cookie

ะœะธ ะฒะธะบะพั€ะธัั‚ะพะฒัƒั”ะผะพ ั„ะฐะนะปะธ cookie ะดะปั ะฟะพะบั€ะฐั‰ะตะฝะฝั ะฒะฐัˆะพะณะพ ะดะพัะฒั–ะดัƒ ะฟะตั€ะตะณะปัะดัƒ. ะะฐั‚ะธัะฝัƒะฒัˆะธ ยซะŸั€ะธะนะฝัั‚ะธ ะฒัะตยป, ะฒะธ ะฟะพะณะพะดะถัƒั”ั‚ะตัั ะฝะฐ ะฒะธะบะพั€ะธัั‚ะฐะฝะฝั ั„ะฐะนะปั–ะฒ cookie.

avatar

๐—ช๐—ต๐—ฎ๐˜'๐˜€ ๐—ก๐—ฒ๐˜„? ๐ŸŒ๐ŸŒ

๐Ÿ‘‰๐—ฆ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ผ๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ถ๐—ถ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฆโ€๐Ÿ‘ฆ๐Ÿ“ก๐Ÿ”ญโฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐— ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ธ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐Ÿ‘๐Ÿ‘Ž ๐Ÿ‘‰๐—ข๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐ŸŒ๐Ÿ™†โฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐—ช๐—ผ๐—น๐—ฎ๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—™๐—ถ ๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ผ๐—ผ๐—ป ๐˜€๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐Ÿƒ๐Ÿšฝ

ะ‘ั–ะปัŒัˆะต
ะšั€ะฐั—ะฝะฐ ะฝะต ะฒะบะฐะทะฐะฝะฐะœะพะฒะฐ ะฝะต ะฒะบะฐะทะฐะฝะฐะšะฐั‚ะตะณะพั€ั–ั ะฝะต ะฒะบะฐะทะฐะฝะฐ
ะ ะตะบะปะฐะผะฝั– ะดะพะฟะธัะธ
154
ะŸั–ะดะฟะธัะฝะธะบะธ
ะะตะผะฐั” ะดะฐะฝะธั…24 ะณะพะดะธะฝะธ
ะะตะผะฐั” ะดะฐะฝะธั…7 ะดะฝั–ะฒ
ะะตะผะฐั” ะดะฐะฝะธั…30 ะดะฝั–ะฒ

ะขั€ะธะฒะฐั” ะทะฐะฒะฐะฝั‚ะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั…...

ะŸั€ะธั€ั–ัั‚ ะฟั–ะดะฟะธัะฝะธะบั–ะฒ

ะขั€ะธะฒะฐั” ะทะฐะฒะฐะฝั‚ะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั…...

ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram
Repost fromย Daandii Milkii(Jennataa)
#___OROMIYAA ============== โ—Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft" jedhamudha bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afriikaa naanna'ee maqaa moggassu. ยค Bara sanas Oromiyaa har'aa kana "Ormaaniyaa" jedhee moggaasee ture! ยค bara 1970 keessa immoo "biyya Oromoo "jedhamee moggaafame. ยค bara 1976 tti ammoo "Oromiyaa" jedhamee moggaafame. โ— Afaan Oromoo Afaanota Afriikaa keessatti dubbataman 1000 ol ta'an keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. ยค Afaanota Kuush 40 dubbataman keessaa Afaan Oromoo 1ffaa dha. ยค bara 1934 hanga 1966tti Afaan Oromoo Itiyoophiyaa keessatti akka hin dubbatamne akka badu taasifamee ture. โ—Biyyoota Afriikaa 56 keessaa bal'inaan kan Oromiyaa caalu Biyyoota 17 qofadha. ยค Oromiyaan bal'ina lafaatiin Faransaayiin ni caalti, akkasumaas Itaaliiti dachaa lama tatti. ยค bal'inni Dachee Oromiyaa biyyoota akka Kuubaa, Bulgaariyaa, Biritaaniyaa wajjin wal qixadha. โ— baay'inni Uummata Oromoo baha Afriikaa jiraatanii yeroo amma Miiliyoona 40 olidha. โ— Mootiin yeroo jalqabaatiif Kuush ykn Oromoo hoogganaa turan "Amarraanaa Asiisii (Ateetee) fi Osiriis jedhamu. โ— Oromoon jaarraa 16ffaa dura sirna adda ta'e kan ittiin bulu sirna Gadaa kan yuneeskoo irratti galma'e qaba!!! โ— Oromiyaan Godinoota 21 fi aanolee 350 qabu. ยค Godinoota Oromiyaa 21 teessoo magaalaa isaanii waliin 1.wallagga Bahaa_ Naqamtee 2. Wallagga Lixaa _ Gimbii 3. Qeellam wallagga_ Dambi Doolloo 4.Horroo Guduruu wallagga _ Shaambuu 5.Iluu Abbaa Booraa_ Mattu 6. Buunnoo Baddalle_ Baddalle_ 7.Jimmaa_ Jimmaa 8. Shawaa kibba lixaa_ walisoo 9. Shawaa lixaa_ Amboo 10. Shawaa kaabaa_ Fiichee 11. Godina Addaa Oromiyaa naannawa finfinne _ Finfinne 12. Shawaa bahaa _ Adaamaa 13. Arsii lixaa_ Shashamannee 14. Arsii Bahaa _ Assallaa 15. Baalee _ Roobe 16.Borana_ Yaa'a Balloo 17. Gujii lixaa_ Bulee Horaa 18. Gujii bahaa _ Nagellee Boorana 19. Walloo _ Kamisee 20.Harargee Lixaa _ Ciroo 21. Harargee bahaa _ Harar dha Godina baalee baha dhiheenyaa kana hundeeffamee immo magaalan guddoon ishii Ginnir jedhamti Copy @Saahubuddin28
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
๐—ช๐—ต๐—ฎ๐˜'๐˜€ ๐—ก๐—ฒ๐˜„? ๐ŸŒ๐ŸŒ

๐Ÿ‘‰๐—ฆ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ผ๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ถ๐—ถ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฆโ€๐Ÿ‘ฆ๐Ÿ“ก๐Ÿ”ญโฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐— ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ธ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐Ÿ‘๐Ÿ‘Ž ๐Ÿ‘‰๐—ข๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐ŸŒ๐Ÿ™†โฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐—ช๐—ผ๐—น๐—ฎ๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—™๐—ถ ๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ผ๐—ผ๐—ป ๐˜€๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐Ÿƒ๐Ÿšฝ

Jechoota mimmiidhagoo โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Jireenyi patternii mataa ishee qabdi! Hack gochuun gahee keeti. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin, jireenya kee karaa hedduutti hiikkatu. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin, Namni dhugaa akka si jaallatuuf of ta'i. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru, hin jiraatus. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– iImi namaa gaafa gad-jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa ati jilbeeffattuufii ol si qaba. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu. Kan baachiisu salphaadha jedha. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namoota nu cunqursaniif dhiifama gochuun moo'amuu osoo hin taane, Jaalala barsiisudha. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข Jechoota mimmiidhagoo โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Jireenyi patternii mataa ishee qabdi! Hack gochuun gahee keeti. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin, jireenya kee karaa hedduutti hiikkatu. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin, Namni dhugaa akka si jaallatuuf of ta'i. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru, hin jiraatus. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– iImi namaa gaafa gad-jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa ati jilbeeffattuufii ol si qaba. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu. Kan baachiisu salphaadha jedha. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โ– Namoota nu cunqursaniif dhiifama gochuun moo'amuu osoo hin taane, Jaalala barsiisudha. โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข JOIN & SHARE IT.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @jechoota_jaalalaa_fi_bashananaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐—ช๐—ต๐—ฎ๐˜'๐˜€ ๐—ก๐—ฒ๐˜„? ๐ŸŒ๐ŸŒ ๐Ÿ‘‰๐—ฆ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ผ๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ถ๐—ถ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ฆโ€๐Ÿ‘ฆ๐Ÿ“ก๐Ÿ”ญโฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐— ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ธ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐Ÿ‘๐Ÿ‘Ž ๐Ÿ‘‰๐—ข๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐˜„๐˜„๐—ฎ๐—ป ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐ŸŒ๐Ÿ™†โฌ‡ ๐Ÿ‘‰๐—ช๐—ผ๐—น๐—ฎ๐—น๐—ผ๐—ผ ๐—™๐—ถ ๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐— ๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ถ๐—ถ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ด๐—ผ๐—ผ๐—ป ๐˜€๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐Ÿƒ๐Ÿšฝ https://t.me/Ahmee_star
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...

