cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

GIBEE MEDIA

Qoosaa garaagaraaf Asoosama sagaleedhan Wolaloo bifoota midhaagadhan Kana males kaayyoon channel keenyaa namoota dandeettii addaa qaban beeksisuudhaa yaadaf @amaar70_bot @gibeeMedia Nu qunnamuuf @Abu_Amaar1

Більше
Ефіопія1 917Мова не вказанаОсвіта13 857
Рекламні дописи
11 488
Підписники
+6424 години
+1697 днів
+1 22030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from N/a
Фото недоступнеДивитись в Telegram
MemeFi telegramaan Verify ta'era, booda gaabbuu irra warri hin eegalle eegalaa. Linkii ittiin eegaltan https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_a25618c736
Показати все...
Yeroo jalqabaatiif akka Addunyaatti Taaksiin qilleensarra balali’u Sa’uud Arabiyaatti eebbifameera. Mootummaan Sa’uudii Muslimoota Sirna Hajjii raawwataniif haala mijeessuuf Taaksii humna ifaatiin socho’u,kan oofinsa namaatiin malee balali’u guyyaa har’aa eebbiftee oolte. “Taaksiin balali’u” meeshaa geejjibaa isa nageenya qabu, amanamaa fi mijaawaa kan ta’ee fi iddoowwan (Akka Arafaa,Mina,Muzdalifaa,Al-Mash’aral Haram…) jidduu deddeebisuu fi namoota sirna Hajjiitiif dhufan dirree Xayyaaraa irraa fuutee hoteela kan geessituu dha. Akkasuma bal*aa tasaa dhaqqabuuf, meeshaalee yaalaa geejjibsiisuu fi akkasumas meeshaalee karaa xiyyaara geejjibsiisuun tajaajiloota hedduu kennuudhaan adda ta’a. Haala kanaan addunyaa irratti “taaksii qilleensaa” isa jalqabaa ta’ee galmaa’eera. https://t.me/Imaluuf/ https://t.me/sabry_islamic_media

👆👆Waa'ee hojichaa Nu qunnamuuf 👉 @abu_amaar1
Показати все...
8.43 MB
👍 1 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qarshii 22 hanga 5000 guyyaa tokkotti argachuu dandeessuu Gaaffii keessan irratti hundaa'uun waa'ee hojii INP yookaan Infinitypower sagaleedhaan isiniif waraabnee jirra Waa'ee hojii kanaa ballinaan hubachuuf sagalee armaan gadii dhaggeeffadhaa Namoonni 600,000 ol hojii kana hojjetaa jiru akkasumas namoota 1965 guyyaa 20 keessatti galmeessinee jirra Waa'ee hojii kanaa ballinaan hubachuuf sagalee armaan gadii dhaggeeffadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Agradhe jettee hin Hammaarin Daakuu fi Daaraan Wol fokkaattii
Nagaan Naaf Jirdhu 👋
Показати все...
👍 5🥰 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Показати все...
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐨𝐦𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐢𝐫𝐨𝐨𝐟