cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Absee Habiibii

Please join godhaa

Більше
Фінляндія3 180Мова не вказанаМузика75 167
Рекламні дописи
206
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Galma Abjuun Koo dhugoome Hirriiba dammaqe Yoomin gahee arga Bakkan abjuun arge Mullanni Koo fagaate Halaala addaata Akka urjii samiidhaa Gamaa na mullata Rabbii  samii ballo Utuba male uumte Ammatti naaf dhiheessi Galma Koo fagaate!!!
Показати все...
#ODUU_SIMBIRTUU Telegram irratti qarshii argadhaa kan jenne turre nama 700 qofatu itti fayyadame! Kunoo nuti isiniif qoodnee nama #700 irraa qarshii #700_Birr Ol karaa telebirr arganneerra! Dhugaatti ni kaffala itti fayyadamaa! Qarshii kana argachuufis step 4'n kanneen hordofaa: 1. Link kana tuquun start godhaa: 👉 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r04890020764 2. Channel isaanii lamaan @hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa 3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa 4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa! Nama 1 irratti qarshii 1 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu! Itti fayyadamaa!
Показати все...
ODUU GAMMACHIISAA Qarshii ni barbaaddu taanaan dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r04890020764 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r04890020764 Hojii biraa argachuuf @hamzahassen1 Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa @hamzahm11 dubbisuu dandeessu
Показати все...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐗𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 300 𝐎𝐥 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚‼️ 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮  𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻  𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂 Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇 Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda https://t.me/ET_Click_Bot?start=5589391893 1ffaa.  Share your contact isa jedhu tuqxu 2ffaa.  Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu 3ffaa ✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂 Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
Показати все...

Qabxiin darbiinsaa sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial Program) Ifoomeera. Haaluma kanaan 👉Barattoota Idileefi Halkanii  Saayinsii Uumamaa Dhiira=255 Dhalaa=234 👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Hawaasaa Dhiira=218 Dhalaa=200 👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan guddataa jiranii Dhiira=224 Dhalaa=210 👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan guddataa jiranii Dhiira=192 Dhalaa=180 👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa Dhiira=210 Dhalaa=210 👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa Dhiira=180 Dhalaa=180 👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Qaro Dhabeeyyii Dhiira=150 Dhalaa=150 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://rb.gy/44rl4 https://t.me/abseehabiibii please join godhaa itti makamaa
Показати все...
Absee Habiibii

