cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

Більше
Рекламні дописи
18 762
Підписники
+3424 години
+1327 днів
+55430 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
💔Abbaa intala isaa sababa beelaatin dhabe argu caalaa kan nama gaddisiisu jiraa? Ummata islaamaa Filisxeem yahuudaa qofa oso hintahin kan fixaa jirtu...hogganoota biyyoota islaamaati jedhaman faadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3930Loading...
02
Seenaa akkaan gaddisiisaa kana argee  isinitti himuu male bira darbu hindandeenye... mee sirnaan dubbisaa. - nitiin Da'umsaaf kutaa baqaqsanii itti yaalan galchaniin. Dhira bareedaa deesse isin garuu adunyaa kanarraa boqatte. Abbaan mana baay'ee gaddee. Daa'ima kana ofiin kunuunsee guddisuu waan hindandeenyeef adaadaa isaatiitti kennee erga ji’oota hadhaawo torba dabarsee booda haadha manaa biraa fudhe. Haadha mana haaraa kanarraas Rabbiin daa'ima dhira tokko fi durba tokko kenneef. ilma isaa waggaa sadiin dura adaadaa isaatiif kenne of bira guddisuuf fideen. Yeroo kana haalli haadha manaan isaa jijjirame. Daa'ima ganna afuur hingeenye kana midhu eegalte. Irra deddeebiin badii male daa'ima kana tumti. Yaaddoon isi hundu ilmaan isi lamaaniif male daa'ima haati irraa dute kanaaf dhimma hinqabdu. Nyaata ilmaan isirraa adda baaftr qophaatti kennitif. Gaaf tokko nitiin kun maatiiwwan isi irbaata affeerte. Nyaanni addaddaa dhihaate ture. Daa'imni ganna afuur hingeenye kun nyaata kanarraa dhandhamuuf harka isaa hennaa hiixatu... baay'ee itti iyyitee lolaanii manaa fudhatte baate.  Ala baafate haga keessummoonni bahaanitti akka mana hinseenne akeekkachifte daabboo muraa harka keesse alatti dhifteeni mana seente. Halkan baay'ee qorraa tahe ture. Daa'immaniif miti nama guddaatifillee ni ulfaata. Qorrii itti haammaate mana seene akka hin rafneef haati manaa abbaa isaa akekkachifteeni jirti. Daa'imichis mana isaa kessatti alagaa tahe daabboo muraa keenniteef nyaataa achuumatti marfatee hirribni fudhateen. Yeroon deeme keessummoonnis bahan. Nitiinis daa'ima ala jiru dagatte  ilmaan isi qabatte kutaa ciisichaa isitti seente. Yeroon deemera  abbaan hojii irraa barfate dhufe. Irbaata sif dhiheessu jennaan... alaa akka nyaate itti himee  mucaan isaa essa akka jiru gaafateen. "Kutaa ciisichaa kessa rafeera" jetteen. ala Qorra sana kessa akka dhifteen dagatteetti. Namichis ni rafe. Battalumatti haatii manaa isaa duraanii manaamaan (Abjuudhaan) itti dhufte..." ilma keetif dhaqqabi" jetten.  Namichis hirriba irraa rifate ka’e "mucaan koo essa jira?" jedhe gaafannaan... " siree irra ciiseera sin jedhe miti?!" Jetten. Namichis deebi'ee ciise. Haatii manaa isaa duraani amma yeroo lammaffaaf abjuudhaan deebite dhufte. " ilma keetiif dhaqqabi" jetten. Namichis isa duraa caalaa hirriba isaarraa rifate ka’e. "mucaan koo essa jira?" Ammas gaafateen. Nitiinis  "maaliinni aati Calliftee kan rifattu!? Mucaan rafeera sinjedhe miti.calliisi rafii" jetteen. Namichis yeroo sadaffaaf deebi'ee rafe. Akkuma xiqqoo hirribni fudhaten haati manaa isaa duraani haala adda taheen fulli isi jijjirame abjuudhaan deebite dhufte " dhisii baqqaa mucaan na bira dhufeera" hennaa jeettun baay’ee rifate hirriba irraa dammaqe. ariitidhaan Kutaa mucaan kessa rafu sana hennaa dhaqee argu mucaan hinjiru. Rifate mucaa barbaadu eegale. Kutaa hunda kessa barbaade dhabe. Balbala bane gama alaa hennaa bahuu... mucaan qorra diilallaa'aa kessa qorri gogseeni argateen.  Mataa isaa mila lamaan isaa gidduu galche maratee...daabboo muraa nitiin itti kennite garii irraa nyaate gariin cinaa isaatti kufe lafarratti argateen. Abbaan naasuudhaan hennaa sochosuun homaa hinjiru. Hennaa ol qabuun mucaan dunyaa kana kessaa godaanera. Mucaan jaalala haadhaan male guddate kun harme isaatiin walgahuuf gara isitti godaane. Nutii kan Rabbiiti gara isaattis deebitoota! Waan ilmaan kessan irratti akka gahu hinfeene tokko ilmaan namoota biroo irratti akka gahu hin heyyaminaa. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3534Loading...
