cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

Більше
Рекламні дописи
363
Підписники
Немає даних24 години
+17 днів
-930 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Ka’abaa ykn Beytii Samii Keessaa Beektuu ?! Akkuma warri ardii masjida qabu,samii keessas masida Malaa’ikaatu jira. Masjidni kuni Al-Beytul Ma’amuur jedhamuun Qur’aanaa fi Hadiisaan ifoome. Beytiin guddichi samii torbaffaa irratti argamu kana RABBIIN Suurat Ax-Xuur keessatti ittiin kakate (وَالْبَيْتِ الْمَعْمُورِ ) “ Mana -Beytal Ma’amuur- inis nan kakadha “ Suuraa Xuur { 4 } Hadiisa keessattis Ergamaan RABBII ( Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Gaafa gara samii ol fuudhame san… Gara Beytal Ma’amuur geeffame. Achumaan “ Yaa Jibriil “ kuni maali ? Jedhee gaafadhe. Jibriilis “; Kuni Beytal Ma’amuur jedhama. Guyyatti Malaa’ikootni kuma torbaatamatu seena. Yeroo carraa takka seenan,gonkumaa (Abadan) itti hin deebi’an “ naan jedhe !!! Gabaasa Imaam Ax-Xabariin gabaasan keessatti,Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Beytal Ma’amuur masida samii keessaati. Kallattii Ka’abaa -Ardii irra jirtu- tanaan jira. Osoo -Beytiin samii keessaa sun- kan kuftu taatee,silaa isii tanarratti kufti… “ صحح إسناده العلامة الألباني مرسلا. Argitanii? Beytiin makkaan jirtu tuni,kallattiidhaan isii gubbaan samii torbaffaa keessa beytiin biroo jirti. Subhaanallaah! Dura bu’aan Uumaa RABBII Ergamaan Keenya (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gaafa samii bahan,yeroo samii torbaffaa irra gahan,manguddoo fuulaan isaan fakkaatu,kan beytii tanatti erkatee taa’u argan. Achumaan Jibriiliin “Kun Eenyu Yaa Jibriil !?” Jedhaniin. Jibriilis “Kun Abbaa kee Ibraahiimi. Dhaqii nagaya gaafadhu “ naan jedhe jedhan…. صلى الله وسلم على نبينا وعلى أبي الأنبياء أبراهيم الخليل. https://shorturl.at/ftyKS
521Loading...
02
“ JANNATA keessatti lallaba tokkotu baha;” Yaa warra JANNATAA. Fayyaa malee dhukkubni isin hin tuquu muramte! Dargagummaa malee dulloomuun hin jiruu muramte! Jiraachuu malee duuti hin jirtuu muramte! Bashannanuu malee rakkoon hin jirtuu isiniif muramte “ jechuun lallabni baha jedhan Abbaan Qaasim Nabi Muhammad صلى الله عليك وسلم ! Yaa fooqii jannataa kan biyyee fi dhakaan tokko keessa hin jirre warqii malee! Kan dhukkeen shittoo,kan biyyeen warqii! Yaa bareeduma dubartii ganda sanii,kan xuriin gosa gosaa irratti hin argamne. Tan dubrummaan irraa hin dhumne! Yaa Dhugaatii fi nyaata biyya sanii,kan fincaanii fi hagatti hin jijiiramne. Dafqa shittoo caala urgaa’u tahee fiilu. Yaa Firaashaa fi afaa ganda sanii,kan kirriin keessa isaa faaya Istabraq jedhamuun hodhame,kan gubbaan maal hayya!? “ Waan gurri hin dhagahin,waan ijji hin argin,waan sammuun namaa hin tilmaamin,Jannata keessatti walitti qabame “ jedhan Abbaan Faaximaa صلوات ربي وسلامه عليه Har’i carraa dalagaati, bor ammoo badhasa galataati! Yaa RAHMAAN tola keetiin Firdowsiin nu fidi.Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
701Loading...
03
#Hortee_gaarii ✍ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... 👇 ‏﴿والذين يقولون ربّنا هَب لنا من أَزواجِنا وَذُرِّيّاتِنا قُرَّةَ أعيُنٍ﴾ [الفرقان: ٧٤] “ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....” [Furqaan: 74}. Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu..... 💐🌹
521Loading...
04
#Sirkaa.....😢 Aamiin jedhaa... 👉 Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu, 👉 nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu, 👉 Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu.... Aamiin Yaa Allaah..... 🤲
611Loading...
05
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan: 1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan." 2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd 3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha. 4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) . 5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
531Loading...
06
Obbolessi Gaachan ! Abuukii Rabbiin obsa si ha kennu. #Ethiopia |~ Ustaaz Abubakar Ahmed.. sirna awwaalcha obboleessa bakka awwaalchaa Kolfeetti Rawwatame Jira . Rabbiin jannata isaaf haa kennu, du’aan hin irraanfannu, rabbi sabrii nuuf haa kennu..🤲 Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
370Loading...
07
Loltoonni Falasxiinota naannoo Giddugaleessa Gaazaa keessa jiran kudhanootaan lakkaa’aman sirna awwaalchaa ajajaa hidhattootaa waraana Israa’eliin ajjeefame irratti hirmaatan. Loltoonni kunneen ajajaa isaanii isa kufe kabajuuf rasaasa qilleensa irratti biifatan kunis waraanni Israa'el naannoo #Gaazaa keessatti argamuu fi hordoffiin qilleensaa itti fufiinsa qabu ta'us. Gama biraatiin ammoo #Hamas haleellaa humnoota Israa'el Gaazaa magaalaa #Rafah irratti raawwatame galmeessee viidiyoo gadhiisee jira. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
531Loading...
