cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

WAANNAAN FAYYAADHA

Channala keenya irraa 👉Jecha hayyoota 👉Gorsa maanguddoo 👉Makmaakssa oromoo 👉jechoota jaalalaa @waannaan_fayyaadha

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
269
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Ergaa si jaaladhee An jaalala dhugaa Gadin tenyee takka Hogguu numan fiigaa Jalalaan na mootee Sitti kennee harkaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Si jaalachuu koo Ati naaf hubattee Jaalalaan siif qabu Onneen koo miidhamtee Ijjii too si malee tan Biraa agartuu Onneen too si malee Takka nan hayyamtuu Bakkaa jirtuu kaatee Barartee naan dhuuftuu
Показати все...
Jecha hayyoota 1.osoo wanni si boochisu baay'een jiruu ati dandeessee kofluu jabeenya. 2.namoonni yaada waa'ee keeti qaban dubbatu malee eenyummaa kee isa dhugaa hin dubbatan. 3.jireenyi filannoo baay'ee qabdi garuu hundumaa al tokkotti filachuu hin danda'amu. 4.hiikni ati jireenyaaf laattu.hiika ati eenyummaa keef qabdu irraa madda. 5.baay'achuun dukkanaa mallattoo ifa biriiti. 6.namoonni biroo waa'ee kee maal akka yaadaniif hin dhiphatin. Jireenya kee seerota mataa keetiin booharsi malee. 7.Amanamummaan akka daawwitiiti. takka yoo cabe akka duriitti sin agarsiisu. 8.kophaa kee tahutti hin dhiphatin biifturraawu kophummaan faaya hin hir'isne waan taheef. 9.rooba keessa deemaa namni maalif imimmaan koo arguu dhabe hin jadhin 10.namoonni ilaalcha keetti gufuu hin taane namoota si caalan ykn qixxee kee tahan qofa. @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Anaaf ta'ii.. Anaaf ta'ii jaalalee koo Ishee dhugaa ishee dhumaa Na jaaladhuu yeroo hundumaa An si dhabnaan nan gungumaa Anaaf ta'ii gorsituu Gucaa ta'ii barsiistuu Amalaa koo qajeelchitu Jireenya koo bareechitu Qofaa kiyya nan fokkisa An si dhabnaan nan bososaa Amanameen siif jiraadha Si wajjiinan mari'adha Ni jiraanna wal utubnee Hanga dhumatti wal gubanne Humn hin qabnu qofa qafa Yoo wal taane tasa hin tanuu nama kolfaa Wal hubannes wal dhageenya Jaalala koos naf hubadhuu Nan sodaatiin nan dubbadhu @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Jireenya kessatti jachoota 4 Kan hedduu barbaachisaa. 1.dhugaa 2.jaalala 3.amanamummaa 4.kabajaa Kanneen yoo hin qabanne jiruun kee hikkaa tokko hin qabu. @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Makmaakssa 1.Kan soogiddi ittoo mi'eesse Barbareen maqaa itti fudhatte. 2.alagatti garaa tiitisatti madaa hin agarsiisan 3.ganatti ni fuulchan. Gowwatti ni himan. 4.arrabni ufii gaaddisa ooltee.abbaa aduu oolchiti 5.barri hin darbaa gurri hin darbu kan abbaan ofitti fide anaa nyaatu hin qabu. 6.utuu ollaa jirruu wal hin agarru jette ijji ijaan. @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Daa'imni beela'ee yoo daabboo hate eenyutu itti gaafatama? Mucaa umuriinsaa 13tu daabboo hatee utuu miliquuf fiiguu ennasuma waardiyaan mana daabboo sanaa ariyee erga to'ateen poolisii magaalichaatti dabarsee kanne. Guyyaa itti aanutti poolisiin mucaa daabboo hate kana mana murtiitti dhiyeesse. Abbaan murtiis himata abbaa alangaa erga dhaggeeffatee booda mucaa yakkamaa jedhamee dhiyaateef gaaffiwwan armaan gadii dhiyeesse. Abbaa murtii daabboo hattee turtee? Mucaa eeyyen jedhe leeyyoon itti dhagahamaa Abbaa murtii maalif hattee? Mucaa na barbaachise kaa Abbaa murtii bituu hin dandeessu turtee? Mucaa qarshii hin qabun ture Abbaa murtii maatii kee irraa hin fudhattu turtee? Mucaa haadha koo qofatu jira. Isheenis dhukkubsattee ciistee jirti. Abbaa murtii hijii hoomaa hin qabduu? Mucaa konkolaataa miiccuudhaanin jiraadha. Guyyaa tokko hafee jennaan hojiirraa na ariyatani Abbaa murtii namootni biro akka si gargaaraniif hin gaafannee? Mucaa ganamaan bahee. Namoota 50 bira deemee kadhadhus garuu hoomaa hin arganne. Abbaan murtii Dhumarrattis murtoo fokkisaa kanan murteesse. Erga gaffiin xumurame booda abbaan murtii mutoo armaan gadii dabarse. Akkas jechuun jalqabe daabboo hatuun. Keesumaammoo daa'imni beela'e daabboo hatuun yakka nama qaanessudha. Kanafuu. ana dabalatee hundi keenya yakka kanaaf itti gafatamna. Namootni galma mana murtii kana keessa jirtanu hunduu itti gaafatamtu kanaafuu namni dhadacha kanarratti argame hundatti qarshii 1000 murteesseera. Namni kamuu hanga kaffalitti to'annoo seeraa jala tura abbaan murtichaa erga ofii qarshii 1000 waraqaa irratti mallatteesseen booda namootni dhaddacharratti argaman sun akka guutaniif waraqaa itti kenne. Murtoo dabalataa kan biraas akkas jedhuun itti dabale dabalataanis manni dabboo sun daa'ima beela'e dabarsee poolisitti waan kenneef qarshii kuma 20 akka adabamu murtoo dabarsuun saatii 24 keessatti qarshii jedhame kana yoo hin kaffalle manni dabbichaa akka saamsamu murtoo itti dabarse. Ammas poolisiin daa'ima beela'e mana murtiitti dhiyeessuu isaaf qarshii kuma 20 akka adabamu iti murteesse murtoo kana erga dhagaheen booda hunduu imimmaan to'achuu dhadhabe. Sirni haqaa hawaasa keenya keessatti raawwatamaa oolu maal fakkata? Daa'imni beela'e dabboo hatuunsaa yakkifi salphinni isaa kan daa'ima sanaa osoo hin taane kan hawaasa sanaati. Yoo ergaansaa siif galee nama beela'e tokkoof dabboo tokko biti. @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Telegram afaan oromoof Liinki kana tuqaa https://t.me/setlanguage/oromolanguage
Показати все...
Change Language: Afaan Oromo