03
Rabbiin gabrootan akka isa gabbaraniif uume... namni tokkollee haala sirrii taheen fi Rabbiin isarraa jaallatuun  Rabbiin gabbaruu hindanda'u... haga Rabbiin isaa sirritti beeku... haga maqaa fi sifa isaa beeku...haga diinii fi shari'aa isaa beeku... akkasumas haga galataa fi adabbii isaa beekutti. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3140Loading...
04
Media files
6953Loading...
05
Barsiisaa:  biyyi baay'ee fagoo kamii?? barataa:   Filisxeem Barsiisaa:  akkam akkana jechu dandeesse? barataa: muslimoonni adunyaa " yaa Filisxeem sif dhufaa jirra" erga jedhan waggoonni hedduun lakkaa’aman haga ammaa garu achii hingeenye. Oduu qofa!  Kun nashiidaa isaatiin " yaa aqsaa" jedhaa gurra nu adoocha. Sun "aqsaan sarara diimaa kenya" jedhaa ummata sossoba. Walitti fufiinsaan Erga jimlaadhaan muslimoonni filisxeem ajjeefamu eegalan walakkaan waggaa dabarfate. Dhugaan muslimoota addunyaas ifa bahe. Omicha galaanaa male homaa akka hintaane argame. Kanaanis haadisni armaan gadii kun dhugoome. Nabiin Rabbii ﷺ " namoonni akka nyaataaf wal waaman isinirratti wal waamu". jedhan   Sahabaan tokkos " nuti yeroo muraasaa (lakkoofsi kenya muraasaa)?" Jedhe.  Nabiin Rabbii ﷺ " lakkii hinumaa isin baay'eedha, garuu isin akka omicha lolaati (bishaan). Rabbiin onnee diina kessan kessaa sodaa isinif qaban dhabamsiisa. Onnee kessan kessatti ammoo #wahnii hora". "maali inni wahniin?" Jedhe sahabaan. Nabii Rabbii ﷺ " dunyaa jaallachuu fi du'a jibbuu" jedhe. Nabiin Rabbii dhugaa dubbatan. Hadha bahaaf dhiha irraa wal waamanii muslimoota adabbii haamaa ajjeechaa sukkanneessaa fi hidhaadhaan adabaa jiru.  Akka adunyaatti akka baay'inaan sadarkaa 1ffaa irratti ni argama jedhame dubbatamu hordoftoota amantii islaamaa muslimootadha. Garu baay'inni isaanii isaan hin fayyanne. Duniyaa (ilma, dubra, manaa fi kkf) jaallatanii  du'a ( karaa Rabbii kessatti lolu) waan jibbaniif jiruu gadaantummaa jiraachaa jiraatu. Omicha lolaa! Rabbiitti maganfanna! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 0902Loading...
06
Intala baay'ee jaalladhuun tokkotu turte. Baay'een jaalladhaan. Akka naa waliin ciftu gaafadheen. Na didde. Gaaf tokko rakkinni wahii mudateen. Bara beelaa ture. Dhufte maallaqa na gaafatte. Isi waliin cisuuf diinaara 120 itti kenne.  Naaf heyyamte. Akkuma sarbaa isirratti kufeen... akkana naan jette.." Rabbiin sodaadhu! Haqaan male saamsamicha hinbanin!" Battalumatti ka’e dhaabbadhe. Yaa Rabbii kan kaniin godhe fula kee barbaade yoo tahe rakkina jirru kana kessaa nu baasi hennaa jedhu... dhagaan guddaan sun baname. Seenaa nabiin Rabbii ﷺ nuuf himan kessaadha. Namoonni sadan sun holqa kessa seenanii dhagaan gangalate karaa bahumsa itti cufee jennaan... sadan isaanitu hojii gaggaarii isaanii kanaan dura hojjataniin Rabbii isaanii kadhatan... dhagaan guddaan sun karaa irraa gorraan holqa kessaa bahan. Atoo hojii gaarii Rabbitti si dhiheessu qabdaa? Hojii Kan rakkina kessaa si baasu lafa kaa'attettaa? Hojiin gaggaariin furtuu rakkina dunyaa fi akhiraati. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 0374Loading...
07
Ajajawwan Rabbii akka shari'aatti bakka lama qodamu:- 1. ajajawwan lubbuun namaa jaallatu kan akka:- nyaachu, dhugu, dubartoota jaallatte irraa haga afuuri fuuchuu, adamsoo fi kkf. 2. Ajajawwan lubbuun jibbitu. Kuni bakka lamatti qodama:- 2.1. Ajajawwan salphaa  kan akka:- azkaar, salaata, sooma, Qur’aana dubbisu fi kkf. 2.2.  Ajajawwan ulfaatoo  kan akka:- namoota gaariitti ajajanii hamtuu irraa dhorku, karaa Rabbii kessatti jihaadu, Rabbiif jedhanii jaallatani Rabbiif jecha jibbuu fi kkf. - imaanni ajajawwan Rabbii hunda salphaas tahe ulfaatoo hojjachuudhaan dabala. Yoo imaanni dabale ibaadaawwan lubbuuf ulfaatoo ta'an martu salphataa dhufu. Ajajawwan Rabbii jala  ulfaato fi sasalpho jedhe oso gargar hin baasin namni deeme jannata nagaadhaan seene. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 2523Loading...
