cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dr Birbo Chala

This channel is created mainly for medical related discussion by our great language Afaan Oromoo. Lets make Afaan oromoo a medical language. This language deserves morethan this!

Більше
Рекламні дописи
1 753
Підписники
+224 години
+127 днів
+3930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Jirra.Yeroo ammaa kana Kilinika G/G Wiirtuutti argamna.Isin yaaddoo malee rafaa nuti fayyaa keessan eegaa bulla!
Показати все...
9
VACANCY Kilinikni G/G Dr Gazzaanyi (Dr. Gezahegn Guluma medium clinic ) Namoota Gita armaan gadii kana qacaree hojjachiisuu barbaada. 1. Nurse                👉education level:-   Bsc  👉 work experience  1yr and above. Bay'ina tokko (1). 2. laboratory technician    👉Education:- Diploma   👉work experience 2 yrs and above. Baay'ina tokko (1). 👉Place of work oromia south west shoa, Tulubolo. N.B:-professional License and work clearance not more than six months.   Salary atractive. >>Interested  applicant can submit your documents  within 10 days of this post by telegram  account @gezgul or phone no. 0940485555 for more information  call 0940485555 Carraa gaarii!!!
Показати все...
👍 6 2
https://t.me/haMster_kombat_bot/start?startapp=kentId443191979 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium Dubbiin Hamster combat kun Addunyaa harkatti galfachaa jira.Warri yeroo qabdan yaalaa!!
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Yaada laadhaa!!! Akkam jirtu? Guyyaa har'aa sa'aa 12:10 -3:00 garee telegram tana yaadaf banaa taasifnee jirra. Kanaaf yeroo kana keessatti yaada keessan nuuf laadhaa. Keessattuu namoonni kilinika keenyatti dhuftanii yaala argattanii beektan yaada akka nuuf laattan ni barbaanna.Yaada fi gaafii biraas yeroo kana keessatti ni simanna!! Ulfaadhaa!
Показати все...
➡️Wantoota Maatiin ijoollee waliin gochuu hin qabne! ✓Itti iyyuu(sagalee olkaasani jeequu) ✓Ajaja Itti baay'isuu ✓Reebuu(rukutuu) ✓Itti kolfuu(qoosaa haamilee xuqu Itti qoosuu) ✓Arrabsuu ✓Ijoollee ofi kan namoota biroo waliin madaaluu ✓Amanuu dhabuu(shakki Itti baay'isuu) ✓Sodaachisuu ✓Komii Itti baay'isuu Fi kkf Odeeffannoo biroof: @MentalHealthMedia1 Fayyaa ta'aa!🙏 Via ©Baeki M• [Mental Health Professional]
Показати все...
17👍 4
Dhukkuba Kintaarotiirraa dhibbentaa 85n of fayyaisuuf! ****** Kanneen armaan gadii qofa raawwachuun dhibee kintaarotii irraa harka 85% of fayyisuun ni danda’ama. 👉Nyaata faayiberii qaban kan akka muduraa fi kuduraa, raafuu, qoosxaa baay’isanii nyaachuu 👉Nyaata boolii baay’ee gogsan kan akka chips, saambusaa fi cornaaqqee buskutii gonkuma dhiisuu 👉Nyaata boolii jiddu galeessan gogsan kan akka foon diima fi annanii hi’isuu 👉Bishaan guyyaatti liitirii 3 fi sanaa ol fudhachuu 👉Amaloota mana fincaanii kan kintaarotiif nama saxilan hi’isuu. Isaanis yeroo dheeraa mana fincaanii keessa turuu fi yeroo mana fincaanii keessa jiran sooshaal mediya fayyaadamuu fa’aati. 👉👉Yoo kana bira darbe ogeessa bira deemuun ilaalamuu fi qoricha booli laaffisu kan akka bisakoodaayilii jedhamu yeroo hunda manaa qabaachuu. Hubadhaa goginsi altokkoo kintaarotii ni fida. Fayyaan Faaya! Via Dr Dhaabasaa Moosisaa!