Opening this link will translate the interface of Telegram to a different language. You can change the language back in Settings.

Telegram afaan oromoof Liinkii kana tuqaa 👇👇👇👇👇 https://t.me/satlanguage/oromolanguage
Показати все...

1.Ilmi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata.garuu waaqni gaafa jinbiilfattuuf ol si qaba. 2.kan ba'atu ni ulfaata yoo je'u kan ba'achiisu salphaadha ja'a. 3.namoota nu cunqursaniif dhiifama gochuun mooyamuu osoo hin taane. Jaalala barsiisudha. 4.waan qabuuf kan jiraate. Waan dhabeef kan du'e hin jiru waan ta'eef jireenyaaf hin yaadda'in 5.yoo argatte galateefachuu hin dandeessu taanan. Waan dhabdeef booyuu hin qabdu. 6.namoota cal'isni kee hin galleef.hamma fedhe dubbattus hin galuuf waan taheef waliin falmuuf yeroo kee hin gubin 7.hanga feete bishaan daakuu dandeessus.qurxummii hin taatu. 8.akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne. Namnis yoo rakjinaan qorame malee mul'achuu hin danda'u. 9.imalli ulfaataan kan kophaa imalan tahullee. Garuu akka si cimsu ammoo hin dagatin. 10.haa tokkoomnu! Kophummaan kan bareedu mana fincaanii qofatti. @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Jaalalaaf of-wareegeen Dabarsee of-kannee Waa hedduu narra gahee Wanti nama hin mudannee Gaddaf gaabbii malee Gammachuu simannee. Carraa gaarii hin qunnamnee Jiruu keessatti takkaa Hinbeeku waan saa Arkuu malee daadarkaa. Ceephoo na buufachiifte Dhamala narra buuftee Obsuun dadhabee laalaa Qoricha dhabee yaala. Onnee gubbatti nafiitee Ba'aa jaalalaa ulfaataa Yaadaan sammuu koo hitee Qaamaf qalbii kiyya nyaataa Waada koo diigdee Maaliif nagante laata. Garaa natti jabaattee Sibiilaaf dhakaa caalaa Jaalala dhugaati dhiiftee Waadan siqabuuf malaa. Qaqabduu laphee kootii Michooftuu nadhi dammaa Bareedduu hunda caaltu Jaalallee ishee ganamaa. Ana mucaa gawwaa Jaalala barsiiftee Dhangalaa jaalalaa Nakeessatti gadhiiftee Onnee tiyya goggooyduu Jaalala dhugatin jiiftee. Kennaa daa'imummaa Hiriyaa gaafa loonii Kennaa ishee ganamaa Urgooftuu koo yaa loomii. Yoomumaan maal godheen Dharraa kankee ba'aa Maal yaabadhee dhufeen Bararee sibira ga'aa. By muca kaayyoo @waannaan_fayyaadha @waannaan_fayyaadha
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.