08
Deebii:- Lukkuu Keyyata kana xinxalaa . . .   ﴿وَمِن كُلِّ شَىْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ﴾ Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne. [ الذاريات]-(49 : 51) Wanti hundu cimdii cimdii (kormaaf dhalaa) godhame uumame. Dursa hindaaqo kormaa fi lukkuu dhalaatu uumame.  Achii booda kormaaf dhalaan walqunnamudhaan karaa hanqaaquu busuudhaan wal horu eegalan. Hunda Caalaa Rabbiitu beeka! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 1524Loading...
09
Namoota Islaamummaa balleessan: - waan beekaniin hin hojjatan - waan hin beekneen hojjatu - waan hin beekne beekuf hin baratan - namoota barnoota irraa dhorkuu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 9265Loading...
10
Zul Hijjaa Guyyoota gabaan ibaadaa kessatti dhaabbattu fi mindaawwan dachaadhaan baay'ifaman kessaa guyyaa kurnan duraa zul hijjaa kanadha. Guyyaan kun guyyoota adunyaa hunda ni caala. Guyyoota akkanaa kessa... - Rabbiin zakkaru - soomu - sadaqachu fi ibaadawwan kanbiroo gochuun ajrii dachaadhaan waan argamsiisaniif carraaquu qabna. Warra khayrii walii dhaaman irraa tahuuf  share waliif godhaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 7825Loading...
11
mee xinxalaa🤔 yaadaa ..sammu kessan sochoosaa... deebii kanaaf ragaa Qur’aana kessaa tahu asiin nuf ergaa 👇 jecha Rabbii kamtu kanaaf ragaa taha @Qaribanbot
1 9210Loading...
12
Media files
1 9065Loading...
13
Yoomi guyyaan iidaa (ayyaanaa ) kessan? jedhe gaafatamnaan. " guyyaa odo maasiyaa (badii) hin hojjatin dabarsine martu iida kenya " jedhe. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 8021Loading...
14
" Fakkeenyii dunyaa fi akhiraa akka nama haadha manaa lama qabuuti...isi tokko yoo gammachise isi kaan dallansiisa ". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 7452Loading...
15
dhugaa shakki hinqabne! - oso akka warrii kuffaaraa Islaamummaa balleessuuf qabeenya baasan sana muslimoonni  kufrii balleessuuf qabeenya isaanii baasanii adunyaa kessa Islaamummaa male amantaan biraa hinjiraatu. Akkasumas... - oso akka kuffaaronni amantaa isaanii babal'isuuf qabeenya baasan sana muslimoonni Islaamummaa babal'isuuf qabeenya isaanii baasanii ammas adunyaa irratti Islaamummaa male amantiin biraa hinjiraatu. Garuu nuti Omiicha lolaa taane! Amantii kenyatti haa deebinu! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 1865Loading...
16
- tarii wudun bishaan qabbanaan gootu kun... Ibidda akhiraa sirraa qabbaneessa taha. Salaata laylii tikfadhu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 9555Loading...
17
Seenaa shahiidotaa haala ajaa'ibaan qophaa’e 👇chaynali armaan gadii kana galtanii argachu dandeessu. 👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi
2 4832Loading...
18
Deebii:- Shahiida diiniif wareegame Jannata kessatti sadarkaawwan garaagaraatu jiru  sadarkaa 1ffaa fi isa olaanaa kan argatan Nabiyyootadha. Isaanitti aansuudhaan sadarkaa olaanaa kan argatan shahiidota karaa Rabbii kessatti wareegamaniidha.  قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " الْقَتْلُ ثَلَاثَةٌ : رَجُلٌ مُؤْمِنٌ جَاهَدَ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فِي سَبِيلِ اللَّهِ حَتَّى إِذَا لَقِيَ الْعَدُوَّ قَاتَلَهُمْ حَتَّى يُقْتَلَ، فَذَلِكَ الشَّهِيدُ الْمُمْتَحَنُ فِي خَيْمَةِ اللَّهِ تَحْتَ عَرْشِهِ، لَا يَفْضُلُهُ النَّبِيُّونَ إِلَّا بِدَرَجَةِ النُّبُوَّةِ، " "Ajjeechaan sadiihi: gurbaan mu'uminni karaa Rabbii kessatti  lubbuu fi qabeenya isaatiin haga aduwwiin walgahe lole ajjeefamutti jihaade, sana shahiinni qorame dunkaana Rabbii arshii jala kan jiraatu, nabiyyoonni sadarkaa nabiyyuumma isaanitiin male hincaalaniin." Ragaaleen kanbiroos nijiru. Shahiidni bakka guddaa akka qabu muslimni hundu kan beekudha. Garu shahiida tahuuf kan hojjatu nama baay’ee muraasadha. Mujaahida oso hintahin shahiida tahu kan hawwutu heddumaate.  Sadarkaan shahidoota kan akkan olkaa'eef sababa hedduutu jira. Namoonni ilmaan fi haadha manaa isaanii waliin  firaashi hoo'aa irratti hennaa bohaaran...mujaa'hi'nni gaara diilallaa'aa fi gammoojjii gubaa kessa Rakkinaan dabarsa. Namoonni nyaata barbaadan filataa Hennaa nyaatan inni garu guyyoota hedduuf waan liqmfamu dhabe baala mukaa afaan ka'ata.  Bombiin gaaraa gad akka roba ganna irratti gadhifam. Qabsoon karaa Rabbii kessatti godhu  shororkeessummaa jedhame midiyaa irratti maqaan isaa bada. Diina dura  namoota anii muslima jedhani falmanun balaaleffatama. Kana hunda obse lolee wareegame. Rabbiiniis sadarkaa guddaa  nama akka isaa tahe wareegame male bira hindhaqqabne  badhaasen. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 4714Loading...
