cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Sabrii Hussein

Rabbin tokkicha ☝ Nabi Muhammad صلى الله على وسلام ergama isaati. yaa warra Rabbitti amantani eessayyu jiraadha rabbi keessan sodaadha. Akkuma Sanas eessaayyu yoo deemtanis Rabbin isinii wolin jiraa.

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
225
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

⭕ AS.WR.WB Yaa Jama'aa Rāsūūlla ۞ﷺ۞ Waa hundaa duraa wantii attii bekkuu qabduu •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• ⭕eenyuutu hijaaba kana godhuttii naa ajajee qofa beeki Yää Ikkwāāti fiiłłãh ergaan tiyya isiin dhaqabdee lataa share naaf gochuun obboleeytii keessaan Keeyritii shaarakaa Gorsaa and Dawwaa •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕haadha teeti moo abbaa keeti moo lammii teeti moo saaba keeti moo shanyii keeti moo jarsaa keeti? Rabbii tokkiichaa deebisaan akkasi Nabbiin ۞ﷺ۞ akki jedhaan worreen banii aadam akkaa keetii waan •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕Rabbiin hojjadhuu siin jedhee hojjachuu dhuftee banii aadam hin gammaachiisiin waan Rabbiin irraa sii dhoorge dalagde ummata gammaachiftee Rabbii kee hin dallansiisin tanaaf jecha ani wonniin waa baredhee waan san hojii irraa olchuufi ka fedhe akkaa kiyyaattii •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕haa hajjabatuu huccuun tiyyaa lubbuu tiyyaa anatu irraa gaafatama islaamummaan tiyya anuma laalti tanamaattii hin seenne an akkasittiin dhufa nutti hin dhufin yoo jettaanis bakkaa biraattiin isinirraa bu'a akkanuma jedhiin yookaan ammoo akkaa hajjabadhee an dhufu na bekkaa •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕obbleyyaan tiyya malee essummaan tiyyaa malee adeerran kiyyaa malee akaakoolee kiyyaa malee ilmaan haboo ilmaan aadeeraa ilmaan adaadaa tokkolleen akkaa duriiti wol dhungachuun hukmii shari'aa keessaattii anii baradhee ani haraama wan tana bekkaa jedhittii mataa ol qabadhuu deemi •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕yoo atii immoo mataa kee ol qabattee Rabbii chechaa if qabdee Rabbii akka sibiraa dhaabbatee ummata kana amansiisuu beekii tanaafuu akkaasittiin dhufaa san mataa kee olqabadhuutii deemi Rabbiin irraa sii haa ansuu duuba yaa oktii •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ⭕Baruumsii keenya kaan har'a asiratii xumuramaa Baruumsaa biratiin hangaa wantii debbiinuuti nagayaarra naaf turaa 🙏 ⭕#By_sabrii_hussein ‏﷽ ۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ
Показати все...
Фото недоступне
Показати все...

Показати все...
(Atikaa Hussein) YUOTUBE Yää badii tarikuu salatii dhagefadhaa Mee Jzkl 🍇🍑🍒🍒

Obsi akka sibritii ni hadhaawa Garru yeroo dhandhamte ni miawaa 👇👇👇👇👇👇👇 @suheyra_fa @Sureya_ra t.me/Asmishi
Показати все...
Filsan Ahmed

As wr wb Ahbaabi filah channela Khana kheysaati ni borahtaa Gorsan qalbi if jisaa Nashidaan boharra Walaloo ni boharta Senna sahabbatin Jechoota qalbii nama sennan Hunda arkhaachuf JOIN GODHUN BOHARRII 👇👇👇👇👇👇👇 @Asmishi @Asmishi

💜الســـــــــــلام عليـــــــــــكم وَرَحْمَـــــــــةُاللهِ وَبَرَكـَــــــــاتُه🥀 Jummah Mubarak to everyone ♥️ ☆Săllû ăllă năbīī ﷺ👈👈 Ūmmātā Ñābii Muhammad [ ﷺ ] ‏﷽۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ💌 .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Показати все...
1.92 MB
[Laa Ilaaha illaLlaah wahdahuu laa shariika lahuu, lahul mulku wa-lahul hamdu wa huwa alaa kulli shey'in qadiir]   Namni kadhaa tana hoggu 100 jedhe… • Akka nama gabra 10 bilisoomseeti. • Ajrii 100tu isaaf galmeeffama • Dilii 100tu isarraa haqama • Hamtuu Sheyxaanaa irraahis tika arkata.   Afaan Arabaatin... [لَا إلَه إلّا اللهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءِ قَدِيرِ.] Hiikkaan.. [Rabbi malee haqaan gabbaramaan tokkolleen hin jiru. Rabbiin kophaa isaati gabbarama, waahila tokkollee hin qabu. Mootummaan tan isaati. Faaruulleen tan isaati, Isaatu faarfamuun male. Inni waa hunda irratti dandahaadha.]   NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa Fixraa Tube @FixraaTube https://t.me/hegaree
Показати все...
Fixraa Tube