08
Media files
421Loading...
09
ሁሉ ነገረቸው ወድሟል ግን አላህ  ያመሰግናሉ  ቤቶቻችንንም ከዚህ በተሻለ እንገነባለን እያለች ነው  የእምነታቸው ጥንካሬ የሚገርም ነው   አንድ ሰው  ድንያ ላይ የቱንም ነገር ቢያጣ  እምነቱን እስካላጣ ድረስ  ሊታገሱት የሚችል ነው አላህ ለዚህ ህዝብ ያደረገለት  ትልቅ ነገር እምነታቸውን መጠበቁ ነው
470Loading...
10
Wahiif yeroo laatuun gaariidha. Nama ati akka maleeykatti beeytu, ka sheeyxaanaatu jira. Nama ati sheeyxaanatti beeytu, ka maleeykaatu jira. Waa hundaafuu yoo yeroo laatte, haga tokko adda baafatt. Sheeyxaanota bifa maleeyka uffatan hedduu saaxilta.
430Loading...
11
#Sirkaa.....😢 Aamiin jedhaa... 👉 Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu, 👉 nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu, 👉 Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu.... Aamiin Yaa Allaah..... 🤲
350Loading...
12
Dargaggoota Itiyoophiyaa lama dorgommii Qur'aana idil addunyaatiin bu'aa olaanaa galmeessisaniif carraan Hajjii kennameera. Dilbata, Caamsaa 24, 2016 Dhul Qa’daa 24 – 1445 Manni Maree Olaanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Dargaggoota Itiyoophiyaa lama dorgommii Qur'aana idil addunyaa irratti bu'aa olaanaa galmeessisaniif carraa Hajjii kenneera. Abdul Wahab Ibraahim fi Muhammad Mahmud dargaggoota hajjii gochuuf viizaa argatan ta'uun ibsameera. Manni Marichaa sirna Dilbata Caamsaa 24, 2016 waajjira kana keessatti gaggeeffameen dargaggootaaf arjooma kana beeksiseera. Dargaggoonni lamaan Hajjii raawwachuuf viizaa argachuu isaanii kan beeksise Pirezidaantii Sheek Hajii Ibraahim ture. Dorgommii kana irratti biyyoonni 60 ol kan hirmaatan yoo ta’u, Abdulwahab Ibraahim ammoo Kiratal Asheriin tokkoffaa yoo ta’u, Muhammad Mahmud ammoo juz soddomaan lammaffaa ba’eera. Dargaggoo Abdul Wahaab fi Muhaammad Waldaa Qur'aanaa Zayd Ibnu Thabit keessatti Qur'aana barachaa akka turan ni beekama.
400Loading...
13
🌴 Dhaamsa Ramadaana Boodaa... ❶. Somana kan Ramadanaatitu dhume malee.. Soomanni sunnaa kan Rabbitti si dhiheeysu hin dhumne.. hedduutu hafe.. jabeeyfadhu.. ❷. Qur'aanni Ramadaana qofaaf hin buufamne. Yeroo Ramadaanan alaatis qara'amuu qaba.. Ramadaanni baheef qur'aana Rabbiitiin hin oodin.. ❸. Masjiidni (manni Rabbii) Baatii Ramadaana qofaaf hin banamu.. Amata guutuuf banaadha.. Mana Rabbii keetii hin onsin.. ❹. Salaatni niis yeroo soomana qofa waajiba hin godhamne.. Amata guutuu dirqamni isaa itti fufa.. Ramadaana qofa salaattee dhiisudhaan Rabbii khe fitti hin dallansiisin.. ❺. Salaatni (dhaabbanni) leyliidhaatiis Ramadaana kheysa kharaa hin godhamne.. Ramadaanaan alattiis sunnaa akkaan jajjabduudhaatii.. iimaana keetiin tiyfadhu.. ❻. Sunnaan witrii tiis sunnaa jajjabduudha.. wasiyyaa Rasuulaatii s.a.w.. dhaamsa Nabii keetii s.a.w harka itti maradhu.. itti ciniinnadhuu.. aadaa godhadhu.. ❼. Rahima khe maxxanfachuunis abooradee Ramadaana qofaan sirraa hin dhumtuu quba qabaadhu.. Haqni isaanii amata guutuu ni jiraa.. yeroo hunda isaan ziyaaruu fi hariiroon teeysan tiyfachuudhaan Rahmata Rabbii arkadhu.. ❽. Wasanni Rabbii (diliileen) Ramadaana kheeysa qofa hin haraamoytu.. akkuma ramadaana kheysa haraamirraa fagaattu daran Ramadaan alattiis wasana Rabbii keetii tiyfadhu.. ❾. Adawwichi kheenya guddaan (sheyxaanni) hidhamuun isaa Ramadaana qofa akka tahees hubadhu.. Ramadaan alatti gad dhiifamaadha.. iimaana Ramadaana kheysa arkatte kana waraana godhachuun itti duuli.. qabsoo itti godhi.. Rabbii kheetiin gargaarsifadhu.. ❿. Soomanaafi ibaadaa tee akka Rabbiin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. // namni hedduun Ramadaani banaan akka waan isaaf qeebalamuun shakkii hin qabneetitti yaada.. mu'uminni garuu ni yaaddawa.. ummanni salafaa (gaggaariin nu dura dabran) ramadana booda ji'a jaha akka Rabbiin irraa qeebalu kadhatan.. atiis akka Rabbin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. ⓫. Namni Ramadaana soomanee shawwaalarraa jaha itti aanse.. akka nama amata guutuu soomaneeti ja'an ergamaan Rabbii s.a.w.. soomanuu hin dagatiin.. Guyyaa jahan walitti dhaabdee soomanuus ni dandeeysa.. addaan mummurtee somanuus ni dandeysa... Rabbiin Nurraa haa qeebalu.. warra bara hedduu daddeebiee soomanu nu haa godhu... Join 👇👇👇 https://t.me/hundaafkeeyri
370Loading...
