cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

𝙰𝚛𝚐𝚞𝚖𝚊𝚊𝚏!

Channel kana keessatii Http://t.me/mamee_loves ~Wantootaa haara haara ~Yaadoota ilaalchaa ~Goorsa tokkoo tokkoo ~Jechaa hayyoota fi kanneen biroo nii argatuu fi @wali_wajjiin4 gargaramuu nii dandeessuu

Більше
Фінляндія2 075Мова не вказанаСпорт18 104
Рекламні дописи
196
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

❤❤ ❤❤❤❤❤❤ JAALALA JAALALA ❤Jaalaltii:- ✍️ Gammachuu namaaf laatii ✍️ Waan gaarii nama yaachiisa ✍️Jireenyaa hawaasuma cimsa ✍️ kaayyoo fiinxaan baasaa ✍️ Galmaa qaqqabsiisaa ✍️ Bilisummaa yaadaa laata Kanaafuu jaalaltii Furtuu Jireenyatii
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kuta 2ffaa Qoosaaf Akkuma Maanchiister Yuunaayitid geeba Piriimeerliigii baayyee injifachuun seenaa gaarii qabu sana, ishee wajjin minyaa jaalalaa hedduu dhamdhameera. Hanga kam yoo wal-mufanneyyuu, akkuma Maancheester Siitiin galchiidhaan durfames goolii galchuurraa abdii hinkunne sana lubbuunkoo isheerraa abdii hinkuttu. Ishee wajjin yoon wal-dhabes akkuma Liverpool waggaa 30 booda Waancaa Liigii dhungate sana, erga isheen heerumtee ilmaan Shan horteeyyuu ani ofitti qabeen ishee dhungadha jedheen yaadan ture. Jaalalli koo fi jaalalli ishee akkuma Siir Aleex Feergisanii fi Maancheester Yuunaayitid walitti urgaa’ee ture. Kaayyoon keenyis akkuma Arsenaalii fi Arseen Wiingar waggoota 20 booda wal- fuunee ilmaan walirraa dhalchuu ture. Jaalallishee keessa kootti akka impaayera guddicha warra Kaataaloon Baarseloonaa keessa kootti guddatee ture; sababa miidhaginasheetiif jecha dhiirota biroo wajjin walitti dhufeenyi keenyi darbii Eel-Kilaasikoodha. Olaantummaa ani dhabuu hinbarbaanne dirree kana ture. Garuu, dhiheenya kana waan isheen taate naaf hin galle. Akkuma waltajjiin Champiyoons-Liigii Awurooppaa Arsenaaliin balfetti jireenyakoo balfite. Yeroo beellama keenyaatti argamuun hafee, akkuma moo’ichi Maancheester Yuunaayitidiin baqate jireenyakoo baqatte. Isheen Cheelsiidha; dhaabbii hinqabdu. Amala ishee keessaa kun waanan jibbuudha. Torbee yoo na dhungatte torbee boodammoo na ciniinti. Anis yeroo kanatti baayyee waanan ishee jaalladhuuf akkuma Buruunoo Fernandeez imimmaan buuseen boo’an ture. Akka Deeviid Diyehaa aarees yeroon lolu jira. Isheen garuu, akka Antooniyoo Ruudgeer balleessaa hojjetee kolfu sanatti natti kolfiti. Ani dhugaattin ishee jaalladha; isheen garuu akkuma Haarii Maaguweer dirree keessatti koomeedii hojjetu sana na gooti. Ani isheef N’Gooloo Kaanteedha; bu’ee ba’ees ‘Nan dadhabe’ hinjedhu. Calliseeman ishee jaalladha. Kaariim Beenzeemaa ta’een, jaalala isheef oomisha; garuu isheen akkuma FIFA beekamtii na dhorkatte. Keevaan Debriyuunii ta’een addunyaa jaalalaa isheef mijeessa. Ani garuu carra-dhabeessa; milkiin koo Eedan Haazardi ta’e. Isheen galata hinqabnee akka Liiverpuul, isa qabaa Saadiyoo Maanee wallaale sanadha. Akkuma Haarikeen waggoota dheeraaf Tootnahaam wajjin aarsaa kaffale, anis ishee wajjin aarsaa baayyee kaffaleera. Akka Beenjaamiin Meendii fi Maasan Giruun-Wuud intalattii godhan sana gochuuf wallaalee utuu hintaane seera sodaadheeman dhiise. Isheen kana hundumaaf kabaja hinqabdu. Jaalala koo balleessaa Kaaliiduu Kulibaalii gootee kaardii diimaadhaan onneeshee keessaa na baafte. Argasii qor-qalbiinkoo akkuma Barnimaawuuz daaraa botoroo ta’e😭. Ani ammayyuu ishee hinobsu; jaalallishee akkuma Arsenaal mataa liigichaa irra jiru onneekoo gubbaa Jira. Siif haa dhiisu Qashti! Qoosaadhaaf!🤣🤣 Gada sport press 👏🙏
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Jaalalllee koo qofaaf!🤣🤣 Jaalalli ishee jalqaba gaafa na qabu akka Eerliingi Haalandi jireeya koorratti ‘Haatirikii' hojjetee ture. Anis akka Feermiiniyoo kubbaa Sadii mijeessettin onneekoo mijeesseefii ture. Akka deggertootni Cheelsii kilaba isaanii jaallatan sanatti, yeroo hundumaa jaallalli ani isheef qabu hoo’aadha. Isheen Anaaf Baayermuniikii fi PSG’dha; morkataa hinqabdu, qofaama ishee na keessa gaallabdi. Qindoominni keenya qindoomina Neeymaar, Meesii fi M’baappee fakkaata; wal-hubanna turre.👋👋👋🤣🤣🤣 Kuta 2ffaa argachuuf link kana gadii kana join gochuun nuu hordoofaa. Yoo isinittii tolee #share #like gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa. 👉Join us Http://t.me/mamee_loves
Показати все...
Mamee_loves
Показати все...
📌Federeeshiniin Gamtaa kubbaa miilaa Awurooppaa sadarkaa kilabootaa Awurooppaa haga 20 tti ifoomsee jira. ✍️Haala kanaan kilaboota Ingiliiz keessaa Manchester City'n 1ffaa yeroo ta'u Liverpool 3ffaa, Cheelsiin 4ffaa yoo qabatan immoo Tottenham 18ffaa dha. Kilaboota Jaarman keessaa Bayern Munich 2ffaa yoo qabatuu Dortmund immoo 12ffaa dha. 1~Mun city 2~Munic 3~Liverpool 4~Chelsea 5~PGS 6~Real Madrid 7~Barcelona 8~Man United 9~Juventus 10~Ajax 11~Atletico 12~Dortmund 13~Roma 14~LEIPZIG 15~Inter 16~Villarreal 17~Oporto 18~Tottenham 19~Sevilla 20~Einterchat
Показати все...
𝗛𝗜𝗥𝗜𝗬𝗔𝗔 𓁹𓁹𓁹𓁹𓁹𓁹𓁹 ♫︎♫︎♫︎𓂸𓂸♫︎♫︎♫︎ Qaama keetif wayyaa Hojjii keetiif fayyaa dhokachuuf hallayyaa Jiruu keef hiriyaa Namaaf hin jiraattu Kophaas hin dhaabaattu Namnii walii lama Dursaa gamaggamaa Yoo sibiraa fira Duubnisaa gidiraa Fuulaan sii fakkaata Duubaan sitti qota Ati saaf hojjettaa Inni sitti hojjeta Kanaan maal jettaree? hiriyaa Moo saree Yaa mana gaararraa Halaalaa bal'aadhaa Yoo ga'an karraarra Keeyyansaa jallaadha Namnii hiriyaa hedduu Tokkollee hin qabu Kan hiriyaa hattuu Walumaanuu gabbu Iddoon ati jirtuu Filannoo guddataa Caaltuu keessaan fuurtuu Booda ni gaabbitaa Erga birraan baatee Fayyamaan argaannee Ormi maal nu godhee Teenyuma dadhabnee Namnii horiyaa hin qabnee Yoomiyyuu kopheessa Homan odoon dhabnee Kophummaan ajjeessa Garuuu.... Hiriyaan badaadha Gamaggamlaali Badee si balleballeessa Akka warra sanii Ammon... Hiriyaan huccuudha Yoo beektee uffattee Jiruun kee bicuudha Yoo dabatti yaadde# Hiriyaan beekumsa Yoo itti beekani Jiruun kee jeequmsa Galfata nyaannani Dhamsii koo kun lama Dhagahaa yaa nama Tokkoon hiriyoomaa Lammaaffaan wal-shoomaa Wal-cina dhaabadhaa "Waliif jirra jedhaa!" 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Yoo sii gammachisee #share #like gochuun maatii channel kana taha join us👇👇👇👇👇 Http://t.me/mamee_loves
Показати все...
𝙰𝚛𝚐𝚞𝚖𝚊𝚊𝚏!

