uk
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Відкрити в Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Показати більше
2 423
Підписники
-724 години
-217 днів
-9230 день
Архів дописів
photo content

Registrar's Office Jinka University Office of the Registrar Call notification Number: 28-1205/435/16 Date: August 1/2016 For the existing regular students of Jinka University and all students who attended Jinka University's regular education program in the remedial program in 2016 and who were assigned to the freshman program in 2017 by the Ministry of Education Jinka University, registration for the 2017 academic year will be held on September 7 and 8/ Declaring that it is the year 2017, we inform you to register in person at the university on the specified dates, and we declare that the course will start on September 11/2017. Students assigned by the Ministry of Education in the Freshman Program in 2017 and students who have passed the Remedial Program must bring pillowcases, sports gear, bed sheets, and your educational credentials from the 8th grade when you come for registration. Note: We strongly advise that the university will not accommodate students who arrive earlier or later than the above dates. Register POBox 165 E-mail address: registrare beadie Jinka University Registrar's Office Univers Star and Alumun Telegram: https://t.me/JKUregistraroffice CS CamScanner

There may some useful articles here

There may some useful articles here Barsiiftuu walaloo takkaan jijjiirama barataa duraan dadhabaa tureetiif sababa taate. https://ararsogx.blogspot.com/2024/09/barsiiftuu-walaloo-takkaan-jijjiirama.html

Sammuun gaafa waa'ee namoota biroo qofa yaaduu eegalte xiqqaachaa deemti. Sammuun kee kan guddachaa dhufu gaafa waa'ee keetii qofaan biizii (busy) ta'uu eegalteedha. Waa'ee namaa dhiiftee dhimma kee qofarratti xiyyeeffannaan guddachaa dhufta.

#Dhaamsa ✍️ @dhaamsa_koo Barataan jaalalaan qabame 80% kan gahu barnoota isaa irratti zeeroo taha. Jaalalti hundi dawaa miti, jaalalli gariin diina galma keetiiti. Jaalalaan sakaalamtee fuul-duree tee dukkaneeysaa jirta yoo tahe osoo yeroon sitti hin kunne "kuni fala gooytaatii miti, falfala sheeyxaanaati" ja'ii of yaadadhuu dammaqinaan abjuu kee isa ganama manaa baateef irratti xiyyeeyfadhu. Dammaqi mee, sababa ati jaalalan if sakaaluutiin namni si hin geenye hedduun tokko si dura dabraa jiraa🙂‍↕️ Qeerroon sababa qarreetiin qaroo dhabuun qaroomaa miti ! 🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀 @dhaamsa_koo @dhaamsa_koo

#kutaa_12ffaa #Oduu_Ammee Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa wiixata qaammee 4/2016 akka ifoomu ministeerri barnoota beeksiseera. @
+1
#kutaa_12ffaa #Oduu_Ammee Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa wiixata qaammee 4/2016 akka ifoomu ministeerri barnoota beeksiseera. @dhaamsa_koo

t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0001gvJi Farm 🍅 $TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai. Use my link to get 2,000 🍅 $TOMATO!

Repost from Namummaa Qofaan
🍁Hiriyaa Gaarii Hiriyaan Gaariin Jiruu Kee keessatti Waa lama siif oolu. Tokko Arra Duniyaarratti yoo tahuu Tokko ammo boru aakhiraatti #Hiriyaan Gaarin ☞Karaa Rabbitti Si Yaaman ☞Yoo badde Si barbaadan ☞Yoo dagatte Siyaadachiisan Du'aa'i siif godhan. ☞Akka urjiin Bidiruu karaan Harkaa bade Qajeelchituuti Karaa Sitti Agarsiisan ☞Boru Insha'allaah Qabana Arshii jalatti si eegan Jannata keessaa Yoo si dhaban Akkati isaanitti makamtuuf Rabbiin Siif Kadhatan. Hiriyaan Gaariin Kana Hunda Siif oola Hiriyaan Badaan Ammoo Faallaa kanaati jechuudha. 👉Gaarii yoo qabaattee atis gaarii Taata Badaa yoo qabaatte atis akka isaa taata. 🌹Akkuma Nabiin S A W Jedhan Gurbaan Karaa Jaallallee Isaarratti. Rabbiin Gaarii Nu godhee Hiriyaa Gaarii Nuuf haa kennu nuhaa Jaallachiisu. Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 ✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

Repost from Namummaa Qofaan
•Abdii kutattee qalbii hin cabin. Warra obsee eeggate hundaa RABBIIN mataa isaanii ol qabu malee hin dhiifne!
Yaa rabbi🤲
🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

Repost from Namummaa Qofaan
۞ رَبِّ إِنَّهُنَّ أَضۡلَلۡنَ كَثِيرࣰا مِّنَ ٱلنَّاسِۖ۞
۞" Dhimmi Munkarri namoonni hedduun keessa bu'uu isaanii argitu sun Nama biraa caalaa lubbuu tee irratti sodaachuu qabda. akka rabbiin irraa nagaya sibaasuu rabbitti waywaatuu sifeesisa. Sababni silaa fitinaan waan munkara sanii guddoo hamtuu ta'uu baattee namoonni hedduun kun ittiin fatanamanii achi keessa hin bu'an. "*ღ
🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

