cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

𝑮ENERAL KNOWLEDGE

#Channeelkeenya kanarratti, Beekumsa walii galaafi PDF barnootaa kan itti argattan ta'a.kanaaf CHANNEL keenya JOIN& SHARE Taasisaa!(#ይሄንን ቻናል ላይ ጠቅላላ እውቀትና የትምርት PDF ታገኛላቹ። #ስለዚ#JOIN#) https://youtube.com/@Ever-by-Education415?si=b4GKENcWWV @beekumsaan415

Більше
Ефіопія10 721Мова не вказанаОсвіта85 616
Рекламні дописи
801
Підписники
Немає даних24 години
-27 днів
+930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Показати все...
Gaawwaa

Fuulduratti deemi malee ofirran mildhatiin♥️♥️🤔

Показати все...
Gaawwaa

Fuulduratti deemi malee ofirran mildhatiin♥️♥️🤔

🏆 1
#Yeroo Rakkisaa #Yeroon rakkisaan furtuu ciminaati;  Yeroo hojiin kee addaan cite yeroo kasaaraan si mudate, yeroo hariiroo jaalalaa kee keessatti rakkoon si mudatu, yeroo wanti adda addaa sitti dhufu, Keessaayyuu umurii Dargaggummaa kettii kun hundi yoo si mudatu yeroo sanatti akka carraa gaariitti fayyadami, borii kee fooyyessuuf furtuu kee isa guddaadha.   #Of ilaali! @Bedadina
Показати все...
👍 1
Показати все...
𝑮ENERAL KNOWLEDGE

#Channeelkeenya kanarratti, Beekumsa walii galaafi PDF barnootaa kan itti argattan ta'a.kanaaf CHANNEL keenya JOIN& SHARE Taasisaa!(#ይሄንን ቻናል ላይ ጠቅላላ እውቀትና የትምርት PDF ታገኛላቹ። #ስለዚ#JOIN#)