14
WAA SADII" KANAN BOHAARAA! ********* Waa sadii ilkaan malee nama nyaata 1 Yaada 2 Jaalala 3 inaaffaa ILMI SADII 1 Kan abbaa caalu 2 kan abbaa dhaalu 3 kan abbaa dhaanu Waa sadii waa sadiirraa eegan garuu isumaan eegan 1). Dargaggeessa shamarree irraa eegan garuu isumaaf eegan 2). Waraabessa harree irraa eegan garuu isumaaf eegan. 3). Dubarti gumbii irraa eegan garuu ishumaaf eegan Waa sadii waa sadiin tola. 1). Haasawan hiriyaan 2). Hojiin karooraan 3). Jaalalli amanamummaan Ani sadiin beeka sadii waaqatu beeka. 1). Hamman nama jaaladhu beeka,hamma namni na jaalatu waaqatu beeka. 2). Bor akkan hojjedhu beeka,waanan hojjedhu waaqatu beeka. 3). Akkan du'u beeka,guyya isaa waaqatu beeka. Waa sadii hin dagatin 1). Eessaa akka kaate 2). Eessa akka jirtu 3). Eessa akka dhaqxuu. Jaalalli waa sadii 1). Isa jaalateef HIV 2). Isa jaalatameef DV3, 3). Isa ilaaluuf DSTV Waa sadii nu haa baraaru 1). Jaarsa dhugaa dabsu 2). Bishaan dhagaa cabsu 3). Nama nama arrabsu GALATOOMAA! https://t.me/hundaafkeeyri
300Loading...
15
Ilmi namaa hundii ni dogongoraa Galanni khan warra dogongora Kheenya nutti dhihaate nuuf himaniif Akkasumas bakka nuti hin jirretti Maqaa keenya gadi qabuuf warra hin yaadin galanni isaanan ofii deegarsa ofii isaanii dhoksanii Nu irratti quba hin laatiniif Galanni isaanan dogongora kheenya waan ittiin buhaaran Khan hin godhatiniif galanni Isaanan dogongora kheenya Nuuf himanii akka sirreeffanu Nu godhaniif galannii isaaniif......🙏 @dubartiimuslimaa
320Loading...
16
Jannata keessa laga Al-Khowsar jedhamutu jira. Lagni kuni ija lamaan Jannata keessaa gara alaatti gadi dhangala’a. Bishaan achitti walitti qabamu Al-Howdh jedhama. Al-Howdiin kuni dirree Mahshar lafarra ciisa. Lameenuu laggeen Nabi Muhammadiif RABBI badhaasa aakiratti badhaasaaf qopheesse !! Al-Howdiin kuni osoo siraaxa gama achi hin bahin siraaxaa asitti argama. Namuu laga san habbuuqqatee qoma dheebuun bobahe qabbaneessuuf achitti fiiga. Garuu Ummata Sunnaa isaanii qabate qofaaf hayyamni kennama. Miidhaginaa fi guddina laga sanii Nabi wayta himan dhagahi;” Lagni koo Al-Howdh,bal’inni isaa deemsa baatii tokkoo dheerata,bishaan isaa aannan caala addaata. Mi’aan isaa damma caala mi’aawa. Fooliin isaa miskii caala urgaa’a. Hedduminni kubbaayyaa (Glass) isaa baay’ina urjii samii caala. Namni laga san takka habbuuqqate,abadan hin dheebotu “ Jedhan رواه البخاريّ !!! Yeroo himanuu akkatti namatti tolu argitee !? “ Nama Karaa Isaani Hordofe Bishaan Kowsar Irratti Wal Argu rabbi anu haa Godhu Aamiin .
330Loading...
17
Asalamualeykum waarahmattullahi waabaarakatu Yaa ummata محمد صلى الله عليه وسلم Hikka Qur,ana surah an Naas قُلْ اَعُوْذُ بِرَبِّ النَّا سِ( 1) Jedhi Gooftaa namaattin maaganfadha مَلِكِ ٱلنَّاسِ (2) Mootii namaatti, An-Nas 114:3 إِلَٰهِ ٱلنَّاسِ Gabbaramaa namaatti, An Nas 114.3 An-Nas 114 :4 مِن شَرِّ ٱلْوَسْوَاسِ ٱلْخَنَّاسِ Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa, An-Nas 114:5 ٱلَّذِى يُوَسْوِسُ فِى صُدُورِ ٱلنَّاسِ Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa, An-Nas 114:6 مِنَ ٱلْجِنَّةِ وَٱلنَّاسِ Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).” 👇👇 join my channel👇👇 @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube
310Loading...
18
Rakkoo meeqa qabna khan Rabbiif male ilma namatif himuun hin taane imimmaan fuula Rabbii qofatti male gad naquun hin taanetu jira Haajaa meeqa qabna khan Rabbi male ilmi nama nu furuu hin dandeenye iccitii hedduu qabna khan Rabbiif male ilma namatif himuun hin taane...😔 Yaaa Allaah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲💔💔💔
270Loading...