19
Media files
2 2713Loading...
20
Ibaadaa salafotaa " waggoota shantamaaf Rabbiin gabbare  garu mi'aawina ibaadaa haga wantoota sadan kana dhisuutti hin arganne:  - Namootaan jaallatamuuf kijiba dubbachu dhisee haga dhugaa dubbachu danda'utti. - hiryoota faasiqtoota dhise hiryoota gaggaarii horadhutti. - mi'aawina dunyaa dhisee mi'aawina akhiraa dhandhamadhutti". Ahmad ibnu harb  Rahimahu Allaah. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 2403Loading...
21
Of eeggadhu!  yaa gabricha...  Rahmanni Rabbii bal'aa tahu abdatte halkanii fi guyyaa badii hojjattu.  Namoota Armaan gadii kanirraa akka hintaane enyuutu wabii siif kenne??   رَبَّنَآ أَخْرِجْنَا نَعْمَلْ صَٰلِحًا غَيْرَ ٱلَّذِى كُنَّا نَعْمَلُ Isaanis ishee keessatti “(Yaa) Gooftaa keenya! Isa duraan hojjachaa turreen ala toltuu hojjennaa nu baasi” فاطر 37 Hojii male jannataa fi Rahmata Rabbii argachuuf hawwuun gowwummaadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 0832Loading...
22
💔namni dhukkuba qalbiiti ala dhukkubsate martu fayyaadha. Yaa Rabbii qalbii kenya - wanta si dallansiisu hunda irraa eegin - karaa qajeelaa hunda qajeelchin - jaalala keetiin guutiin - qalbii nagaa jannataan ittiin seennu nuf kenni! ﴿إِلَّا مَنْ أَتَى ٱللهَ بِقَلْبٍۢ سَلِيمٍۢ﴾ Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 96610Loading...
23
👇👇👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi/63 ☝️☝️☝️ kana tuqaati barreeffama isinif dhufu erga dubbisatan booda gaaffi armaan gadii dhihaate irratti hirmaadhaa.  Hiriyoota kessaniif share godhaa
2 1292Loading...
24
Qabsoo fi Arsaa - nabii Rabbii ﷺ hennaa lola badriif bahu  ummata mari'achise. Miqdaad ibnu amr Radiyallaahu Anhu ka'e dhaabbate akkana jedhe. . . " yaa rasuula Rabbii bakka Rabbiin si ajajee irratti imali nuti si waliin jirra. Wallaahi akka ilmaan Israa'el musaadhaan jedhan sana sin hinjeennu.. "Atiifi Gooftaan kee deemaa lolaa, nuti asuma teenya.’’ (Al maa'idaa 24) . . . Garuu atii fi Rabbiin kee deemaa lolaa, nutis isiin waliin taane lolla. Wallaahi!  Rabbii nabiyyi godhe si ergeen kakanna! Oso gama galaana duulte si waliin duulla". Garaagarummaan nuufi sahaabota gidduu jiru maal akkana bal'achuun isaa yaa jarana ?? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3315Loading...
25
#Deebii B. Nabiyyullaah zakariyyaa Umamtoota kessaa nama Nabiyyoota caalaa Rabbiitti dhihoo tahe hinjiru. Isaan ergamtoota isaa kabajamodha. Namni akka isaanii diinii kanaaf qabsaa’ee arsaa godhe hinjiru. Nabiiyonni hundu bu'aa ba'ii hedduu dabarsaniiru. Waamicha gara tawhiidaa godhan kessatti ummata isaanirraa dorsiifni fi yaaliin ajjeechaa irratti aggaammatamer. Kan ajjeefamees jira.  Biyya ari'ame rakkina guddaaf kan saaxilamees jira. Kanneen kessaa nabiiyyi kenya muhammad ﷺ isa tokko. Nabiyyoonni du'aayiin isaanii qeebalamtudha. Yoo kadhatan ni owwaatamaaf. Kana waliin garu rakkina hunda kessa dabarsan. Arrabaa fi harkaan diina irratti qabsa'an. Ofii Lolanii lolchiisan. Cabanii kufanii dadhabanii diinii kana nu biraan gahan.  Du'aayii qofaan oso islaamaafi muslimootaaf tumsa tahe silaa nabiyyoonni balaa kana hunda kessa hin dabarfan ture.  - Egaan nuti isaan caalaa Du'aayiin kenya Rabbiin biratti qeebalamtu taate  qabsoo dhifne du'aayiidhaan islaamaa fi muslimootaaf tumsuufi??  - jibriil alayhissalaam  kochoo isaa tokkon qofa Biyya guutuu garagaggalchu danda'a heyyama Rabbiitin. Jibriil saahib nabii Rabbii ﷺ dha.  Kana waliin nabii Rabbii ﷺ dirree waraanaa seene lolaa fi lolichasaa ture haga ilkaan irraa cabee mataansaa dhiguutti.  Du'aayii oso gochuu danda'u kan hunda maaf ta’e ?? Abbaan sammuu qabuu islaamummaan lafee fi dhigaan, lolaa fi qabsoodhaan male akka hinnassaramne haa baratudhaafi. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 9478Loading...