Channel kana keessatii Http://t.me/mamee_loves ~Wantootaa haara haara ~Yaadoota ilaalchaa ~Goorsa tokkoo tokkoo ~Jechaa hayyoota fi kanneen biroo nii argatuu fi @wali_wajjiin4 gargaramuu nii dandeessuu

🗓 Tuesday, December 27 🖥 TV Varzish 🔴 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 England: Premier League ⁹ Chelsea - Bournemouth ¹⁴ ⏱ 2:30 ETH Local 🇪🇹 ⏱ 8:30 PM ⏱ GMT+3 20:30 🖥 TV Varzish 🔴 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 England: Premier League ⁵ Manchester United - Nottingham Forest ¹⁹ ⏱ 5:00 ETH Local 🇪🇹 ⏱ 11:00 PM ⏱ GMT+3 23:00                                                                               Http://t.me/mamee_loves
Показати все...
𝙰𝚛𝚐𝚞𝚖𝚊𝚊𝚏!

Channel kana keessatii Http://t.me/mamee_loves ~Wantootaa haara haara ~Yaadoota ilaalchaa ~Goorsa tokkoo tokkoo ~Jechaa hayyoota fi kanneen biroo nii argatuu fi @wali_wajjiin4 gargaramuu nii dandeessuu

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.