Fixraa Tube SEEQAA HAA BARANNU! #Diraamaa Afaan Oromo #Nasheda adda adda #Dhaamsa Ajaibaa #Gorsa gaggabaabaa Khana hunda arkkachuuf channel khenya JOIN fi SUBSCRIBE godhun maatii khenya tahaa jzakumullah💖 Youtube link www.youtube.com/c/FixraaTube

⍟Kheeyri ramadaana kheeysa dalagaa turte irratti jiraadhu ⍟Qur'aana ramadaana qara'aa turte ammallee qara'i ⍟Zikrii godhaa turte ammallee godhi ⍟Masgiida dhaqaa turte ammallee dhaqi ✵Dhiifama namaa godhaa turtee ammallee godhi ✵Sadaqaa khanachaa turtee ammaallee khannadhu ✵Soomanni bahe jattee muuziqa hin dhageeyfatin ✵Qalbii zikrii fi qur'aanaan dhiiyxe diliidhan firraan xureeysin ♧︎︎︎Waan soomana itti laffaate firraan balleeysin ♧︎︎︎Rabbiin ramadaana kheeysa gabbaraa turte ramadaana boodaas ni jira ♧︎︎︎Ramadaana kheeysa qofa rabbi sodaatu osoon taane umrii te guutu rabbi sodaadhu 𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 t.me/Suhye_bi
Показати все...
Suhayla Bi..

𝗕𝗶𝘀𝗵𝗮𝗮𝗿𝗼 𝗔𝗯𝗱𝗶 𝐎𝐟𝐟𝐢𝐜𝐢𝐚𝐥 𝐆𝐚𝐦𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐡𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐨𝐦𝐢 @Suhye_bi Yaadaf @Bishaaro_Abdi

[As wr wb]#KARAAN FAYYINAA KANA QOFA Sababoota gurguddoo 4/Afuran armaan gadii kana malee karaan fayyiinaa ykn jannataa islaamummaan alatti gonkumayyuu, yoomiyyuu hin jirus, hin argamus.#share gochuun obbollewwaan kessaan Keeyritii shaarakaa [Gorsaa & Daawaa] .•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• ✅1ffaa: Amantii Ilmi namaa hundi irratti dhalateedha. . Ilmi namaa dhalachuun, du'uun, Haxxifachuun, Hamamoochuun, Rafuun, Nyaachuu fi dhuguun, Guddachuun, dulloomuun Seera uumamaa kan inni jaalatuus jibbuus ittiin buluuf dirqamuu dha. Kanumaafi Rassuulli Keenya(صلى الله عليه وسلم) Amantiin islaamaa Amantii Uumamaa ta'uu akkana jechuudhaan nuuf ibsu:- .•••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• Imaam Muslim Kitaaba 040, Lakkoofsa 6853 Abu Hureeyiraa(ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ) irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii(صلى الله عليه وسلم) akkana jedha:- . عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، قَالَ: قَالَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «كُلُّ مَوْلُودٍ يُولَدُ عَلَى الفِطْرَةِ، فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ، أَوْ يُنَصِّرَانِهِ، أَوْ يُمَجِّسَانِهِ….» رواه البخاري ومسلم وغيرهما.፤ .•••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• «Daa'imni dhalatu kamiyyuu Fixraa (Islaamummaa) irratti malee hin dhalatu. Maatiin isaa garuu; Kiristiyaana Isa taasisu yookiin yahuudaa isa taasisu yookiin Warra Ibidda gabbaru isa taasisu malee...»[Bukhaarii fi Muslim] •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ....... Kanumaan Wal qabatee Allaahnis Qur'aana irratti Akkana jedha:- . فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفًا ۚ فِطْرَتَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا ۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ [٣٠:٣٠] . «(Yaa Muhammad!) Karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumees (qabadhaa). Uumaa Rabbii Jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelee dha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.» (30:30) .•••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ✅2ffaa: Amantii Rabbiin Ilma namaatiif filatee, jaalatee dha. . الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا . «Amantii keessan har’a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis islaama isiniif jaaladheera.» (5:3) --- ✅3ffaa: Amantii takkittii Rabbi biratti fudhatama Qabduu dha. . إِنَّ الدِّينَ عِندَ اللَّهِ الْإِسْلَامُ . «Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti (fudhatama qabu) Islaama qofa.» (3:19) ---•••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• ✅4ffaa: Amantii namni isii ala amantii biraa barbaade hoonga’uudha. . وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ [٣:٨٥] . «Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhirattis inni warra hoonga’an irraayi.» (3:85) .@Maashaallaah •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• Kanaafuu osoo aduun gara seenteen hin deebi'in yookiin immoo osoo lubbuun kokkee si hin ga'in gara islaamummaa koottuu cinqii addunyaatii fii azaaba aakhiraa irraayis bilisa of baasi. Islaamummaan ala fayyinni hin jiru. Dhugaan jirtu Kanuma hadhooytuus liqimsi, yoo siif liqimfamte immoo qoodi (share) godhi. •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• Barnootaa fii Gorsa Gara garaa argachuuf keenya kana 'like/ share add friend' godhaa naa hordofaa 💗💗 Ergaa kana "share" haa goonuu. Ergaman Ŕābbii ۞ﷺ۞akkana jedhaniiru. "Namni dalagaa toltuu takka namatti agarsiise mindaa hanga namicha dalagaa sana dalagee sana ni argata." •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Показати все...
Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

