uk
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

Відкрити в Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Abbu Tech

Канал Abbu Tech (@abbu_tech) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 43 078 підписників, посідаючи 3 123 місце в категорії Технології та додатки та 746 місце у регіоні Ефіопія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 43 078 підписників.

За останніми даними від 28 червня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 1 594, а за останні 24 години на 182, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 3.17%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 1.21% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 1 363 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 519 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 10.
  • Тематичні інтереси: Контент зосереджений навколо ключових тем, таких як liquidity, syntax, chart, dev, vault.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 29 червня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Технології та додатки.

43 078
Підписники
+18224 години
+5047 днів
+1 59430 день
Архів дописів
Abbu Tech
43 078
XENEA DAILY QUIZ: [Option 3] 🗓 3 Octo
XENEA DAILY QUIZ: [Option 3] 🗓 3 Octo

Abbu Tech
43 078
✅Oduu Gammachiisaa Namootaa Chanaali hordoftoota 10K + ol tahe qofaf carraa bareeda hangaa har'aatti wave qulqullina qabu afa
Oduu Gammachiisaa Namootaa Chanaali hordoftoota 10K + ol tahe qofaf carraa bareeda hangaa har'aatti wave qulqullina qabu afaan oromon hin jiru kanamu sababefachuun wave qulqullina qabu kan 10k+ tahe fi view bareeda qabu egaalle jirra Chanaali kessaan ammumma fidaadha ◼️Kara @OroarsenalWave nu qunnamaa Oddefannoo dabalataaf Kara kessaa nuu dubbisaa

Abbu Tech
43 078
Good Morning 😐

Abbu Tech
43 078
✅Oduu Gammachiisaa Namootaa Chanaali hordoftoota 10K + ol tahe qofaf carraa bareeda hangaa har'aatti wave qulqullina qabu afa
Oduu Gammachiisaa Namootaa Chanaali hordoftoota 10K + ol tahe qofaf carraa bareeda hangaa har'aatti wave qulqullina qabu afaan oromon hin jiru kanamu sababefachuun wave qulqullina qabu kan 10k+ tahe fi view bareeda qabu egaalle jirra Chanaali kessaan ammumma fidaadha ◼️Kara @OroarsenalWave nu qunnamaa Oddefannoo dabalataaf Kara kessaa nuu dubbisaa

Abbu Tech
43 078
➥Jara keenya, Binance Q4 jedheera, Me maal akka Umaamu ni ilaalla. 🫳Barrii 2017 yeroo dadhabbii malee bu'aan hin jiru, garuu
➥Jara keenya, Binance Q4 jedheera, Me maal akka Umaamu ni ilaalla. 🫳Barrii 2017 yeroo dadhabbii malee bu'aan hin jiru, garuu barrii 2018 bara gaarii akka ta'u abdiin qaba. ➥➥Mee yaada keessan Comment jala✌️

Abbu Tech
43 078
📅 OCTOBER 2 , 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → C ✅ Marina → A ✅ Xenea → D ✅ Spur → D ✅ Syntax → B 🚨 Q4 2025 Crypto Project Listings 🚨 ✌️Q4 - Oct-Dec Confirmed/Soon: OneFootball: Q4 Grass: S2 Airdrop Q4 Xenea: Mainnet Q4 Ariwallet: TGE Q4

Abbu Tech
43 078
Bee Network Meeqa geessan. 1. Al tokko seentanii Mine gochuudha, Akkuma Pi,Rubi fi kk fa'aadha. 2. Application mataa isaa qab
Bee Network Meeqa geessan. 1. Al tokko seentanii Mine gochuudha, Akkuma Pi,Rubi fi kk fa'aadha. 2. Application mataa isaa qaba. Download App : Link Use referal Code: daretube @abbu_Tech

Abbu Tech
43 078
🔥Today's Old GP price ➡️2023 birr 1100 ➡️2016/22 birr 1400 ➡️January 2024 birr 900 ➡️February 2024 birr 900 ➡️March 2024 birr 700 ➡️April/May birr 300 ➡️June_Dec 150 birr 💬Inbox @Abi_Jss

Abbu Tech
43 078
Good Morning ☀️ ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ XENEA DAILY QUIZ: [Option 4] 🗓 2 Octo
Good Morning ☀️ ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ XENEA DAILY QUIZ: [Option 4] 🗓 2 Octo