19
Innaa Lillaah wa innaa ileyhi raaji'uun Ustaz Abdulaxiif Aliyu Maiyaki ja'aniin. Yeroo hedduu maqaa #MuftiYaks jedhamuun beekkama. Yeroo dheertuu ture joollummaarraa nama daa'waa godhaa tureedha. Umrii dargaggummaa tanaan gama fuula Rabbii deeme. Eda Hospitaala Waliigalaa Abujaatti akhirame. Rabbiin jannatal firdowsiin isa haa qananiisu. @DrZakirNaikAfaanOromoo
320Loading...
20
𝗛𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗧𝗲𝗲…. 🎊🎊🎊 𝟭. 𝗨𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮𝗻 𝗨𝘂𝗺𝗲 Rabbiin akkuma si bareechee kabajaan si uume, dubartiis kabajaan uume. Uumama Rabbiin kabaje salphisuun immoo wollaalummaadha. 𝟮. 𝗔𝗺𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 dha. Rasuulli Rabbii (saw) Dubartiin Amaanaadha jedhan. Namni amantii qabu amaanaa Rabbiin isa irra kaaye ni eeggata. Maatii Isii guddise, firaa fi biyya isii hunda dhiiftee of siif kennitee si wajjiin galti. Ati immoo Bineensa daggalaa itti hin tahin. 𝟯. 𝗛𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗜𝗹𝗺𝗮𝗮𝗻𝗶𝗶𝘁𝗶. Haati ilmaan gaggaarii ati ittiin dhaadattuu haadhuma manaa tee tan ati tuffattu san. Lubbuu ofii kennitee ilmaan si badhaafte, dandeettu badhaasi. Dadhabdu kunuunsi, kabaji. 𝟰. 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 Osoo isaan jiraachuu dhabaatanii bar, Anii fi Atis mana booyaa miilaan dhaabatee Magaalaa keessa deemu taanaa. Jaalala Ati argataa jirtu kana bar, hedduun namaa dhabee rakkatee jira. Jaalala kenniif. Irraallee fudhu. 𝟱. 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗮𝗮 𝗠𝗶𝘁𝗶 Haati Manaa bilisummaa qabaachuu qabdi. Haqni Isii eeggameefii gammachuun jiraachuu qabdi. Humnaan hidhamtuu kee hin godhiniin. Yoo dhiira taate jaalalaan hidhi. Waan Rabbii Isiitiin wal Isii dhabsiisu irraa yoo fagaatte, bilisummaa kenniif. 𝟲. 𝗛𝗼𝗷𝗷𝗮𝘁𝘁𝘂𝘂 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗠𝗶𝘁𝗶 A.  Hojiin haadha manaa keetii hojii hojjattuu manaa ta’uu hin qabu. Si gargaarti, si gammachiifti, siif bilcheessiti, xurii kee sirraa miicci, kana irraanuu firaa fi hiriyoota kee guurtee fiddee siif keessummeessiti. B.    Nama guyyaa guutuu ibiddaa fi dafqaan waddaa oolte galgala gammachuuf yoo eeggattu xiqqomallee namoomni sitti hin dhagahamuu? C.    Waan dandeettu hunda keessatti gargaari. 𝟳. 𝗪𝗮𝘆𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗮𝗺𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗦𝗶 𝗔𝗮𝗻𝘁𝘂 Namni Isii Caala sitti aanu hin jiru.iccitii hedduu wajjiin qoodattan. Wanti iccitii walii himuun dhoorkaa ta’ee fi ulfaateef bar sababaadhaani. Uffata qaamatti aansituu yeroo hunda uffattu immoo qulqullinaan eeggachuu qabda. Keessi Isaa yoo xuraa’e si nyaata, si hoosisa ykn dhibee sitti ta’a. 𝟴. 𝗨𝘁𝘂𝗯𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗜𝗳𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮𝘁𝗶 Manni ati mana kiyya jettee ittiin dhaadattu, osoo isiin jiraachuu baattee bar mana ifaan keessaa dhaame. Mana Utubaa hin qabne jechuudha. 𝟵. 𝗠𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮𝗴𝗶𝗻𝗮 𝗧𝗲𝗲𝘁𝗶 A.   Haati manaa tee rizqii Rabbiin siif katabee walitti isin fide.kitaaba keetii usii dubbisi. B.   Waan Rabbiin siif kenne immoo hin tuffatin. Hanga dandeettuun wajjiin midhaaguuf yaali. C.   Makiinaa ofii abbatu waldhaannata. Gabbiinaa gaarii keessa taa’uu yoo feete, Makiinaa kee qulqullinaan qabadhu. 𝟭𝟬. 𝗚𝗮𝗮𝗰𝗵𝗮𝗻𝗮 𝗛𝗮𝗿𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗦𝗶 𝗜𝘁𝘁𝗶𝗳𝘁𝘂. A. Dhugaa dubbachuuf osoo Isiin jiraachuu dhabdee, waan mataan si oowwuuf hin beektu. Pain killer tiyya jedhiin B.  Haati manaa tee hamtuu hedduu irraa ittiftee si keessummeessiti. Rabbiin galatoomfadhu. C.  Osoo haadha Manaa qabaachuu dhabdee bar, Ashaangulliitii Maasaa boqqolloo keessa qamisii uffatee dhaabatu hunda kajeeluus dandeetta. D. Rasuulli Rabbii (s.a.w) Shittoo fi Dubartii ni jaaladha jedhan. Ati hoo maaf diina godhatta ree? Jaalalti tan Rabbiin Hayyama siif godhe qofa.
