uk
Feedback
Nashiida Mi'ooytuu™🎧

Nashiida Mi'ooytuu™🎧

Відкрити в Telegram

🌹بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ🌹 Waan Isin Biraan Geeynu: ● Nashiida Islaama Babareedu tan durii fi tan ammaa , tan feetana ● Yaadachiisa [ Hadiisa Rasuula ] ● Waan Haala Yeroo Khan Muslimaa ● Fotoleee babareedu Gorsa qabdu ● .. JOIN GODHAA JZK

Показати більше
2 238
Підписники
+224 години
+57 днів
-630 день

Триває завантаження даних...

Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
липень '26
липень '26
+33
в 0 каналах
червень '26
+27
в 0 каналах
Get PRO
травень '26
+42
в 0 каналах
Get PRO
квітень '26
+42
в 0 каналах
Get PRO
березень '26
+63
в 0 каналах
Get PRO
лютий '26
+91
в 0 каналах
Get PRO
січень '26
+57
в 0 каналах
Get PRO
грудень '25
+25
в 0 каналах
Get PRO
листопад '25
+41
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '25
+8
в 0 каналах
Get PRO
вересень '250
в 0 каналах
Get PRO
серпень '25
+2
в 0 каналах
Get PRO
липень '25
+4
в 0 каналах
Get PRO
червень '25
+2
в 0 каналах
Get PRO
травень '25
+3
в 0 каналах
Get PRO
квітень '25
+38
в 0 каналах
Get PRO
березень '25
+226
в 0 каналах
Get PRO
лютий '25
+126
в 0 каналах
Get PRO
січень '25
+89
в 0 каналах
Get PRO
грудень '24
+88
в 0 каналах
Get PRO
листопад '24
+52
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '24
+63
в 0 каналах
Get PRO
вересень '24
+21
в 0 каналах
Get PRO
серпень '24
+16
в 0 каналах
Get PRO
липень '24
+11
в 0 каналах
Get PRO
червень '24
+12
в 0 каналах
Get PRO
травень '24
+14
в 0 каналах
Get PRO
квітень '24
+14
в 0 каналах
Get PRO
березень '24
+71
в 0 каналах
Get PRO
лютий '24
+63
в 0 каналах
Get PRO
січень '24
+61
в 0 каналах
Get PRO
грудень '23
+34
в 0 каналах
Get PRO
листопад '23
+37
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '23
+29
в 0 каналах
Get PRO
вересень '23
+26
в 0 каналах
Get PRO
серпень '23
+30
в 0 каналах
Get PRO
липень '23
+51
в 0 каналах
Get PRO
червень '23
+51
в 0 каналах
Get PRO
травень '23
+28
в 0 каналах
Get PRO
квітень '23
+77
в 0 каналах
Get PRO
березень '23
+160
в 0 каналах
Get PRO
лютий '23
+50
в 0 каналах
Get PRO
січень '23
+89
в 0 каналах
Get PRO
грудень '22
+53
в 0 каналах
Get PRO
листопад '22
+67
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '22
+77
в 0 каналах
Get PRO
вересень '22
+60
в 0 каналах
Get PRO
серпень '22
+48
в 0 каналах
Get PRO
липень '22
+46
в 0 каналах
Get PRO
червень '22
+32
в 0 каналах
Get PRO
травень '22
+45
в 0 каналах
Get PRO
квітень '22
+329
в 0 каналах
Get PRO
березень '22
+121
в 0 каналах
Get PRO
лютий '22
+32
в 0 каналах
Get PRO
січень '22
+31
в 0 каналах
Get PRO
грудень '21
+32
в 0 каналах
Get PRO
листопад '21
+33
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '21
+29
в 0 каналах
Get PRO
вересень '21
+39
в 0 каналах
Get PRO
серпень '21
+36
в 0 каналах
Get PRO
липень '21
+57
в 0 каналах
Get PRO
червень '21
+46
в 0 каналах
Get PRO
травень '21
+162
в 0 каналах
Get PRO
квітень '21
+782
в 0 каналах
Get PRO
березень '21
+229
в 0 каналах
Get PRO
лютий '21
+100
в 0 каналах
Get PRO
січень '21
+116
в 0 каналах
Get PRO
грудень '20
+4 153
в 0 каналах
Дата
Залучення підписників
Згадування
Канали
22 липня+1
21 липня+3
20 липня+3
19 липня+1
18 липня+4
17 липня+3
16 липня+1
15 липня+1
14 липня0
13 липня+1
12 липня+3
11 липня0
10 липня+1
09 липня+1
08 липня+1
07 липня0
06 липня0
05 липня0
04 липня+3
03 липня+1
02 липня+4
01 липня+1
Дописи каналу
Imaamu Ash-Shaafi’iin (Rabbi isaan irraa haa jaalatu) akkana ja’a: "Dilii akka itti dhiifnu barbaanneeti—Salaata Duhaa keessatti arganne. •Qabriin teenya akka nuuf iftu barbaanneeti—Qur’aana qara’uu keessatti arganne. •Siraax irra saffisaan dabruu barbaanneeti—Soomanaa fi Sadaqaa keessatti arganne. •Gaaddisa Arshii jala taa'uu barbaanneeti—Obboloota gaggaarii Rabbiif jecha wal jaallannu heddummeeffachuu keessatti arganne." Wallaahi, namoonni erga ati duutee si irraanfachuun isaanii akka ati yaaddu caalaa sitti ariifata. Har'umahu osoo lubbuun jirtuu, firoottan kee warri sitti dhiheenya qabu qofaatu yeroo tokko tokko "Abalu eessa jira?" Ja’anii si yaadatu. Namuu dhimma jireenya isaanitiin shaakalamanii jiran. Erga ati gara aakhiraa deemte duuba maal gaafatta ? Maal Godhuu Qabna? Hojii Gaarii baay’ifadhu: Karaa gara Rabbii keetitti si dhiheessu hunda keessa seeni. Waan erga ati duutee si fayyadu—hojii gaarii facaafachuu fi Sadaqaa Jaariyaa (sadaqaa itti fufiinsa qabdu) hambifachuuf carraaqi. Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4

