cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

@F_Mashalaha

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
179
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
ኢድ ሙባረክ عيد مبارك! تقبالله منا ومنكم صلح الا عمل Tekebelallahu mina womnkum saulihal Ae'mal EID-MUBAREK 4U & UR FAMILY too! 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
WAAN SADII "3" RABBIIN SIRRAA HAA FAGEEYSU ☆ Miskiinummaa ( hiyyummaa ) ☆ Rakkoo ☆ Cinqii ( hiraar ) WAAN SADII "3" RABBIIN SIIF HAA TIISSU ☆ Diinkee ( amantiitee ). ☆ Lubbuutee. ☆ Warrakee. WAA SADIIN "3" RABBIIN SIHAA GAMMACHIISU. ☆ Rizqii balloo. ☆ Umrii barakhaa qabdu. ☆ Qananii bareedduu tan RABBIIF irratti galata galchitu WAAN SADII "3" RABBIIN SIRRAA HAA DEEBISUU. ☆ Ibiddaa jahannam. ☆ Ija haasidaa. ☆ Qalbii miqqanyaa. WAAN SADII "3" RABBIIN IRRATTI SIHAA GARGAARUU. ☆ Zikrii godhuu. ☆ Qananii isaa irratti galata galchuu. ☆Ibaadaa isaa tolchitee bareechuu. 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ibnul Arabii Al-Malikiin akkas jedhe." "Haati warraa gaariin kan argamtu qorannoo keetiin osoo hin tahin; hiree (Rizqiin) RABBIIN nama isa sodaateef fiduudha" "Tan gaarii taate malee hin fuudhin gurbaa dhiiraa tokkoof yoo jaartii gaariin hin tahin" "Yaadni isaa ishee waliin gad hin dhaabbatu yoo diinii isaarraa cinaan(wal qixxeen) deeme malee kun immoo waan Argamee beekuudha" 📚📖Ahkaamul qur'aan1/536}} Waan ofii uumee keessaa gubbaa bareeche RABBIIN siif haa fidu! Yoo si gammachiise "AAAMIIIN" jedhi SHARE GODHI? قال ابن العربي - رحمه الله "الزوجة الصالحة لا تأتي بسعيك، فهي رزق يُساق لمن اتقى ربه.. لا تتزوج إلا بالصالحة إذ لم يكن للرجل زوجة صالحة، فإنه لا يستقيم أمر معها إلا بذهاب جزء من ديته، وذلك مشاهد معلوم بالتجربة" 📚أحكام القرآن ١/٥٣٦ 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Ija gadi qabadhaa! Rabbiin ol-tahe Qur'aana isaa keeysatti akkana jedha: قُل لِّلْمُؤْمِنِينَ يَغُضُّوا مِنْ أَبْصَارِهِمْ وَيَحْفَظُوا فُرُوجَهُمْ ذَلِكَ أَزْكَى لَهُمْ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا يَصْنَعُونَ "Ija isaanii akka gadi qabatanii fi qaama saalaa isaanii akka eegan mu'imintootatti (warroota amananitti) himi. Santu isaaniif irra qulqulluudha. Dhugumatti Rabbiin keeysa beekaa waan isaan dalaganiiti." [Suuraa An-Nuur 24:30 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