410Loading...
21
Namnni faayidaaf jedhee si Jaallate yeroo wanni inni si Jallateef suŋ dhume si dhiisee Deema diiniif jecha khan si jaallate Immoo yeroo hunda si jaallataa Jiraata. Ibnul qayyim rahimahullah Bu'urii:- miftahu daaru sa'adah(114-1) @hundaafkeeyri
350Loading...
22
Media files
420Loading...
23
#ትልቁ_ኪሳራ_ማለት_ይህ_ነው ጀነት ስፋቷ የምድርን እና የሰማያትን ያህል ሁና ላንተ በሷ ቦታ ሳይኖርህ ሲቀር...ትልቅ ኪሳራ ነው። እያንዳዳቹ ሁለት ቤት አላችሁ አንድ ጀነት ውስጥ አንድ ጀሃነም ውስጥ … ጀሃነም ከገባቹ ጀነት ውስጥ ያለውን ቤታችሁን የጀነት ነዋሪዎች ይወርሱታል። ሶሂህ አልጃሚኢ 5675
410Loading...
24
Osoo mana nama biraatiif hin kabin dura,jalqaba mataa keetii,mana kee utubadhu. ila Aqliin nagaa hin qabne,waan feete gootuuf,qeeqa kee malee,faaruu kee irraa hin dhageettuu,waan argitu xiinxallii gadi taa’i. Jaaloo Barattu carraadha malee inni homaa hin beeku, qabaattu ni hate malee,yeroo gabaabaa kanatti qabeenya akkanaa hin horatu,fuutee heerumtu immoo,namatu gargaare malee,inni haqa hin godhatu,isiin hangana hin geettu,jaalala namaa horattu,na argaaf malee,namni dhugaaf itti hin, seeqatu jechuu irraa uf duuba hin garagalanii itti dhiisi. Obbolaa Mootummatti siqe malee,namatu gargaare malee, sobee achi gahe malee,hatee hinjifate malee,kijibee harkatti galfate malee,nama ganee duroome malee, arraba mi’aahee sassaabbate malee inni as gahuu hin dandahu,isiin humna isiitii miti jedhamuun kee hin ooluu kana eegaa socho’i. Namana Aqliin gurguddoon,waan haarawa oomishtii beeki,Aqliin jiddu jireettiin,hujii irraa dubbattii laali,Aqliin xixinnoon,dhimma namaa irraa dubbataa ooltii xiinxallii,bakka si madaaluufi nama si madaalu wajji imali. Hey Lubbuun bakka lamatti qoodamtu hinjirtuu beeki, yookaa sammuu kee jalatti buluu,yookaa sammuu nama biraa jalatti buluu malee,hiree hiramuu hin qabduu beeki. Yes It's great to stand up for yourself. ©️Ustaaz Sufiyaan Usmaan https://t.me/hundaafkeeyri
430Loading...
25
#Jaarsaa_fi_jaartii(Ijaarsaa fi ijaarsi).... ✍ Nama wajjiin jaartanii arrii wajjii filattan argachuun waan bareeda, garuu nama manguddomtanis caayaa ijoollummaa fi darggaggummaa bira kutte sana keessa si jiraachisu argachuun, kan duraa caala sirritti bareedaadha...!! @Ibro Nama akkasii Rabbiin siif haa hiru..... 👇 https://t.me/hundaafkeeyri
320Loading...
26
ilma Rabbitu namaa kenna,Mootummaan kan Rabbii guddaati,Shek Amiin ibroo Rabbitu badhaase,tolaafi badhaafamuu kana immoo,uumatti haadhaa abbaatu golaa gadi namaa guduunfaa mee iyyaafadhaa . لله ملك السماوات والأرض يخلق ما يشاء يهب لمن يشاء إناثا ويهب لمن يشاء الذكور أو يزوجهم ذكرانا وإناثا ويجعل من يشاء عقيما إنه عليم قدير . ila Nama garii,Rabbiin gammachuu biyya lamaaniitiin barbaada,biyya lafaa irrattis,waan qalbiin isaa feete godhaaf,erga gama isaa godaanes,isaafi hortee isaatis nagaahafi qajeeltoo kenneefii badhaasa biyya lamaanii taasisaaf. Jaaloo Nabiin Rabbii (SAW)ilmi namaa waa Sadiin akka utubamu nuuf eeeanii jiruu xiinxalli,sana keessaa,ilma gaarii,kan mu’mina tahe,kan abbaa isaatii du’aa’ii godhu jedhee argi. ولد صالح يدعو له Ekaaa Abbaa kabajamaa kan haftee Anbiyootaa tahee,ilmii dhaalee nama dhaalchisu qabaachuun,ilma kabajaa kan abbaa irraa ilmii dhaalee hawaasa itti yaamu argachuun,kan osoo lubbuun jiran walii tumsa bahanii gama Rabbiitti nama yaaman arguun kabaja Rabbiin nama badhaasee daawwadhuu,waa irraa baradhu. Eeee akka Anbiyootaa san,kabaajaa isiniin malu isinii haa kennu,MashaAllah ijji hamtuun isin hin argin. عن ابن عمر رضي الله عنهما عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «الكَريمُ، ابنُ الكَريمِ، ابنِ الكَريمِ، ابنِ الكَريمِ يوسفُ بنُ يعقوبَ بنِ إسحاقَ بنِ إبراهيمَ -عليهم السلام. Hey Eebba kitaabaa yookaa dhaamsa kitaabichi dabarsu qofa osoo hin taane,nama hedduuf fakkeenya gaarii isaanii qofaaf irratti argamuun waajiba.