Repost from Namummaa Qofaan
☆☆﷽☆☆ #HIN #AARIN?! .....😡 #لا تغضب.....😡؟! Ahbaabii jechi tun jechuma qaldii fakkaatti garuu... ✍ faayidaa guddaa qabdi... nama itti fayyadameef... ✍miidhaa guddaa nama miiti..  nama itti fayyadama isii wallaalee.. #aaraa ooluuf.... ✍Mee seenaa tana na waliin bohaaraa...... °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ■Gaaf tokko Namni akkaan aaru tokko... keessummaa ta'ee mana namaa dhufe. "Marhaban😊"jedhanii qeebalaniinii.. iraanni qophaa'e sana booda .... Abbaa manaa , haadha manaa, fi keessummichi waliin iraata nyaatutti seenan... osomaa nyaatanii haadha manaatiifi abbaan manaa xiqqoo afaan walitti badan( wal arrabsan.. /wal lolan) eegasii abbaan manaa ka'ee haadha mana isaa tumuu eegalee( abbaa irree fakkaata😁) .. sana booda keessummichillee nyaata irraa ka'ee abbaa manaa waliin isii tumuu eegale🤔. Haaaa..." ani silaa jaartii tiyya tumaa jiraa ... ati addaan nu qabuufuu.. na waliin isii tumtaa????!!!"jedheen abban manaa.... keessummichis deebi'ee akkana jedheen..... "bar obboleessoo... waan kana harka, harkaan fixnee.. nyaata keennaatti deebi'uufi😄😄!! jedheen.... kanaaaf ati bakka deemtuu fi teettu maratti tasgabbaa'aa namaa ta'i..... ykn kunoo akkanatti jaartii namaa tumta... 😁 Ee miskiina wlh... kanaaf 💎hin aarin .... Aarin bakka hintaane si dhaabdi... 💎#hin aarin aariin gad aanaa namaa si gooti. 💎#hin aarin... Aariin nama biratti jibbamaa namaa si gooti... 💎walumaa galatti....      #AARIIN... gocha nabiyyiinﷺ irraa si dhooggee fi  waan jiruu teetiitti gufuu ta'u irraa si fageessani....salawaatu rabbii wasalaamuhuu alyhi... share👇 https://t.me/gorfami999

Repost from Namummaa Qofaan
☆☆﷽☆☆ #اذکار النوم😴 ■Zikrii halkanii jechuudhaan hirriba keessan banadhaa... waan irratti raftan ... laalladhaa.. eeggadhaa.... irra hedduun keennaa waan hin taane osoo laalluu rafnee nutti bari'a kuni immoo... mallattoo goggogina qalbiitirraahi...   ●kanaaf zikriiwwan hedduutu jira.. haga isaan jettee geessitutti hirribni kee ni dhufa... waan hin taane irratti raftee.. ni kaata moo achiin haftaa kee hin beeytuu.. of eegi https://t.me/gorfami999

Repost from Namummaa Qofaan
#Seeqachuu ~ Seequun afaan lammiin kamuu hubatuu dha . ~ Seequun hanga ifaa ibsuuf rakkatan nama hin rakkiftu, garuu ifaa caala ifti ! ~ Seeqadhu . ilkaan awraa عورة mitii ! ~ Seeqadhu. Ibiddi jiruu si qofa hin gubnee ! ~ Dibata ( Qibaatii ) caala , seeqachutu fuula bareecha ~ Seequun falfala halaalaati ! ~ Seequun ifaa dukkana jireenyaati ! ~ Jiruun akka daawwitiiti, yoo ati itti seeqatte sitti seeqatti ! ~ Addunyaan kuni Camera dha , yoomuu Seeqadhu akka suuraan kee bareeduuf ! ~ Wanti Rabbi ilkaan adii godhee uumeef, haa seeqannuufi ! ~ Jechoota kumaatama arrabni dadhabe , Seequun ibsiti ! ~ " Duubaan dhufee carqii/uffata isaanii morma irra jirtu waliin butee '' Yaa Muhammad ! Qabeenya walitti qabdee irra teessu san naaf kenni " Nabiyyichi seeqataa as gara galee '' Kennaafii '' jedhe Fidaakha Abii Wa Ummii ! ~ Seequu dhaan sibiilli laafa ! ~ Gaafa duniyarraa deeman: girdoo mana Aa'ishaa ol qabanii sahaabota isaaniitti " Seeqatanii " gadi deebisan , addunyaa irraa deeman ! Machii du'aa keessatti seeqate صلى الله عليه وسلم Qulqullaa'e Rabbiin amantii islaamaa keessatti seeqachuu ibaadaa godhe ! Seeqadhaa, Rabbi Rahmataa Qabdanii !!        •┈┈• ❀°•🌹•°❀•┈┈• ©️Abdurahiim Muhammad Ahmad JOIN Godhi↓ ↓ ↓ ➥https://t.me/gorfami999

Repost from Namummaa Qofaan
🌹🌷⚘ QANANII RABBII ⚘🌷🌹 Yaa nama sammuun fayyaa si qabu , yaa khan ijaan arkitu , yaa khan gurraan dhageeysu qananiin rabbiin rabbiin siif oole qananii gurguddoo akka tahe beekhi... Mataan qananii hundaa Islaamummaa akka tahes hin dagatin !!! Namni qananii addunyaa hunda qabaatee islaamummaa dhabe qananii 1llee hin arkanne khan qananii hunda dhabee islaamummaa arkate addunyaarraa qananiin isaaf hin hafne... Yaa RAHMAAN atummaan nu qananiisi... Aamiin allaahumma aamiin... T.me/gorfami999