cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Nuredin Ahmed Godana🇵🇸🇪🇹

An Oromoo, Poet,Writer and Student!

Більше
Ефіопія3 051Мова не вказанаОсвіта21 846
Рекламні дописи
6 411
Підписники
+824 години
+37 днів
-5530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Yaadannoo barataa! _ Fedha rabbii guddaa Nuuf taasifnaan banaa Kataf jennee dhufnee Gara addunyaa kanaa _ Heexoon damma jedhaa Dhadhaan ammoo dhamaa Wolitti bukeessaa Wonta gaariif hamaa _ Karra uf jalaa banuuf Osoo guurru qoree Akka nama jaaree Yaanni mata koree _ Takka argachuudhaaf Sagaltama raafnee Osoo lama hin buli Arrii bulee baafnee _ Dhiiga kobbee keenyaa Cuunfaa barreessinee Takka lama jennee Hundaa tarreessine _ Kolfa irraa kolfaa Onnee keessa dhiigaa Akka hojii boombii Takka ijaaraa diigaa _ Gurraacha akka fossoo Itti dibnee adii Miilaa buuqqachoofnee Joorre oliif gadii _ Joortuu baraa taane Homaa nutti hin hafnee Erga lafaa kaanee Takka ciifnee hin rafnee _ Beekumsa tuuluudhaaf Oliif gadi yaanaa Jarris nu dhamaasu Nutis ni dhamaanaa _ Akkaaf bakka jirru Bitaaf mirga laallee Kan wolii hojjannuuf Kan dhiifnu wollaalle _ Nus joonja'uu irra Woliin dhama raafnee Obsinee dadhabnaan Kobbee keenya kaafne Akka cululleetti Dursinee qabataa Cim'isuu jal qabne Yaadannoo barataa. @Nuredin_Ahmed_Godana
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Yaadannoo barataa! _ Fedha rabbii guddaa Nuuf taasifnaan banaa Kataf jennee dhufnee Gara addunyaa kanaa _ Heexoon damma jedhaa Dhadhaan ammoo dhamaa Wolitti bukeessaa Wonta gaariif hamaa _ Karra uf jalaa banuuf Osoo guurru qoree Akka nama jaaree Yaanni mata koree _ Takka argachuudhaaf Sagaltama raafnee Osoo lama hin buli Arrii bulee baafnee _ Dhiiga kobbee keenyaa Cuunfaa barreessinee Takka lama jennee Hundaa tarreessine _ Kolfa irraa kolfaa Onnee keessa dhiigaa Akka hojii boombii Takka ijaaraa diigaa _ Gurraacha akka fossoo Itti dibnee adii Miilaa buuqqachoofnee Joorre oliif gadii _ Joortuu baraa taane Homaa nutti hin hafnee Erga lafaa kaanee Takka ciifnee hin rafnee _ Beekumsa tuuluudhaaf Oliif gadi yaanaa Jarris nu dhamaasu Nutis ni dhamaanaa _ Akkaaf bakka jirru Bitaaf mirga laallee Kan wolii hojjannuuf Kan dhiifnu wollaalle _ Nus joonja'uu irra Woliin dhama raafnee Obsinee dadhabnaan Kobbee keenya kaafne Akka cululleetti Dursinee qabataa Cim'isuu jal qabne Yaadannoo barataa. @Dambalii_Waloo
Показати все...
Looniif worra keenna...! _ Gaaf bariisaan qabbanaan Duuka eegalu suulaa Abbaan loonii ol ka'ee Faana gadabii duulaa...! Akka loon coraa ciree Miseefii bareeduu Lafa loowwan isaa Badhifatee dheeduu....! Nama loowwan qabu Gurri isaa guddaa Onneedhaan dhahatee Dubbata waan hundaa...! Tolaa fi lolattis Kan of irraa qoluu Jireenya isaattu Looniin maleen toluu...! Diittaa gurri fagaatee Alaa fi keessi sonee Kan horee kiila lixe Akka godaanaa bonee..! Worra halkan takkatti Goromsi dhibbaa dhaluu Worra jabbiif goromaan Gargarii oolee galuu Kan dalleenni hin dandeenne Kan hiddiin duuban buunee Kan ijji laalteen quufne Kan harki keessaan fuunee...! Jibooleef korma goobaa Hojja yaasee bobbaasee Wontaa naannessee galcha Malkaa waabee obaasee...! Kan jabbiin rooca hootu Namni dhugee dadhabee Kan elmee wolin geenne Harki meeqaa dhaqqabee.... Worri keenna kuni Worra loon jaalatuu Worra safuu beeku Rakkataaf laalatuu...! Worra loon arginaan Woliin daaqu qalbiin Worra dawoo madhattu Ameessaa fi jabbiin...! Kan dhaltiin isaa taadhii Dorrobee woggaan dhaluu Kan kormi isaa goobee Shiftee gaara galuu....! Quufaa fi ruufa hedduun Barasaattin dhageennee Dorrobaan bargaaffatee Of arraabeen dandeennee...! Loonii fi worri keenna Gargar hin baane takkaa Dhadhaaf aanan kaleessaas Hadhas hin dhiifne bakkaa...! Irra deebi'iin kan maxxanfame ......✍️ Nuredin Ahmed Godana
Показати все...
Sagantaa Eebba kitaaba #madaalamteefi #gumaataa_seenaairratti barreessitoota Oromoo Nuredin Ibrahim Shaggaa fi Mahammad Siraaj woliin Muste Abe
Показати все...
👍 2
Sagantaa Eebba kitaaba #madaalamteefi #gumaataa_seenaairratti barreessitoota Oromoo Nuredin Ibrahim Shaggaa fi Mahammad Siraaj woliin Muste Abe
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
ሰበር መረጃ NOTCOIN ያላችሁ ሰወች አድስ መረጃ ወቷል JOIN ብላችሁ አንብቡት ።
Показати все...
👍 1
JOIN
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA. WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA👇👇
Показати все...
GORSA HAYYOOTA💥
ERGAA HAYYOOTA
SEENAA JIREENYA✊
AKKAATA JIREENYA HAWWAASUMMAA
KUTANNOON KUTAADHA🙏
DHUKKUBBII YAADAA
Фото недоступнеДивитись в Telegram
data በነፃ የሚያስጠቅመውን application ለማግኘት ይሄን ቻናል join አርጉና አውርዱ
Показати все...
🈴 join 🈴
Фото недоступнеДивитись в Telegram
ethiotelecom and safaricom ለ 24 ሰአት የሚቆይ ነፃ ዳታ እያስጠቁሙ ይገኛሉ አሁኑኑ በነፃ ይጠቀሙ
Показати все...
Ethio telecom
Safaricom
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показати все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN