ABBI TECH
Відкрити в Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Показати більше4 733
Підписники
-224 години
-227 днів
-9530 день
Архів дописів
4 732
Ji'a darbe kirpitoo doolaara miiliyoona 230tti tilmaamamu hataniiru
Ji'a darbe keessa hanna kirpitoo 6 investara🤯 1 irraa qarshii miliyoona 230 hatanis ji'a 1 hin guunne keessatti eenyummaan isaanii ifa ta'ee gariin isaanii to'annoo jala ooluun maallaqa isaanii akka hin sochoone dhorkamaniiru🚫
Wanti baay'ee nama ajaa'ibu yeroo saamicha guddaa akkasii raawwatan daandii isaanii akka gaariitti haguuggachuu dhabuu isaaniiti Maqaan isaanii fi odeeffannoon barbaachisaan tokko tokko bakka tokko tokkotti kan hin barbadaa'in ta'uu isaati.
Isaan keessaas na ajaa'ibe fi charachter inni guddaan namicha Malone jedhamu 😁 Malone qarshii sana erga argataniin booda battaluma sanatti baasuu eegale, qarshii kuma 250 irraa gara kuma 500tti halkan tokko qofa keessatti.
"Maallaqni diinaa jira lammii koo 😁".
Waan fedhes ta'e, Anquan lamborghini pink illee Krashu'f bitee akka kennaa guyyaa dhalootaa duraatti kenneef, garuu dhungannaa qoonqaan ala homaa akka hin arganne himama🎧 Isheen kennaa sana fudhattee deemte Malone akka isheen jaallattu taasisi.
Nama baayyee hamaa Zack xpt jedhamu tokkotu jira inni kana hunda saaxile jira Inni saamichaa fi hanna gosa kanaa guyyootaa fi ji'ootaaf hordofaa tureera.
Seenaa argiteettaa?
@Abbi_tech
@Abbi_tech
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Oduu ijoo Cryptocurrency
Manni Murtii Aanaa Dhihaa USA Kaaba Kaarolinaa Hindii Chirag Tomar Marsariitii sobaa jijjiirraa maallaqa kirpitoo uumuun himate Coinbase Hindii Chirag Tomar hidhaa ji'a 60 itti murtaa'e.
Jijjiirraan maallaqa kirpitoo U.S. Kraken "Wrapped Bitcoin" mataa isaa kBTC jedhamu kan Ethereum Network irratti ERC-20 Token fakkaatu jalqabuu isaa beeksiseera Tokens kun guutummaatti Bitcoin Reserves irraa akka deeggaraman himama.
Xiinxaltoonni Lookonchain daldalaa carraa qabu kan waggaa tokko keessatti daldala doolaara 100 gadi ta'een miliyeenara ta'e kana uwwisaniiru.
Dhiheenya kana namni dhuunfaa tokko waggaa tokko dura Crypto 96$n bitee gara 3M$tti guddateera Maqaan Crypto #trump ture.
@Abbi_Tech
4 732
🕐OpenAI'n preview version ChatGpt Windows irratti jalqabuu isaa beeksiseera Jalqaba irratti appichi garee ChatGPT Plus kan Enterprise fi Edu paid subscribers jedhamuuf ni dhiyaata Dhuma waggaatti fayyadamtoota hundaaf guutummaatti ni eegala .
@abbi_tech
4 732
X Empire gara Exchange Kamitti Withdrawal goonu?
Jalqaba irratti filannoo keessan yoo ta'eyyuu garu Exchange Bonus kennu yoo fayyadamtan arifidha.
🟦 Bitget verify gotani qabduu tanan filannoo jalqaba godha dha. Warra achi irratti Withdraw godhaniif Bonus qaba waan ta'ef!
⚪️ BYBIT tis filachu dandessu.
💰 OKX yeroo dhihooti verify gotan tanan achi irratti Withdraw hin godhina, sababiinsaas yeroo dhihooti verify godhani achi irra Withdraw yeroo godhan Document dabalata gaafachaa jira waan ta'ef, garu erga fayyadamuu jalqabdani turtan tanan rakko hin qabu.
💰 Telegram Wallet Verify gotani qabduu tanan isas fayyadamuu dandessu garuu Wallet yeroo list ta'u namni waan itti baayyetuf busy ta'a kana malees akkuma List ta'en gara USDT ti Swap gochuun hin danda'amu.
✔️ Warreen kanan olii hundi verify gochuu barbaachisa.
👛 Kana gochuu kan hin dandeenye immoo On Chain filladha gara Tonkeeper ti Withdraw godha, Fee 0.1 Ton barbaachisaa.
Ebi Exchange utuu fayyadamu dhistani garidha.
🔫 Not Eligible or Your Activity is not Enough yoo isinin jedhe Point isin walitti qabdan bayye xinnodha ykn Criteria isanii utuu hin guutin haaftan jechuudha.
Fkn:
Wallet Connect
Level 3 ol ta'u
PPH ga'a ta'u dhabuu
Nama Invite gochu
Ton Transactions (Optional)
📱 Airdrop Allocation:
Irra caalati nama Invite gochu keessan ilaalan itti aansun PPH, kan biraan akkuma Airdrop kan bira irratti argine like Catizen Ton Transaction fi Star deposit kan godhan Token bayye argataniiru!
