cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Rahma dureettii Dinii Islaam ❤🙏

~Gorsa,Da'awaa,Walaloo,Nashiidaa Akkasumas wantoota nama buhaarsan arkachuuf..... 🌷CHANELA KANA JOIN GODHAA !!!🌷 By Rahma mulaatuu ☎ YAADA YOO QABAATTAN 📲 https://t.me/joinchat/QMQ-dRl2PjBtK7LZLwMzDg

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
190
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

  • Фото недоступне
  • Фото недоступне
daandii qajeelaadha maadda jiruu kootii anaaf karaa ifaa karaan nabii kootii anaaf gammachuudha gammachuu waa hunda sunnaa nabii kootii nan hordofa hunda
Показати все...
Yaa Habibii osoo Ijji kheenyaa siin argiin osoo ijji khee nun argiiñ Jalalaati Atif Nuf qabduu waa hundaa ol tartee Nuf Jechaa Hedduu daraaramte Beelaaf dheebuunis Hedduu midhaamte Ummataa khoo Jechuuñ Sagalee ol qabdee Nulee SII Jalaanna yaa Rasulaa Rabbii 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭 Eenyuule Jalannu Adunyaa tanaarra Maqaa khele tuqaamu Itti wareegaman Lubbuñ teenna haa baatuu Ammaas SII Jalaanna SII Jibbuu dandeenyuu onnee nu boojitee Yaa Rasulaa Rabbii malumaa siif tanaa 😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔 Jechaa na hanqata dubbaachule arraba na laffata irraa dedebiee Ammaale SII farsaa Dinaa siin waa jedhuu garamaa guubata Eessale geessuu Jarrii dharaaf tatafataa Borulee hin seenani balbalaa Rahmaata Itti jiraa duubaa ibidii Jahannam khaa kheessa hin banee bar zalaalam. Ammas SII Jalaanna yaa Rasulaa Rabbii Fidaa khee haa taatuu cuftii qamaa khiyyaa Sana Qofaa mitti ammas Ahliin khiyyaa fidaa khee haa taatuu Hundii Qamaa khiyyaa fidaa khee haa taatuu Hundii Qamaa khiyyaa 💔💔 Sallallahu Alyhi wossallam Yaa Habibi Muhammad sallalllahu Aleyhii wossalam 💔 Ilmaa Namaa Adunyarra Jiruu osoo argaa oltuu Hangaa SII Jalaadhuu humaa Jaladhu jettaa Jalaadhuu Rasulaa khee Khaa Shafaa'a SII dhabbaatu guyyaa qiyaama😭😭💔💔💔
Показати все...
Фото недоступне
Gaaddisa Qur'aanaa Jalatti 🥰 የቁርአን ጥላ ስር🥰 Guyyaan Guyyaa Jaalalaati, Kiristaannis hin hafne awoo 😊 Biyyi jaalalaa bifa kanaan yoo ijaaramteedha. @Rahmamulaatuu🧡🥰
Показати все...
Фото недоступне
Alhamdulillaah Alhamdulillaah Summa Alhamdulillaah Yaa Allaah Kun sagantaa kubbaa miilaa ykn konsertii sirbaa ykn immoo dorgommii atleetiksii miti. Kun simannaa aktiivistootaa ykn wellistootaa miti. Kun dorgommii Qur'aanaa fi Azaanaa ti. Ummanni keenya har'a dhimma dhunfaa keessanii dhiiftanii Qur'aanaaf of kennitanii guyyaa har'aa kana nuuf bareechitan Rabbiin jireenya keessan isiniif haa bareechu. Alhamdulillaah. Dhugumatti jecha hin qabu har'a! https://t.me/+9pIaHfkxYDs1NDc8
Показати все...
Фото недоступне
Alhamdulillaah Alhamdulillaah Summa Alhamdulillaah Yaa Allaah Kun sagantaa kubbaa miilaa ykn konsertii sirbaa ykn immoo dorgommii atleetiksii miti. Kun simannaa aktiivistootaa ykn wellistootaa miti. Kun dorgommii Qur'aanaa fi Azaanaa ti. Ummanni keenya har'a dhimma dhunfaa keessanii dhiiftanii Qur'aanaaf of kennitanii guyyaa har'aa kana nuuf bareechitan Rabbiin jireenya keessan isiniif haa bareechu. Alhamdulillaah. Dhugumatti jecha hin qabu har'a! https://t.me/+9pIaHfkxYDs1NDc8
Показати все...
Alhamdulillaah Alhamdulillaah Summa Alhamdulillaah Yaa Allaah Kun sagantaa kubbaa miilaa ykn konsertii sirbaa ykn immoo dorgommii atleetiksii miti. Kun simannaa aktiivistootaa ykn wellistootaa miti. Kun dorgommii Qur'aanaa fi Azaanaa ti. Ummanni keenya har'a dhimma dhunfaa keessanii dhiiftanii Qur'aanaaf of kennitanii guyyaa har'aa kana nuuf bareechitan Rabbiin jireenya keessan isiniif haa bareechu. Alhamdulillaah. Dhugumatti jecha hin qabu har'a! https://t.me/+9pIaHfkxYDs1NDc8
Показати все...
Rahma dureettii Dinii Islaam ❤🙏