#Kana_beektuu_laata ? Yeroo Qur’aana qara'uun si jibbisiisu maal yaadachuu qabda beektaa ? ➫Fuula takka yoo qaraate ajrii #kuma 5 akka argattu. ➫Yoo juz'ii tokko qaraate ajrii #100000 akka argattu. ➫Yoo Qur’aana yeroo takka buuste ajrii #miliyoona 3 ol akka argattu beekuu qabda. Kanaan wajjiinuu Rabbiin keenna tanumaa abbaa ufii fedhee dachaa godhee herreegaaf. واللّٰهُ تَعالى يَقول: ﴿ وَٱللَّهُ یُضَـٰعِفُ لِمَن یَشَاۤءُۚ ﴾ Erga ergaan tuni si qaqqabdee booda barbaaddu dhiisuu ni dandeessa, garuu akka hoongoo guddaa keessa jirtu hin dagatin. 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
📨 Soomaan Eenyu ?? 📌 ﻗـﺎﻝ ﺍﺑﻦ ﺍﻟﻘﻴِّﻢ ﺭﺣﻤﻪ ﺍﻟﻠﻪ : « ﻭﺍﻟﺼَّﺎﺋﻢ ﻫﻮ ﺍﻟَّﺬﻱ ﺻﺎﻣﺖ ﺟﻮﺍﺭﺣﻪ ﻋﻦ ﺍﻵﺛﺎﻡ, ﻭﻟﺴﺎﻧﻪ ﻋﻦ ﺍﻟﻜﺬﺏ ﻭﺍﻟﻔﺤﺶ ﻭﻗﻮﻝ ﺍﻟﺰُّﻭﺭ, ﻭﺑﻄﻨﻪ ﻋﻦ ﺍﻟﻄَّﻌﺎﻡ ﻭﺍﻟﺸَّﺮﺍﺏ, ﻭﻓﺮﺟﻪ ﻋﻦ ﺍﻟﺮَّﻓَﺚ ؛ «Soomaan nama qaamni isaa waan haramaa ta'e irra qusatedha , Arabni isaa sobarraa waan yaraa irraa , sobaan ragaa bahuu irraa, garaa isaa nyaataaf dhugaatii irraa , qaama saalaa isaa haal-duree walqunnamtii saalaa irraa. ﻓﺈﻥْ ﺗﻜﻠَّﻢ ﻟﻢ ﻳﺘﻜﻠَّﻢ ﺑﻤﺎ ﻳﺠﺮﺡ ﺻﻮﻣﻪ, ﻭﺇﻥ ﻓﻌﻞ ﻟﻢ ﻳﻔﻌﻞ ﻣﺎ ﻳﻔﺴﺪﺻﻮﻣﻪ, Yoo dubbate waan sooma isaa miidhu hin dubbatu , yoo dalage waan sooma isaa balleessu hin dalagu ﻓﻴﺨﺮﺝ ﻛﻼﻣﻪ ﻛﻠُّﻪ ﻧﺎﻓﻌًﺎ ﺻﺎﻟﺤًﺎ, ﻭﻛﺬﻟﻚ ﺃﻋﻤﺎﻟﻪ, ﻓﻬﻲ ﺑﻤﻨﺰﻟﺔ ﺍﻟﺮَّﺍﺋﺤﺔ ﺍﻟَّﺘﻲ ﻳﺸﻤُّﻬﺎ ﻣﻦ ﺟﺎﻟﺲ ﺣﺎﻣﻞ ﺍﻟﻤﺴﻚ، Dubbiin isaa hunduu gaarii fi waan faayidaa qabu dha akkasumas dalagaan isaallee , fakkeenyi isaa akka nama miskii baatu cinaa taa'ee foolii argatuu dha. ﻛﺬﻟﻚ ﻣﻦ ﺟﺎﻟﺲ ﺍﻟﺼَّﺎﺋﻢ ﺍﻧﺘﻔﻊ ﺑﻤﺠﺎﻟﺴﺘﻪ, ﻭﺃَﻣِﻦ ﻓﻴﻬﺎ ﻣﻦ ﺍﻟﺰُّﻭﺭ ﻭﺍﻟﻜﺬﺏ ﻭﺍﻟﻔﺠﻮﺭ ﻭﺍﻟﻈُّﻠﻢ, Akkasuma namni nama kana bukkee taa'e itti fayyadama soba irraa, waan yaraa irraa , ofmiidhuu irraa nagaa ta'a. ﻫﺬﺍ ﻫﻮ ﺍﻟﺼَّﻮﻡ ﺍﻟﻤﺸﺮﻭﻉ ﻻ ﻣﺠﺮَّﺩ ﺍﻹﻣﺴﺎﻙ ﻋﻦ ﺍﻟﻄَّﻌﺎﻡ ﻭﺍﻟﺸَّﺮﺍﺏ ... ؛ Dhugumatti soomni Rabbiin shari'aa godhe kanadha malee nyaataaf dhugaatii irraa of qusachuu qofa miti ﻓﺎﻟﺼَّﻮﻡ ﻫﻮ ﺻﻮﻡ ﺍﻟﺠﻮﺍﺭﺡ ﻋﻦ ﺍﻵﺛﺎﻡ, ﻭﺻﻮﻡ ﺍﻟﺒﻄﻦ ﻋﻦ ﺍﻟﺸَّﺮﺍﺏﻭﺍﻟﻄَّﻌﺎﻡ ؛ Soomni qaamaan soomuudha waan yakka ta'e irraa akkasumas garaa nyaataaf dhugaatii irraa qusachuu dha. ﻓﻜﻤﺎ ﺃﻥَّ ﺍﻟﻄَّﻌﺎﻡ ﻭﺍﻟﺸَّﺮﺍﺏ ﻳﻘﻄﻌﻪ ﻭﻳﻔﺴﺪﻩ, ﻓﻬﻜﺬﺍ ﺍﻵﺛﺎﻡ ﺗﻘﻄﻊ ﺛﻮﺍﺑَﻪ, ﻭﺗﻔﺴﺪُ ﺛﻤﺮﺗَﻪ, ﻓﺘُﺼَﻴِّﺮﻩ ﺑﻤﻨﺰﻟﺔ ﻣﻦ ﻟﻢ ﻳﺼُﻢ » Akkuma nyaataaf dhugaatiin sooma balleessu yakkis/diiliinis ajrii fi bu'aa soomaa balleessa achii booda namtichi akka nama hin somneetti lakkaahama” 📜 [ ﺍﻟﻮﺍﺑﻞ ﺍﻟﺼَّﻴِّﺐ ص(31 ، 32 ) ]0 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Tola walii ooluun Rabbiin biratti akkaan jaalatamaadha. Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad ﷺ hadiisa armaan gadii kana qofa keessatti gorsa jabaa adunyaafi aakhirattiis fayyadu nuuf dabarsan. Mee hubannee irraa haa fayyadamnuu. قال رسولﷺ : «أَحَبُّ النَّاسِ إِلَى اللَّهِ أَنْفَعُهُمْ لِلنَّاسِ، وَأَحَبُّ الأَعْمَالِ إِلَى اللَّهِ سُرُورٌ تُدْخِلُهُ عَلَى مُسْلِمٍ، أَوْ تَكْشِفُ عَنْهُ كُرْبَةً، أَوْ تَطْرُدُ عَنْهُ جُوعًا، أَوْ تَقْضِي عَنْهُ دَيْنًا، وَلأَنْ أَمْشِيَ مَعَ أَخٍ لِي فِي حَاجَةٍ، أَحَبُّ إِلَيَّ مِنْ أَنْ أَعْتَكِفَ فِي هَذَا الْمَسْجِدِ(يَعْنِي مَسْجِدَ الْمَدِينَةِ) شَهْرًا، وَمَنْ كَفَّ غَضَبَهُ سَتَرَ اللَّهُ عَوْرَتَهُ، وَمَنْ كَتَمَ غَيْظَهُ، وَلَوْ شَاءَ أَنْ يُمْضِيَهُ أَمْضَاهُ، مَلأَ اللَّهُ قَلْبَهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ رِضًا، وَمَنْ مَشَى مَعَ أَخِيهِ فِي حَاجَةٍ حَتَّى يُثْبِتَهَا، أَثْبَتَ اللَّهُ قَدَمَيْهِ يَوْمَ تَزُولُ الأَقْدَامُ، وَإِنَّ سُوءَ الْخُلُقِ يُفْسِدُ الْعَمَلَ، كَمَا يُفْسِدُ الْخَلُّ الْعَسَلَ» Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan “Rabbi biratti irra jaalatamaan keessan nama tola namaaf oole. Rabbi biratti irra jaalatamtuun hojii ammoo bohaartii Muslimni waliif godhu (obboleessi kee akka gammadu godhuudha). Rakkoo obboleessa keetii hiikuun, nyaachiftee beela baasuun fi haajaa isa baasuunis hojii jaalatamtuudha. Rakkoo isaa hiikuuf obboleysa kiyya waliin deemuutu Masjida (Madiinaa) kana keessa galee baatii guutuu Ibaadaa godhuurra na jaalachiisa. Nama aarii isaa liqimse, Rabbiin salphina isaa ni dhoysaaf. Akkasuma nama osoo aarii bahuu dandahuu if qabee dallansuu isaa uggure, guyyaa Qiyaamaa Rabbiin qalbii isaa jaalalaan guuta. Haajaa Obboleessa isaa guutuuf jecha nama hanga inni tasgabbaawee sabatutti obboleysa isaa waliin deeme, Rabbiin (boru guyyaa Qiyaamaa) gaafa faanti hollattee deemtu faana isaa sabbachiisaaf. Amalli hamaan hojii gaarii balleysa! Akkuma Khal dayma balleysu sanitti” 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Warra Jannataa! Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: “Yommuu warri Jannataa Jannata seenan, Rabbiin subhaanahuu wa ta’aalaa ni jedha: isiniif dabalaa waa ni barbaadduu?” Isaanis ni jedhu: Fuula keenya hin ibsinee, ibidda irraa nu baraaruun Jannata nu hin seensifnee?” Egasii Inni (Rabbiin) haguuggi ni saaqa. Gara Gooftaa isaanii jabaa guddaa ta’e ilaalu caalaa wanti isaan biratti jaallatamaa ta’e isaaniif hin kennamne.” Sahiih Muslim (Rabbii isaanii ilaalun wanta hunda caalaa isaan biratti garmalee jaallatamaa kan ta’eedha.) Qur’aana keessatti: وُجُوهٞ يَوۡمَئِذٖ نَّاضِرَةٌ٢٢۝ إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٞ٣٢۝ “Fuulli [gariin] Guyyaa san ni ifu. Gara Gooftaa isaanii ilaalu.” Suuratu Al-Qiyaamah 75:22 Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa rahmataa fi tola Isaatiin warra kana keessaa nu haa taasisu. 