Creative Dev
Відкрити в Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Показати більше2 449
Підписники
-424 години
-207 днів
-10830 день
Архів дописів
2 449
Haati tee ati hojjattuus hojjachuu baattuus si jaalatti. Jaalalti ishee uumama. Waan si nyaachistu ni qabdi taanaan, hifannaa tokko malee siif kenniti. Garuu guyyaa ati hojjattee galtu akkaataan isiin itti seeqaa "abaluu kiyya, dadhabaa ooltee hoodho mee kana naaf nyaadhu" siin jettu adduma.
Hojiif olii gad cehuun kee akka haati kee onnee irraa sitti seeqqattu godha. Haala mijataa hin eeginii, haala keessa jirtu mijeeffadhuu, hanga dandeessetti inuma tattaafadhu.
Yeroon kun hamma fedhe ulfaatullee jala ciistee ofitti hin ulfeessin, gammachuu nama gammachuu tee arguu fedhuutiif jacha naaf jabaadhu.
Dhaamsi kiyya dhumaa: dargaggummaa keenyatti barnootaa fi hojiinis of utubuu qabna!!
zDev
2 449
Repost from N/a
🚀 Portfolio Upgrade — Admin Panel Added
I’ve just taken my portfolio website to the next level by building a fully functional admin panel for my site.
This upgrade gives me complete control over how I manage contact form submissions—making everything faster, cleaner, and more professional.
Key features:
✅ View all messages with details (date, name, email, project type)
✅ Mark messages as read / unread
✅ Reply directly via email
✅ Track replied / not replied status
✅ Search messages by name or email
✅ Clean and intuitive management UI
✅ Secure authentication with logout
This system significantly improves how I handle inquiries, stay organized, and respond efficiently—especially as I continue to grow and work with more clients.
Built from scratch with a functionality-first approach, then refined into a smooth and professional user experience.
🔗 Explore it my portfolio: www.ararso.dev
Always building. Always improving.
#WebDevelopment #FullStack #PortfolioProject #AdminPanel #BuildInPublic
2 449
+1
I’m excited to share that I’ve officially launched my professional portfolio website 🚀
Over the past week, I designed and developed this project using HTML, CSS, and JavaScript for the frontend, along with Firebase for backend logic and Firestore as the database.
The website features a functional system where visitors can send messages and feedback, and as an admin, I can efficiently manage and review all submissions through Firestore.
I’ve deployed it on my own custom domain:
🔗 https://ararso.dev
This is just the beginning of my journey. I’m committed to building more advanced and impactful projects in the future, insha Allah.
Feel free to check it out and share your thoughts in the comments—I’d love to hear your feedback!
https://www.linkedin.com/posts/ararso-dev_webdevelopment-frontend-firebase-activity-7448683631327277056-1SoT?utm_source=share&utm_medium=member_android&rcm=ACoAAFuimH0B-anLAOBf87T2GO1ga2nYRjtlvlQ
2 449
Repost from FRESHMAN ETHIOPIA
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉
Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru
📲 Application kana fayyadamuuf
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
Erga hanga kana dubbannee,
Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍
👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna.
#FreshmanEthiopia
Liinkiin Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian
Share Gochuun Hiriyoottan Keessan Affeeraa❤
2 449
Biyya teenya dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti barattoonni hedduun barnoota teekinooloojii mooraa yuunivarsiitii fi kolleejjii garagaraa keessatti ni baratu. Barattooni hedduunis muummeewwan barnootaa teekinooloojii kanneen akka software Engineering, Computer Science, Computer Engineering, Information System, Information Technology fi kkf haalaan filatu. Garuu kan nama dhibu irra hedduun barattootaa maqaadhaaf ogummaa kanneen baranne jechuu malee isaanii ogummaalee kanneen keessatti haalaan cimee urjii tahee mul'atee kalaqoota haarayaan gad bahu hin argitu. Isaan caalaa warri kalaqoota haarayaan gad bahuun beekamu warra barnoota teekinooloojii fi programming ofiif of barsiise (self-taught) dha. Namoota ofiin of barsiisanii fi leenjisan muraasa yoo ilaaltu haalli isaan itti of qopheessan nama ajaa'iba. Warroota silaa kutaa 12 xumuranii san booda waggaa 4 hanga 5 mooraa Yuunivarsiitii keessatti barumsa hordofan irra ogummaa, muuxannoo fi dandeettiin isaanii dachaa hedduun caala. Namoonni ofiif of barsiisan kunneen ammoo yoo akkam guddate turtii hanga waggaa 3 itti fudhata. Garuu turtii kana keessatti qaroo ajaa'ibaa tahanii gad bahu.
