cookie

ะœะธ ะฒะธะบะพั€ะธัั‚ะพะฒัƒั”ะผะพ ั„ะฐะนะปะธ cookie ะดะปั ะฟะพะบั€ะฐั‰ะตะฝะฝั ะฒะฐัˆะพะณะพ ะดะพัะฒั–ะดัƒ ะฟะตั€ะตะณะปัะดัƒ. ะะฐั‚ะธัะฝัƒะฒัˆะธ ยซะŸั€ะธะนะฝัั‚ะธ ะฒัะตยป, ะฒะธ ะฟะพะณะพะดะถัƒั”ั‚ะตัั ะฝะฐ ะฒะธะบะพั€ะธัั‚ะฐะฝะฝั ั„ะฐะนะปั–ะฒ cookie.

avatar

๐Œ๐š๐ง๐œ๐ก๐ž๐ฌ๐ญ๐ž๐ซ ๐ฎ๐ง๐ข๐ญ๐ž๐(๐ƒ๐ž๐ ๐ ๐ž๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐Œ๐ฎ)

Channel kana keessatti odeeffannoolee kilabii guddicha Ingilizii Maanchister United Afaan Oromootiin isin biraan nii geenya. GGMU๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช THE REDSโค๏ธโค๏ธ Odeeffannoo dabalataaf @Bsurraa https://t.me/Manunitedgoals channel gooliif video

ะ‘ั–ะปัŒัˆะต
ะคั–ะฝะปัะฝะดั–ั1 598ะœะพะฒะฐ ะฝะต ะฒะบะฐะทะฐะฝะฐะกะฟะพั€ั‚11 463
ะ ะตะบะปะฐะผะฝั– ะดะพะฟะธัะธ
3 626
ะŸั–ะดะฟะธัะฝะธะบะธ
+1224 ะณะพะดะธะฝะธ
+857 ะดะฝั–ะฒ
+35130 ะดะฝั–ะฒ
ะงะฐั ะฐะบั‚ะธะฒะฝะพะณะพ ะฟะพัั‚ะธะฝะณัƒ

ะขั€ะธะฒะฐั” ะทะฐะฒะฐะฝั‚ะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั…...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
ะะฝะฐะปั–ั‚ะธะบะฐ ะฟัƒะฑะปั–ะบะฐั†ั–ะน
ะ”ะพะฟะธัะธะŸะตั€ะตะณะปัะดะธ
ะŸะพัˆะธั€ะตะฝะฝั
ะ”ะธะฝะฐะผั–ะบะฐ ะฟะตั€ะตะณะปัะดั–ะฒ
01
#BREAKING Manchester United fi PSG'n dhimma Markus Rashford irratti marii eegalaniiru. Psg'n Marcus Rashfordn akka bakka bu'aa Kylian Mbappetti yaada. Rashford yeroo ammaa shaakala dhuunfaas Dubaitti shaakala irra kan jiru yoo ta'u bakka isaatiif jabaatee morkachuufii Manchester United keessa turuuf fedhii qabaa. @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
1450Loading...
02
Taphni Community Shield Manchurial darbii Manchester Unitedf Manchester City gidduutti Hagayya 10 kan geggeeffamu ta'aa. @MUAfaanoromoo
2691Loading...
03
๐ŸšจMaan Yunaayitid, PSG fi Livarpuul sa'aatii 24 darban keessa Liil qunnamuun fedhii Leenii Yooroof qaban mirkaneessaniiru. ย  @MUAfaanoromoo
5510Loading...
04
Bagaa gammaadan warii chanel qabdaan hunduu dorgommii kun akkaa isiin hin darbiin dorgommii dhabbaata telgram fi Ethio telcom waliin tahuun qopheesse gaalma'ukeef badhaasa qabdaa namni galma'uu barbaadan karaa. @Spurtchanel Nuu duubbisu dandessu @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
6682Loading...
05
Kilabiin keenya Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara bitaa Boornmaawuz Miiloos Kerkis fudhachuuf yaalaa jira. Gatiin taphataa kanaa Yuuroo miiliyoona 45 hanga Yuuroo miiliyoona 50 gidduutti akka ta'u tilmaamameera. [Faabriiziyoo Roomaanoo]. @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
6541Loading...