Показати все...
👍 10
Vacancy walin medium clinic vacancy 1.Health officer work experience 2yrs and above 2. Nurse education level:- Bsc or diploma work experience 1yr and above 3. laboratory technician education:- Bsc or diploma work experience 3yrs and above 4. cleaner education grade 10 and above place of work oromia alemgena kenter addis sefer -new private medium clinic N.B _afaan oromo and amharic is mandatory for all positions _professional License and work clearance not more than six months also mandatory Salary by negotiation for all positions _ interested applicant can submit your documents within 3days of this post by telegram account @kenish22 or phone no. 0968080579 for more information call 0968080579
Показати все...
👍 8
Repost from Dr Birbo Chala
Akkam jirtu? Miseensonni haaraan gara garee kanaatti reefu dhuftan baga nagaan dhuftan.Anaa dhufu jennee jirra.Kanatti Aansuun ammoo Tajaajiloota karaa garee kanaa fi Kilinika keenyatti kennaman isin beeksifna. 👉Tajaajila baruumsa fayyaa bilisaa 👉Tajaajila Gorsa fayyaa garaa garaa 👉Qorannoo dhiiga gosa garaa garaa 👉Qorannoo fi hordoffii ulfaa 👉Qorannoo fi yaala dhibee sukkaaraa 👉Qorannoo fi yaala dhukkuba Onnee 👉Qorannoo fi yaala dhukkuba Kalee 👉Qorannoo fi Yaala dhukkuba Tiruu 👉Hordoffii Olka'iinsa Dhiibbaa dhiigaa 👉Qorannoo fi yaala dhukkuba gogaa 👉Yaala daa'immanii 👉Yaala dhukkuboota gadaamessaa 👉Qorannoo fi yaala dhala dhabuu 👉Qorannoo dhukkuba Ucubaa 👉Qorannoo Dhukkuba TB 👉Qorannoo dhukkuba Busaa 👉Dhaqna qabaa dhiiraa 👉Yaala baqaksanii yaaluu xixinnaa 👉Tajaajila Altiraasaawundii Raadiyoolojistiidhaan 👉Qorannoo fi Yaala Olka'iinsa Kollesteroolii 👉Qorannoo fi yaala dhukkuba Garaachaa 👉Qorannoo fi yaala dhukkuboota karaa Walqunnamtii saalaa daddarban 👉Yaala balaa Tasaa fi Ariifachiisaa fi Tajaajiloota biroo Afaan keessaniin argachuu dandeessu. Nu dubbisuus barbaannan👉@birboch asirratti nuuf katabuu dandeesu. Fayyaan keessan fayyaa keenya! Kilinika G/G Wiirtuu Teesson magaalaa Sabbataa Gabaa Ummataa tin gara bahaatti Gamoo abbaa darbii Afurii gubbaatti argamna.
Показати все...