Mooraa Yuunivarsiitii (addatti Yuunivarsitoota biyya keenyaa) keessatti barumsi baratamu irra baay'inaan tiyooriidha. Dhugaa dubbachuuf yoo tahe koorsiiwwan tiyoorii isaanii qofti barsiifamanii qabatamni (practical part) isaa osoo barataaf ifa hin taane bira darbamanis baay’eedha. Kun kan mudatuuf rakkinoota garagaraatiif tahuu mala. Tarii hanqina meeshaa, ykn hanqina ogeessaa, ykn hanqina yeroo fa'a tahuu mala.
Kanaan dabalatatti haalli barataan kun jalqaba irra deemaa dhufes waan hedduu nama ajaa'ibaati. Yeroo sadarkaa lammaffaa baratan manneen barnootaa haala mijataa qaban - yoo manneen barnootaa magaalota irra jiran muraasa tahe malee - waan jiran nattin fakkaatu. Nama baay’eetu gaafa department Computer Science seene booda akkaataa itti Computer #Switch on/off godhan bara. Wal nama hin gaafachiisu!!
Namni duraanis haala kanaan dhufe, gaafa waan haarayaan wal eegale hanqina meeshaa, kan ogeessaa fi hanqina yeroo kan jiruu waliin walirratti dabalamee turtii mooraa Yuunivarsiitii keessa turutti tiyoorii barumsa kanaa qofa leenji'ee kan bahu lakkoofsa hin qabu. Kun ammoo gad bahee maal ittiin haa hojjatu jenna mee? Ammaas irra hedduun barataa qabxiif je'eeti shaakala dhiisee yeroo hedduu osoo tiyoorii dubbisuun dabarsa. Barataan akkanaa qabxii gaarii galmeessisuu mala, garuu ogummaan yoo sirnaan hin hubataminiif kunis maal bu'aa qaba ree?
Amma mee warra ofiif of barsiisu kaniin je'e sanitti haa deebi'u. Namoota muraasaatu jiru - warra haalli mijateefii - waa'ee teekinooloojii fi programming ofumaaf manatti of barsiisuu fi shaakaluu eegalu. Kunneen warra Computer dhaas of biraa qaban warra barsiisaatti hin haajamneedha. Hanga danda’ameef online irraa roadmap isaanii hordofanii san booda ofiif harka isaaniitiin shaakalu. Isaan tiyoorii waan jedhamu maqaa hin dhahan. Shaakala (practical part) qofarratti xiyyeeffatu. Waa'ee ogummaa qofa baratu. Qabxiin isaan reeban hin jirtu. Practically ogummaadhaan of gahoomsu.
Namoota hojiiti. Project adda addaa shaakalanii hojjatu. Adeemsa keessa waan addaatiin gad bahu. Akkasitti addunyaaf furmaata tahu. Dhiira jechuunis kana. Yeroo warri digrii barnoota sanaatiin eebbifaman certificate qabatanii deemanitti isaan ammoo Project fi kalaqa garagaraa qabatanii addunyaan dorgomu.
Osoo haalli mijatee akki tahuu qabnu ofiif of leenjisuu kana. Garuu kanaafis namni haalli mijatuuf nama muraasaa maal goonaree? Waa hundaafuu nama ogummaa baratee ofii isaa, hawaasa isaa fi addunyaa tanaafillee furmaata tahu Rabbi nuhaa godhu!!
✍️ Ararso Mohammed
2 449
إِنَّ مَثَلَ عِيسَىٰ عِندَ ٱللَّهِ كَمَثَلِ ءَادَمَ ۖ خَلَقَهُۥ مِن تُرَابٍ ثُمَّ قَالَ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
Dhugumatti, fakkeenyi Iisaa Rabbiin biratti akka fakkeenya Aadami. Biyyee irraa isa uume. Ergasii ‘ta’i’ isaan jedhe. Innis yeroma san ta’e.
Fakkeenyi uumaa Iisaa Rabbiin biratti akka Aadamiin abbaafi haadhaan maleetti biyyee irraa uumuuti; Rabbitu ta'i Isaan jennaan akkuma Rabbiin fedhetti nama ta'ee argame. Egaa akkamumatti odoo Aadam nama ta'uu isaa amananuu Iisaan waan abbaa malee uumameef Rabbiin ta'a jedhanii falmu!!
Surah 3, Ayah 59
2 449
I’m excited to share that my LinkedIn network has grown to over 500 amazing connections.
Thank you to everyone who connected with me, supported me, shared knowledge, and inspired me through your posts and conversations. This platform has helped me learn, grow, and connect with professionals from different fields including technology.
As a Computer Science student, I truly value being part of this professional community.
I look forward to learning more, sharing my journey, and building meaningful collaborations with all of you.
Thank you for being part of my network! 🤝
#Gratitude #LinkedInJourney #Networking #Learning #Growth #ProfessionalCommunity
2 449
AI Assistant maali?
Artificial Intelligence Assistant jechuun hubannoo Nam-tolchee kanneen bakka namaa bu'anii yeroo namni hin jirretti tajaajila barbaachisu maamiltootaaf kennaniidha. Yeroo ammaa kanatti software, website fi application garagaraa kanneen hojjataman harki caalaan isaanii AI Assistant waliin hojjatamu. Dhaabbileen hedduunis yeroo tajaajiloota kanneen hojjechiifatan AI Assistant qabaachuu akka ulaagaa software ykn website ykn application isaaniitti waliin ajajatu.
