cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Aansaaraa fi muhaajira

Gareen kun wantoota haaraa isiniif qabatee dhiyaatee jira itti dhiyaadhaa Seenaa aqiidaa barnoota islaamaa haala yeroo fi k,k,f,keessatti argattu Obboleewwan keessan add gochuu hin irraanfatinaa

Більше
Рекламні дописи
416
Підписники
Немає даних24 години
-27 днів
-1230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

"Dachin yoo ulmaai'in keessa jiraate bareeddi" "Biyyi takka yoo ulmaai'in keessa hin jiraattin biyya hin jedhamtu" 🥀@muhaajirafiAnsaara🥀 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته❤️ "Nabi muhaamadصلى الله عليه وسلم 💔caala uumaamati xumura ergamtootaati" صلو على الحبيب المصطفى صلى الله عليه وسلم 💔 صلى الله عليه وسلم 💔 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
 حافظ على أداء الصلوات المكتوبات في أوقاتها ، فإن ذلك أفضل الأعمال .  Tiyfaami salaata dirqama taate yeroo isii keessatti salaatu irratti santu irraa guddo dalagaati 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Sheka Islaama sh/saalihi Al fwzaani rabbin umri isaani nuuf haa dheerressu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ الشيخ صالح الفوزان حفظه الله❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ صالح الفوزان حفظه الله تعالى❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته والحق: ما اثبت الشرع❤️ Dhuga jechuun waan islaamuumman raggaasifte والبطاطل: ما نفاه الشرع❤️ Dhara jechuun waan islaamuumman dhabaamsiifte @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
"Nama Akkami Akka qarqaara jirtu of beeki" @Muhaajirafiansaara @Muhaajirafiansaara
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته "Qaamni ilmi namaa akka hin laafneef nyaatatti hajama" "Qalbiin ilmi namaa akka hin gogoyneef waan itti hajamtu qabdi innis zikri rabbiti quraa'ana" "Gorsaa fi yaadachisni keenya Akkasumas maganttaan guyyaa jabeenya furmaanni waa huda quraa'ana" "Waahilli jiruu fi jireenya gorsa fi yaadachisni keenya quraa'ana qofa" "Qalabni qalbidha midhaani/nyaata miti qalabni qalbidha quraa'ana qofa" "Oboleessa kiyya oboleetti tiyya guyyaa guyyan qaamni keenya nyaata barbaachisa maliifi nyaata male jiraachu hin dandahu waan tahefi" "Qalbiin tenyalle waan itti hajamtu qabdi innis zikri rabbiti quraa'ana furmaata waa hundaa kaa tahedha" Meeqa keenyaatu qalbi ofii tana soora laata????? Guyyaan qalbi teenya toohanna???? Rabbin qalbi teenya quraa'anaaf nuuf haa banu Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin by Ibnu adinaan 👇👇 join👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته "Yoo balabballi nama sitti cufamte balbaalli rahamaan yero hudaa banaadha" @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته❤️ Ilmi namaa hundu hajama rabbitti hajamuudha qaama itti hajaman tokko waan inni itti nama ajeje raawwachun dirqama ana kaa naa ajaaibe kaa Ilmi namaa rabbitti hajamnu kaa rabbin namatti hin hajamne akkamitti rabbitti kafara ilmi nama kuni???? Yaa rabbi nama danga kee eeggatu nuu taasisi amiiiiiiiiiiiiin🤲🤲🤲🤲🤲 yaa allah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲 amiiiiiiiiiiiiin @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
Показати все...
Warronni kiristaana yeroo heddu gaafi waa'e umaaman wal qabate quraa'ani amanta muslima yaada gara gara keenna jedhan deebin isaani akka itti aanu kana👇👇👇 Akkata rabbin ilma namaa kana itti uume haa laallu mee👇👇👇👇 فخلق الله آدم من غير ذكر ولا أنثى ، وخلق حواء من ذكر بلا أنثى ، وخلق بقية الذرية من ذكر وأنثى ، إلا عيسى فإنه أوجده من أنثى بلا ذكر ، فتمت القسمة الرباعية الدالة على كمال قدرته وعظيم سلطانه فلا إله غيره ولا رب سواه . 1 Rabbin nabi Aadamin a s dhira fi dubarti male uume 2. Hawwa dubarti irraa male dhira qofa irraa uume 3. Nabiyyallah Iisaa (yesuus kirstos) dhira male dubarti qofarra uume 4. Umaamtota kaawwani immo akka anaa fi sihi rabbin dhiraa fi dubarti irraa nuu uume Kuni hundu dandeetti rabbi keennaarratti qajeelcha rabbin s w akka fedhetti nama uumu dandaha Haqaan gabbaraman rabbi tokkicha male hin jiru inni hin dhalannes ilmoolle (ilma) hin qabu adduma gabbarama Share👇👇👇 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀 🥀@MuhaajirafiAnsaara🥀
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.