cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Addunyaa ispoortii

Chanalii kanarratti oduwwan ispoortii waayitawoo sa'atii 24 guutuu argattuu kessattuu liigota awurooppa,champions league akkasumas betking ni argattuu taphootallee kallattiin isin biraan ni geenya . ⏩Yaada yoo qabaattan contact me👉@Surygolden

Більше
Рекламні дописи
11 356
Підписники
+2524 години
+2587 днів
+99330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Telegram akkuma Tik Tok investaroota hedduu taasisuuf waan jiruuf kun waan Telegram jaallatama taasisuu danda'u keessaa isa tokko 🤩 ⭐️ Urjiilee Telegram Akkuma beektan TikTok namoota hedduu Kennaa Saantima TikTok jedhamu kanaan jireenya isaanii akka jijjiiran gargaareera. Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan uumamtoonni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Akkasumas Airdrop kan ta'e Verify yoo ta'u erga dhufee guyyaa 5 hin guunne namni akka gaariitti hojjete badhaasa TON akka qabu beeksisan. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 ⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, listiin jedhamu hin jiru, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa carraa bareedaa dha 💥👇🏻 https://t.me/major/start?startapp=461095992
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅️Biraaziil Koopaa Ameerikaa ala taate Gareen biyyaalessaa Biraazil tapha Nuusa xumuraa Koopaa Ameerikaa Uraagaay waliin taasisaniin rukuttaa adabbiitiin mo'amuun dorgommii kanarraa adda ba'aniiru. Uraagaay waggoota kudha sadii booda walakkaa xumuraa Koopaa Ameerikaatti akka darbite. Leenjisaan garee biyyaalessaa Biraazil Doorival Juuniyer tapha booda yaada kennaniin, ''Bu'aan argame waan barbaanne hin turre. "Bu'aa kanaaf itti gaafatamummaa nan fudhadha, garuu gareen kun namni hundi bakka duraan turetti akka deebi'u barbaada." Taphi walakkaa xumuraa Koopaa Ameerikaa maal fakkaata? Kibxata halkan - Arjentiinaa fi Kaanaadaa Kibxata halkan - Uraagaay fi Kolombiyaa
Показати все...
👍 2
✅️ Tapha waancaa Awurooppaa bara 2024 gareen Walakkaa xumuraa darbe ifoome. • Nezerlaand 🇳🇱 vs Inglaandii 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 • Faaransayii 🇫🇷 vs Ispeen 🇪🇸 Gareen geeba gahuu eenyu fi eenyu jeetu?
Показати все...
👍 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✔ Taphoota walakkaa xumuraa geeba Awurooppaa. 💠Kibxata 04:00 🔰 Ispeen Faransaay waliin 💠Roobii 04:00 🔰 Ingilizii Nezerland waliin
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🇪🇺Tapha nuusa xummuraa geeba Awurooppaa. ⏱Xumurame Tuurk 1-2 Nezerland ⚽️Akayden 35' ⚽️Devray 71'                             ⚽️K. Gaakpoo 76'
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🇪🇺Tapha nuusa xummuraa geeba Awurooppaa. ⏱xumurameera' Ingilaand 1-1 Siwizerlaand ⚽️ Saakaa 80'  ⚽ Imbooloo 74' Penalties Ingilaand 5-4 Siwizerlaand
Показати все...
Telegram akkuma Tik Tok investaroota hedduu taasisuuf waan jiruuf kun waan Telegram jaallatama taasisuu danda'u keessaa isa tokko 🤩 ⭐️ Urjiilee Telegram Akkuma beektan TikTok namoota hedduu Kennaa Saantima TikTok jedhamu kanaan jireenya isaanii akka jijjiiran gargaareera. Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan uumamtoonni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Akkasumas Airdrop kan ta'e Verify yoo ta'u erga dhufee guyyaa 5 hin guunne namni akka gaariitti hojjete badhaasa TON akka qabu beeksisan. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 ⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, listiin jedhamu hin jiru, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa carraa bareedaa dha 💥👇🏻 https://t.me/major/start?startapp=461095992
Показати все...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅️Porchugaal fi kiirstanoo Roonaldoo waancaa Awurooppaa alaa ta'an.
Показати все...
👍 16👎 8 3👏 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✔ Faransaay rukuttaa adda baastuun 5 fi 3n Porchugaal injifachuun walakkaa xummuraaf darbaniiru.
Показати все...
👍 6
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ispeen walakkaa xumuraatti makamte! Gareen biyyaalessaa Ispeen tapha Nuusa xumuraa waancaa Awurooppaa garee biyyaalessaa Jarman waliin taasisaniin qabxii 2-1n injifachuun gara walakkaa xumuraatti darbe. Garee biyyaalessaa Ispeeniif goolii injifannoo Daani Olmoo fi Miikeel Meerinoo kan galchan yoo ta'u, Jarmaniif ammoo Filooriyaan Wertz galchii injiftamuu jalaa hin baraare galcheera. Biyyi waancaa Awurooppaa qopheessite Jarmaniin dorgommii kanarraa adda baatee jirti. Tapha kana irratti abbaan murtii Ingiliiz Antoonii Teeylar kaardii akeekkachiisaa kudha shan kenneera. Ispeen walakkaa xumuraa irratti garee Poorchugaal fi Faransaay injifatte waliin taphatti.
Показати все...
👍 17😢 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.