Goolabameera! Maalin goolabame? ******** Akkuma yaadatamu Obboleessi keenya Araarsaan Lubbuun darbuun isaa hedduu kan nu gaddisiisellee ta'u nuti garuu gallee gadda taa'uu hin dandeenye ture.sababni isaas fuulduree ijoollee Araarsaa gaafa yaannu teenyetumallee gadda dabarfachuu akka hin dandeenye nu taasise. Sababni isaas Araarsaan ijoollee lama kan waggaa 6 fi Kan baatii 9 gatee deeme.Haatimanaa isaa hojii sababii hin qabneef carraaqqii inni taasisaa turetu ijoollittii jiraachisaa ture .Sanuu mana kiraa keessatti.Kanumarraa kaanee akkuma Obboleessa keenya Araarsaa Awwaallee galleen Duula Deeggarsa ijoollee Araarsaa jedhamu kana naannoo nama shanii taanee eegalle.Duulli Kunis kan ture guyyaa 10 yoo ta'u haalli hirmaannaa namootaa garuu kan baay'ee nama boonsu ture.Kan qabus kan hin qabnes si'aayinaan irratti hirmaachaa ture.Even namoonni otoo ofiiyyuu harkarraa hin qabaatin liqeeffatanii gumaachaa turan kan ani ijaan argeyyuu hedduudha.kan ani hin arginis akka jiru shakkii hin qabu.kan otoo gumaachuu barbaaduu harkaa dhabee gumaachuu dhabuu isaatti gadduu fi aarus akka jiru nin beeka.Hunda keessanuu kabaja guddaatu isiniif mala qofa osoo hin taane rabbirraallee eebba argattu jedheen Amana.Lubbuu nama lamaa akka baraartanii fi Ijoollee lama akka guddiftaniittin hubadha.Isinis akkasumatti hubadhaa.Duula kana keessatti nama 600 ol kan hirmaate yoo ta'u hanga amma sa'aa kanaaatti maallaqa qarshii Miiliyoona tokkoo fi kuma afurii fi dhibba afur(1,004,400birr) walitti qabamuu danda’ee jira. Sochii kana keessatti waan ani qabatamaan arge 1.Namni waliif Nahu ammayyuu hedduudha.Hinuma jira. 2.Namni yoo waltumse humna xinnaa walitti fidee hojii guddaa hojjachuu akka danda’u tiyoorii isaa yoon beekellee qabatamaadhan garuu mirkaneeffadheera. 3.social media kanallee waan gaarii yoo ittiin dalagne bu'aan isaa gaarii ta'uus daraan kan durii caala hubadheen jira. Egaa walumaagalatti duula social mediadhaan deeggarsa ijoollee tanaaf funaanaa turre goolabnee jirra.Akkas jechuun garuu amma booda deeggaruun hin danda’amu jechuu osoo hin taane nutu waamicha gargaarsaa miidiyaadhaan taasisuu dhaabe jechuudha.Namoonni kana boodallee gargaaruu feetan qaamanis ta'ee karaa biraan gargaaruuu dandeessu. Dhumarratti waan lama kaasee dubbii koo xummuuruun barbaada. 1.Maallaqa walitti qabame kana waan dhaabbataadhaan galii galchee ijoollee jiraachisuu danda’u wayiitin akka godhamu taasifna.Isas isin beeksifna. 2.Ijoollee Arfan ķunneen tattaaffiin isaan tumsa kana milkeessuf godhan yoomiyyuu kan hin dagatamneedha. 👉Jaarraa B. Hundee 👉Bekan Serbesa 👉Alamaayyoo Bayyanaa 👉Kumaa Gabbisaa Bik Dabalataan Hiriyaa Aroo kan ta'e Ashannaafii Calqabaa deeggarsi inni taasisaa ture kan baay'ee nama boonsudha.isas galata guddaatu malaafi. Ulfaadhaa! Jiraadhaa!! Fayyaan isinirraa hin fagaatin!
Показати все...
👍 12 3
Vacancy at Wirtu Medium Clinic! Gita Hojii:-Qulqulleessituu Gosa qacarrii:-Dhaabbii Ulaagaa:-Sadarkaa barnootaa 10+,Muuxannoo kan qabu jiraannan dursi ni kennamaaf. Saala:-Dubara Baay'ina :-1 Mindaa:-Waliigalteedhan Bakki hojii:Kilinika G/G Wiirtuu Teessoon::-Magaalaa Sabbataa Gabaa ummataatin gara bahaa! Galmeen qaaman Kilinika dhaqanii galmaawuu ykn Telegram lak.0912773748 irratti ragaa erguun ni danda'ama. Deadline :-Waxabajjii 15,2016EC Guyyaa beeksifni bahe :-Waxabajjii 8,2016!!
Показати все...
👍 6
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.