Theย acronymย for computer is:ย "Common Oriented Machine particularly used for Trade, Education and Resear
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
Hojii keessatti wayita kufaatiin sii mudatu mufachuu dandeessa. Garuu hojjechuu hin yaaltu taanaan immoo inumaa badda. #Beevarli Hiilsi Akka yaaddeti hojjedhu! Akka yaaddeti immoo hojjete waan itti milkaa'u dadhabdef garuu hin riifaatin! Hojii keessati gaheen kee jalqaaba hojjechuuf yaalu danda'u keeti malee galmaan gahu yaalii baayye booda akka ta'e hundumtu ni beeka. Moo'u walitti fufiinsan loluu danda'udha malee battaalumaati diinna ofii haaleellani ajjeesu miti. Wanti hundumtu adeemsan galmaa isa gaha. Ariifachun immoo miira nama waan jerjjeersuf obsa nama dhowwata. Irra deddeebi'iti yaalii malee wanti hojjeeta jirtu dafee siif milkaa'u waan dideef abdi irra hin kutin! Osoo abdi kutachuun yaalii isaa addan kuteera ta'e Thomaa Edson Ampooli ibsa hin kalaaqu ture. Utuu Thomas yaalii walitti fufa si'a 1000 gochuun dhumaarra ampoule ibsa kalaaqu baate, Addunya silaa yoowana hamma ammati dukkaana keessa jirti ta'a maaltu beekare? Namni osoo abdi hin kutin yaalu; jireenyaa ofiisa bira darbee mul'ata of harkaa qabu yoo galmaa gahe dhaaloota jijjiruu danda'a. Kanaafu, milkaa'inni akka yaadaniti hojjetani milkaa'uf dhaamati taasisuudha malee akka yaadaniti dafanii galmaa gahu miti. Utuuma garmaalee cimaani hojjeeta jiraanis kufaatin nama mudachuu mala. Garuu, bakka itti kufaani ka'un yaalii hojjechuu ofii bakka silaa dhaabaanii irra kufaan sana ka'ani ykn jalqaabani itti fufudha. Hojjedhu! Yaalii! Ammas hojjedhu! Yaalii! Abdi hin kutin! Adurreen yeroo hundumaa boolla haantuuta ilaalti. Sabaabinsa, haantuutni isheen nyaattu boolichaati waan galuf ammaa dhufa jette eegdi. Atis, xiyyeeffannoo kee milkaa'ina kee irra godhi. Abdi kuttes yaalu irraatti haamilee hin dhabin! Hojiin tokko si'a baayye gatii gudda akka sii kaffaalchisu beekun itti gali. Namni milkaa'ina si'uma tokkon milkaa'a osoo hin taane; irra deddeebi'e milka'ina barbaade gonfachuuf hojjeeta. โœWameranTolera Banti JOIN SHARE ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ . @Gorsa_jireenya @Milkaainajireenyaa Asumaanis; Group keenya gorsa jireenyaati dabalama. @Gorsajireenya_group @Gorsajireeny_group
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
ะŸะพะบะฐะทะฐั‚ะธ ะฒัะต...
ะคะพั‚ะพ ะฝะตะดะพัั‚ัƒะฟะฝะตะ”ะธะฒะธั‚ะธััŒ ะฒ Telegram