uk
Feedback
Ethio telecom Afaan Oromoo

Ethio telecom Afaan Oromoo

Відкрити в Telegram

New Channel for Ethio telecom afaan oromoo

Показати більше
2 854
Підписники
Немає даних24 години
-107 днів
+4530 днів
Архів дописів
Dhaabbanni Keenya Istiraateejii Itti Aanuu Karoora Biisnasii Waggaa 2ffaa Uummataaf Ifoomeseera. Istiraateejii “Waggoottan Sa
+7
Dhaabbanni Keenya Istiraateejii Itti Aanuu Karoora Biisnasii Waggaa 2ffaa Uummataaf   Ifoomeseera. Istiraateejii “Waggoottan Sadan Itti Aananii Dijitaalaa Fi Sanaa Ol 2028” waggaa 2ffaa jechunis karoora biisnasii waggaa bara baajataa 2019 tti hojiirra oolan ifoomseera. Bara baajataa 2019 tti uwwisa 4G uummataa gara %95 tti, baay’ina magaalota tajaajila 4G  1,200 irraa gara 1,500 tti, baay’ina magaalota tajaajila 5G 33 irraa gara 73 tti guddisuuf.   Bara baajatichaatti baay’ina lakk. Maam.gara Miil. 96.2 tti, fayyadamtoota teeleebirrii Miil. 67.69 tti   Oomishaalee fi tajaajiloota haaraa fooyya’oo 312 maam. dhuunfaa fi dhaabbileef dhiyeessuuf, Galii waliigalaa Qar. Biil. 295   Istiraateejii Waggoottan Sadan Itti Aananii kan waggaa jalqabaatti milkaa'ina olaanaa galmeessisuun, guddina diinagdee biyyaa hunda galeessa ta’e fooyyessuun shoora olaanaa taphateera.   👉 https://bit.ly/3UvAR5j   #Ethiotelecom#telebirr#NextHorizon#DigitalEthiopia#DigitalAfrica#GSMA#ITU#WorldBank#OECD#G6countries#HOPR#HoF

Istiraateejii “Waggoottan Sadan Itti Aananii Dijitaalaa Fi Sanaa Ol 2028” Sagantaa Karoora Bara Hojii Waggaa 2ffaa! NEXT HORIZON - DIGITAL & BEYOND STRATEGY 2028 YEAR II 2019 EFY (2026/27) ANNUAL BUSINESS PLAN #Ethiotelecom #NextHorizon #BusinessPlan #telebirr #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🌼📞Baargamarraa Gaaffii Firoottan Keessan Irraa Isiniif Dhiyaatu Itiyoo Kooliidhaan! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamir
🌼📞Baargamarraa Gaaffii Firoottan Keessan Irraa Isiniif Dhiyaatu Itiyoo Kooliidhaan! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamirrattuu hir'ifama olaanaadhaan bilbiluuf kan dandeessisudha. 🇨🇦 Canada | 🇩🇪 Germany | 🇮🇳 India | 🇮🇱 Israel | 🇮🇹 Italy | 🇰🇪 Kenya | 🇷🇼 Rwanda  |  🇸🇦 Saudi Arabia | 🇸🇴 Somalia | 🇿🇦 South Africa | 🇬🇧 United Kingdom | 🇺🇸 USA | 🇾🇪 Yemen 📲Appilikeeshinicha buufadhaa: https://onelink.to/ethiocall Gara biyya keessaatti gatii hir'ifamaan bilbiladhaa;kuufama bitattaniin warreen isiniif bilbilan irratti osoo hin lakkaa’in bilisaan fudhadhaa! #ethioCall #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🌼Bara haaraa Kannatti hojjettootaa fi maamiltoota keessan waliin Kuufama Intarpiraayisii Ilillii Birraa Itiyoo telekoomiin k
🌼Bara haaraa Kannatti hojjettootaa fi maamiltoota keessan waliin Kuufama Intarpiraayisii Ilillii Birraa Itiyoo telekoomiin kabajadhaa! 🎁Dhaabbileef kennaa akkasumas hojjettootaaf immoo akka beekamtiif ta'utti kan qophaa'e, pilaaniiwwan tokkoon tokkoon kuufamoota sagalee, daataa fi ergaa barreeffama gabaabaa irratti hir’ifamni kan taasifamee akkasumas kennaa dabalataas %25 ni qabaata. 📍Giddugala tajaajilaa intarpiraayisii keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa ykn 📩 Corporate.Enterprise@ethiotelecom.et daawwadhaa! #EnterpriseSolutions #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🌼Bara haaraa Kannatti hojjettootaa fi maamiltoota keessan waliin Kuufama Intarpiraayisii Ilillii Birraa Itiyoo telekoomiin kabajadhaa! 🎁Dhaabbileef kennaa akkasumas hojjettootaaf immoo akka beekamtiif ta'utti kan qophaa'e, pilaaniiwwan tokkoon tokkoon kuufamoota sagalee, daataa fi ergaa barreeffama gabaabaa irratti hir’ifamni kan taasifamee akkasumas kennaa dabalataas %25 ni qabaata. 📍Giddugala tajaajilaa intarpiraayisii keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa ykn 📩 Corporate.Enterprise@ethiotelecom.et daawwadhaa! #EnterpriseSolutions #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

