cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

El-Ro'i International Ministry

" Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har'as bara baraanis isuma sana ! " (Ibroota 13: 8) " ኢየሱስ ክርስቶስ ትናንትና ዛሬ እስከ ለዘላለምም ያው ነው።" (ወደ ዕብራውያን 13:8) Yaada akkasumas gaaffii yoo qabattaniif asin nu argattu:- 👇 @ElroiInternationalMinistrybot

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
1 125
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

-Waldaa Laa'odiiqeyaa irraa waan shan baruu dandeenya- Seenaan akka ibsutti Waldaan kun giddu gala daldalaa baay'ee barbaachisaa keessatti argamti ture. Magaalota bittaa Roomaa jala turan 20 ol keessaas bakka olaanaa qabdi. Kanaaf, namoonni ishee jireenya gaarii qabu. Waldaattiin sunis akkasuma soorettiidha ofiin jetti. Dhaloota Kiristoosiin booda bara 60 keessa sochiin lafaa guddaan magaala kanaa fi kan biroo hedduu gaafa barbadeesse mootummaa Roomaatu gargaaree deebisee ijaare. Magaalaan isheen kun garuu sooretti waan taateef gargaarsa Neeroo[mootii Roomaa] hin fedhu jettee ofumashee deebiftee of ijaarte. Garuu Hafuurri Qulqulluun Waldaa Magaalaa kanaa gaafa ilaalu hanqina jajjabaa irratti argate. Ani sooressa , geessifadheera, hoomaa na hin barbaachisu jetta. Garuu ati hiyyeessadha, deegaadha, kan namni bo'uufii qabuudha. Qullaas jirta ittiin jedhe.[Mul'ata 3:14-21] dubbisaa. Akkan hubadhutti Waldaa kanarraa waan shan baruu dandeenya... #1ffaa-Soorumni Waaqayyo keessa hin jirre hiyyummaa ta'uu isaa: Qabeenya ykn horii hedduu qabdi turte. Hafuurri Waaqayyoo garuu kottuutii warqee isa qoramee ba'e sana ana biraa fudhadhu. Isatu si sooromsaa jedhe. Waaqayyo qabeenya horii fi albudaa nuti lakkaawwannu miti, amala isa fakkaatu kan akka warqee qoramee ba'e sana nurraa barbaada. Namni biyya lafaa guutummaatti buufatee lubbuu isaatti yoo hir'ise maal waa'ee baasaaf kan jedhame kanaafidha. #2ffaa-Uffanni qullaa dhoksu ayyaana Waaqayyooti! Waldaan kun waan na barbaachisu hin jiru guuttadheera jetti. Hafuurri Qulqulluun ammoo qullaa dhaabbattee jirta jedha. Waan nuuti ofiin jennu utuu hin taane, isa Waaqayyo jedhutu murteessaadha. Qullaakee dhokfachuuf kottuuti uffata adii sana bitadhu jedhe. Uffatni adii fi miidhagaan kun jireenya isa dhiiga hoolichaan qulqullaa'eedha. Kana ofiin argachuun hin dandaa'amu, ayyaana Waaqayyoon malee. Waaqayyo qofatu qullaa keenya dhoksa. Qorra biyya lafaas nurraa ittisa. #3ffaa-Qoricha Waaqayyoon malee iji keenya hin banamu! Waldaan hir'ina hin qabu jettu sun, ijishee jaamaa akka ta'e Waaqayyo itti hime. Erga iji jaamaa ta'ee of hin argitu jechuudha. Tuqaa isheen ofiif laatte sun ifa keessa dhaabbatamee miti. Safarri isaas kan ofiisheeti malee kan Waaqayyoo hin turre. Kanaaf, qoricha ijaa kottuu bitadhu jedhe. Waldaan kun dubbii Waaqayyoo keessatti of ilaaluutu isheef ta'a. Daawwitiin jireenyaa sagalee Waaqayyooti. Sana keessatti yoo of ilaalle malee waan fakkaannu hin beeknu. Kanaaf, yeroo mara Waaqayyo keessatti maalin fakkaadha ofiin jechuun dirqama. #4ffaa- Waaqayyo sababii nu jaallatuuf