2
Gurbaa Tokko Rabbiin guyyaa keessaa qajeelcheeti tawbaa isa waffaqe garaa guutuun, "Har'a niin salaata" ja'ee gara masjiidaa qajeele. Oggaa inni masjiida ol seene, osoo inni salaata keessa jiruu, moobayilli isaa akka tasaa iyyite.. oggaa iyyitu walleen sagalee moobayil keessaa namoota salaatutti jiru jeeqxe..! Ogguma, san warri salaatee fi imaamni itti dhufanii dallansuun Lolaanii akkana ja'aniin: "Mana Rabbii keessattillee dilooytaa? Rabbiin dachii gad sin kuchiisuu hin sodaattu ? Sodaa rabbii hin qabduu?!" Gurbaan qalbiin isaa cabdee madooytee, rifate fuula isaa lafatti qabaa masjiidaa bahe.. guyyaa sanirraa eega masjiidarraa gad bahe, deebi'ee Lammada masjiidatti hin deebine.! Guyyaa biraa ka’eti hoteela dhaqe: Hoteela Keessa Osoo achi jiruu, dogongoraan mataan shiishaa harkaa bu’e cabse. Inni sodaatee naasuu keessa osoo jiruu, abbaan hoteelichaa fuula banaan itti dhufee akkana ja'een: "Kun si hin yaachisin jaalalloo keenya! atummaan nagaya nuuf qabaadhu, ati fayyaa taanaan sanuma barbaanna " ja'een. Gurbaan garummaa kanaan onneen isaa booji'amte. Guyyaa sanirraa ka'ee maammila jabaa hoteela sanii tahe! Asitti seenaan dhumte.. Nama gammachiisaa malee hin baqachiisinaa! Waa laaffisaa malee hin jabeeysinaa! Ja’e Ergamaan Rabbii. Jannata isaan feena ja'aniiti, jechaafi amala hamaan gara ibiddatti isa geeysan.. Namoota gara haqaa jaalachiisuun kan danda'amu onnee isaanii obsaafi jaalalaan simachuuni malee, dogongora isaanii qofatti quba qabuufi itti lallabuun miti. Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
162
3
⚠️ Kasaaraan guddoon arra namni keessa jiraatu; Kasaaraa maallaqaa ,ta hojii fi ta hiree bareedduu argachuu dhabuuti miti. Kasaaraan guddoon Namni umriidhaan dabalamaa deemee, hubannaa fi jijjiiramni inni jireenya isaa kan dhuunfaa dabalamaa deemuu dhabuudha. Kasaaraan jabduun, waggaan guutuun umrii namaa irraa dhumee , namni sun ammoo humaa keessatti jijjiiramuu dhabuudha: •Kitaaba bara dabree booda haaraya hin dubbifne. •Yaada bara dabree malee yaada haaraya hin qabu. •Amala hamaa qabu ka jijjire hin jiru. •Waan bara dabre itti dogongore arraas ittuma jira. •Hariiroon inni Rabbii wajjiin qabu irra hammaatte. •Karoora jireenya hin qabu ,karoorattiis hin amanu. Osoo haala kanaan jiruu ammoo, 'maaliif jireenyi kiyya hin jijjiiramne?' Ja’ee komata. 💡 Hunda caalaa hubachuu kan qabnu: Yeroon nama hin jaartu; wanti nama jaaru fi namummaa namaa fooyyessu waan namni sun baratu, waan of keessatti gadi fageenyaan xiinxalu fi amala isaa keessatti jijjiirudha..!! Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
