cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Oda Bultum university

@ODA Bultum University https://t.me/+kHQb-VPdFwAxNGVk

Більше
Фінляндія2 713Мова не вказанаОсвіта76 702
Рекламні дописи
207
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Hojiin Barnootaa Caasaalee  Mootummaa Hunda keessatti Hojii 1ffaa Ta'ee Akka Irratti Xiyyeeffatamee Hojjatamu Murtaa'eera. BBO-Sadaasa 16/2016  Biiroon Barnootaa Oromiyaa kufaatii qulqullina barnootaa akka biyyaafi naannoo keenyatti qunname keessaa bahuuf waltajjii Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa  fi Ambaasaaddara Barnoota Oromiyaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa, hogganaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa kabajamoo obbo Fiqaaduu Tasammaa, hoggantootni olaanon, abbootiin qabeenya, hayyootni Yunivarsiitiiwwanii, hayyootni dhaabbilee mootummaafi miti mootummaa irraa walitti babahan, hoggantootni barnootaa sadarkaan jiran, seektarootni adda addaafi aangawoon dhaabbilee Mootummaa Federaalawaa irraa afeeraman kan irratti argaman qopheessuun marii taasisee irratti murteen qabxii saddeet qabu murtaa'eera. Kufaatii Barnootaaf sababafi mala furmaataa irratti waraqaan qorannoo hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa  Bariisootiin kan waltajjiif dhihaate yoo ta'u, waraqaa qorannoo dhihaate irratti hirmaattota kan mariisisan kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaa, kabajamoo obbo Fiqaaduu Tasammaafi kabajamoo Dr. Tolaa Bariisoo yoo ta'an, hirmaattota irraa yaadniifi gaaffii adda addaa ka'anii erga irratti mari'atanii booda, qulqullina barnoota keenya rakkoo jalaa baraaruuf guyyaa har'aa irraa jalqabee hojiiwwan akka mootummaafi qaama hawaasa hundaatiin hojjatamuu qaban qabxiin saddeet murtaa'aniiru. Hojiiwwan hojjatamuuf murtaa'an kunniin dhaloota eger horannuuf murteessaafi Seena Qabeessummaan isaa daran olaanaa ta'uu mul'iseera. #Murtee_Seena_Qabeessafi kutannoo Mootummaafi Hawaasa keenyaa kan Mirkaneessan: #1_Gumiin Tiraansifoormeeshinii Barnootaa Oromiyaa Hundeeffameera. Gumiin Kun Sadarkaa Naannootti kan Pirezidaantii Naannoo keenyaa kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaatiin hogganamu yoo ta'u, caasaan kun sadarkaa Godinaa, Aanaafi Manneen Barnootaatti haala wal fakkaatuun kan ijaaramu ta'uusaa, #2_Manneen Barnootaa hundaaf hogganaan Siyaasaa tokko abbummaan ramadamee akka hordofuufi deeggaru, Qaamni siyaasaa kun haala walii galaa MB, nyaata barattootaa, rakkoo barsiisaa, barattootaa, maatii barattootaa, hawaasa naannawa MB, caasaalee mootummaafi walitti dhufeenya MBfi kkf kan hordofuufi deeggarsa kan kennu ta'a, #3_Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Waldaan Barsiisota Oromiyaa waliin ta'uun Barsiisaa Mana Barnootaa keessa akka turu haala mijeessuu, #4_Dhiyeessa Barsiiotaan qabate, #Lafa mana irratti ijaarratan, #Baadiyaa keessatti immoo dhihootti mana jireenyaa ijaaruufi kan jalqabame xumuruu, #Barsiisotaaf Mana Barnootaa keessatti #Nyaata_dhiheessuu, kanas dhaabbanni Buusaa Gonofaa cimee akka hojjatu murteen darbeera. Barsiisota nyaanni dhihaatufii qabanis yeroo gabaabaa keessatti ni ibsama. #5_Dhiyeessi Nyaata Barattootaa haala fooyya'aafi qulqullina qabuun itti fufsiisuu, #6_Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru hundi ulaagaalee Biiroon Barnootaa Oromiyaa baasuun irra deebi'amee ijaaramuu akka qabu, #7_Hojiin Barnootaa caasaalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti hojii 1ffaa ta'ee akka karoorfamuufi hojjatamu qabu, #8_Murtee har'a murtaa'e kana bara2017tti raawwiin isaa 10%n dabalee akka wal agarru haata'u jechuun murtaa'eera. Dhumarratti, hojiiwwan hatattamaan yeroo gabaabaa keessatti hojjatamuu qaban  kallattiin kabajamoo obbo Shimallis Abdiisaatiin kennameera. Hojiiwwan Hatattamaan Hojjatamuu Qabanis: #Gumiin Tiraansifoormeeshinii Barnootaa kun Qulqullina Barnoota Oromiyaa kufaatii kaasuuf hundaa'e kun hatattamaan sadarkaa Godinaa, Bul. Magaalaa, Aanaafi Gandaatti hundaa'ee hojii akka eegalu, #Gumiin kun, yeroo gabaabaa keessatti maatii barattootaa waliin marii akka gaggeessuufi hubannoo akka uumu, #Barsiisota waliin akkasumas, #Barattoota waliin marii taasisuun kallattii jiruufi hojiiwwan hojjatamuu qaban akka hubachiisan  walii galuun mariin xumurameera. #Hubachiisa: Mariin Dhaloota Ceesisuuf bal'inaan mari'atameefi murteewwan kennaman #Seena_Qabeessa waan ta'eef guutuu marichaa qabannee waan deebinuuf nu hordofaa jenna.      @ODA Bultum University https://t.me/+kHQb-VPdFwAxNGVk
Показати все...
Oda Bultum university

@ODA Bultum University

https://t.me/+kHQb-VPdFwAxNGVk

Фото недоступне
Namoota sagantaa fooyya'iinsa dandeettii (Remedial program) dhuunfaan barachuu barbaaddan hundaaf. Odeeffannoo barnootaa argachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
👍 1
Barattoota yoo taatanii channeel telegraama kanatti makama keessaatu barattoota University kitaabolee adda addaa barreeffamoota adda addaa as keessa argatu   @ODA Bultum University https://t.me/ODAbultumunivers
Показати все...
Oda Bultum university

@ODA Bultum University

1
Barattoota yoo taatanii channeel telegraama kanatti makama keessaatu barattoota University kitaabolee adda addaa barreeffamoota adda addaa as keessa argatu @ODA Bultum University
Показати все...
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
CHAPTER 2.docx0.87 KB
CHAPTER2 WORK SHEET.pptx0.75 KB
t table.docx3.05 KB
chapter1.docx2.11 KB
CHAPTER 3.IONIC EQUILIBRIUM2.docx1.43 KB
Work sheet PRINT.docx0.17 KB
chapter 4.doc0.49 KB
CHAPTER 5.docx3.30 KB
CHAPTER SIX.docx0.30 KB
seed plant Gymnosperms handout.ppt6.73 MB
AnlyticCamoArbU.pdf2.10 MB
Share 'mycology unit 1 and 2.pptx'
Показати все...
mycology unit 1 and 2.pptx1.06 KB
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
Protozoa.pptx5.67 MB
Radiata.pptx13.40 MB
METAZOA.pptx3.21 MB
Chapter I(Invertebrate).pptx1.51 MB
Minor phyla.pptx12.65 MB
Phylum ArthropodaNew.pptx10.00 MB
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
  • Файл недоступний
Adama model 3.docx1.04 KB
SEED PLANT.docx0.22 KB
Alemayehu E. Exit human anatomy and physiology exam (1).docx0.54 KB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.