Abbu Tech
43 078
🚨 Odeeffannoo Challenge Bybit barattoota Ethiopia fi keeniyaa qofaaf qopheessee jiru: Hiriyyaa kee university jiruuf ergaa kana dabarsi Bybit Scholarship Program! Miseensota keenya Yuunivarsitii fi Koolleejjii Itoophiyaa fi Keeniyaa jirtaniif bybit carraa guddaa qaba. Bybit, dhaabbanni daldala kiriptoo beekamaan, sagantaa Iskoolaarshiippii barattootaaf gargaarsa godhu jalqabeera. Kunis "Challenge" ( viidiyoo yoo ta'u, daldala kiriptoo gochuun hin barbaachisu! Ibsa challenge kanaa! ✔️ Namoota Dorgoman: Barattoota Yuunivarsitii ykn Koolleejjii ammaan kana Itoophiyaa ykn Keeniyaa keessatti barachaa jiran. *✔️Badhaasa: hanga $4,000 USD (Doolaara Ameerikaa kuma afurii) gahu argachuu dandeessu. Badhaasni xiqqaan hanga $100 ta'u barattoota 100 oliif ni kennama. ✔️ Yeroon Xumuraa (Deadline): November 17, 2025 (Yeroon hafe torbee 2!) Akkaataa Itti Dorgomtan! Duesa Viidiyoo gabaabaa tokko hojjettu: 1. Viidiyoo Keessan Hojjedhaa: ✔️ Viidiyoo gabaabaa (hanga daqiiqaa 3) hin caalle. ✔️ Of-beeksisaa, Yuunivarsitii keessan fi waan barachaa jirtan ibsaa ✔️ Bakka Ijoo: Gargaarsi maallaqaa Bybit kun galma jireenyaa keessan gahuuf akkamitti akka isin gargaaru sirriitti ibsaa. 2. Miidiyaa Hawaasaa Irratti Upload godhaa: ✔️Viidiyoo keessan X (Twitter Old) ykn TikTok irratti Maxxansaa. ✔️Tag Gochuun Dirqama: @BybitAfrica fi @Bybit.Africa jedhaa. ✔️Hashtaag Fayyadamaa: #WSOT2025 fi #RewriteAndReshape jedhu fayyadamuu hin dagatinaa! ✔️Haala Badhaasaa: ✔️Viidiyoon keessan akka armaan gadiitti madaalama: ✔️ Dandeettii Uumamaa (Creativity) ✔️Dhugummaa (Authenticity), ✔️Yaada ifaa tahe akkasuma Jechoota dhugaa tahan fii nama amansiisan fayyadamuu keessan fi kan kana fakkaatan irratti xiyyeeffachuun hojjedhaa! Miseensota keenya hundaaf carraa gaarii hawwina! Waan siniif hin galle Comment irra

Abbu Tech
43 078
Repost from Watcher Guru
JUST IN: $118,000 Bitcoin @WatcherGuru
+1
JUST IN: $118,000 Bitcoin @WatcherGuru

Abbu Tech
43 078
🫳Dollar warri qabda, Karaa keessa na dubbisaa. Tarii namoota Trade gochuun walaaltanii fi Sodaataniif Ani bituu jalqabeera. Dollar 1 = Qarshii 150 nan bita. ✌️ ➥Yoo amanamtan Qofa na dubbisa. ➥Hanga qabdan ScreenShot fi maal irra akka qabdan. ➥Just yoo hin barbaannee, just leave it. ✌️    🫳 @daretubeNBO .

Abbu Tech
43 078
🔷MEXC Exchange has invested 💵66,000,000 ($66 million) in Ethena ($ENA)🔥
🔷MEXC Exchange has invested 💵66,000,000 ($66 million) in Ethena ($ENA)🔥

Abbu Tech
43 078

Abbu Tech
43 078
🫡KNOVUS AIRDROP UPDATE !!! New Promo Code: KNOVUS150K Total Reward: 200 Points Knovus: link knonus.xyz .

Abbu Tech
43 078
2018-2022 groups birr 1600 Dm Fast :@Abi_jss

Abbu Tech
43 078
📅 OCTOBER 1, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS ✅ Knovus → B ✅ Marina → C ✅ Xenea → B { TGE : Q4 2025 }🫡 ✅ Spur → C ✅ Syntax → A https://t.me/abbu_tech https://t.me/abbu_tech

Abbu Tech
43 078
❔Namooni binance qabdan carraa red packet kana yaalaa. 🟢Carraa al tokkootiin $0.01 - 2$ argachuu dandeessu link gadiitiin se
Namooni binance qabdan carraa red packet kana yaalaa. 🟢Carraa al tokkootiin $0.01 - 2$ argachuu dandeessu link gadiitiin seenee carraa keessan yaalaa! 🔗Link: https://app.binance.com/uni-qr/6mk2FPVc?utm_medium=web_share_copy

Abbu Tech
43 078
✈️Owner Telegram kan tahe Pavel Durov Bitcoin $1,000,000 (million 1$) akka gahu tilmaamee jira.🕯 🖥Source: Watcher Guru
+2
✈️Owner Telegram kan tahe Pavel Durov Bitcoin $1,000,000 (million 1$) akka gahu tilmaamee jira.🕯 🖥Source: Watcher Guru

Abbu Tech
43 078
#Bybitafrica Ati barataa Univeristy dhaa? Mee carraa kana eenyuutu yaalaa jira?