cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Faaruu ortodoksi Tawaahidoo

(1 Qorontos 16 :13) ------------ Dammaqaa, amantiitti cimaatii dhaabadhaa! Ija-jabeeyyiidhaa fi jajjaboo ta'aa!

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
328
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Nuti cuuphamne Nutii cuphamnee goftaa uffannee Jireenyaaf taanee isaan gammannee(2) Goftaan cuuphameetii Kan nuttii agarsisee Fayyinaa argannuu Gochaan nuu barsiisee Inni nuu dhageenyee Sagaleen Afuuraa Cuphaadhaan argamaa Jiruun bara baraa Goftaan yoo cuphamuu Samiin ni banamee Ilmii koo an jaaladhuu Isaa dhagahaa mee Cuphaan yaa namootaa Madaa nii fayyisaa Warra amananii Arginee hundasaa Goftaashee argannaan Gammaddee yordaanos Xalayaa dinaasan Kessaa basee iyyasuus Iccitiin waaqummaa Kan itti mul'atee Laggeen bayyee keessaa Atii kan carroomtee Goftaa kan uffattan Cuphaa warri argattan Maqaa Sillaaseetiin isin Kan himamtan Dhiigaaf foon goftaatin Kan of qopheessitan Mootummaa Waaqayy𝑜𝑜 Gaabbiidhaan argattan💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚@t.me/faaruu_ortodoksii t.me/faaruu_ortodoksii @t.me/faaruu_ortodoksii💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Показати все...
Nuti cuuphamne.aac3.67 MB
Faaruu cuuphaa F/taa Dn Yeroosan Asaffaa @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa
Показати все...
far.yeroosan yordanos.MP36.55 MB
Faarfannaa cuuphaa Faaruu Haarawa Gurguddoota Hunduu waliif share godhaa waliin faarfadhaa... ###share waliif godhaa...... Faarfannaa haarawaaf walaloo Afuuraawaa akkasumas barnoota hordofuu yoo barbaaddan karaa @t.me/faaruu_ortodoksii t.me/faaruu_ortodoksii @t.me/faaruu_ortodoksii Nu qunnamaa|join jedhaa Akkasumas yuutuubirratti Dungoo Tube subscribe godhaa Eebbif jaalalli kiristoos nuwaliin haata'u..Ameen.. Share waliif taasisuun hordofaa Horaa bulaa Eebbifamaa
Показати все...
faar.mp311.42 MB
faarfannaa ortodoksii tawaahidoo walaloo fii sagaleen daawwachuu yoo barbaaddan link kana gadiin fayyadamaa 👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/faaruu_ortodoksii
Показати все...
Faaruu ortodoksi Tawaahidoo

(1 Qorontos 16 :13) ------------ Dammaqaa, amantiitti cimaatii dhaabadhaa! Ija-jabeeyyiidhaa fi jajjaboo ta'aa!

😍Walaloo baay'ee bareeddu! 🗣Mee dhaggeeffadhaaa 📖አመተ ማርያም(Zinnash) Walaloo biraa argachuuf join godha👇👇👇 👉 @Faarfataa
Показати все...
MAQAA ABBAA KANA ILMAA KANA AFUURAA QULQULLUU WAAQAA TOKKOO AMEN AMEN AMEN 📚Ol Baatee📚 Ol baatee maariyaam akka ilmaashee (2) Kabaajanis ergamootan marfamtee{x2} 🔷🌹🌸🌸🌸🌹🔷 Ol baatee ....kabaajan gara samiiti Ol baatee.....ergamootan marfamte Ol baatee.....galaanii isheef haa ta'u Ol baatee.....maariyaam kabaajamtu 🔷🌹🌸🌸🌸🌹🔷 Biran hin ture toomaasoon iddoo sanaa (2) Itti dhuufnaan itti laate kaafannaa Biran turee....yoomuusheen olbaatetii Biran turee...eenyuuyyuu biran ture Biran turee...toomaasoo itti dhufee Biran turee .... kafaana ishee irraa fudhe 🔷🌹🌸🌸🌸🌹🔷 Kafaana ishees argaanii amaananii (2) Huundii isaanii aja'ibsiifatanii Kafaanaa ishees ....Toomaaso fidee dhufe Kafaanaa ishees ....dukkaa bu'ootatii kenne Kafaanaa ishees .....isaanuu argaaniitu Kafaanaa ishees .....baay'ee gammaadaniiruu 🔷🌹🌸🌸🌸🌹🔷 Ulfinaan deesse teessee mirgaa ilmaashee (2) Kabaajamtuu hin jiru kana akka ishee Ulfinaan teesse .....dawwit akka duubbaateti Ulfinaan teesse......Uffaataa warqii uffaate Ulfinaan teesse......Rajoonnii raajanii Ulfinaan teesse......kunoo har'a mul'atte 🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷 F/ta Gulummaa Biraanuu fi F/t Abiraahaam ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️ @naabarsifadhudurbee ❤️ ❤️ @naabarsifadhudurbee ❤️ ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Показати все...
F.Dn.Gule & F. Abreham.mp35.79 MB
Waliif Tasammaa 11.mp34.94 MB
Maqa abba kan ilmaa kan afuraa qulquluu waqayoo tokkon Amen Amen. Maariyaam (2) 🎤🎤🎤🎤 '~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Maariyaam(2) jennee yoo waammanne haadha gooftaa Maariyaam(2)jennee yoo faarfang giiftii keenya Haadha nageenyaa haadha qulqullootaa maariyaamiin haadha hundaa keenya(2) Cesisaa Biqiltuu Phaaxoos lalistuu Siinaati Giiftiin Maariyaam haadha hundumaati Haadha isheenoo haadha hin shakkisiisu dhuguma haadha(2) Cesisaa Goonfoo Solomoon galmee Milkiyaasi Giiftii Maariyaamati nu araarsi Haadha isheenoo haadha hin shakkisiisu dhuguma haadha(2) Cesisaa Fiinota Loozaa yaabbannoobwarqeeti Baganaa Daawiit masiinqoo Iziraati Haadha isheenoo haadha hin shakkisiisu dhuguma haadha(2) Faarfannaa Tokkummaa F/taa Dn Daani'eel Malkamuu F/ttuu Natsannet Alamaayyoo F/ttuu Fiqirtee Shimallis @mariyaamgiftikoo.
Показати все...
Mariyam.mp35.55 MB
Показати все...
Kuniis Garummaafi in QO'ANNAA MACAAFA QULQULLUU IJJOOLLEE O/ T /H

Isheedha haattii waaqayyoo Isheedha nuuf araarrsituun Waaqni dhifamaasaaf karaa ishee nuuf dhufe Maariyaam maariyaam jenne beelaa'uun keenyaa hafe 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏?🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤 @naabarsifadhudurbee @naabarsifadhudurbee Faaruu hedduu namaatti tolu kana wajiin olmaa gaarii isiiniif haa taahu✅✅✅✅✅✅✅✅📚📚📚📚📚📚📚

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.