26
Media files
2 77911Loading...
27
Haguma Jaalalli adunyaa lubbuu kee kessa jiraatteetti  diiniin fi imaanni kee hir'achuun isaa hin oolu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 8174Loading...
28
" Wantoota lamaan kana yoo qabaatte  khayrii dunyaa fi akhiraa milkoofta. . . - Wanta Rabbiin jaallatu tokko yoo lubbuun kee jibbiteelle hojjachu. - wanta Rabbiin jibbuu tokko yoo lubbuun kee jaallattelle hojjachu dhisu". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 15210Loading...
29
Du'aayii male maal qabna? Dorsisaa fi ajjeechaa sukkanneessaa obboleeyyan kenya Filisxeem irratti gahaa jiru  hennaa dhagahan  " ayii du'aayii gonaaf  silas du'aayii male maal qabna" namoonni jedhan baay'achaa dhufun isaanii  jechii " du'aayii male maal qabna" jedhu kun namoota hedduu biratti sirri akka tahee hubatamaa dhufaa jira. Du'aayiin karaawwan muslimni tokko obboleyyan muslimaatif tumsuu (gargaarsa godhuuf) kessaa isa tokko male. . . Isa tokkicha qofaa miti.  Muslimni akka qaama tokkoti. Atii ijji kee ykn qaamni kee tokko  dhukkubsannaan  "du'aayii malee maalan qabaa?" Jette  mana yaalaa deemu ykn qoricha barbaadachu hin dhiftu. akka Rabbiin sifayyiisu du'aayii godhu kee waliin fayyaa kee deeffachuuf tarkaanfiiwwan hunda ni fudhatta. Fallii Dararaa fi ajjeechaa muslimoota adunyaa irratti gahaa jiruuf qabnu du'aayii qofaa miti!   Lugnummaa fi dadhabiin imaana kenyaa  golga #du'aayii jala dhokfachuun gara nifaaqumaatti nu oofa male   Ajaja Rabbii armaan gadii kana kessaa nun baasu!   ﴿وَمَا لَكُمْ لَا تُقَٰتِلُونَ فِى سَبِيلِ ٱللهِ وَٱلْمُسْتَضْعَفِينَ مِنَ ٱلرِّجَالِ وَٱلنِّسَآءِ وَٱلْوِلْدَٰنِ ٱلَّذِينَ يَقُولُونَ رَبَّنَآ أَخْرِجْنَا مِنْ هَٰذِهِ ٱلْقَرْيَةِ ٱلظَّالِمِ أَهْلُهَا وَٱجْعَل لَّنَا مِن لَّدُنكَ وَلِيًّۭا وَٱجْعَل لَّنَا مِن لَّدُنكَ نَصِيرًا﴾ Sila maaltu isiniif jiraatee karaa Rabbii keessatti, warra dadhaboo dhiirota, dubartoota, ijoollee irraa ta’an, isaan “Gooftaa keenya! Magaalattii jiraattonni ishee miidhaa raawwattoota ta'an kana irraa nu baasi; gargaaraa Si biraa ta’es nuuf taasisi; tumsaa Si biraa ta’es nuuf taasisi” jedhaniif jettanii hin lolle? [ النساء]-(75 : 4) Iii maaf hin lollee?? - du'aayii godhaafi jira - hiriira nagaa bahaafi jira jechuufi? Yoo islaamummaatti seente 100% dhibbaan dhibbatti seenudha. Tokko qabanii kaan dhisuun  nifaaqummaadha.  Karaa Rabbii kessatti qabsaa'uun kee du'aayii gochuurraa sin dhorkuu.  Nuti Haq-ibsoota 👇 kun telegraama kenya https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 7256Loading...
30
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 1745Loading...
31
sababnii Dubbiin bade! ummanni islaamaa salphate...kabajaa dhabe bakka hundatti ajjeefamaa fi buqqaafamaa jiruu~ garaagarummaan dhiraa fi dubartii giddu jiru dhaabatanii fincaa’u fi ta’aanii fincaa’u qofa waan taheefi. Kormii bineensaalle diina alagaa gamtaa isaarraa qolachuuf ni lola, ni qabsa'aa. Hindaanqoon cuucii isirratti duuti male cuucii isii dinaaf dabarsite hin keennitu. Haala ummata islaamaa bara kanaa yoo ilaalte dhiroonni isii korma bineensaa fi beeylada gad tahaniiru. Abbaan isaa, haatii isaa, haadha manaan isaa fi ilmaan isaa oso ajjeefamanu ilaaluu  hin socho'uu. Dhiirummaan isaa waraaqaa adda ofitti maxxanfatanii  akka saree magaalaa kessa iyyaa naanna'urraa hindabarfatu (hiriira nagaa isa jedhan sana). Seenaa qabna seenaa keenya ofduuba mil'anne haa ilaallu yaa dargaggoo muslimaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 5121Loading...
32
" oso lubbuun kessan Qulqulluu taate silaa jecha Rabbii kessan Qur’aanaa qara'urraa hin quftan ture ". Usmaan Radiyallaahu Anhu 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 4804Loading...