nu gorsa, nu ifatas. Waldaa kanaanis kanuma jedhe. Warran jaalladhutti balleessaa isaaniin mul'isa, nan adabas jedhe. Barsiisaa fi lallabni Sagalee Waaqayyoo gara keenya dhufu kan nu quuquu fi qaawwaa keenya nutti agarsiisu ta'uun barbaachisaadha. Kanaa achi hin guddannu. Mee waan Waaqayyo tuqaawwan armaan olii sadii irratti nutti dubbate yoo jiraate itti haa yadnu. Jireenya keenya keessattis tajaajila, Waldaa fi hiriyyaa xiinxalee jabinaa fi dadhabina keenya nutti himu qabaachuutu nu fayyada. Waaqayyos karaa isaanii nu gorsee nu guddisa. #5ffaa- Waaqayyo humnaan laphee keenya keessa hin seenu. Waldaa kanaan balbala dura dhaabbadheen rurrukuta, yoo namni naaf bane ol seeneen wajjin maaddiitti ta'a jedha. Waaqayyo ammayyuu fedhii ofii keenyaan balbala laphee , manaa fi jireenya keenyaa isaaf banuu keenya eega. Caccabsee ol hin seenu. Warqee qoramee ba'ee fi nama sooromsu, uffata adii qullaa namaa dhoksuu fi qoricha ijaa sana baatee balbala dura dhaabbata. Sababni isaamoo jaalala. Kanaaf, balbala isaaf banuun kan keenyadha. Kun #GalaaTorbanii ti. Ergaa kana yoo dabarsitanii qooddan nan gammada. Torban eebbifamaa Waaqayyo nuuf haa godhu! 👉 @ElroiInternationalMinistry 👉 @ElroiInternationalMinistry
Показати все...
Hattuun, waan biraaf utuu hin ta'in, hatuudhaaf, qaluudhaaf, balleessuudhaafis in dhufti; ani garuu hoolonni jireenya haa qabaataniif, irraa hafaas haa qabaataniif dhufeera" jedhe. Yesus, "Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna. ( Yohannis 10:10-11) “The thief cometh not, but for to steal, and to kill, and to destroy: I am come that they might have life, and that they might have it more abundantly. I am the good shepherd: the good shepherd giveth his life for the sheep.” John 10:10-11
Показати все...
Показати все...
JAALA ARAARAA_ HIRPHA BAHIRU.m4a6.42 MB
Показати все...
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
ማርከን በጌታ ✝ ️🇪🇹
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸  👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
🕋 كل يوم ايه 🕋
Показати все...
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
ማርከን በጌታ ✝ ️🇪🇹
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸  👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
🕋 كل يوم ايه 🕋
Показати все...
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
ማርከን በጌታ ✝ ️🇪🇹
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸  👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
👩🏼‍🦰 للبنات فقط 👩🏼‍🦰
Показати все...
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
ማርከን በጌታ ✝ ️🇪🇹
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸  👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
👩🏼‍🦰 للبنات فقط 👩🏼‍🦰
🤝Anaa dhufu 🤝 Welcome🤝 ▃▄▅▆▆▆▆▆▆▆▆▅▄▃ ❓maal barbaadduu laata❓ ♨️Walaloo hafuuraa ♨️Barnoota walitti fufaa ♨️Faarsaa haaraa (farsaa durii) ♨️Luqisi wangeela suuraadhan ♨️Seenaalee Nama barsiisan fi kkf.. ➥Shakki tokko male arrgattu ➥Boharaa irra ni barattu Gadi tuqun #JOIN godhadha 👇👇Tuch & Join👇👇 █▓▒░JOIN░▒▓█ █▓▒░JOIN░▒▓█ █▓▒░JOIN░▒▓█
Показати все...
