uk
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

Відкрити в Telegram

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Abbu Tech

Канал Abbu Tech (@abbu_tech) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 44 973 підписників, посідаючи 2 973 місце в категорії Технології та додатки та 712 місце у регіоні Ефіопія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 44 973 підписників.

За останніми даними від 11 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 3 122, а за останні 24 години на 244, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 3.16%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 1.23% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 1 423 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 555 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 8.
  • Тематичні інтереси: Контент зосереджений навколо ключових тем, таких як liquidity, syntax, chart, dev, vault.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 12 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Технології та додатки.

44 973
Підписники
+24424 години
+1 0747 днів
+3 12230 день
Архів дописів
Abbu Tech
44 970
Airdrop Potential Guddaa qabu kanaan ammuma wal baraa Step kana gadii hordofaa....Airdrop hundaaf immoo Video qopheessaa jirr
Airdrop Potential Guddaa qabu kanaan ammuma wal baraa Step kana gadii hordofaa....Airdrop hundaaf immoo Video qopheessaa jirra! ✅Somnia Funding: $270M Airdrop Not Confirmed

Abbu Tech
44 970
RUBI PROJECT JUST Guyyaa Guyyaan yeroo 1 qofa seenuu isin barbaachisa RATIO 1:1 1 PLAYSTORE(APP STORE ) " RUBI " jechuun Down
RUBI PROJECT JUST Guyyaa Guyyaan yeroo 1 qofa seenuu isin barbaachisa RATIO 1:1 1 PLAYSTORE(APP STORE ) " RUBI " jechuun Download godhaa 2 Google Account keessaniin Register godhaa 3 REFFERAL CODE guutuu qabdu! REFERRAL CODE 👉 ABBUTECH @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
1. DEX (Decentralized Exchange) – Fakkeenyaaf: Tonkeeper Tonkeeper, Uniswap (KYC verification kan hin gaafanne) fakkeenya (DEX) . Namni tokko wallet isaa keessa $PAWS qabatee, nama biraa waliin walii isaatti trade gochuu yin daddabarsuun walitti gurguruu dandaha To’annoon giddu-galeessa hin jiru,(Qaamni kamuu nama gidduu hin jiru) Wal amantaa qofaan Walirraa bitanii kan gurguranidha! 2. CEX (Centralized Exchange) – Fakkeenyaaf: Binance Binance immoo Exchange giddu-galeessa qabu (CEX) dha.karaa biraan Warreen Verification gaafatan hunda jechuudha! Namni Binance ykn bybit ( Warreen Verification gaafan hunda) irratti account banee, $PAWS bituu fi gurguruu kan danda’u jechuudha. To’annoon isaa dhaabbata Exchange isaan fayyadamaa jiran jalatti ta’a, Karaa Gabaabaa akkuma System baankii to’atama. (Of Eeggannoon Trade goonaan 100% amansiisaadha. Akkasuma dogoggora si quunnameen Report gochuun deebii argachuu dandeessa! DEX FI CEX Kun Maalif barbaachise? DEX irratti namoonni wallet dhuunfaa fayyadamuun iccitii isaanii eeguu danda’u. CEX irratti namni kamuu haala salphaan bitanii gurguru waan dandahaniif... Investeroota biratti karaa heedduuttin isa filatamaa taheedha! Akkasumas, $PAWS namoota hedduu bira gahuu fi gurgurtaa isaa saffisiisuuf lamaan irratti galmaa’uun isaa baayyee gaarii ta'a. Akka Fakkeenyaatti immoo Gabaabumatti, $PAWS Tonkeeper (DEX) fi Binance (CEX) irratti ni argama — jechuudhaan hiikuu dandeenya Kunis Namni baayyeen akka trade godhuuf dhiibbaa guddaa waan qabuuf Gatiin Isaa bareedaa akka tahuufis ni gargaara! @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
$PAWS Will be Listed on both DEX & CEX DEX Maalidha? CEX Maalidha? Lamaan isaanii immoo Maaliif nu fayyadu? ✅Deebii...! Daqiiqaa Muraasa booda Maxxanfama!