270Loading...
27
✨ FRIDAY REMINDER ✨ ‣ Recite Surah al Kahf ‣ Send blessings upon the beloved Prophet ﷺ ‣ Perform Ghusl. ‣ Dress well and apply perfume (for men). ‣ Proceed to the mosque early. ‣ Sit closer to the Imam. Listen attentively to the Friday sermon. ‣ Make du'a in the last hour (i.e., after Asr). اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد! 𝘖𝘩 𝘈𝘭𝘭𝘢‌𝘩, 𝘸𝘦 𝘢𝘴𝘬 𝘺𝘰𝘶 𝘧𝘰𝘳 𝘱𝘦𝘢𝘤𝘦 𝘢𝘯𝘥 𝘣𝘭𝘦𝘴𝘴𝘪𝘯𝘨𝘴 𝘶𝘱𝘰𝘯 𝘰𝘶𝘳 𝘱𝘳𝘰𝘱𝘩𝘦𝘵 𝘔𝘶𝘩𝘢𝘮𝘮𝘢𝘥 ﷺ. #friday_reminder 𝗝𝗼𝗶𝗻 »» @hundaafkeeyri
340Loading...
28
 🍃‏قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة" رواه مسلم 854 🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e" 🍃  🍃  🍃🎋🎋🎋🎋 ✏‏من سنن يوم الجمعة ✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa. 1-الإغتسال 👉Qaama dhiqachu 2-التطيب 👉WAAN urgaawu dibatu(shitto) 3-لبس الجميل 👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu 4-التسوك 👉ilkaan suwaakatu 5-التبكير إلى المسجد 👉Ganamaan gara masjida dhufuu 6-قراءة سورة الكهف 👉Suratul-khahfi qara'u 7-الإكثار من الدعاء 👉DUA'II heddumessu 8-الصلاة على نبينا ﷺ 👉Nabiirratti salawaata buusu ▪▪▪▪ ➖🍃➖➖➖➖ 👇👇 join my channel👇👇 https://t.me/hundaafkeeyri
310Loading...
29
#Jannah.... ✍ Jannata keessa duuti hin jirtu; dhibeen hin jirtu; gaddaa f gadadoon hin jirtu; dhiphachuun hin jiru; nyaatanii mana fincaanii deemuun hin jiru.... gammachuu qofa... Anaaf isinillee warra Jannataa nu haa taasisu Rabbiin....🤲 جعلنا الله وإياكم من أهل الجنة. Join👇 https://t.me/hundaafkeeyri
330Loading...
30
"Gaazaa keessatti daa'imman akkamitti akka mataa muraman, namoonnis lubbuun akka gubaman ni argina".. Miseensi paarlaamaa Ispeen mootummaan biyya ishee hariiroo Israa'el waliin qabdu hunda akka kutu gaafatte. Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!#حرب_غزة
340Loading...
31
SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW
260Loading...
32
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡ @hundaafkeeyri
260Loading...
33
ሀጅ ለማድረግ ለተነሳችሁ ወንድም እህቶች የሐጅ እና ዑምራን ድንጋጌዎችን ለመማር የሚረዳ ጠቃሚ አፕሊኬሽን ስለሆነ አውርዳችሁ ተጠቀሙበት። @ahmedin99
270Loading...
34
🔴 ውዱዑን አሳምረህ አድርግ! ረሱል (ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም) እንዲህ ብለዋል፦ “ውዱዑ አድርጎ ውዱዑን ያሳመረው ሰው፤ ኃጢአቶቹ ከጥፍሮቹ ስር እንኳ ሳይቀር ከአካላቱ ይወጣሉ።” ሙስሊም ዘግበውታል: 245
250Loading...