https://youtube.com/@Ever-by-Education415?si=b4GKENcWWV

@beekumsaan415

Фото недоступнеДивитись в Telegram
#2024_Commencement Government universities will graduate students who have trained them in various fields of study from the end of the week. #Bonga University - June 23/2016 #Axum University - June 23/2016 #Med Wallabu University - June 23/2016 #Asosa University - June 25/2016 #Salale University - June 25/2016 #Wolega University - June 25-26/2016 #Semera University - June 26/2016 #Borena University - June 26/2016 #Ambo University - June 27/2016 #Hawassa University - June 27/2016 #Debre Berhan - June 27/2016 #Wachemo University - June 27/2016 #Wolkite University - June 27/2016 #Adigrat University - June 27/2016 #AASTU - June 27/2016 #Addis Ababa University - June 29/2016 #Dilla University - June 27/2016 #Haramaya University - June 27/2016 #Dembi Dolo University - June 29/2016 #Mettu University - June 29/2016 # Gambella University - June 29/2016 # Warabe University - June 27/2016 Odeeffannoo yuuniversiitii hunda bakka tokkotti argachuuf Join https://t.me/beekumsaan415
Показати все...
👍 3
WANTOOTA KUDHAN (10) NAMOONNI DU'UUF DEEMAN ITTI GAABBAN: ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Biyya Awurooppaa Hospitaala tokko keessatti Narsoonni (Nurse) dhukkubsattoota wal'aansa ulfaataa irra utuu jiranii dhibeen isaanii akka hin fayyine itti himame irratti qorannoo gaggeessan. Dhukkubsattoonni sun warra akka du'an itti himame garuu immoo Hospitaaluma keessa iddoo "Hospice" jedhamtu akka ciisan godhaman. Wanti isaaniif barbaachisu hundisaa achumatti dhiyaataaf hanga du'anitti; yeroo kana narsoonni isaan san tajaajila namoota kana interview godhuu jalqaban Akkuman jedhe isaan kun warra du'uuf ji'a sadi yookiin ji'a jaha hafeefidha. ❍ Gaaffiin narsoonni kun gaafatan akkana jedha: "Bara jiraattee keessatti wanti akka malee si gaabbisiisu maali?" Kan jedhudha. Tokko tokkoon irra deemanii interview godhanii wanta isaan hundi jedhan akka armaan gadii kanatti kaa'an: #1. Gammadaa hin turre. Baran jiraadhee guutuu gammadee hin beeku; gammadaa ta'uuf wantoota alarraatin eegaa ture kan jedhan, kana malee miti gammachuuf beellama qaba ture, gaafa makiinaa bitadhe gaafa mucaan kiyya fuudhe, heerume gaafa digrii fudhadhe jechaa jiraachaa ture kun akka malee na gaabbisiisa" jedhan. #2. Beekumsaan of-hin guddisne. Carraa barachuu hedduun qaba garuu barachuu hin dandeenye. Wantoota na barsiisanii fi namoota na barsiisan hedduutu na bira jira garuu ani gara galee hin ilaalle kun na gaabbisiisa jedhan. #3. Ofii koo hin tajaajille. Akka maashinaatti hojjechuu malee qaama kiyya hin tajaajille. Ispoortii hin hojjanne. Nyaata qaamni kiyya barbaadu hin nyaachifne kunoo har'a siree irratti na galche kun na gaabbisiisa. #4. Haaloo fi jibbiinsaanin jiraadhe. Namoota hedduun aarsaa fi arrabsaa jiraadhe. Nama hedduun garaatti qabadhee miidhaa ture. Hiyyeessa hedduun boochisaa ture, namoota hedduu haaloo itti qabadhee akka malee jibbaa ture har’a du'uuf ji'a sadiitu naaf hafe wanta dabruuf jedheen wanta hafu hojjedhe kun akka malee na gaabbisiisa. #5. Namoota osoon gargaaruu danda'uu hin gargaarre. Qabeenya hedduun qaba waan hedduutu harka kiyyarra jira garuu osoon humna qabuu namaaf humna hin taane. Ijoolleen haadhaa fi fira kiyyaa osoo akkan ani gargaaru barbaadduu garuu ani gargaaruu hin barbaanne. Rakkataa ollaa kiyya jiru osoon rakkina isaa arguu akka nama hin argineettin ija cufadhee bira darbee jiraachaa ture. Har'a qabeenya san hunda dhiisee deemuufin deema kun akka malee na gaabbisiisa. #6. Waanin carraaqeef hin beeku. Ganamaa galgala akka addaattin hojjachaa ture. Roobaa fi caama keessa deemee qabeenya taatu fidadhee garuu hiikaa itti dhabe, maaliif akkan dhama'e dhabe, maal akkan dogongore hin beeku, fiiguu malee maalif akkan fiigu hin beeku, addunyaa ari'uu malee waan takka hin agarre, kunoo har'a humna dhabe. Kun akka malee na gaabbisiisa #7. Abjuu kiyyaaf hin jiraanne. Waggaa digdama guutuu waajjira tokko keessan hojjadhe. Company tokko qofaafin umrii kiyya guutuu fixe, garuu homaa na hin gammachiisne. Dhugaadha maallaqa itti argadhe, garuu abjuu kiyya ganamaa jiraachuu hin dandeenye. Kennaa rabbiin naaf kenne ol baasee itti hin fayyadamne akkuman bakka tokkotti hidhamee hojjetaa turetti kunoo irraa deemuuf deema. Kun akka malee na gaabbisiisa. #8. Maatii kiyyaaf yeroo hin kennine. Guyyaa hunda fiiguu malee mana kiyya ol garagalee hin ilaalle! Ijoolleen kiyya akka ani wajjin taphadhu feeti, ani garuu isaaniif argamuu hin dandeenye, hojiidha utuun jedhuu, walgahiidha utuun jedhuu, maatii kiyya irraanfadhe, kunoo har'a utuu isaan hin quufin deemuufin deema. Kun akka malee na gaabbisiisa. #9. Namootaaf jaalala kiyya hin ibsine. Namoota hedduu jaalala kiyya barbaadan akkan jaaladhu itti hin himne, itti hin argisiisne. Haadhaa fi abbaa kiyya wajjin taa'ee jaalala isaan anarraa barbaadan hin kennineef. Hedduutu osoo na dheebotuu akka na dheebotutti kute. Kun akka malee na gaabbisiisa jedhu. #10 Waaqayyoof akka ta'utti hin jiraanne. Kanan Uumameef kaayyoo isa jalqabaa fi isa dhumaa kan ta'e Waaqayyoon sodaachuu dhiisuu kooti.akkasumas Yeroon Kanaan dura baayyee Qabutti Waaqayyoof Hojjachuu dhiisuu koofangaabb jedhan. @gaggeessummaa @gaggeessummaa
Показати все...
Показати все...
Показати все...
#Waan facaafte haammatta! #Sammuu kee keessatti maal facaafte?  Yaada gaarii moo yaada badaadha?  Garuu waan tokko siif  mirkananeessuun barbaada; waanuma facaafte haammatta!  #Namni qamadii facaase xaafii hin haammattu. Yaadni ati irra deddeebitee yaadde jireenya kee keessatti ni mul'ata. #Namoota si jajjabeessan qofa waliin oolii taphadhu.  Waan gaarii qofa dhaga'i.  Yeroo kophaa jirtu of dinqisiifadhu.  Akka dandeessu ofitti himi.  #Argitee namummaan cimaan akkasitti ijaarama. #Guyyaa gaarii isiniif hawwina! 👇👇👇👇 👉https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_
Показати все...
Repost from Walaloon Jaalala
Nan rakkadhe ...... Nan rakkadhe lammii koo Rakkina keesa koo waadu Kan an yeroo hundumaa ciisee taa'ees itti aadu Kana yoo an jedhu hedduudha namni rakkina qabeeyati jedhee yaadu! .................miti garuu............... Rakkinni koo akkas mitii hin dhabne waan nyaadhuu Uffatas daareen beekuu Nan qaba mana keessa jiraadhuu Na jalaa hin dhipatinaa Rakkina akkanaatif abadan harkan laadhuu Nan beeka tooftaa ittiin keessaa bahee jabaadhu! ............Rakkinni koo maali beektuu?............ Ilma namaa dadhabe Jiruu addunyaa keessaa Hedduutu jaalatamuuf jecha natti of mimmi'eessaa Shiraaf sharriisaa osoon beekuu Gaarii natti of fakkeessaa Afaaniin na dhungataa Keessa isaa garuu waanyootu bobeessa! Isinirraa haa qabu Hiiriyyaa fakkeessu Kan bakka taa'e hundatti Hanqina kee tareessu Kan kufaatii keetiif Haala hunda mijjeessu Isinirraa haa qabuu Hiiriyaa kijibduu Boolla siniif qopheessuu! Abdii Jr Walaloo erguuf 👉 @Walaloo_bot @Walaloon_Jaalala
Показати все...
👍 3👎 1🏆 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.