uk
Feedback
Tumsaa Sharaf official

Tumsaa Sharaf official

Відкрити в Telegram

الآ إن نصر الله قريب

Показати більше
9 135
Підписники
Немає даних24 години
-397 днів
-13830 день
Архів дописів
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam HP: @Rafiqul_Islam_Promotion

Gurra nama hundarraa dhaggeeffatun qaba garuu ammoo sammuu waan ofii itti amante qofa godhuuf yaalii gootun qaba tana beekhi
Gurra nama hundarraa dhaggeeffatun qaba garuu ammoo sammuu waan ofii itti amante qofa godhuuf yaalii gootun qaba tana beekhi Ija waan bareedduu hunda laaltee Hawwitun qaba garuu Ammoo caalatti onnee waan jaalattutti of amantu qabaachuu koo Akka hin daganne Garaa Akka namaa waa hunda hawwun qaba garuu Ammoo akkasumaa wajjiin garaa khiisha ofii beekhe sirnaan deemu qabaachuu kootis Akka hin daganne Kunuu qabeenya ✋✋

dubartiin Naamusa qabdu 1. Qur'aana Quran keessatti Rabbiin ni jedha: > ﴿فَالصَّالِحَاتُ قَانِتَاتٌ حَافِظَاتٌ لِّلْغَيْبِ بِ
dubartiin Naamusa qabdu 1. Qur'aana Quran keessatti Rabbiin ni jedha: > ﴿فَالصَّالِحَاتُ قَانِتَاتٌ حَافِظَاتٌ لِّلْغَيْبِ بِمَا حَفِظَ اللَّهُ﴾ [سورة النساء: 34] Dubartoonni gaggaariin Rabbiif ajajamoo dha; yeroo abbaan manaa isaanii hin jirres waan Rabbiin akka eegan ajaje ni eegu." Muhammad salallaahu wa'aleyhi wasallam akkana jedhan: > «إذا صلَّتِ المرأةُ خمسَها، وصامتْ شهرَها، وحفظتْ فرجَها، وأطاعتْ زوجَها، قيل لها: ادخلي الجنةَ من أيِّ أبوابِ الجنةِ شئتِ.» Dubartiin salaata shanan sirnaan salaatte, Ramadaana soomte, qulqullummaa ishee eegde, abbaa manaa isheetiif waan gaarii keessatti ajajamte, 'Balbala Jannataa kamiyyuu irraa seeni' jedhamee isheetti ni himamama Ibn al-Qayyim ni jedhu: > «المرأةُ الصالحةُ قُرَّةُ عينِ زوجِها، وإذا صلحت صلحَ بها البيتُ كلُّه.» Dubartiin gaariin boqonnaa ija abbaa manaa isheeti; yoo ishiin gaarii taate, mana guutuutti gaariummaan ni babal'ata."

Repost from N/a
🏷 ለቻነል ባለቤቶች በሙሉ👇 📌ኑ በነፃ 💯ቻነል እናሳድጋለን ፈጥነው ያስመዝግቡ 📥 ለ ተወሰኑ ቻነሎች ብቻ ቦታ አለን 👀 🔰Folder 1👇
➦ Above  ➣  300+ subscribers
🔰Folder 2👇
➦ Above  ➣  1k+ subscribers
 🏷 ቻናል ለማስመዝገብ አናግሩኝ  👇👇

𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❕ 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❕ 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧:👇👇👇 https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0

ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ❔ ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ❔ ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam

BEEKSISA HO'AA FI AFEERRAA! Hordoftoota keenya kabajamoo fi jaalatamoo! Beekumsa amantaa keenyaa gabbifachuuf, waliin barachu
BEEKSISA HO'AA FI AFEERRAA! Hordoftoota keenya kabajamoo fi jaalatamoo! Beekumsa amantaa keenyaa gabbifachuuf, waliin barachuu fi dandeettii keenya wal biratti madaaluuf qophii addaa qabannee isiniif dhihaanneerra. Har'a galgala sa'aatii 2:30 irratti wol dorgommii beekumsa amantaa irratti xiyyeeffate tokko qabna. Badhaasa qabaa. Hundi keessan irratti hirmaachuun akka beekumsa keessan gabbifattan fi obboloota keessan jajjabeessitan kabajaan isin affeerra. • Gosa Dorgommii: Wol-dorgommii Beekumsa Amantaa • Guyyaa: Har'a galgala (July 1, 2026) • Galgala Sa'aatii 2:30 irratti • Bakka: [ @keyralislam ] https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+nvlAFsF14oFhMzdk

Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓ Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE..... Free Waver: @Rafiqul_Islaam Ads: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam

“ Barannu malee hin bilisoomnu. ” “ Namni barate akka mi'aa karameellaatti dhandhamama. ” “ Ummanni Oromoo barachuu qaba; Lammiin barate immoo mirgasaa gaafata. ” “ Lubbuutu darba malee, dhugaaf seenaan hin darbu. ” “Qabsoon mana ofiitii eegalti.” Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @Rafiqul_Islam_Promotion         