35
#Nabi #Muhammad (saw)Yeroo Jalqaba #waamicha gara #Islaamummaa godhan Yeroo Umriin isaanii woggaa 40 ga'u Jibriil Qur'aana Kabajabaa Rabbiin bira gama isaanii fide. Isaanis Woggota sadiif Qur'aaana qabatanii iccitiin gara Amantii Islaamaatti hawaasa waaman. Yeroo kanatti fira,  hiryoota isaanii fi namoonni Rabbiin carraa Islaamummaa tti amanuu isaaniif laate yaamicha isaanii  gammachuun simatanii ittiamanuu danda'aniiru. Yeroo kana irraa kaasee(woggoota sadan booda) Rabbiin akka isaan waamicha iccitii dhiisuun ifatti bahanii Amantii Islaamaa  lallaban ajaje. Isaanis ajaja irratti hundaa'uun hojii isaanii itti fufan. Akka Namoonni haawiltii adda addaa gabbaruu irraa  gara Rabbii tokkicha gabbaruutti dhufanuuf kalatti hundaan waamicha wal irraa hin cinne jara waamaa turan. Garuu waamichi kun Kuffaara Qureeshiitiif hin liqifamne. Keesumattuu aaga'oota biratti rifaatuu uume. Waamicha kana dhagahanii itti fayyadamuu caalaa dura dhaabbatanii ittiin hoonga'uun jara biratti filatamaa waan ta'e fakkaata.  Nabiyyii duratti ba'uun isa mormuu jalqaban. Adeemsa isaa kana guutummaa guutuutti addaan kutuuf tooftaalee adda addaa fayyadaman. Ergaa Rabbiin biraa jaratti dhufe kana kallattii adda addaatiin dura dhaabbachuuf garee gareen walgurmeessanii lafaa ka'an. Gareen tokko garee  qoosaafii maq-xureessiiti. Hojiin isii Nabiyyii irratti qoosaa fi qishinaa gochuu, akka namni iddoo biraa irraa dhufe Nabiyyii fi Muslimootaan wal qunnamnee irraa hin baranneef holola sobaa facaasuun irra fageessuudha. Gareen biraa immoo hamilee cabsuu fi miira nabiyyii xuquuf kan ijaaramteedha. Isaan kun hojiin jaraa  yeroo Nabiyyiin daandii irra deeman rakkisuudha. Fkn: Yeroo daandii irratti isaan argite wantoota gaarii hin taane itti darbachuu,  qoraattii fi dhagaan karaa itti cufuu, boolla daandii isaan irraan deeman  gubbaatti qotuun akka itti kufanu gochuu, Halkan dukkanaan daatanii ulaa manaa duratti fincaa'uu fi kkf. Akkasumas  namni tokko amantii Islaamaa fudhachuu yoo dhagame gara isaa deemuun gara jabinaan gochoota suukanneessaa irratti raawwachuu, Amma lubbuun keessa jirutti adaba gara garaatiin  adabanii lubbuu   isaa baasu. Kunis namoota hunda irratti Saalaa fi umriin osoo hin daangefamne raawwatama. Booda irra  roorroon humnaa ol waan ta'eef Nabiyyiin akka isaan(namoonni amanan) gidiraa kana jalaa gara Habashaatti baqatan ajajan. Muslimoonni gariin  gidiraa kana irraa boqachuuf gara Habashaatti/ Itiyoophaatti baqatan.  Garuu Nabiyyii ammallee waan jara irraa garaa hin muranneef Makka keessatti afuun da'awaa cimsanii itti fufan. Kuffaaronni immoo gama isaaniitiin tumaa namni tokko Nabiyyii irraa bitaachuus ta'ee  itti gurgurachuu hin qabu jedhu raggasisuun woggoota sadiif  rakkoo jabaa akka qunnaman godhan. Yeroon kun Muslimootaaf yeroo akkaan jabduu turte.  Sagaleen daa'ima beeloftee iyyituu faagootti dhaga'ama. Nyaata bitachuuf namni itti gurguru hin jiru. Kanaaf baala mukaa fi kalloo irra ciisan akka soorataatti fayyadamaa turan. Yeroo kanatti  Muslimnii fi kaafirri Banii Haashimii fi Banii Muxxalib  Nabiyyii waliin rakkoo kana dhadhamachaa dabarsan... Nabiyyiin Qureeshota irraa abdii dhabanis saboota naannoo Makkaa qubatanii jiranuuf waamicha gochuu hin dhiise. Haa ta'uu malee isaanis  to'annaa Qureeshotaa jala waan jiraniif waamicha kanaaf tole jedhanii bifa walii galaan carroomuu hin dandeenye... Itti fufa.. Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha! 👇👇👇👇 @Saahibuddiin28
360Loading...
36
★. Mu'uminni balaa adda addaatiin Qoramaadha. Duaaii gochuun Rabbii isaatti waywaatuun Rabbii isaa gabbaraadha. - •|🤎
330Loading...
Ka’abaa ykn Beytii Samii Keessaa Beektuu ?! Akkuma warri ardii masjida qabu,samii keessas masida Malaa’ikaatu jira. Masjidni kuni Al-Beytul Ma’amuur jedhamuun Qur’aanaa fi Hadiisaan ifoome. Beytiin guddichi samii torbaffaa irratti argamu kana RABBIIN Suurat Ax-Xuur keessatti ittiin kakate (وَالْبَيْتِ الْمَعْمُورِ ) “ Mana -Beytal Ma’amuur- inis nan kakadha “ Suuraa Xuur { 4 } Hadiisa keessattis Ergamaan RABBII ( Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Gaafa gara samii ol fuudhame san… Gara Beytal Ma’amuur geeffame. Achumaan “ Yaa Jibriil “ kuni maali ? Jedhee gaafadhe. Jibriilis “; Kuni Beytal Ma’amuur jedhama. Guyyatti Malaa’ikootni kuma torbaatamatu seena. Yeroo carraa takka seenan,gonkumaa (Abadan) itti hin deebi’an “ naan jedhe !!! Gabaasa Imaam Ax-Xabariin gabaasan keessatti,Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam ) akkana jedhan;” Beytal Ma’amuur masida samii keessaati. Kallattii Ka’abaa -Ardii irra jirtu- tanaan jira. Osoo -Beytiin samii keessaa sun- kan kuftu taatee,silaa isii tanarratti kufti… “ صحح إسناده العلامة الألباني مرسلا. Argitanii? Beytiin makkaan jirtu tuni,kallattiidhaan isii gubbaan samii torbaffaa keessa beytiin biroo jirti. Subhaanallaah! Dura bu’aan Uumaa RABBII Ergamaan Keenya (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gaafa samii bahan,yeroo samii torbaffaa irra gahan,manguddoo fuulaan isaan fakkaatu,kan beytii tanatti erkatee taa’u argan. Achumaan Jibriiliin “Kun Eenyu Yaa Jibriil !?” Jedhaniin. Jibriilis “Kun Abbaa kee Ibraahiimi. Dhaqii nagaya gaafadhu “ naan jedhe jedhan…. صلى الله وسلم على نبينا وعلى أبي الأنبياء أبراهيم الخليل. https://shorturl.at/ftyKS
Показати все...