[As wr wb] #Yää Gabarotan Rabbii ❤ Mee Namaa Meqatuu #Online irraa jiraa •••••••••••••••••••••••••۞﷽۞•••••••••••••••••••••••• walaloo tana naaf dubbisaa Haalaan Waan isiin jettu naaf hubadhaa yaa Lammii too •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Hedduu si Fayyada Ofiifis Dubbisi Obboleeyyan keetiif #SHARE gochuun dabarsi Ergaa tiyya immoo Like godhii jabeessi Yoo badii qabaadhe Obsaan na sirreessi Yoon sirrii jiraadhe Gorsa naaf barreessi •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳#Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afur (4) Dachiin torba samii Wojjiin kudha afuur (14) •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳#Toowraat kan buufamee Nabii muusaarratti.. kan lammaffa #Zabuur Nabii Dawuditti inni sadaffadha #Injiil maqaan saatii kan irra buufamee Iisaarratti.#Furqaan kan buufamee •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳 Ergāmāā rahamataa۞ﷺ۞ isa dhumaarratii Nabiyyinaa Muhammad Nagayaaf rahamanni rabbii Irra haa jiraatutii •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Kana beekuu qabna Xiqqaa gudda Martii Yoom nu harka gahe Diiniin kun taphatti Lafee goota meeqaan As dhufe ardhatti Ammas hin dhaabatu •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Hanga jaahilummaan Biyyarraa cabutti Hanga namuu bahee Nagahaan galutti Diiniin rabbii keenyaa Hin badu lafatti 💪💪💪 •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Bakka sadihitti (3) Qoodama qur'aannii inni jalqabaadha Al Ahkaam ja'aniin Kan maal akka ta'e Nuuf himu jireenyi inni lammaffadhaa Al Qisaas jedhama •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳waa'ee seenaatirra nu barsiisa inninii sadaffaniis jiraa kunoo Al-Towhidii Inni kuniis beeka wanni ibsu akkanii tokkichumma rabbii gadi fageenyaanii Dhugaan gabbaramaan Rabbii qofa tahu barsiisa akkanii •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳walumaa Galaatti Juuzii saa soddoma 30 Quaraannii ! bakka 114 ti Qoodama Suuraanii Aayata 6236 jechuudhan ibsama •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Hafii (qubee) 22300 kanatti hiikama Yaa rabbii yaa allaah Guddinni keetuma Galanni kee heddu Yoom himamee dhuma •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Qur'aanni kan rabbiiti Isarraa ergame Samii addunyaadhaa Bakkii irra buufamee Beeytal izzaa Jedhamtii bakki itti buufamee •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Sana booda suutaa Nabitti Buufamee Bara 23 keessati geeffamee Akkanaan dhageenne Seenatu nuuf himee •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Suuraan Dura Buute Suuratu Iqra'idhaa Aayanni Booda irra (Wattaquu yowman Turja'uuna fiihi Ilallaah)‏ jenna •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Suuraan Akkaan Dheertuu Suuratul Baqaraa *2 .Suuraan Gabaabduun Suuratul Al koowsari Beekumsaan guddachuuf Haa barannuu marri Kan dhiiraa shamaraa ,Jaarsaa fi dardarri *2 •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Namni Nama caalu Kan diinii Baratee Kan namas barsiisee Keeyrii facaafate Anaa miti kana Hadiisa dubbatte *2 •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• 🕳Walaloo kiyyallee Asumaan xumara Yaanni koo akka tasaa Taatus dogaggora Dhiifama naaf godhaa Hundinuu hadaraa •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• #Share_share_share_Share_godhii #ajrii_argadhuu Barakallaahu fiikum 《 I Love you Qur.ana ❤ •••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••• .💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Показати все...
Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.