06
Manchister United bakka bu'aa Albaro Morataa faana marii eegaleera. @MUAfaanoromoo
7831Loading...
07
๐Ÿšจ JUST IN Taphataan sarara ittisaa Evertan Jaareed Biraanzweet gara Maanchistar Yunaayitid dhufuu ni barbaada, Yuunaayitid Evertan waliin waliigalteerra amma gahutti eega jira. [Faabriiziyoo Roomaanoo] @Oduu_isportii
7510Loading...
08
Manchester United Fooytuu haaraa bara 202\24 ittiin taphatu torban hardhaa Jechuun Waxababajjii 24 nii ifoomsa. Manchester United Koontiraataa Sponsara haaraa dhaabbata guddicha Amerikaa SNAPDRAGON faana mallatteessuun isaa beekamaadhaa. @MUAfaanoromoo
6910Loading...
09
Hamster combat warri in eeggale carraa kanatti fayyadamaattii jalqabaa dhiyootti list waan ta'uuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId5448721527 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! ๐Ÿ’ธ 2k Coins as a first-time gift ๐Ÿ”ฅ 25k Coins if you have Telegram Premium
8162Loading...
10
Taphataan Faransaay Maanchistar Yunaayitid duraanii fi urjiin Juuveentus ammaa Pool Poogbaan gara kubbaa miilaatti akka hin deebine agarsiiseera. "Xumuramera, du'eera, Pool Poogbaan kana booda hin jiru." ๐Ÿ˜ข - Qoricha sammuu namaa hadoochu fayyadamuudhaan waggaa 4f kubbaa miilaa irraa dhorkamuun isa ni yaadatama @oduu_isportii
8060Loading...
11
๐Ÿšจ Meeson Giriinwuud Maanchistar Yunaayitid gargar baโ€™uuf walii galteen torbee kana raawwatamuu dandaโ€™a. Juuveentus, Laaziyoo fi Naappooliin taphaticha fudhachuuf fedhii guddaa qabu. [MEN] @oduu_isportii
7660Loading...
12
Tapha ammaa Porchugaalii fi turkii tatamsaasa kallattiin daawwaachuf join godhaa
7771Loading...
13
Taphaa Euro Cup 2024 Jarmaan Qophesituu Tamasasaa kallattii Hordofuufii Oddeffano Isaa Argachuuf Chanala Kana Join Godhaa
210Loading...
14
Taphaa Euro Cup 2024 Jarmaan Qophesituu Tamasasaa kallattii Hordofuufii Oddeffano Isaa Argachuuf Chanala Kana Join Godhaa
10Loading...
15
Oduu ammee Luuk Shaaw shaakala garee biyyaalesaIngilaandi irraa kan hafe yoo ta'u, tapha Yuuroo 24 irratti taphachuun isaashakkii keessa jira.
8960Loading...
16
๐Ÿšจ Kilaboota taphataa sarara fuulduraa Liil Joonaataan Deevid argachuuf fedhii qaban keessaa Maanchistar Yunaayitid fi Tootinaam isaan tokkoodha (Madda: @bekasporti )
8530Loading...
17
๐Ÿšจ Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara fulduraa Booloonyaa Jooshuwaa Zirkizee mallatteessifachuuf hojjechaa jiru. [Talk Sport]๐Ÿฅ‡ ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย @MUAfaanormoo
8720Loading...
18
๐Ÿšจ Juuveentus Meeson Giriinwuud fudhachuun Federeriko Kiyeesaa Maanchistar Yunaayitidif kennuu akka barbaadan gabaafameera. (Madda: Gazzetta_it) ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย โ“ˆโ“—โ“โ“กโ“” ย ย ย ย ย ย ย  @BurqaaIspoortii ย ย ย ย ย ย ย ย @BurqaaIspoortii
8571Loading...