Dorgommii Ijoollee Koodingii AI Itiyoo Vaayibii! 🤖 Ayyaana bara haaraa ijoollee keessan waliin akka dabarsitaniif, dorgomii
Dorgommii Ijoollee Koodingii AI Itiyoo Vaayibii! 🤖 Ayyaana bara haaraa ijoollee keessan waliin akka dabarsitaniif, dorgomii guutuumatti AI qofa irratti xiyyeeffate qabannee dhufneerra! 🔗ijoollee keessan karaa https://ethiotelecomvibe.guzo.tech/register dursaa galmeesisaatii; dorgomicharratti akka hirmaatan gargaaraa.  Umuriin Ijoollee፦ 👉 Wagaa7- 10 tti  AI Future Service Story 👉Waggaa 11-14 tti  AI Digital Feature Challenge 👉Waggaa 15-18 tti AI Telecom Ecosystem Innovation irratti. 🗓 Guyyaan Yaadni pirojektichaa itti beeksifamuufi galmaa’uu qabu hanga har’a Hagayya 22 bara 2018 tti. 👏Dorgomtoota qabxii olaanaa galmeesisaniif badhaasota hawwatoos ni qabna! #EthioVibe #AIKids #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

📞✨Itiyoo Kooliidhaan Gara Biyya Keessaatti Gatii Hir'ifamaan Bilbiladhaa; Fudhadhaa! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamir
📞✨Itiyoo Kooliidhaan Gara Biyya Keessaatti Gatii Hir'ifamaan Bilbiladhaa; Fudhadhaa! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamirrattuu hir'ifama olaanaadhaan bilbiluuf kan dandeessisudha. 🇨🇦 Canada | 🇩🇪 Germany | 🇮🇳 India | 🇮🇱 Israel | 🇮🇹 Italy | 🇰🇪 Kenya | 🇷🇼 Rwanda  |  🇸🇦 Saudi Arabia | 🇸🇴 Somalia | 🇿🇦 South Africa | 🇬🇧 United Kingdom | 🇺🇸 USA | 🇾🇪 Yemen 📲Appilikeeshinicha buufadhaa: https://onelink.to/ethiocall Gara biyya keessaatti gatii hir'ifamaan bilbiladhaa;kuufama bitattaniin warreen isiniif bilbilan irratti osoo hin lakkaa’in bilisaan fudhadhaa! #ethioCall #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🌼Bara haaraa kana hojjettootaa fi maamiltoota keessan waliin kuufama intarpiraayisii ilillii birraa Itiyoo telekoomiin kabaj
🌼Bara haaraa kana hojjettootaa fi maamiltoota keessan waliin kuufama intarpiraayisii ilillii birraa Itiyoo telekoomiin kabajadhaa! 🎁Dhaabbileef kennaa akkasumas hojjettootaaf immoo akka beekamtiif ta'utti kan qophaa'e, pilaaniiwwan tokkoon tokkoon kuufamoota sagalee, daataa fi ergaa barreeffama gabaabaa irratti hir’ifamni kan taasifamee akkasumas kennaa dabalataa %25 ni dabalata. 👉🏻Pilaanii 01፦ Qarshii 200 |Pilaanii 02፦ Qarshii 400 | Pilaanii 03፦ Qarshii 600 📍Giddugala tajaajilaa intarpiraayisii keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa ykn 📩 Corporate.Enterprise@ethiotelecom.et daawwadhaa! #EnterpriseSolutions #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