Mee maalumaa AI Assistant gabaabinaan haa ilaallu. Fakkeenyaaf website dhaabbata tokkoo yeroo hojjannutti AI Assistant waliin hojjachuu dandeenya. Fayyadamtoonni website sanaa yeroo dhimma tajaajiloota dhaabbata sanaa waliin wal qabatee odeeffannoo argachuuf gara website dhaabbatichaa seenan wanti isaaniif ifa hin taanee fi gaaffii isaanitti tahu yoo jiraate, salphumatti ai Assistant website sana waliin hojjatame gaafachuudhaan deebii gahaa argachuu dandahu.
Ai Assistant kunis waa'ee dhaabbatichaa gad fageenyaan dursa kan leenjifamu yeroo tahu, innis leenjii fudhatee fi beekkumsa barsiifame irratti hundaa'ee gaaffii maamiltoonni gaafatan akkuma ilma namaatti deebii kennaaf. Asitti wanti hubachuu qabnu, dursa ni leenjifama malee, kallattiidhaan deebiin inni deebisuu qabu itti hin himamu. Innis waan baratee fi leenjifame irra dhaabbatee, ofii isaatiif yaada isaa waan deebii taha jedhu qindeessee deebisaaf.
Haala saniin dalagaa silaa nama itti ramadnee baasii biraatiif nu saaxiltu AI Assistant fayyadamnee, baasii jalaa baraaramuu dandeenya.
Software, website ykn application kam irrattiyyuu AI Assistant hojjachuuf kallattii irra kan isin kaahu, barnoota bu'uura Artificial Intelligence YoursTech Academy 'n isiniif qopheesse koottaa baradhaa, mul'ata keessan isa Artificial Intelligence Engineer tahuuf qabdan dhugoomsaa.
Liinkii website barnootaa: https://lnkd.in/d4pvuM_d
2 449
Repost from Abdulfetah Jemal - AJ
Introducing: EthioUpwork 🇪🇹 App
I want to share a simple app I’ve been working on for our community.
Just to be clear — I’m not an Upwork expert. I’m just starting this journey myself, and I won’t pretend to have perfect formulas or guaranteed steps to success.
What I can do is:
Share the resources I’m using
Share the tips & tricks I’m learning along the way
Share the advice and support I receive from others
Share my wins, mistakes, and lessons in real time
The EthioUpwork app offers curated resources on:
Profile setup & optimization
Cover letters & proposals
Job selection strategies
Landing your first Upwork job
Growth, consistency, and scaling - & more...
As a user, you can also:
Request content – suggest topics you want to learn
Give feedback – help improve content quality
Share resources & success stories – inspire and support the community
📱 Access and install the app here (PWA):
👉 https://ethioupwork.vercel.app/
Feel free to share your questions, feedback, and experiences in the comments 🤍
@ethioupwork
2 449
🔟 Web development project ideas for beginners
Personal Portfolio Website: Create a website showcasing your skills, projects, and resume. This will help you practice HTML, CSS, and potentially some JavaScript for interactivity.
To-Do List App: Build a simple to-do list application using HTML, CSS, and JavaScript. You can gradually enhance it by adding features like task priority, due dates, and local storage.
Blog Platform: Create a basic blog platform where users can create, edit, and delete posts. This will give you experience with user authentication, databases, and CRUD operations.
E-commerce Website: Design a mock e-commerce site to learn about product listings, shopping carts, and checkout processes. This project will introduce you to handling user input and creating dynamic content.
Weather App: Develop a weather app that fetches data from a weather API and displays current conditions and forecasts. This project will involve API integration and working with JSON data.
Recipe Sharing Site: Build a platform where users can share and browse recipes. You can implement search functionality and user authentication to enhance the project.
Social Media Dashboard: Create a simplified social media dashboard that displays metrics like followers, likes, and comments. This project will help you practice data visualization and working with APIs.
Online Quiz App: Develop an online quiz application that lets users take quizzes on various topics. You can include features like multiple-choice questions, timers, and score tracking.
Personal Blog: Start your own blog by developing a content management system (CMS) where you can create, edit, and publish articles. This will give you hands-on experience with database management.
Event Countdown Timer: Build a countdown timer for upcoming events. You can make it interactive by allowing users to set their own event names and dates.
Remember, the key is to start small and gradually add complexity to your projects as you become more comfortable with different technologies concepts. These projects will not only showcase your skills to potential employers but also help you learn and grow as a web developer.
ENJOY LEARNING
@creativedev_lab
2 449
It is funny but...
Some people waste their time by thinking and trying to understand why they waste their time.😂
Sometimes, Time is lost not in distraction, but in the endless analysis of our distractions.
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