Repost from N/a
🌙 Bismillaahir Rahmaanir Rahiim 🌙 Assalaamu Alaikum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤲 Barnoota Islaamaa fi Afaanota gara sada
🌙 Bismillaahir Rahmaanir Rahiim 🌙 Assalaamu Alaikum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤲 Barnoota Islaamaa fi Afaanota gara sadarkaa gaariitti barachuu barbaadduu? 🤔 Iddoo kamiyyuu addunyaa keessa yoo jiraattan illee, isin tajaajiluuf qophiidha! 🌍 📚 Tajaajila keenya: • Qur'aana Kabajamaa (Qiraa'aa fi Tajwiida) 📖 • Afaan Arabaa 🇸🇦 • Afaan Ingilizii 🇬🇧 • Barnoota Islaamaa Kilaasikaa 🕌 🌍 Lammiilee Muslimaa Ameerikaa (USA), UAE, UK, Kanaadaa, Awustiraaliyaa, Awurooppaa fi biyyoota addunyaa hunda keessa jiraataniif. 🗺️ ✅ Barnoota Online 💻 ✅ Dargaggoota fi jechuun daa'immanii hanga gurguddootaatti mijataa 😲🌉 ✅ Yeroo filatamaa irratti barachuu ni dandeessu ⏰️ 📲 Telegram: @cemi312 💬 📞 Bilbila: 0965656355 📱 Har'a irraa jalqabaa! 🚀 Beekumsi amantii fi afaanotaa mootummaa guddaa jireenyaati. Rabbiin barnoota keessan isin haa eebbisu. Aamiin. 🤖 Hope Promotion 👇👇👇 https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0

Repost from N/a
𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 20𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Click join   ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥       █        J O I N          █                 ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢    ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @Rafiqul_Islam_Promotion

Story

Repost from N/a
🖥 ለሁላችሁም 𝐎𝐍𝐋𝐈𝐍𝐄 ስራ 🖥 🏆ለስራው የሚያስፈልገው👇🏽 ✅ስልክ እና ኢንተርኔት ብቻ ነው👌 💢አስታውሱ❗️ምንም ነገር የምትከፍሉት ገንዘብ የለም❌ 💯ወላሂ ሐቂቃ ማስታወቂያ ነ
🖥 ለሁላችሁም 𝐎𝐍𝐋𝐈𝐍𝐄 ስራ 🖥 🏆ለስራው የሚያስፈልገው👇🏽
✅ስልክ እና ኢንተርኔት ብቻ ነው👌
💢አስታውሱ❗️ምንም ነገር የምትከፍሉት ገንዘብ የለም❌
💯ወላሂ ሐቂቃ ማስታወቂያ ነው💯

╔═══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖═══╗ 𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒌𝒖𝒎 𝒘𝒂 𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝒘𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 ╚═══❖•ೋ°
╔═══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖═══╗ 𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝒂𝒍𝒂𝒚𝒌𝒖𝒎 𝒘𝒂 𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝒘𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 ╚═══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖═══╝ ✧══════❁❀❁══════✧ 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒋𝒂𝒂'𝒊𝒃𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂. 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒊𝒏𝒏𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒏𝒖𝒖. ✧══════❁❀❁══════✧ 📢 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+nvlAFsF14oFhMzdk https://t.me/+nvlAFsF14oFhMzdk ✧══════❁❀❁══════✧

Hasanal-Basri (رحمه الله) akkana je'ani nugorsan 1. Yeroo jireenyaa > يا ابن آدم، إنما أنت أيام، فإذا ذهب يوم ذهب بعضك. > Yaa ilma Aadam! Ati guyyoota qofa. Guyyaan tokko yeroo sirra darbu, kutaan jireenya keetii tokko sirra darbe jira jechuudha.jedhan > አንተ የአዳም ልጅ ሆይ፣ አንተ በቀናት የተሠራህ ነህ፤ አንድ ቀን ሲያልፍ ከሕይወትህ አንድ ክፍል ይሄዳል ። 2. Addunyaa > الدنيا حلم، والآخرة يقظة، والموت متوسط بينهما. > Addunyaan akka abjuuti; Aakhiraan ammoo dammaqiinsa dhugaati. Duuti isaan lamaan gidduu jirti > ይህ ዓለም ሕልም ነው፤ አኺራ ግን እውነተኛ መንቃት ናት፤ ሞትም በሁለቱ መካከል ነው። 3. Taqwaa > ما زالت التقوى بالمتقين حتى تركوا كثيرًا من الحلال مخافة الحرام. > Warri Rabbi sodaatan, waan haraamitti akka hin kufne sodaatanii, waan halaala ta'e hedduus ni dhiisu turan. > ፈሪሃ እግዚአብሔር ያላቸው ሰዎች ወደ ሐራም እንዳይወድቁ በመፍራት ብዙ ሐላልን እንኳ ይተዉ ነበር። 4. Qalbii namaa > فضح الموت الدنيا، فلم يترك لذي لبٍّ فرحًا. > Duuti dhugaadha addunyaaf ifa godhee jira; kanaaf nama sammuu qabuuf gammachuun guutuun addunyaa keessatti hin haftuufi ja'an. > ሞት የዓለምን እውነታ ገልጦታል፤ ስለዚህ ጥበበኛ ሰው በዓለም ሙሉ ደስታ አያገኝም። 5. Qiyaamaa yaadachuu > المؤمن في الدنيا كالغريب، لا يجزع من ذلها، ولا ينافس في عزها. > Mu'minni addunyaa keessatti akka nama alagaa ti; rakkoo ishiitiin abdii hin kutu, ulfina isheetiifis wal hin dorgomu.je'an > ምእመኑ በዚህ ዓለም እንደ እንግዳ ነው፤ በመከራዋ አይሰበርም፣ ለክብሯም አይወዳደርም። رحم الله الإمام الحسن البصري رحمةً واسعة