✨Fᴀᴀʀғᴀɴɴᴀᴀ Hᴀᴀʀᴀᴀ✨
✨Fᴀᴀʀғᴀɴɴᴀᴀ Dᴜʀɪɪ✨
📚Sᴇᴇɴᴀᴀʟᴇᴇ ɴᴀᴍᴀ ʙᴀʀsɪɪsᴀɴ📚
📚Bᴀʀᴜᴍsᴀ Hᴀғᴜᴜʀᴀᴀ📚
♻️🅐︎🅛︎🅛︎ 🅘︎🅝︎ 🅞︎🅝︎🅔︎ 🅙︎🅞︎🅘︎🅝︎ 🅤︎🅢︎♻️
📽 فيديوهات قصـيرة تجنن 📽
🤝Anaa dhufu 🤝 Welcome🤝 ▃▄▅▆▆▆▆▆▆▆▆▅▄▃ ❓maal barbaadduu laata❓ ♨️Walaloo hafuuraa ♨️Barnoota walitti fufaa ♨️Faarsaa haaraa (farsaa durii) ♨️Luqisi wangeela suuraadhan ♨️Seenaalee Nama barsiisan fi kkf.. ➥Shakki tokko male arrgattu ➥Boharaa irra ni barattu Gadi tuqun #JOIN godhadha 👇👇Tuch & Join👇👇 █▓▒░JOIN░▒▓█ █▓▒░JOIN░▒▓█ █▓▒░JOIN░▒▓█
Показати все...
✨Fᴀᴀʀғᴀɴɴᴀᴀ Hᴀᴀʀᴀᴀ✨
✨Fᴀᴀʀғᴀɴɴᴀᴀ Dᴜʀɪɪ✨
📚Sᴇᴇɴᴀᴀʟᴇᴇ ɴᴀᴍᴀ ʙᴀʀsɪɪsᴀɴ📚
📚Bᴀʀᴜᴍsᴀ Hᴀғᴜᴜʀᴀᴀ📚
♻️🅐︎🅛︎🅛︎ 🅘︎🅝︎ 🅞︎🅝︎🅔︎ 🅙︎🅞︎🅘︎🅝︎ 🅤︎🅢︎♻️
📽 فيديوهات قصـيرة تجنن 📽
Показати все...
El-Ro'i International Ministry
Purpose Driven Life
ONESMOS MISSIONARY MOVEMENT (OMM)
Gola Waaqeffannaa
DHUGAA JIRTUU
Furtuu Media
Karaa Jireenya
Jesus Christ will come
🎵FSF MEZMUR TUBE🎶
Insight
ማርከን በጌታ ✝ ️🇪🇹
Wangeela Afaan Oromoon
Danny Official
Harbuu Ganama
Jireenya Haaraa
Luboota Kakuu Haaraa
Solomon Ogeessicha
Sagalee Jireenyaa®
Furtuu Jireenyaa
Read PDF
Leadership
Kairos
Karaa Dhugaa
Furtuu IM
IFA TUBE
Gospel for Generation
BUDDEENA JIREENYAA
🇬 🇷 🇴 🇺 🇵 🇸  👇👇👇
Ye Geta lijoch.......
Rise nation🙌
Tokkumma Waldooti Afaan Oromoo Ethiopia
FSF MEZMUR TUBE🎶
Daandii Guddinaa
Shalom Promotion
DHAGAA GOLEE!√
CCL Jesus
HUMNA WANGEELAA!
Cʜᴀᴀɴᴀʟɪɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴇᴇᴋsɪғᴀᴄʜᴜᴜғ ᴀsɪᴛᴛɪ ʙᴜ'ᴀᴀ ɴᴜ ᴅᴜʙʙɪsᴀ✍
Jᴏɪɴ ғᴏʀ ᴍᴏʀᴇ SHALOM PROMOTION
📽 فيديوهات قصـيرة تجنن 📽
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.