UMMATII TUBE

Ummatii Tube Daw'aa, Gorsa fi Dhaamsa Ulamaa'oota kan Dhiiheessuu yoo ta'u hordofnee irraa waa ha barannuu. Torbaanitti Viidiyo 2-5 kan gad dhiifamu ta'a inshaa Allah Hordooftani akka irraa barattan. Sagantaaleen keennaa Qur'aana fi Hadisa irratti kan hundaheedha. Subscribe yoo gootan akka Sadaqaa Jaariyatti niiyyadha. Like yoo gootan Qur'aana fi Hadisa irrattii nama heddu akka jajjabesitan niyyadha. Share gochuun Daw'aa nama bira akka gaahuu yoo gootan badhaasa rabbii irraa argattu. Comment irratti yoo nu jajjabessitan badhaasa rabbii irraa argattu. Ummatii Tube Fillannoo fi keennaa Maatii keessani fi Hiriyoota Keessanii! EEGAREE UMMATAA!!!

“ JANNATA keessatti lallaba tokkotu baha;” Yaa warra JANNATAA. Fayyaa malee dhukkubni isin hin tuquu muramte! Dargagummaa malee dulloomuun hin jiruu muramte! Jiraachuu malee duuti hin jirtuu muramte! Bashannanuu malee rakkoon hin jirtuu isiniif muramte “ jechuun lallabni baha jedhan Abbaan Qaasim Nabi Muhammad صلى الله عليك وسلم ! Yaa fooqii jannataa kan biyyee fi dhakaan tokko keessa hin jirre warqii malee! Kan dhukkeen shittoo,kan biyyeen warqii! Yaa bareeduma dubartii ganda sanii,kan xuriin gosa gosaa irratti hin argamne. Tan dubrummaan irraa hin dhumne! Yaa Dhugaatii fi nyaata biyya sanii,kan fincaanii fi hagatti hin jijiiramne. Dafqa shittoo caala urgaa’u tahee fiilu. Yaa Firaashaa fi afaa ganda sanii,kan kirriin keessa isaa faaya Istabraq jedhamuun hodhame,kan gubbaan maal hayya!? “ Waan gurri hin dhagahin,waan ijji hin argin,waan sammuun namaa hin tilmaamin,Jannata keessatti walitti qabame “ jedhan Abbaan Faaximaa صلوات ربي وسلامه عليه Har’i carraa dalagaati, bor ammoo badhasa galataati! Yaa RAHMAAN tola keetiin Firdowsiin nu fidi.Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
Показати все...
Ummatii Production

𝐅𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐢𝐟𝐧𝐚! Eegaree Ummataa! YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546

#Hortee_gaarii ✍ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... 👇 ‏﴿والذين يقولون ربّنا هَب لنا من أَزواجِنا وَذُرِّيّاتِنا قُرَّةَ أعيُنٍ﴾ [الفرقان: ٧٤] “ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....” [Furqaan: 74}. Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu..... 💐🌹
Показати все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

#Sirkaa.....😢 Aamiin jedhaa... 👉 Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu, 👉 nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu, 👉 Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu.... Aamiin Yaa Allaah..... 🤲
Показати все...
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan: 1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan." 2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd 3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha. 4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) . 5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
Показати все...
Ummatii Production

𝐅𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐢𝐟𝐧𝐚! Eegaree Ummataa! YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Obbolessi Gaachan ! Abuukii Rabbiin obsa si ha kennu. #Ethiopia |~ Ustaaz Abubakar Ahmed.. sirna awwaalcha obboleessa bakka awwaalchaa Kolfeetti Rawwatame Jira . Rabbiin jannata isaaf haa kennu, du’aan hin irraanfannu, rabbi sabrii nuuf haa kennu..🤲 Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
Показати все...
Loltoonni Falasxiinota naannoo Giddugaleessa Gaazaa keessa jiran kudhanootaan lakkaa’aman sirna awwaalchaa ajajaa hidhattootaa waraana Israa’eliin ajjeefame irratti hirmaatan. Loltoonni kunneen ajajaa isaanii isa kufe kabajuuf rasaasa qilleensa irratti biifatan kunis waraanni Israa'el naannoo #Gaazaa keessatti argamuu fi hordoffiin qilleensaa itti fufiinsa qabu ta'us. Gama biraatiin ammoo #Hamas haleellaa humnoota Israa'el Gaazaa magaalaa #Rafah irratti raawwatame galmeessee viidiyoo gadhiisee jira. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII PRODUCTION Eegaree Ummataa!
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
02:13
Відео недоступнеДивитись в Telegram
ሁሉ ነገረቸው ወድሟል ግን አላህ  ያመሰግናሉ  ቤቶቻችንንም ከዚህ በተሻለ እንገነባለን እያለች ነው  የእምነታቸው ጥንካሬ የሚገርም ነው   አንድ ሰው  ድንያ ላይ የቱንም ነገር ቢያጣ  እምነቱን እስካላጣ ድረስ  ሊታገሱት የሚችል ነው አላህ ለዚህ ህዝብ ያደረገለት  ትልቅ ነገር እምነታቸውን መጠበቁ ነው
Показати все...
6.24 MB