✨🎁Kuufama Moobaayilaa Moolidaa! 👉🏼 Ayyaanaa Moolidaa sababeeffachuun hir’ifama addaatin kan isiniif dhiyaatan kuufamoota a
+1
🎁Kuufama Moobaayilaa Moolidaa! 👉🏼 Ayyaanaa Moolidaa sababeeffachuun hir’ifama addaatin kan isiniif dhiyaatan kuufamoota ayyaanaa karaa *999#, Maay Itiyooteel akkasumas chaat bootii ardiidhaan ofiifis bitadhaa; firaafi aanteewwan keessaniifis kennaadhaan arjoomaa! 🔗kuufamicha teeleebirri SuupparAappiidhaan https://onelink.to/telebirr yoo bitattan kennaa dabalataa %30 ni argattu! 🙌Ayyaana Gaarii! #MewlidPackage #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopian #RealizingDigitalEthiopia

🌼Dhaabbanni Keenya Eksipoo Bara Haaraa Zaman Gabayaa 2019, Ispoonsara Taayitilii (Title Sponsor) Kan Ittiin Ta'e Ifatti Eega
+9
🌼Dhaabbanni Keenya Eksipoo Bara Haaraa Zaman Gabayaa 2019, Ispoonsara Taayitilii (Title Sponsor) Kan Ittiin Ta'e Ifatti Eegalchiiseera! Tikkeettii seensaa teeleebirri SuuparAappiidhaan https://onelink.to/telebirr ykn karaa *127# yoo bitattan konkolaataa elektirikii BYD fi  doqdoqqee dabalatee carraa badhaasota kan biros isin  badhaasisuu danda’an akkasumas teeleebirriidhaan bittaa fi gurgurtaa yoo raawwattan immoo carraawwan laakii diroodhaan (lucky drew) kan biroos ni moo’attu. teeleebirrii - Baay’ee Salphaa / Saffisaa / Mijataa / Amansiisaa! #Ethiotelecom #telebirr #DigitalEthiopia #DigitalAfrica #SmartAfrica #RealizingDigitalEthiopia

Dorgommii Ijoollee Koodingii Ai Itiyoo Vaayibii! 🤖Akkuma barame, seensa bara haaraatti ayyaana ijoollee keessan waliin gamma
Dorgommii Ijoollee Koodingii Ai Itiyoo Vaayibii! 🤖Akkuma barame, seensa bara haaraatti ayyaana ijoollee keessan waliin gammachuun akka dabarsitaniif, Ai tokens fayyadamuun yaadolee dijitaalaa kan ittiin bocanii fi piroototaayippii ittiin hojjetan, dorgomii guutummaatti AI qofa irratti xiyyeeffate qabannee dhufneerra! 🔗Karaa https://ethiotelecomvibe.guzo.tech/register galmeesisaa; dorgomicharratti akka hirmaatan taasisaa.  Umuriin joolle፦ 👉 Wagaa7- 10 tti  AI Future Service Story 👉Waggaa 11-14 tti  AI Digital Feature Challenge 👉Waggaa 15-18 tti AI Telecom Ecosystem Innovation irratti. 🗓 Guyyaan pirojektichi itti galuu qabu hanga Hagayya 22 bara 2018. 👏Dorgomtoonni qabxii olaanaa galmeesisaan badhaasa qabu! #EthioVibe #AIKids #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