19
๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐ˆ๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐š๐ฃ๐š๐š๐ฒ๐ข๐›๐š๐š ๐ค๐š๐ง๐š ๐ช๐š๐›๐๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐š? ๐™ฒ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š•๐š’๐š’ ๐šˆ๐šŽ๐š›๐š˜๐š˜ ๐š๐šŠ๐š‹๐šŠ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ๐š๐š๐š’ ๐š“๐šŠ๐šŠ๐š•๐š•๐šŠ๐š๐šŠ๐š–๐šž๐š–๐š–๐šŠ๐šŠ ๐š๐šž๐š๐š๐šŠ๐šŠ ๐šŠ๐š๐š›๐š๐šŠ๐š๐šŽ ๐‘ถ๐’…๐’†๐’†๐’‡๐’‡๐’‚๐’๐’๐’๐’ ๐‘พ๐’‚๐’‚'๐’†๐’† ๐’Œ๐’Š๐’๐’‚๐’ƒ๐’‚ ๐’Œ๐’‚๐’Ž๐’Š๐’Š ๐’…๐’‰๐’‚๐’ˆ๐’‚'๐’–๐’– ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’…๐’…๐’–?
7810Loading...
20
๐ŸšจBREAKING Oliiseen Baayer Muniik itti makamuu filateera. David Ornstein๐Ÿฅ‡
8670Loading...
21
Chealsen dargaggeessa ganna 22 Michael Olise fudhachuuf morkii godhaa ture keessaa fedha isaaniin of baasaniiru. Amma Manchester Unitedfi Newcastle morkiirra jiru. Crystal palace'sis taphatichaaf dabalata miindaafii koontiraataa haaraa dhiyeessiuf mariirra jiraa. @MUAfaanoromoo
8170Loading...
22
Karoorri INEOS utuu qophiin bara 2024/25 hin eegalin dura yoo xiqqaate taphataa lama mallatteessifachuufii garee isaaniitti madaqsuudhaa. @MUAfaanoromoo
8320Loading...
23
๐ŸšจBREAKING: Maanchistar Yunaayitid kontiraata taphataa sarara fuulduraa Booloonyaa Jooshuwaa Zirkzii paawundii miiliiyoona ยฃ33.8m kaffaluuf waliigalaniiru. Akkasumas mariin kilaboota lamaan gidduutti taasifamaa waan jiruuf taphatichi fi bakka bu'aan isaa jijjiirraa kana akka fudhachuu barbaadanii fi dhiisuu isaanii murteessan Yunaayitid beeku barbaadu. [Sky Sport] Akkasumas akka Sky Sport gabaasetti, taphatichi mallatteessa Yunaayitid jalqabaa ganna kanaa ta'uuf carraa bal'aa qaba. @oduu_isportii
9190Loading...
24
https://t.me/pixelversexyzbot?start=5448721527 Let's fight for rewards together! Take your welcome bonus: ๐Ÿ’ธ 2,000 Coins 2X multiplier for the first 24 hours ๐Ÿ”ฅ 10,000 Coins 3X multiplier if you have Telegram Premium
8690Loading...
25
Kuniis crypto guddaa yeroo amma kanattii baay'ee eeggamaa jiruudhaa tap tap gochuu hin barbaadu sa'atii 8,8ttin seenun claim godhaatu link gad kanaa seenuun amma eeggalaa https://t.me/pixelversexyzbot?start=5448721527 Let's fight for rewards together! Take your welcome bonus: ๐Ÿ’ธ 2,000 Coins + 2X multiplier for the first 24 hours ๐Ÿ”ฅ 10,000 Coins + 3X multiplier if you have Telegram Premium
10Loading...
26
๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ฐ Deenmaark fi Ingilaandii Tapha waancaa Awurooppaa kana kallattiin bilbila keessaniin daawwachuuf link armaan gadii tuquun
1 2061Loading...
27
Seenaa legend kilabii keenyaa Paul Scholes fuula Instagram isaa irratti qoode! Akkuma beektan yeroo ammaa Ingilaand Deenmaark waliin taphachaa kan jirtu yoo ta'u Ingilaandis Deenmaarkiin qoramaa jirti.
9041Loading...