33
https://t.me/HQ_Gaaffi/55 ☝️kana tuqaati sagantaa Raadiyoo torbee 76ffaa dhaggeeffadhaa! sagantaa baay'ee midhagaa tahe nuf dhiheessan namoota biroofis erga!
2 5761Loading...
34
of gaafadhu? namichi kun... - soreessa - adii bareedaa ykn araba - saba kabajamaa - doktora ykn Profeser - nama hordoftoota hedduu qabu - hayyuu beekamaa fi wantoota adunyaa irratti namoonni argachuuf hawwan martu oso harka isaa jiraate  wantii amma isa fayyaduun jiraa?? Yaa namaa du'aa kee irraa yoon baranne enyurraa barattaa?? 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 33710Loading...
35
Guyyaan guyyaa kibxataatii. . . Hiryootan koo lama waliin taane qabrii nurraa xiqqoo fagaate argamu tokko ziyaaruuf deemne. Bakka qabrii geenye  oliif gadii naanna'aa daawwachu eegalle. Hundi keenyatu adda faffacaanee turre. Isaanirraa xiqqoo fagaadhe kophaa dhaabadhe oso jiru... fooliin wahii dhufee funyaan na seene. Fooliicha hordofee Hennaa gara bitaa kootitti garagalu  tisiisonni muraasnii qaawwa wahii irratti barriisaa argeen. Hammuma gara qaawwichaatti dhihaadhaa dhufeen fooliin funyaan na seene sun dabalaa dhufe. Wanta baay'ee na rifachiisee tokko arge dhaabadhe!  takkaa waan akkanaa suuraa ykn vidiyodhaan male qaamaan ija kootin arge hinbeeku. Ijjii koo bolla sana kessaa akka waan malakal mawtiin argee wahii dhaabbate haafe.  Akkuma xiqqoo tasgabbaa'een  hiryoota koo lamaan iyyee waame.  " ko.. kottaa... qabrii bishaan lolaa jigse banaa jiru arge" jedhaa waameen.  Qabriicha kessa lafee nama guutu garu foon ofirraa hinqabne argee. Dugdaan ciisee samii ilaala. Foon tokko ofirraa hinqabu. Mataadhaa haga milaa lafee qofa.  Abbaan qabrii kanaa enyuu akka tahee hinbeeku kan obboleessa kenya Muslimaa tahu isaa male.  Sila garuu muslima tahu isaa male wanti biraa maal isa fayyadaan?? Lafe qabrii kana kessa cisaa jiru argitee... oromo ykn amhaar tahu isaa beeku hindandeessu. Oh  saba isaa dhisii faranjii adii ykn gurraacha Habashaa tahu isaa hinbeektu. Lafe Qulqulluu foon ofirraa hinqabneetu cisee jira. Faranjummaan ykn Oromummaan akkasumas bifti fi sabummaan  enyummaa dunyaa gubbaa gaafa lafeen kee foon uffate sana jiraataa turteedha. Dhaabadhe xinxaluu jalqabee! Qabrii kana kessa namicha lafe tahe cisaa jiru kana malee... maallaqa isaas tahe konkolaataa isaa hin agarre. Akkasumas qophaa isaa dukkana ija jaamsun marfame malee maatii isaas tahe ijoollee isaa isa waliin hin agarre. Hundii isaanii bolla tokkotti awwaalanii qophaa isaa isa dhisaniini irraa gara mana isaanitti deebi'anii kolfuu fi taphachuu eegalaniru. Hojii isaatu qofa isa waliin haafe! Ee salaata, sooma, sadaqaa fi da'awaa muslimootaaf godhu akkasumas kkf qofatu isa waliin haafe.  Haa wanni biraas haafera... Yoo Nama karaa Rabbii kessatti qabsaa'u ta’ee  karuma Rabbii kessatti wareegame tahee... qaama jijjirrate male gabrichi kun hinduune. Ee! lubbuun isaa qaama namummaa isaa kessaa baate gara qaama sinbiraatti seente jannata kessa bakka barbaaddetti barriisuuf ol baate. Qabrii ziyaaruun baay'ee jaalladha! Qalbii koo jiisa. Lubbuun koo... "Shahiida taate male dunyaa kana kessaa hin bahiin" naan jeetti. Shahiduummadhaan male karaan du'a jalaa itti baqatan hinjiru. Qabrii ziyaaruu baay'isaa inni mana kessani. قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " أَكْثِرُوا ذِكْرَ هَاذِمِ اللَّذَّاتِ ". يَعْنِي الْمَوْتَ. " du'a mi'aawina addaan kutaa tahe yaadachu baay'isaa" ...✍Al~Oromiiyy 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 75412Loading...
36
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 47012Loading...
37
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 54013Loading...