✨🎁Kuufama Moobaayilaa Ashandaa/Shaadayi/Ashaandiyyee/Soolal! 👉🏼kuufamoota ayyaanaa hir’ifama addaatin isiniif dhiyaatan ka
✨🎁Kuufama Moobaayilaa Ashandaa/Shaadayi/Ashaandiyyee/Soolal! 👉🏼kuufamoota ayyaanaa hir’ifama addaatin isiniif dhiyaatan karaa *999#, Maay Itiyooteel akkasumas chaat bootii ardiidhaan ofiifis bitadhaa; aanteewwan keessaniifis kennaadhaan arjoomaa! 🔗kuufamicha teeleebirri SuupparAappiidhaan https://onelink.to/telebirr yoo bitattan kennaa dabalataa %30 ni argattu! Hanga hagayya 17 bara 2018 tti Ayyaana Gaarii! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

✨🎁Kuufama Moobaayilaa Buhee/Ukee! kuufamoota Moobaayilaa Buhee hir’ifama addaatin isiniif dhiyaate karaa *999#, Maay Itiyoot
🎁Kuufama Moobaayilaa Buhee/Ukee! kuufamoota Moobaayilaa Buhee hir’ifama addaatin isiniif dhiyaate karaa *999#, Maay Itiyooteel akkasumas chaat bootii ardiidhaan ofiifis bitadhaa; firaa fi aanteewwan keessaniif immoo kennaadhaan arjoomaa! 👉kuufamoota teeleebirri SuupparAappiidhaan https://onelink.to/telebirr yoo bitattan kennaa dabalataa %30 ni argattu! Har’a halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00 tti Ayyaana Gaarii! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

✨🎁Kuufama Moobaayilaa Buhee/Ukee! kuufamoota Moobaayilaa Buhee hir’ifama addaatin isiniif dhiyaate karaa *999#, Maay Itiyoot
🎁Kuufama Moobaayilaa Buhee/Ukee! kuufamoota Moobaayilaa Buhee hir’ifama addaatin isiniif dhiyaate karaa *999#, Maay Itiyooteel akkasumas chaat bootii ardiidhaan ofiifis bitadhaa; aanteewwan keessaniif immoo kennaadhaan arjoomaa! 👉 kuufamoota teeleebirri SuupparAappiidhaan https://onelink.to/telebirr yoo bitattan kennaa dabalataa %30 ni argattu! Hanga hagayya 14 bara 2018 tti Ayyaana Gaarii! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

📞✨Bakka Diyaaspooraan jiran hundatti Itiyoo Kool dhufaa jira! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamirrattuu gatii madaalawaa
📞✨Bakka Diyaaspooraan jiran hundatti Itiyoo Kool dhufaa jira! Bilbiloota moobaayilaa ykn idilee kamirrattuu gatii madaalawaan bilbiluuf kan dandeessisudha.  🇺🇸 Ameerikaa                                  🇮🇱 Israa’el 🇨🇦 kanaadaa                                      🇾🇪 Yeman 🇿🇦 Afrikaa Kibbaa                              🇰🇪 Keeniyaa 🇮🇹 Xaaliyaanii                                     🇩🇪 Jarman 🇮🇳 Hindii                                             🇬🇧 Yunaayitid Kiingidam 🇷🇼 Ruwaandaa                                    🇸🇴 Sumaaliyaa 🇸🇦Sa’uud Arabiyaa  Appilikeeshinicha buufadhaa: App store: https://bit.ly/42Zg6jx Gara biyya keessaatti gatii madaalawaan bilbiladhaa;kuufama bitattaniin warreen isiniif bilbilan irratti osoo hin lakkaa’in bilisaan fudhadhaa! #ethioCall #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🪪 Maxxansa Kaardii Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) teeleebirri amanamummaan isaa kan mirkanaa’e teeleebirri SuupparA
🪪 Maxxansa Kaardii Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) teeleebirri amanamummaan isaa kan mirkanaa’e teeleebirri SuupparAappiidhaan gaafadhaa! Galmeef giddu galawwan kenna tajaajilaa keenyatti bilisaan erga raawwattanii booda, maxxansa kaardiif immoo karaa teeleebirri SuupparAappii apilikeeshinii ''NID (Fayda) Printing’’ jedhun maxxansa kaardii keessanii salphaatti ajajadhaatii; guyyaa fi bakka fudhachuuf filattanitti kaardii keessan fidhadhaa. 🔗 Iddoowwan fudhachuuf isiniif mijatu kanneen dhiyeenya keessanitti argaman ilaaluuf: https://bit.ly/40efSUZ teeleebirrii - Baay’ee Salphaa / Saffisaa / Mijataa / Amansiisaa! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🪪 Maxxansa Kaardii Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) teeleebirri amanamummaan isaa kan mirkanaa’e teeleebirri SuupparAappiidhaan gaafadhaa! Galmeef giddu galawwan kenna tajaajilaa keenyatti bilisaan erga raawwattanii booda, maxxansa kaardiif immoo karaa teeleebirri SuupparAappii apilikeeshinii ''NID (Fayda) Printing’’ jedhun maxxansa kaardii keessanii salphaatti ajajadhaatii; guyyaa fi bakka fudhachuuf filattanitti kaardii keessan fidhadhaa. 🔗 Iddoowwan fudhachuuf isiniif mijatu kanneen dhiyeenya keessanitti argaman ilaaluuf: https://bit.ly/40efSUZ teeleebirrii - Baay’ee Salphaa / Saffisaa / Mijataa / Amansiisaa! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