28
Manchester United Erga Todibo mallatteessifachuu UEFA'n dhorkamanii booda eeyyama fudhachuufii wantoota xumuruu qaban xumuruuf tattaafataa jiruu. @MUAfaanoromoo
8330Loading...
29
Manchester Uniter Jarrad Everton irra mallatteessuf kaffaltii ka'umsaa dhiyeessanii erga fudhatama dhabee booda Everton hirdhisa gatiifii maal maal irratti walii akka galuu fedhas sa'aatii 24-48 keessatti akka beeksisanuu hubachiisaniiru. @MUAfaanoromoo
8390Loading...
30
Torbee 2 qofatu hafee isin hin darbin warri hin jalqabne dafa jalqaba.
8660Loading...
31
https://t.me/hamster_kombat_bot?start=kentId5136442978 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! ๐Ÿ’ธย  2k Coins as a first-time gift ๐Ÿ”ฅย  25k Coins if you have Telegram Premium
8940Loading...
32
Taphaa Euro Cup 2024 Jarmaan Qophesituu Tamasasaa kallattii Hordofuufii Oddeffano Isaa Argachuuf Chanala Kana Join Godhaa
7160Loading...
33
Raatkiliif waa'ee Jijjiirraa gannaa irratti yero gaafataman. Raatkiliifs: Dhumma kana irratti xiqqoo boodatti akka harkifamnuu naaf gala,garuu kanna kana hojii gaarii ganna kana gamma jijjiirraatiin waan gaarii nii hojjanna jedheen yaada. Manchester United isa guddaaf sodaatamaa durii sana deebisuuf garuu jijjiirraa gannaa 2 ykn 3 nu gaafachuu danda'aa. @MUAfaanoromoo
7650Loading...
34
Ratikiliifs : Niis keessa taphataan Manchester United taphachuuf malu fedhas qabu jira garuu, UEFA'n jijjiirraa kana akka hin xumurreef eeyyama nu dhorkataniiruu. Todiboon taphataa sirrii Manchester Unitedf malu turee.
7970Loading...
35
Maanchistar Yunaayitid Toodiiboo fudhachuuf carraaqqii taasisaa turan dhaabsisaniiru. Sababa seera UEFAtiin carraan jijjiirraan kun ta'uu baay'ee xiqqaadha. Qaamoleen jijjiirraa kanarratti hirmaatan hundi ji'ootaaf jijjiirraa kana irratti cimanii hojjechaa kan turan yoo ta'u, wanti hundi xumuramuutti jira. Haa ta'u malee, Maanchistar Yunaayitid fi Naayis abbummaa tokko waan qabaniif, lamaan isaanii iyyuu Liigii Awurooppaa keessatti waan hirmaatanif, jijjiirraa kana xumuruuf hayyama dhumaa hin arganne. [Faabriiziyoo Roomaanoo].
8200Loading...
36
Laaziyoon Meeson Giriinwuud mallatteessifachuuf gaaffii paawundii miiliyoona ยฃ30m dhiheessaniiru. Maanchistar Yunaayitid taphataa kana irraa naannoo paawundii miliyoona 40 argachuu kan barbaadan yoo ta'u Laaziyoonis kana hubatanii ga'umsa taphatichi dirree irratti agarsiisu irratti hundaa'uun maallaqa dabalataa dabaluu fi taphaticha kan mataa isaanii taasisuudhaaf fedhii qabu. ๐Ÿค•๐Ÿฅบ [The Times]๐Ÿฅ‡
8321Loading...
37
Manchester United Zizikin Bolonyaa irraa mallatteessifachuuf ยฃMil 40 kaffaluuf qophiidha garuu koomishiinii bakka bu'aan isaa ยฃMil 15 gaafate kaffaluuf garuu fedha hin qaban kanaaf taphaticha faana kallattiin marii geggeessuutti jiruu. @MUAfaanoromoo
9541Loading...
38
Namootii Blum hin jalqabiin jirta uttuu Yeroon hin dhumii dafaatii jalqabaa Link gadi kanaan seenu sa'aatiii 8,8ttin seentanii farming gochuu qofa t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_XUNf5uQ5ht
9701Loading...
