ISLAMIC WAVE
Assalaamù alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu akkam jirtu kabajamtootaafi hordoftoota chaanaalii keenyaa barnoota Amantaa keenyaa barachuun waan dirqama nurratti ta'eef jennaan chaanaaliiwwan kana gadi tuquudhaan join godhadhaa itti fayyadamaa barannee wol haa barsiifnuu
Sagantaaleen keenya kanneen asii gadii kanaa
┏━━━━━━━━━━┓
sᴇᴇɴᴀᴀ ʀᴀsᴜᴜʟᴀᴀ 🅂🄰🅆
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
sᴇᴇɴᴀᴀ sᴀʜᴀᴀʙᴏᴛᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
sᴇᴇɴᴀᴀ ɴᴜsʟɪᴍᴏᴏᴛᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
sᴇᴇɴᴀᴀ ᴍɪᴍᴍɪɪᴅʜᴀɢᴏᴏ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ǫᴜʀ'ᴀᴀғɪɪ ʜᴀᴅɪɪsᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ɢᴏʀsᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ᴊᴇᴄʜᴏᴏᴛᴀ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ɢᴏʀsᴀᴀғɪ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
ᴏᴅᴜᴜ ᴡᴀǫᴛᴀᴡᴀᴀ
┗━━━━━━━━━━┛
📩 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇 @Rafiqul_Islaam
📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
