cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Gaammee Media

Join our Gaammee Media community for the ✅ Latest news ✅Tech-Info ✅Education info Owner👉 @Bek_i I write educational and Technology Informations.

Більше
Фінляндія1 942Англійська104 400Книги7 828
Рекламні дописи
2 555
Підписники
-524 години
-127 днів
-1930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Показати все...
Community

Start this amazing journey now ⚡️

Repost from OTechs
🐹 HAMSTER Kucoin Irratti Premarket dhaan gurguramuu jalqabuufi. 🤩 🍸Warri Verification darbuu dandeessan Ammumaan KYC Verify godhadhaa. @O_Techs @O_Techs
Показати все...
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🤑$Not kana Booda Abbaa hin qabu. Kana booda Notcoin🤑 abbaa akka hin qabneefi kan Community akka ta'e Karaa Channel isaanii beeksisanii jiru. Kanaafis Kana booda $Not 🤑 yeroo ammaa Gabaa keessa naanna'aa jiru 102B $Not malee kan biraa gara gabaatti dabaluun hin danda'amu. Kunis immoo namoota $Not Hold goochaa jirtaniif baay'ee isin gargaara. Kanaboodas yoo dandeessan akka hold gootan malee akka gurgurtan an karaakoo isin hin goorsu. ⚠️ #Ilaalcha Mataakoodha isin waan barbaaddan murteessuuf Mirga qabdu. ✉️@O_Techs ✉️@O_Techs
Показати все...
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#IO list Airdrop June 11 yookaan Guyyoota 2 booda #Binance 🛒 Irratti list ta'u dha. Yeroo ammaa gara bot isaanii deemtanii Namoota Affeeruun walitti Qabachuu Dandeessu. Sana booda Battala List ta'een Withdraw Gootanii gurgurachuu dandeessu. #Isin darbuu hin qabu. ✉️ Namoonni hanga ammaatti hin jalqabne link Kana fayyadamaa. 👇👇👇 https://t.me/Ionet_airdrop_bot?start=r06203134530 @O_Techs
Показати все...
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✉️Namoonni 🐹Hamster Kombat hojjechaa jirtan 👛wallet keessan waliin connect Godhaa. @O_Techs @O_Techs
Показати все...
👍 2
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✉️ Telegram Feature Haaraa Beeksisee Jira Feature haaraa amma beeksisan Telegram Star 🤩 kan jedhamu yeroo Ta'u kunis immoo Namoota Telegram Irratti waan adda addaa gurguruu fi bituu barbaadaniif akka Currency tti tajaajila jedhamee jira. Telegram Stars 🤩 kun TikTok Coin 🎥 waliin kan walfakkaatu yeroo Ta'u yeroon booda immoo namoota Channel hoggananiif feature gift 🎁 laachuu dandeessisu qopheessaa jiraachuu himanii jiru. Madda Odeeffannoo Teeknooloojii ✉️@O_Techs ✉️@O_Techs
Показати все...
👍 2
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✉️Namoonni Binance🛒 qabdan Tapswap irratti Task Coin 3,000,000 laachisiisu dhufee jira. 👉 Kana malees Voucher 600$ baasu Isiniif laanna jechaa jiru. 😁 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1263404935
Показати все...
😁 1
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🎮 Catizen Spin naannessuun namoota carraa qabaniif hanga 20$ laachaa jira. Carraan kun akka isin hin dabarre. Warri hin jalqabne👇👇👇👇 https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_639_1697664
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🤑Notcoin Hojjettanii warri acc keessan Irratti irraanfattan yoo jiraattan June 14 burn waan Ta'uuf dafaa check godhadhaa. Namoonni Baay'een jiraachuusaayyuu osoon bariin gaafa check godhan argachaa waan jiraniif check godhadhaa. @notcoin_bot
Показати все...
👍 1🔥 1🥰 1
Repost from OTechs
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...