39
Sangaata Piriimiyerliigii ingilaand kana manchister Yunaayitid 2024/2025 @oduu_isportii
1 0093Loading...
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
#BREAKING Manchester United fi PSG'n dhimma Markus Rashford irratti marii eegalaniiru. Psg'n Marcus Rashfordn akka bakka bu'aa Kylian Mbappetti yaada. Rashford yeroo ammaa shaakala dhuunfaas Dubaitti shaakala irra kan jiru yoo ta'u bakka isaatiif jabaatee morkachuufii Manchester United keessa turuuf fedhii qabaa. @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 3
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Taphni Community Shield Manchurial darbii Manchester Unitedf Manchester City gidduutti Hagayya 10 kan geggeeffamu ta'aa. @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ”ฅ 3
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
๐ŸšจMaan Yunaayitid, PSG fi Livarpuul sa'aatii 24 darban keessa Liil qunnamuun fedhii Leenii Yooroof qaban mirkaneessaniiru.   @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 5
Bagaa gammaadan warii chanel qabdaan hunduu dorgommii kun akkaa isiin hin darbiin dorgommii dhabbaata telgram fi Ethio telcom waliin tahuun qopheesse gaalma'ukeef badhaasa qabdaa namni galma'uu barbaadan karaa. @Spurtchanel Nuu duubbisu dandessu @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 3
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Kilabiin keenya Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara bitaa Boornmaawuz Miiloos Kerkis fudhachuuf yaalaa jira. Gatiin taphataa kanaa Yuuroo miiliyoona 45 hanga Yuuroo miiliyoona 50 gidduutti akka ta'u tilmaamameera. [Faabriiziyoo Roomaanoo]. @MUAfaanoromoo @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
โค 5
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Manchister United bakka bu'aa Albaro Morataa faana marii eegaleera. @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ‘Ž 12๐Ÿ‘ 3
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
๐Ÿšจ JUST IN Taphataan sarara ittisaa Evertan Jaareed Biraanzweet gara Maanchistar Yunaayitid dhufuu ni barbaada, Yuunaayitid Evertan waliin waliigalteerra amma gahutti eega jira. [Faabriiziyoo Roomaanoo] @Oduu_isportii
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ‘ 7
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Manchester United Fooytuu haaraa bara 202\24 ittiin taphatu torban hardhaa Jechuun Waxababajjii 24 nii ifoomsa. Manchester United Koontiraataa Sponsara haaraa dhaabbata guddicha Amerikaa SNAPDRAGON faana mallatteessuun isaa beekamaadhaa. @MUAfaanoromoo
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
Hamster combat warri in eeggale carraa kanatti fayyadamaattii jalqabaa dhiyootti list waan ta'uuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId5448721527 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! ๐Ÿ’ธ 2k Coins as a first-time gift ๐Ÿ”ฅ 25k Coins if you have Telegram Premium
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Taphataan Faransaay Maanchistar Yunaayitid duraanii fi urjiin Juuveentus ammaa Pool Poogbaan gara kubbaa miilaatti akka hin deebine agarsiiseera. "Xumuramera, du'eera, Pool Poogbaan kana booda hin jiru." ๐Ÿ˜ข - Qoricha sammuu namaa hadoochu fayyadamuudhaan waggaa 4f kubbaa miilaa irraa dhorkamuun isa ni yaadatama @oduu_isportii
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐Ÿ˜ข 10๐Ÿ‘ 6๐Ÿ’” 1
ะะฒั‚ะพั€ะธะทัƒะนั‚ะตัั ั‚ะฐ ะพั‚ั€ะธะผะฐะนั‚ะต ะดะพัั‚ัƒะฟ ะดะพ ะดะตั‚ะฐะปัŒะฝะพั— ั–ะฝั„ะพั€ะผะฐั†ั–ั—

ะœะธ ะฒั–ะดะบั€ะธั”ะผะพ ะฒะฐะผ ั†ั– ัะบะฐั€ะฑะธ ะฟั–ัะปั ะฐะฒั‚ะพั€ะธะทะฐั†ั–ั—. ะžะฑั–ั†ัั”ะผะพ, ั†ะต ัˆะฒะธะดะบะพ!