Please join godhaa

Dabaan haguugamtullee Aduun dhugaa ni baati Rakkoofi gidiraan har'aa Bor bultee seenaa taati... Barris, namnis ni darbaa Hin shakkiin yaa qaxalee Kan iddootti hafu hin jiru Rabbi tokkicha malee! @hamzahassen1
Показати все...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐗𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 300 𝐎𝐥 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚‼️ 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮  𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻  𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂 Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇 Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda https://t.me/ET_Click_Bot?start=5589391893 1ffaa.  Share your contact isa jedhu tuqxu 2ffaa.  Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu 3ffaa ✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂 Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
Показати все...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Utuu Jireenyi keenyaa Rakkina nutti fiduu Utuu inni nu waamnee Nu jalaa qabuu diduu ~ Utuu dura keenyattii Dhagaaf jirma guuranii Utuu firaaf alagaan Hunduu nutti duulanii ~ Obsuudhuman dabarraa Arfaasaa ta'us gannaa Wanta taane hundumaa Bara tokko dubbannaa ~ Akka boonyetti hin hafuu Nii dhufaa barri ulfinaa Hin gaddiin yaa tiruukoo Kolfimee nii kolfinaa.......! @hamzahassen1
Показати все...
Godaannisa Musliimotaa fi Mootota Itoophiyaa Kutaa 1ffaa Asalaamualeykum Obbleewwan diinii Waa xiqqoo dubbadhu Naan jette qalbiinii Caalaa ummatootaa Nu godhus rabbiinii Har'a akkam jirra Kaleessa eessa turree Gargar faffacaanee Nutoo taanan burree Yahuudaaf nasaaran Nurratti walkaaftee Luubbuu musliimotaa Lafarraa mancaaftee Lafarraa balleessuuf Qabaatanis hawwii Silas karaan haqqii Hin dhabu adawwii Jalqaba ifaan diinii Addunyaadhaf ifee Ergamaan ilaahii Haqqii qabee dhufee Adawwiin balleessuuf Wanta meeqa gootee Booddee dharti kuftee Haqqiin biyya mootee Handhuura addunyaa Hundaafuu walakkaa Dachee kabajamtuun Baate biiftuun takkaa Hunda caaltuu lafaa Biyyoo biyya makkaa Jalqaba ifaan haqqii Achirraan hanga'ee Kallattii hundaanuu Addunyaa wal ga'ee Roorroof rakkoon cimtus Hundumaa dandeessee Qaanqeen ifaa sanaa Biyyaa keenyas geessee Mootin biyya keenyaas Gammachuun simatee Gaafas abdii kutee Adawwiin rifatee Gaafa ifaan haqqii Habashaa qaqqabee Najjaashin immimman Qabachuu dadhabee Dubbiin haqqii ta'uu Yoosuu isaaf galee Haqqiin hundaaf ifa Beekaa mormu malee Najjashin gammachuun Qabatee shahaadaa Haqqii ol taasisuuf Gaafas seene waadaa Najjaashin dubbate Sagalee ol qabee Tokkichummaa rabbii Habashaaf lallabee Gahee leencaa bahee Kan diinii olqabee Akkasiin anallee Shahaadan qaqqabee Ifaan haqqii latee Lalisee fireessee Gaheen kan kee maali Dabareen si geessee An beekumsa hin qabu Waa tokko hin danda'uu Waa hunda barreessuuf Yeroon naaf hin ga'uu Kanaaf keessa fiigee Tuqee mata duree Silaa naaf mijatee Tokko hin dhiisu turee Mootota Itoophiyaa Kan Najjaashii boodaa Jararraa waan xiqqoo Mee isiniif qoodaa Yohannis afraffaaf Teewodroos dabalatee Ummanni musliimaa Biratti salphatee Kumaatamni du'ee Rabbii isaan walgahee Kumaatamni ammoo Bar kaafira ta'ee Biqiltuu Najjaashin Gad fageessee dhaabee Buqqisuuf addawwii Bara hedduu ta'aabee Mataa irraa murraan Hiddi latee margee Kan dhalootni ammaa Ifaa diinii argee Milnik lammaffaf Kan bara zawdituu Ijji jiraattedhaaf Bar haqqii hin argituu Shiraan ukkamsuudhaf Gaafas dubbii haqaa Heedduu musliimotaa Jijjiiraniis maqaa Haqqii abaan rabbii Kunoo jiraachisee Amantii Bareedduu Kana nu dhaalchisee Bara lij iyyaasuu Kan ija banannee Roorroo bara meeqaa Irraa bayannannee Masjiida ijaarrannus Eeyyama argannee Rabbitti shakkarrus Yeroodhaf gammannee Yeroo xiqqoo booda Lij iyyasuun kufee Mootummaan zaalimaa Booda Hayileen dhufee Ummata musliimaa Karra nutti cufee Hedduun osoo arguu Dhiisee daandii haqaa Fakkaatee jiraachuuf Jijjiiratee maqaa Ulamoota hidhee Isa kaan fannisee Itti yoo naqellee Kaan bishaan danfisee Haqqiin har'a geesse Bar rabbiin hambisee Hayleen awwaalamnaan Booda dargiin dhufee Roorroon musliimotaa Ammas itti fufee....... Kutaan 2ffaan itti fufa... Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/hamzahassen1 Yaada nuuf kennuuf @hamzahm11
Показати все...
✿❀ 𝐁𝐀𝐑𝐔𝐌𝐒𝐀 𝐉𝐀𝐌'𝐀𝐓𝐔𝐋 𝐊𝐇𝐄𝐘𝐑𝐈𝐈 ❀✿

Barnoonni Asirraa Argattan 1. Qur'aana 2. Salaata 3. Aqiidaa 4. Cidha 5. Halaal 6. Dilii 7. Hawaasa 8. Soomana 9. Zakaa fi kkf. Join godhuudhaan irraa fayya damaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/hamzahassen1

Yaada Yoo Qabaattan 👇 @hamzahm11