Yeroo Boqonnaa Keessanitti Geemii Taphachuudhaan Yeroo Gaarii Dabarsuurratti Muuxannoo Qabduu? Geemiiwwan bashannansiisoo fi
Yeroo Boqonnaa Keessanitti Geemii Taphachuudhaan Yeroo Gaarii Dabarsuurratti Muuxannoo Qabduu? Geemiiwwan bashannansiisoo fi hawwatoo Teeleegeemiirraa kunoo itti dhiyaadhaa! Geemiicha argachuuf Ok jedhaa gara 927 tti ergaa ykn karaa Maarsariitii https://telegames.appland.et  kanaan  taphadhaa; torbeedhumaan bilbiloota ismaartii abbaa carraa ta’aa!  Guyyoota 3’f tolumaan yaalaa; yoo jaalattan immoo guyyaatti Qarshii 3 qofa! Tajaajilicha  dhiisuu yoo barbaaddan Stop jedhaa gara 927 tti ergaa. Fuula miidiyaalee hawaasaa keenya isa sirrii: Feesbuukii: https://www.facebook.com/teleAfaanOromoo Teeleegiraamii: https://t.me/ethio_telecom_afaan_oromoo Tiwiitera(X): https://x.com/tele_AfaanOromo hordofaa. #teleGames  #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

🪪 Maxxansa Kaardii Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) teeleebirri amanamummaan isaa kan mirkanaa’e teeleebirri SuupparA
🪪 Maxxansa Kaardii Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) teeleebirri amanamummaan isaa kan mirkanaa’e teeleebirri SuupparAappiidhaan gaafadhaa! Galmeef giddu galawwan kenna tajaajilaa keenyatti bilisaan erga raawwattanii booda, maxxansa kaardiif immoo karaa teeleebirri SuupparAappii apilikeeshinii ''NID (Fayda) Printing’’ jedhun maxxansa kaardii keessanii salphaatti ajajadhaatii; guyyaa fi bakka fudhachuuf filattanitti kaardii keessan fidhadhaa. 🔗 Iddoowwan fudhachuuf isiniif mijatu kanneen dhiyeenya keessanitti argaman ilaaluuf: https://bit.ly/40efSUZ teeleebirrii - Baay’ee Salphaa / Saffisaa / Mijataa / Amansiisaa! #Ethiotelecom #telebirr #telebirrSuperApp #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia

📞📝Mallattoo Addaa Waamicha bilbilaa dhaabbileetin (Call signature) oomishaa fi tajaajiloota keessan beeksifadhaa! Hojjettoo
📞📝Mallattoo Addaa Waamicha bilbilaa dhaabbileetin (Call signature) oomishaa fi tajaajiloota keessan beeksifadhaa! Hojjettoota keessaniif yeroo bilbilamu ykn yeroo isaan bilbilan, iskiriinii bilbila moobaayilaa maamiltootaa irratti ergaa barreeffamaa mul’atuun ergaa dhaabbata keessanii dabarfachuu ni dandeessu! 📍Giddu gala tajaajila piriimiyeemii keenya daandii charchil irratti argamu daawwadha! #Ethiotelecom #telebirr #DigitalEthiopia #DigitalAfrica #RealizingDigitalEthiopia