Enat Pharmacy 2021
434
Підписники
+124 години
+37 днів
+1430 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Copy of Renal disorder CKD 2016E.pdf9.11 KB
Copy of RD AKI 2016E (1).pdf7.06 KB
Copy of Renal disorder introduction 2016E .pdf3.55 KB
Copy of diabetes-M 2016E.pdf4.67 MB
👍 2
Barattoota pha. Sec. C fi D hundaaf
Dhimmi:- haala sagantaa torbeewwan itti aanuu isin beeksisuu ta'a.
1. Torbee kana (22-23/10/16) assignment therapy II kan dhiheessinuu fi biopharmaceutical kan barannee xumurru ta'a.
2. Gaafa guyyaa 29/10/2016 ganama sa'aatii 3:00 tti immoo therapy II final exam kan fudhannu ta'a.
3. Gaafa guyyaa 07/11/2016 ganama sa'aatii 3:00 tti biopharmaceutical final exam kan fudhannu ta'a.
Hub: presentationii therapy irratti miseensi garee yoo hin jiraatin qarmaata irra hintaa'u hindanda'u jedhee jira barsiisaan.
Getahun A.
Horaa bulaa.
Barattoota pha. Sec. C fi D hundaaf
Barsiisaan entrepreneur qormata mid exam isinitti agarsiisuuf karoora qabatee sababa ayyaanatiin barnoonni akka hinjirre waan hubateef dhaamsa kana naaf dabarsi jedhee jira.
1. Qormaata mid exam waan sirriitti hin hojjenneef final dhaaf sirriiti qophaahuu qabdan jedhee jira. Sababaan ani qormaata mid examii isinitti agarsiisuuf karoorfadheff qabxii keessan ilaaltanii akka qophii gootaniif tureeyyu jedhan.
2. Finaliin kan hammatu Chapter 4, 6, 7 qofa dha. Kana waan godheef akka isiniif salphatu jedheetan jedhanii jiru.
3. Mid examii 40% keessaa qaba jedheetan tureeyyu garuu waan hinhojjetamneef 30% irraa qabama jedhanii jiru.
4. Hordoftoota muslimaa hundaan baga geessan naaf jedhiin waan jedhaniif, isiniin gahee jira. Anis baga geessan jedhee jira.
Ayyaana gaarii
Getahun A.
👍 2
Barattoota pha. Sec.C fi D tiif
Akkuma beekamu haala xumura barnoota semisterii kanaa sagantaa maxxansuun keenna niyaadatama.
Haata'u malee sababaa ayyaana iidaatiin jijjiiruun murteessaa ta'ee argamee jira.
Haaluma sanaan sagantaan akkuma Xilaahun armaan olitti barreesse akkuma jirutti ta'ee gaafa 08-09/10/2016 barnootaa fi qormaanni illee kan hinjirre ta'uu,
Torbee itti aanu 15-16/10/2016 haaluma sagantaa Xilaahun maxxanseen qormaata lama kan fudhannu yoo ta'uu,
Haala baroota bio-pharm. itti xumurru guyyuma san kan mari'annu ta'uu isin beeksifna.
Getahun A.
Ayyaana gaarii
====To all pharmacy 3rd year 2nd sem.SS=====
As we were decided in the class,This is to inform you that
Next 2 wks class & exam schedule will be as follows:
1.saturday (8/10/16) Last Biopharmaceutical &C/PK class
2.Sunday(9/10/16),no class,no exam due to holiday
3.Saturday(15/10/16) morning 3:00LT Analysis ii exam
4.Sunday(16/10/16) Afternoon 8:00LT Entrepreneurship exam
5.Due exam date both Interpruner & Analysis ii Assignment should be submitted with soft copy(Enterpriuner word document & Analysis ii with ppt(30_40slide)to respective instructors, additionally Analysis ii Assignment will appear on exam please share your work on group channel.
NB: prepare yourself starting from today.
TT
To all pharmacy 3rd year 2nd sem SS,as usual next Sunday (2/10/16) Afternoon at 8:00LT we will have HSM exam.
NB. I will share you, if the instructor's give exam hint.
TT
👍 1
To all pharmacy sec C & D
The above document is Biopharmaceutical & clinical PK(176 slides) in which next week(Sunday 25/09/16 Afternoon at 8:30 LT) Biopharmaceutics & Clinical PK mid exam was scheduled. The rest session (Saturday the whole day and Sunday Morning the class was arranged as usual).the exam type will be T or F and MCQ
be punctual both on class & exam.
TT
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.