~Gorsa,Da'awaa,Walaloo,Nashiidaa Akkasumas wantoota nama buhaarsan arkachuuf..... 🌷CHANELA KANA JOIN GODHAA !!!🌷 By Rahma mulaatuu ☎ YAADA YOO QABAATTAN 📲

https://t.me/joinchat/QMQ-dRl2PjBtK7LZLwMzDg

Показати все...

Фото недоступне
Akkuma aka,i garbuu Kolfuudha oso ibiddi si gubuu Akkuma aka,i garbuu Obsuudha hanga barri sobaa darbuu Abshir dhiira ko Ifa arguuf jirra gaaf tokko Aduun dhiite numa bariiti Lafti dukkanooftees numa ifti Hin sodaatin gaarri sibaa sun amma kufti Bofaatu na hidde essa narraa ciisa Manniin itti lafa,e ijaare har,alle dhiimisa Dhimuu gannati akkamittiin ciisa Caabii natti roobaa Akkamiinan usa Kessi ko fayyaa hin qabu Kanaaf na dhiphisa Waniin godhu hin qabu Rabumarratiin dhiisa Namni gaara jigsuuf bahe Takkaa numa jigsa Takkaa ni jiga Namni kayyoo ifii beeku Halkani fi guyyaa fiiga Yo rafees hirriiba adurre rafa Namni kayyoof deemsa jalqabe Hanga Galmaan gahutti Yoom jalaa hafa Silaa godaanuu malee Godaabsisuu hin beeku Nadhii dhiise gagaarra Damma hin eegu Numaan eega Gaafa godaanisni kiyya fayyu An na dhukubu jira ammayuu Tarkaanfi ke ilaalaa deemi Dhaamsa kiyya kanaas Hundatti naaf himi Oromoo biraan naaf gahi Atummaan dararami
Показати все...
Фото недоступне
Ergaman Rabbii ﷺ Akkana Jechuun Dubbatan "Muslimni Tokko Muslimaa Birootiif obbolleessa Isa Hin Dogongorsu Kufaatii Isaa Hin Hawwu, Isaas Hin Tuffatu" Jedhaan. { Sahiiha Muslimtu gabaase 2564 } Kanaaf Yaa Obboleessa Muslimaa! Obboleessa Muslimaa Kee Isa Biroo Gonkumaa Hin Tuffatiniin Hin Dogongorsiniin Yoo Dogongoree Jiraate Immoo Ofitti Yaamii Gorfadhuun Malee Ofirraa Isa Hin Fageessin Inni Eenyuu Iyyuu Olitti Obboleessa Keeti! إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَتَوَاصَوْا بِالْحَقِّ وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ [سورة العصر ٣] Warra Rabbi dhugomsee dalagaa gaarii dalage male. warra karaa haqaa walii dhaame male, Warra yoo musiibaan itti buutee obsa walii dhaamu male, kaan kasaaraa kessa jira. ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Показати все...
  • Фото недоступне
  • Фото недоступне
Jannata Saddettan Qur'aana Keessa Dubbatame Ya Rabbii Nu Waafaqii Warra Jannata NuTaasisii 1》Darul Qaraar 2》Darul Muttaqiin 3》Daru Salaam 4》Jannatu Adn 5》Jannatul Ma'awaa 6》Jannatul Khuld 7》Jannatul Furdoows 8》Jannatul Na'iim Irra Caalaan Kanneenii Jannatul Furdoows Gonbisaan Isaa Arshii Rahamaanii Arshii Sun Jalaa Laggeen Jannata Marti Yaa'a Tanaaf Rassulii Kenyaa ﷺ Akkana Jedhee Yeroo Jannataa Kadhattan Jannatul Furdoows Kadhaa Jedhan. Yaa Rabbii Jannatul Furdoows Nuuf Seensii Dalagaa Teenyaa Bareechii Yaa Allah 🤲🤲🤲 `·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/+9pIaHfkxYDs1NDc8
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.