NFT Voucher kan qabdan immoo gara Tokenti jijjirtani ergu kan dendessan October 24 erga List ta'e bodda dha!
✈️ @Abbi_Tech
4 732
Repost from Abbu Tech

✈️ @Abbu_Tech
4 732
Gadda keessaan 😞,Gammachuu keessan 😁,miira keessan mara channel isin waliin qoodatu kana join godhaa maatii ta'a 😊 !!
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
4 732
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 732
Bara 2024 keessa bilisummaan Intarneetii biyyoota Afrikaa fooyya'insa akka agarsiise Itoophiyaan ammoo ''bilisummaa intarneetii kan hin qabne'' ta'uu Freedom House beeksise.
Dhaabbanni bilisummaafi dimookiraasiin akka dagaagu hojjetu Freedom House gabaasa isaa kan waggaa Onkololessa 16, 2024 baaseen Afrikaa keessatti bilisummaan intarneetii fooyya'insa agarsiisaa jiraa jedhe.
Biyyoota Afrikaa 17 keessatti mirga fayyadamtoonni onlaayinii qaban qorachaa akka ture kan ibsu dhaabbatichi, Afrikaan Kibbaa qabxii 100 keessaa qabxii 74 argachuun biyya bilisummaa qabdu jedhamuu, faallaa isaatiin Itoophiyaan qabxii 27 argachuun biyya bilisummaa hin qabne jedhamuu ibse.
Fayyadamtoonni intarneetii biyyoota Afrikaa yaada ibsatan irraa ka'uudhaan doorsiisaa fi miidhaa qaamaatiif guddoo saaxilamuu gabaseera.
Aanga'oonni Itoophiyaafi Sudaan ammoo walitti bu'iinsa hidhattoota waliin godhan akka sababaatti kaasuun intarneetii ugguru, gaazexessitoota oonlaayiniis adamsuu jedha.
Biyyoota qo'annoon kun hammate 17 keessaa biyyoota 16 keessatti fayyadamtootni intarneetii sababa yaada isaanii qoodaniif hidhaan irra gaheera.
Biyyoota sagal keessatti ammoo haleellaan qamaafi ajjeechaan irra gaheera jedha gabaasichi.
Bara kana biyyoota Afrikaa keessaa Zaambiyaan qabxiishe akka gaariitti warra fooyyeffatan keessaa adda dureedha.
Akka gabasa dhaabbatichatti Itoophiyaan biyya qabxii gadaanaa argattedha.
Itoophiyaatti aansee qorannoon kan ilaale Sudaanifi Masriin lamanauu qabxii 28 argachuun bilisummaa hin qaban jedhamaniiru. Afrikaa Kibbaatti aansee biyyi bilisummaa intarneetii qabaachuun qabxii argatteen lammaffaarra argamtu Keeniyaadha.
Keeniyaan qabxii 62 argatte, Ugaandaan ammoo 53n sadaffaadha.
Itoophiyaan baroota darban sababa dhibdee nageenyaan intarneeta irra deddeebiin raawwattuun maallaqa guddaa dhabaa jirti.
Akka gabaasni TOP10VPN bara 2022 bahe agarsiisutti sababa uggura intarneetii biyyattiin bara 2021 keessa aallaqa dolaara miliyoona 164.5 kan dhabdeetti.
Bara 2023 keessa ammoo maallaqa doolaara biliyoona 1.9tti tilmaamamu dhabde jedha.
Dhaabbatni Center for Rights and Democracy ammoo biyyattiin sababa uggura intarneetaa bara 2023 keessa maallaqa doolaara biliyoona 1.59 ta'u dhabdeetti jedha. Bara 2023 keessa Itoophiya akeessa intarneetiin sa'aatiiwwan 14,900f baduufi maamiloota miliyoona 29 miidhuu gabaase.
Akka Freedom House jedhutti biyyoota addunyaa irratti qorachaa bahe 72 keessaa 25 kan ta'an intarneeta adda kutu, miidiyaa hwaasaas ni ugguru. Dabalataan marsariitiiwwan dantaa siyaasaaf oolanis ni ugguru.
Via BBC News Afaan Oromoo
@abbi_tech
4 732
📥 wave 📥 😃 Afaan keenya afaan
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔡
✅Advertising Telegram✅
✔️ Channel
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
➺ Above ➣ 1k+ subscribers
➺ Above ➣ 3k+ subscribers
➺ Above ➣ 4k+ subscribers
➺ Above ➣ 5k+ subscribers
➺ Above ➣ 10k+ subscribers
chaanali 🔠🔠🔠🔠hin qabne natti hin fidinaa 🔗❌
Inbox me @Firosol24 🫴
4 732
Seekondii 20 booda nii haqama 👀
Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊
Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
4 732
appilikeeshinii kun Facebook irratti like keenya guddisuuf gargaarudha.
🔺 Like Reaction barbaaddanis fayyadamuu ni dandeessu.
@abbi_tech
4 732
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 