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Hadiisa Sahl ibn Sa'di odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "  Waan furaa jarjarsaniin ummanni kheyrii(gaarii) irra jiraachuurraa hin deemne" jedhe.  Bukhaarii fi Muslimtu gabaase - Namni Soommanaan oole, Azaana Maghribaa hoggaa dhagahe dafee furuu qaba. Akkastu gaariidha! Furaa jarjarsuu jechuun akkuma Azaana dhagahaniin nyaachuufi dhuguudha. Osoo Azaana dhagahanii furuu lakkisanii dhimma biraa naanneessuun jibbamtuudha. • عَنْ سَهْلِ بنِ سَعْدٍ، أَنَّ رسُولَ اللَّهِ ﷺ قَالَ: لاَ يَزالُ النَّاسُ بخَيْرٍ مَا عَجلوا الفِطْرَ  متفقٌ عَلَيْهِ.   Du'aa'ii Soommanaan furan. بسم الله، ﺍﻟﻠَّﻬُﻢَّ ﻟَﻚَ ﺻُﻤْﺖُ ﻭَﻋَﻠَﻰ ﺭِﺯْﻗِﻚَ ﺃَﻓْﻄَﺮْﺕُ. ﺫَﻫَﺐَ ﺍﻟﻈَّﻤَﺄُ ﻭَﺍﺑْﺘَﻠَّﺖْ ﺍﻟْﻌُﺮُﻭﻕُ ﻭَﺛَﺒَﺖَ ﺍﻷَﺟْﺮُ ﺇِﻥْ ﺷَﺎﺀَ ﺍﻟﻠَّﻪُ . Bismillaah! Allaahumma laka sumtu, wa'alaa rizqika Afxartu. Zahaba zama'u, wab-ttalatil uruuqu wasabatal ajru in-shaa Allaah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Du'aa'ii Bareedduu tana nama meeqatu qomaa qaba! Du’aa'ii Ergamaan Rabbii-sallallahu aleyh wassallam-godhaa turan kana, sirritti eega hubannee booda qomatti haffaznee ittiin Rabbi haa kadhannuu! ‏ اللَّهُمَّ أَصْلِحْ لِي دِينِيَ الَّذِي هُوَ عِصْمَةُ أَمْرِي وَأَصْلِحْ لِي دُنْيَاىَ الَّتِي فِيهَا مَعَاشِي وَأَصْلِحْ لِي آخِرَتِي الَّتِي فِيهَا مَعَادِي وَاجْعَلِ الْحَيَاةَ زِيَادَةً لِي فِي كُلِّ خَيْرٍ وَاجْعَلِ الْمَوْتَ رَاحَةً لِي مِنْ كُلِّ شَرٍّ ‏ Allaahumma aslih-lii diiniya-llazi huwa ismatu amrii, waslih-lii dun’yaaya-llatii fiihaa ma’aashi, waslih-lii aakhirati-llati fihaa ma’aadi, waj’alil-hayaata ziyaadatan lii fii kulli kheyr, waj’alil mawta raahatan lii min kulli sharrin. "Yaa Rabbii! Amanti kiyya kan dhimma kiyya eegu ta’e naaf fooyyessi, addunyaa jireenyi tiyya keessa jirtus naaf fooyyessi, Aakhiraa deebiin kiyya keessa jiru naaf fooyyessi. Jireenyi kheeyri hunda keessatti daballi akka naaf taatu taasisi. Duuti sharrii hundarraa boqonnaa akka naaf taatu taasisi” Sahiih Muslim 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 ❣❣❣❣ ❣❣❣❣ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ◇ @f_mashalaha◇ ◇ ▪︎ 🤲 ▪︎ 🤲 ◇ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙🌟🌙 Join ♤ share 🕍🕍🕍🕍🕍🕍🕌🕌🕌🕌🕌 ♡-----♡-----♡ @f_mashalaha ♡-----♡-----♡ 🕍🕌🕌🕍🕌🕌🕌🕌🕌🕍🕌
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.