00:13
Відео недоступнеДивитись в Telegram
💔Abbaa intala isaa sababa beelaatin dhabe argu caalaa kan nama gaddisiisu jiraa? Ummata islaamaa Filisxeem yahuudaa qofa oso hintahin kan fixaa jirtu...hogganoota biyyoota islaamaati jedhaman faadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
2.14 MB
😢 7👍 1🔥 1
Seenaa akkaan gaddisiisaa kana argee  isinitti himuu male bira darbu hindandeenye... mee sirnaan dubbisaa. - nitiin Da'umsaaf kutaa baqaqsanii itti yaalan galchaniin. Dhira bareedaa deesse isin garuu adunyaa kanarraa boqatte. Abbaan mana baay'ee gaddee. Daa'ima kana ofiin kunuunsee guddisuu waan hindandeenyeef adaadaa isaatiitti kennee erga ji’oota hadhaawo torba dabarsee booda haadha manaa biraa fudhe. Haadha mana haaraa kanarraas Rabbiin daa'ima dhira tokko fi durba tokko kenneef. ilma isaa waggaa sadiin dura adaadaa isaatiif kenne of bira guddisuuf fideen. Yeroo kana haalli haadha manaan isaa jijjirame. Daa'ima ganna afuur hingeenye kana midhu eegalte. Irra deddeebiin badii male daa'ima kana tumti. Yaaddoon isi hundu ilmaan isi lamaaniif male daa'ima haati irraa dute kanaaf dhimma hinqabdu. Nyaata ilmaan isirraa adda baaftr qophaatti kennitif. Gaaf tokko nitiin kun maatiiwwan isi irbaata affeerte. Nyaanni addaddaa dhihaate ture. Daa'imni ganna afuur hingeenye kun nyaata kanarraa dhandhamuuf harka isaa hennaa hiixatu... baay'ee itti iyyitee lolaanii manaa fudhatte baate.  Ala baafate haga keessummoonni bahaanitti akka mana hinseenne akeekkachifte daabboo muraa harka keesse alatti dhifteeni mana seente. Halkan baay'ee qorraa tahe ture. Daa'immaniif miti nama guddaatifillee ni ulfaata. Qorrii itti haammaate mana seene akka hin rafneef haati manaa abbaa isaa akekkachifteeni jirti. Daa'imichis mana isaa kessatti alagaa tahe daabboo muraa keenniteef nyaataa achuumatti marfatee hirribni fudhateen. Yeroon deeme keessummoonnis bahan. Nitiinis daa'ima ala jiru dagatte  ilmaan isi qabatte kutaa ciisichaa isitti seente. Yeroon deemera  abbaan hojii irraa barfate dhufe. Irbaata sif dhiheessu jennaan... alaa akka nyaate itti himee  mucaan isaa essa akka jiru gaafateen. "Kutaa ciisichaa kessa rafeera" jetteen. ala Qorra sana kessa akka dhifteen dagatteetti. Namichis ni rafe. Battalumatti haatii manaa isaa duraanii manaamaan (Abjuudhaan) itti dhufte..." ilma keetif dhaqqabi" jetten.  Namichis hirriba irraa rifate ka’e "mucaan koo essa jira?" jedhe gaafannaan... " siree irra ciiseera sin jedhe miti?!" Jetten. Namichis deebi'ee ciise. Haatii manaa isaa duraani amma yeroo lammaffaaf abjuudhaan deebite dhufte. " ilma keetiif dhaqqabi" jetten. Namichis isa duraa caalaa hirriba isaarraa rifate ka’e. "mucaan koo essa jira?" Ammas gaafateen. Nitiinis  "maaliinni aati Calliftee kan rifattu!? Mucaan rafeera sinjedhe miti.calliisi rafii" jetteen. Namichis yeroo sadaffaaf deebi'ee rafe. Akkuma xiqqoo hirribni fudhaten haati manaa isaa duraani haala adda taheen fulli isi jijjirame abjuudhaan deebite dhufte " dhisii baqqaa mucaan na bira dhufeera" hennaa jeettun baay’ee rifate hirriba irraa dammaqe. ariitidhaan Kutaa mucaan kessa rafu sana hennaa dhaqee argu mucaan hinjiru. Rifate mucaa barbaadu eegale. Kutaa hunda kessa barbaade dhabe. Balbala bane gama alaa hennaa bahuu... mucaan qorra diilallaa'aa kessa qorri gogseeni argateen.  Mataa isaa mila lamaan isaa gidduu galche maratee...daabboo muraa nitiin itti kennite garii irraa nyaate gariin cinaa isaatti kufe lafarratti argateen. Abbaan naasuudhaan hennaa sochosuun homaa hinjiru. Hennaa ol qabuun mucaan dunyaa kana kessaa godaanera. Mucaan jaalala haadhaan male guddate kun harme isaatiin walgahuuf gara isitti godaane. Nutii kan Rabbiiti gara isaattis deebitoota! Waan ilmaan kessan irratti akka gahu hinfeene tokko ilmaan namoota biroo irratti akka gahu hin heyyaminaa. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
Rabbiin gabrootan akka isa gabbaraniif uume... namni tokkollee haala sirrii taheen fi Rabbiin isarraa jaallatuun  Rabbiin gabbaruu hindanda'u... haga Rabbiin isaa sirritti beeku... haga maqaa fi sifa isaa beeku...haga diinii fi shari'aa isaa beeku... akkasumas haga galataa fi adabbii isaa beekutti. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
💯 1
Sahaabaan mootii shuhadotaa jedhamun beekamu eenyudha?Anonymous voting
