cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dr. Gurmeessaa

Fayyaa keenya haa eeggannu

Більше
Фінляндія876Мова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
7 169
Підписники
Немає даних24 години
+407 днів
+71730 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Daily Combo Ammas Namoonni hin hojjatiin hojjadhaa 👇👇👇👇 https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId396798974
Показати все...
Faayidaa buqqee(Dabaaqula) dubbaa faayidaa fayyaa adda addaa qaba, galata piroofaayilii soorataa badhaadhaa qabuun. Faayidaawwan ijoo tokko tokko kunooti: 1. Nyaata baay'ee qaba: Paampii vitaaminii (akka vitaamin A, C, fi E), albuudota (kan akka pootaasiyeemii fi maagniziyeemii), fi antioksidaantoota hedduudhaan kan guutame dha. 2. Fiberiin kan badhaadhe: Qabiyyeen faayibaraa baay'een isaa bullaa'insa nyaataaf kan gargaaru yoo ta'u, hamma sukkaara dhiigaa to'achuuf gargaaruu danda'a. 3. Ittisa qaamaa ni guddisa: Qabiyyeen vitaamin A fi C baay'een isaa hojii ittisa qaamaa kan deeggaru yoo ta'u, qaamni keenya infekshinii akka ofirraa ittisuuf gargaara. 4. Fayyaa Ija ni guddisa: Vitamin A fi antioxidants akka beta-carotene arguu gaarii eeguu fi dhukkuboota ijaa umuriin walqabatan ittisuuf barbaachisoo dha. 5. Fayyaa Onnee: Pootaasiyeemiin paampii keessa jiru sadarkaa dhiibbaa dhiigaa to'achuuf kan gargaaru yoo ta'u, antioksidaantoonni ammoo carraa dhukkuba onnee hir'isuuf gargaaru. 6. Ulfaatina qaamaa to'achuu: Kaalorii xiqqaa fi faayibara baay'ee kan qabu paampii yeroo dheeraaf akka guutamtu si gargaaruu danda'a, kunis ulfaatina qaamaa to'achuuf gargaara. 7. Fayyaa Gogaa: Vitaaminoonni fi antioksidaantoonni paampii keessa jiran fayyaa gogaa fooyyessuuf gargaaruu danda'u, mallattoolee dulloomuu hir'isuu danda'u. 8. Raammoo garaa keessaa qulqulleessuuf. 9. Dhukkubbii buusaawwaniif. (For arthritis) 10. Cholesterol hamaa hir'isuuf. 11. Cirracha kalee akka hin uumamne taasisuuf. 12. Daa'imman halkan siree keessatti fincaa'aniif ni gargaara. 13. Namoota dhibee sukkaaraa qabaniif. 14. Moluu yeroo malee dhufu ni hir'isa. 15. Keemikaalota qaama keessatti summii ta'an dhabamsiisuuf. 16. Hirriba gaarii fi fayya qabeessa argachuuf. Telegram TON Hamster Kombat waliin hojjechuu akka jalqabe beeksisaniiru. Kanaaf link asii gadiin seenuun tap tap godhaa hiriyyoota keessaniifis share godhaa 👇👇 https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId6184255288
Показати все...
👍 20 4
Hanqaaquu fi Abukaadoo! Annisaadhaan kamtu caala jettanii yaadduu? **** 1. Avokaadoon annisaan hedduu sooressa (Avokaadoon tokkichi haga hanqaauu 4 haga 5 annisaa namaa kennuu danda'a). 2. Qabiyyee garagaraatiin sooressa. Avokaadoon tokkichi, kan nuti guyyaatti barbaannu keessaa Vitamin K: 26%, Folate: 20%,Vitamin C: 17%, Potassium: 14%,Vitamin B5: 14%, Vitamin B6: 13%, Vitamin E: 10% of keessaa qabu nuuf kenna. 2. Nyaata coomaan (fat) baay'ee kan of keessaa qabu yoo ta'u, coomni isaa akka cooma kanneen biroo kan nama miidhu miti. Onnee keenyaarrattis akka cooma warra kaanii miidhaa osoo hin taane fayyummaa fida. 3. Keemikaalota antioxidants jedhaman waan of keessaa qabuuf fayyaa ija keenyaaf tumsa guddaa kenna. 4. Dhukkuba buusaa (joint) kan arthritis jedhamu nurraa ittisuuf ga'ee guddaa qaba.
Показати все...
👍 24 3👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Faayidaa fi Miidhaa Duubaan wal qunnamtii saa*laa raawwachuu (Pros and cons of doggy style? °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° Inni kuni kan raawwatamu yeroo baay'ee dubartiin jilbeeffattee, harkaan immoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan wal qunnamtii saa*laa raawwatamuudha. 69 jechuudhaan warri waamanis jiru. Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin immoo hudd*uu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saa*laatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuul dura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha........ Faayiddaa Fi miidhaan isaa maalidha kan jedhuu link asii gadiin app fayyaa install gochuun guutuu isaa dubbisaa 👇👇👇 https://bit.ly/4dL1XKG https://bit.ly/4dL1XKG
Показати все...
👍 27 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
May 30 gad lakkifama Akkuma Notcoin Booda akka hin gaabbine ammuma link asii gadiin seenuun start xuquun tap tap godhaati share waliif godhaa 👇👇 https://t.me/tapswap_bot?start=r_667628693
Показати все...
👍 16 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kunoo Tapswap gatiin itti bahee jira guyyaa saddeet qofatu hafe carraa kana of hin dabarsina market seenuun dursa tap tap gochuudhaan walitti qabachuu dandeessu 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_939219716
Показати все...
👍 15
Ab-suuddaa (Xuqur asmuudi) gurraacha 1. Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu. 2. Haphina rifeensaaf shayi waliin. . 3. Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin. 4. Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin.. 5. Dhibee kaansaariif. 6. Madaa deddeebi'a ni qoorsa damma waliin 7. Dhibee sukkaaraaf. 8. Dhibee garaa kaasaatiif. 9. Qakkeef. 10. Dhukkubbii garaa laaleessu.. 11. Dhibee ija gogaa dhukubu nifura. 12. Utaalloof 13. Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa. 14. Dhukkubbii maashaaf bayeessa. 15. Dhukkubbii dugdaatiif.. 16. Dhukkubbii garaa walitti hacuucu. 17. Dhukkubbii ilkaaniif, 18. Infekshinii irgaaf ni tola.. 19. Hooqxoo qaama. 20. Ho'insa qaama dabaluuf. 21. Dhibee himna humna nama qabuuf. . 22. Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara. 23. Bareedina gogaa keenyaaf ni tola... 24. Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha.. Firiin kun dhibewwaan gara garaatiif heeddu gargaara akka jiru qoronnowwan wirtuu omisha dawaa ibsaa jiru -Akkaataan soorata isaa nyaata waliin. -Shayi waliin -Damma waliin. - Buna waliin. - Bishaan waliin Akkamiitti nyaatamuu qaba =Daakama isaa otoo hin bilchoofne =Sodaa garaachi daaku dadhabuuf immoo xiqqo akawama. =Zeeytii (cunfaa)isaa Galatooma Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa 👇👇👇👇 https://bit.ly/4dL1XKG https://bit.ly/4dL1XKG
Показати все...
👍 29 6👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaari🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6184255288
Показати все...
👍 6 2
Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaari🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_939219716
Показати все...
👍 10