cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dajane Gutama

Namoonni oromoof oromiyaa qabsa'uu fi warregamuuf channel kana banee ittii dhihadha sif jira jedhaa oromiyaa

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
317
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Hey there 👋 I'm playing Keno on this amazing platform, and I thought you might enjoy it too. Register using my invite link, and you'll receive ⁨15 ETB⁩ to start your betting adventure. 🎰 Join now 👇 ⁨https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i1083884389
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Firaa. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r00743974710 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Firaatiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
Показати все...
Google's 25th anniversary gift!Each person can get a gift card worth ETB 5290. https://cashtaskoql.buzz/8LyANeuC/57934381670
Показати все...

Google's 25th anniversary gift!Each person can get a gift card worth ETB 5290. https://cashtaskthk.buzz/1PSnTMGm/57934381670
Показати все...

#Eid_Mubarak Hordoftoota Amantaa Musliimaa maraan baga ayyaana Arafaa Hijiraa 1444 geessan jechaa, ayyaana kana yemmuu kabajjan inni qabu isa hin qabne gargaaraa waliin kabajuu akka qabdan isiniif dhaamna. Ayyaanni kun:-   Kan gammachuu   Kan jaalalaa   Kan tokkummaa   Kan bilisummaa Isiniif haata'u.
Показати все...
https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r00743974710 Isiinis Link ☝️☝️☝️☝️☝️tuquun badhafama ta'a
Показати все...
❇️ BADHAAFAMTOOTA ❇️ 🎊BAGA GAMMADDAN 🎊 🎉 Badhaafamtoota torbee darbee 🎉 ❇️ Ararsa Abdisa Chalchisa ❇️ Gadise Amsalu Abeba ❇️ Henok Kassa Sima ❇️ Ibrahim Abdi Ibro ❇️ Iman Soufiyan Nouh ❇️ Itafa Olana Jabana ❇️ Itiyane Bekela Taressa ❇️ Iyasu Lamesa Hambisa ❇️ Jemila Kedir Milo ❇️ Kassahun Aschale Kelkay ❇️ Kenasa Fufa Tesfaye ❇️ Ketema Zeyinu Getahun ❇️ Kibiru Yadeta Hika ❇️ Layman Usmael Mussa ❇️ Lome Deresa Gerbaba ❇️ Maranata Tesfahun Bunaro ❇️ Matewos Takele Kinati ❇️ Mekonan Amano Wakeyo ❇️ Melkamu Rufe Dina ❇️ Melkie Getaye Gashi ❇️ Meseret Abebachew Belay ❇️ Mideksa Soboka Damasa ❇️ Mintesnot Feleke Abera ❇️ Mitiku Markos Moliso ❇️ Mohammed Aman Hawiyo ❇️ Mokenen Dejene Bekele ❇️ Nebil Habib Siraj ❇️ Obsa Jundi Hassen ❇️ Petiros Shaktew Keno ❇️ Rahel Dejene Bekele ❇️ Ribka Mesfin Firisa ❇️ Robe Balachew Chibsa ❇️ Robsan Shumi Aga ❇️ Samira Kedir Jote ❇️ Sefiya Kadiro Haji ❇️ Sena Miresa Babsa ❇️ Shalom Gezahegn Tanashu ❇️ Tarakagn Kumara Ligdi ❇️ Temesgen Bogale Tefera ❇️ Temesgen Lelisa Chala ❇️ Toleshe Zelalem Mekonen ❇️ Tseganesh Alie Tezera ❇️ Woinshet Birhanu Melka ❇️ Yilkal Asabu Beley ❇️ Yomif Jifara Galalcha ❇️ Yomifan Kebede Hambisa ❇️ Zeleke Getu Belachew ❇️ Zemzem Husein Jawara ❇️ Zenebe Dube Gelgelo Join |SAFARICOM - AWARDS INVITE | SAFARICOM - BOT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Araarri dhugaa itti fufiinsa qabu akka jiraatuufi waliigalteen irra gahamu hojiitti hiikkamuu mirkaneessuuf sirni bulchiinsaa hoggansaafi jaarmayaalee siyaasaa hunda hirmaachisuu uumamuun barbaachisaa dha. #OromoFederalistCongress - OFC
Показати все...
#KFO "Yakka Paartiin Badhaadhinaa raawwatee fi raawwachaa jiruuf dhaabni mataan isaa itti gaafatama. Sababa kanaaf ummata Oromoo maqaa balleessuun sirrii miti" - Oromo Federal Congress Kongireessiin Federaalaa Oromoo bara 2014 Yaa’ii Waliigalaa 2ffaa erga gaggeessee booda ibsa ejjennoo baase;  Paartii Badhaadhinaa biyya bulchaa jiru akka mootummaa Oromootti ilaaluun, badii fi gochi seeraan alaa dhaabichaa badii ummata Oromoo gochuun ​​malawwan dhiyaatan ummata gidduutti wal faallessuu uumuun bu’aa baay’ee balaafamaa kan fidu ta’uu ibsaniiru. KFO'n, "Tibbana paartii biyya bulchaa jiru akka mootummaa Oromootti ilaaluun murtii dogoggoraa 'bulchiinsa Oromoo' jedhu kennuudhaan humnoonni fi hayyoonni tokko tokko ummata Amaaraa bakka buuna jedhan dogongora fi gocha seeraan alaa qaama kanaa akka dogongora ummata otomootti dhiheessaa jiran " atattamaan akka dhaabbachuu qaban ni gaanna. Jedhan "Kun yaada dogoggoraa namoota gidduutti walitti bu'iinsa uumuu fi miidhaa guddaa geessisuu danda'uudha," jedha  KFO'n.  "Badii Paartiin Badhaadhinaa raawwatee fi raawwachaa jiruuf dhaabni mataan isaa itti gaafatama. Kanarraa kan ka'e ummata Oromoo maqaa balleessuun sirrii miti, kanaaf ololli jibbaa akkanaa hatattamaan akka dhaabbatu gaafanna" jedhan.
Показати все...
Показати все...