  • Hamza
  • Khaalid
  • Umar
  • Abubakar
0 votes
👍 16😁 2
Barsiisaa:  biyyi baay'ee fagoo kamii?? barataa:   Filisxeem Barsiisaa:  akkam akkana jechu dandeesse? barataa: muslimoonni adunyaa " yaa Filisxeem sif dhufaa jirra" erga jedhan waggoonni hedduun lakkaa’aman haga ammaa garu achii hingeenye. Oduu qofa!  Kun nashiidaa isaatiin " yaa aqsaa" jedhaa gurra nu adoocha. Sun "aqsaan sarara diimaa kenya" jedhaa ummata sossoba. Walitti fufiinsaan Erga jimlaadhaan muslimoonni filisxeem ajjeefamu eegalan walakkaan waggaa dabarfate. Dhugaan muslimoota addunyaas ifa bahe. Omicha galaanaa male homaa akka hintaane argame. Kanaanis haadisni armaan gadii kun dhugoome. Nabiin Rabbii ﷺ " namoonni akka nyaataaf wal waaman isinirratti wal waamu". jedhan   Sahabaan tokkos " nuti yeroo muraasaa (lakkoofsi kenya muraasaa)?" Jedhe.  Nabiin Rabbii ﷺ " lakkii hinumaa isin baay'eedha, garuu isin akka omicha lolaati (bishaan). Rabbiin onnee diina kessan kessaa sodaa isinif qaban dhabamsiisa. Onnee kessan kessatti ammoo #wahnii hora". "maali inni wahniin?" Jedhe sahabaan. Nabii Rabbii ﷺ " dunyaa jaallachuu fi du'a jibbuu" jedhe. Nabiin Rabbii dhugaa dubbatan. Hadha bahaaf dhiha irraa wal waamanii muslimoota adabbii haamaa ajjeechaa sukkanneessaa fi hidhaadhaan adabaa jiru.  Akka adunyaatti akka baay'inaan sadarkaa 1ffaa irratti ni argama jedhame dubbatamu hordoftoota amantii islaamaa muslimootadha. Garu baay'inni isaanii isaan hin fayyanne. Duniyaa (ilma, dubra, manaa fi kkf) jaallatanii  du'a ( karaa Rabbii kessatti lolu) waan jibbaniif jiruu gadaantummaa jiraachaa jiraatu. Omicha lolaa! Rabbiitti maganfanna! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
👍 9💯 2 1
Intala baay'ee jaalladhuun tokkotu turte. Baay'een jaalladhaan. Akka naa waliin ciftu gaafadheen. Na didde. Gaaf tokko rakkinni wahii mudateen. Bara beelaa ture. Dhufte maallaqa na gaafatte. Isi waliin cisuuf diinaara 120 itti kenne.  Naaf heyyamte. Akkuma sarbaa isirratti kufeen... akkana naan jette.." Rabbiin sodaadhu! Haqaan male saamsamicha hinbanin!" Battalumatti ka’e dhaabbadhe. Yaa Rabbii kan kaniin godhe fula kee barbaade yoo tahe rakkina jirru kana kessaa nu baasi hennaa jedhu... dhagaan guddaan sun baname. Seenaa nabiin Rabbii ﷺ nuuf himan kessaadha. Namoonni sadan sun holqa kessa seenanii dhagaan gangalate karaa bahumsa itti cufee jennaan... sadan isaanitu hojii gaggaarii isaanii kanaan dura hojjataniin Rabbii isaanii kadhatan... dhagaan guddaan sun karaa irraa gorraan holqa kessaa bahan. Atoo hojii gaarii Rabbitti si dhiheessu qabdaa? Hojii Kan rakkina kessaa si baasu lafa kaa'attettaa? Hojiin gaggaariin furtuu rakkina dunyaa fi akhiraati. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
👍 11 2
Ajajawwan Rabbii akka shari'aatti bakka lama qodamu:- 1. ajajawwan lubbuun namaa jaallatu kan akka:- nyaachu, dhugu, dubartoota jaallatte irraa haga afuuri fuuchuu, adamsoo fi kkf. 2. Ajajawwan lubbuun jibbitu. Kuni bakka lamatti qodama:- 2.1. Ajajawwan salphaa  kan akka:- azkaar, salaata, sooma, Qur’aana dubbisu fi kkf. 2.2.  Ajajawwan ulfaatoo  kan akka:- namoota gaariitti ajajanii hamtuu irraa dhorku, karaa Rabbii kessatti jihaadu, Rabbiif jedhanii jaallatani Rabbiif jecha jibbuu fi kkf. - imaanni ajajawwan Rabbii hunda salphaas tahe ulfaatoo hojjachuudhaan dabala. Yoo imaanni dabale ibaadaawwan lubbuuf ulfaatoo ta'an martu salphataa dhufu. Ajajawwan Rabbii jala  ulfaato fi sasalpho jedhe oso gargar hin baasin namni deeme jannata nagaadhaan seene. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
👍 13
Deebii:- Lukkuu Keyyata kana xinxalaa . . .   ﴿وَمِن كُلِّ شَىْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ﴾ Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne. [ الذاريات]-(49 : 51) Wanti hundu cimdii cimdii (kormaaf dhalaa) godhame uumame. Dursa hindaaqo kormaa fi lukkuu dhalaatu uumame.  Achii booda kormaaf dhalaan walqunnamudhaan karaa hanqaaquu busuudhaan wal horu eegalan. Hunda Caalaa Rabbiitu beeka! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
👍 7
Namoota Islaamummaa balleessan: - waan beekaniin hin hojjatan - waan hin beekneen hojjatu - waan hin beekne beekuf hin baratan - namoota barnoota irraa dhorkuu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
👍 12

11👍 3