cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

MusaAbubeker

Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) https://t.me/atobsa

Більше
Рекламні дописи
1 549
Підписники
+124 години
-97 днів
+3930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
03:41
Відео недоступнеДивитись в Telegram
The best business of 21th century is Network marketing @Obsaa1204
Показати все...
7.08 MB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Isa:Namni kun maaliif waakkataa? Anoo mindaan koo na gaheetuman jiraadhaa. #Ana :dhugaamoo? #isa:dhuguma an baay'ee cinqii kana hin qabu. #Ana:Basic needs warra jedhaman;Mana,Konkolaataa,uffataa fi kanneen biroo immoo warroota akka maatii kee gargaaruu,dhaabbata bor galii itti fufaa sif fidu dhaabuu faa qabdaa? #isa: hin hasoofteega amma😁 Manni kiraadha Konkolaataa Zariin kooyyuu hin qaban Nyaata agabuu hin bullu galata shuroo Maatii gargaaruummoo aniyyuu gargaarsa isaanii nan barbaada! #Ana : Akkas taanaan mindaatu na gahe jechuu keerra waanti ani barbaadu hin jiru ykn Abjuun koo waanuma xixiqqaa mindaan guutumtu yoo jette gaariidha. Addunyaa kanarra iyyeessa kan jedhamu nama  Abjuu fi Mul'ata hin qabneedha.
Показати все...
🙏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Biizinaasii jeechuun maalii.? Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. Karaalee Galii Ittiin Argannu Afran 1. 🅠🅐🅒🅐🅡🅡🅘🅘 Qaama ta'e wayiif qacaramtee mindaan siif kanfalama. 👉 Bilisummaa yeroo hin qabdu! 👉 Bilisummaa maallaqaa hin qabdu! 👉 Birriidhaaf hojjetta! 👉 Abjuu kee hin jiraattu! 👉 Kisaaraa (risk) sodaatta! 👉 Galii kee baasii xixiqqootti fixxa! 2. 🅞🅕 🅠🅐🅒🅐🅡🅤🅤 Biisinasii dhuunfaa keetii xiqqoo qabda, ofumaaf hojjetta. Amaloota qacaramaa hundaa ni qabda. 3. 🅐🅑🅑🅐 🅑🅘🅘🅢🅘🅝🅐🅢🅘🅘 Siistamaan ijaaruu irratti xiyyeeffatta! 👉 Bilisummaa maallaqaa qabda! 👉 Bilisummaa yeroo qabda! 👉 Kisaaraa (risk) hin sodaattu! 👉 Milkaa'ina turee dhufu, kan addaan hin cinnetti amanta! 👉 Ga'eesssummaadhaan dureessa taatee soorama baata! 4. 🅘🅝🅥🅔🅢🅣🅐🅡🅐 Maallaqa qabda, siistema ijaarame bitta. 👉 Bilisummaa maallaqaa qabda! 👉 Bilisummaa yeroo qabda! 👉 Daftee soorama baata! Ati kamii ta'uu feeta? Amma hoo eessa jirta? Siif biizinaasii Maali..?
Показати все...
Waan hinbeekne, hinbeekuun beekumsa!
Показати все...
👍 2
Namoonni maal nan jedhu...? #Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Wanti kun hin fayyaduu, ni ulfaataa, miidhaa qaba, karaan kun sirrii miti, siif hin milkaa'u jedhanii sitti iyyu. #Sababni isaa ofiif #sammuu waan ati hojjechuuf kaate hojiitti hiikuu miti yaada isaayyuu hin qabani. Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.
Показати все...
👍 8
Kaleessa keessan waliin araaramaa! ➡️Kaleessa waanti baay'een si mudatee Jira ta'a, har'a garuu wanti hundinuu darbee as geesse, har'a boqonnaan haaraan siif banameera. Kan guyyaa har'aa arguu dadhabe heddudha. ➡️Garuu ammas waan kaleessa ta'e komachaa jirta taanaan har'a qofa osoo hin taane, boruu kees balleessaa jirta. #Yeroo gaarii isiniif hawwin
Показати все...
👍 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Being Rich is hard Good Mooring..? Being poor is hard Choose your hard @Obsaa1204
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅Sababa qabaadhu! ➡️Hundi keenya sababa jiraachuu keenyaa hanga beeknutti humna keenya guutuu hin fayyadamnu.  Kanaaf warri kaan dadhabina keenya arganii dadhaboo ykn nama dhimma hin qabne nun jedhu. ➡️Hiriyaa koo ati sababa jireenya keetii dagatteeti malee, ati nama kamiiyyuu gadi taatee miti. Obboleettii koo dandeettii ajaa'ibaa qabda, garuu sababa jiraattuuf beekuu qabda !  #Halkaan Gaarii isiniif hawwina! @Obsaa1204
Показати все...
👍 5
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.