Abbu Tech
44 970
📊Billions Network Airdrop Live ‼️ Reward Confirmed ‼️ Backed By Polygon 🟣 》》Step kana gadii hordofaa!》》 Liinkii kanaan seen
+1
📊Billions Network Airdrop Live ‼️ Reward Confirmed ‼️ Backed By Polygon 🟣 》》Step kana gadii hordofaa!》》 Liinkii kanaan seenaa  : https://signup.billions.network?rc=LNDZWU5G ✅ GMail keessan waliin connect godhaa! ✅ Task hunda hojjedhaa ✅ Wallet Connect godhaa ✅Hanga Dandeessan Hiriyyoota keessan hafeeraa! @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
Xenea Wallet Jia Kana Gara Dhumaa List ni ta'a!
Xenea Wallet Jia Kana Gara Dhumaa List ni ta'a!

Abbu Tech
44 970
Haust Network Official Testnet Guide ➡️ Testnet Registration: Here ✅ Fill the form ➡️ $HAUST Tokens Faucet: faucet.haust.app
Haust Network Official Testnet Guide ➡️ Testnet Registration: Here ✅ Fill the form ➡️ $HAUST Tokens Faucet: faucet.haust.app ✅ Claim Faucet ➡️ Bridge $ETH Sepolia To Haust: https://bridge-testnet.haust.app/login ➡️ Swap: https://dex.testnet.haust.app$HAUST Token gara Token gara garati Swap godha
Weekly guyya 2_4 transaction rawwadha

Abbu Tech
44 970
Nexus Check Your Testnet 2 Final Point Link: https://app.nexus.xyz/ 📌 Click on Points and Check
Nexus Check Your Testnet 2 Final Point Link: https://app.nexus.xyz/ 📌 Click on Points and Check

Abbu Tech
44 970
Adeniyi (Sui Co Founder): it's looking like Walrus will be one of the largest Airdrop in crypto history 🔥
Adeniyi (Sui Co Founder): it's looking like Walrus will be one of the largest Airdrop in crypto history 🔥

Abbu Tech
44 970
Paws Tokenomics 62.5% Community dhaaf Total Supply 100 Billion March 18....! @Abbu_Tech
Paws Tokenomics 62.5% Community dhaaf Total Supply 100 Billion March 18....! @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
photo content

Abbu Tech
44 970
Paws 🐾 Hanga ammaa Exchange inni irratti akka List tahuuf beekamee jiru🤑 ➩ Bybit ✅ ➩ Okx ✅ ➩ Bitget ✅ ➩ Kucoin ✅ ➩ Gate io ✅ ➩ Upbit ✅ ➩ Mexc ✅ ➩ BingX ✅ ➩ BitMart ✅ ➩ LBank ✅ ➩ Kraken ✅ ➩ Htx ✅ ◉ Coinbase ⏳ ◉ Binance ⏳ @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
Today's #ari & #xenea daily quiz answers. #Ari_wallet : C #Xenea : B ⚡@ABBU_TECH ⚡@ABBU_TECH
+1
Today's #ari & #xenea daily quiz answers. #Ari_wallet : C #Xenea : B ⚡@ABBU_TECH@ABBU_TECH

Abbu Tech
44 970
G.M fam

Abbu Tech
44 970
photo content
+1

Abbu Tech
44 970
$PAWS 🔥 18.03.2052
$PAWS 🔥 18.03.2052

Abbu Tech
44 970
Har'i Tuesday jalqabaa kan ji'a March ti........Suuraa yeroo darbe Paws gadhiise irratti hundaa'uun Kibxata afran keessaa isa
Har'i Tuesday jalqabaa kan ji'a March ti........Suuraa yeroo darbe Paws gadhiise irratti hundaa'uun Kibxata afran keessaa isa jalqabaa oduun guddaan ni jira jedhame eegama! March 4 Tuesday (Har'a) march 11 Tuesday March 18 Tuesday March 25 Tuesday Garuu Har'a kana booda odeeffannoo haaraan waan jiru hin fakkaatu! Waan jiru immoo hordofnee isin biraan ni geenya! @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 970
Major fi CEO Major Roxman Account Twitter isaani suspended ta'e jira.
+1
Major fi CEO Major Roxman Account Twitter isaani suspended ta'e jira.

Abbu Tech
44 970