199
4
“Diliin ati hojjattu hanga feetellee guddattu ,Salaata hin dhiisin, yeroo isii irraahis duubatti hin aanisin.” "Musalmoonni Tokkolleen namni ⁧#Salaata_Lakkisu dilii hundaarra guddooti fi kabaa’ira akka hojjachutti jiru keessatti wal hin dhaban. Diliin nama salaata lakkisuu dilii nama lubbuu baasuu (nama ajjeesuu), qabeenya saamuu, akkasumas zinaa hojjatu, ka waan namaa hatuu fi farshoo dhuguurra heddu guddoodha. Namni salaata lakkisu adaba Rabbii, dallansuu Isaati fi salphina addunyaa fi aakhiraatiif of saaxileeti jira." "Gurbaan salaata dhiisu nama waa hatuu fi zinaa hojjeturra hamaadha jachutti Ulamaan waliif galaniiti jiran . Intalti hin salaannees, isii zinaa hojjettu,ta hattuu fi ta farshoo dhuuydura hamtuudha." Ergaa nama Salaata lakkisuuf.. Mana kee keessatti , magaalaa keessatti , biiroo tee kessatti fi bakka dalagaattillee yoo ta'e Salaati, kophaa keetillee tahu salaati ,kophaa kee salaatuutu oggu kuma dhibba Takka salaata guutumaan guututti dhiisuu ykn yeroo isii irraa duubatti tursiisuurra siif caala—! Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
226
5
“Miliyoonaan kan lakkaawaman onneen isaanii fi miirri isaanii tapha kubbaa miilaatiif yommuu sossohu, gama biraatiin immoo dhiphina fi rakkina dhiiga obboleyyan keenya kan dachii barakhaa qabduu keessa jiraatanii halkanii fi guyyaa dhiigni isaanii dhangala’uuf sossohuu dhabuun na dhukkubsa. Tartiiba dhimmoota dursa kennamuufii qaban (priorities) wallaaluun, waan hamilee fi sammuu dhala namaa miidhu keessaa isa duraati. Gaafa dardarri amantiin isa eeggattu ka ba’aan isarra jirtu waan xiqqoo tanaaf ja’ee if rakkise kuni ummata fuulduratti abdii hin qabne jachuutu namaaf mul’ata. Nuti uummata injifannoon isaa bu'aa tapha kubbaatiin safaramuu miti. Uummanni Tokko kabajaa fi guddinni isaa Tapha kubbaatiim hin ijaaramu, kabajaan ummata Tokkootiis murtee abbaa murtitiin hin laalamu. Taphni deemu jiru ni dhuma. Teessumni irra ta’anii tapha laalaniis ni duwwata.. Tvn kubbaa dabarsuus dhimma biraatti dabra.. Haa ta'u malee, dhugaan uummata keenyaa akkuma jirutti bifa isaa isa ulfaataa fi madaa isaa itti tuulamee jiruun bakkuma isaatti hafa; hawaasni Islaamaa kan nurraa eeggatu dammaqiinsa malee harka waliin dhawuu miti, hojii malee iyyeensaa miti, gootummaan dhugaatiis daqiiqa 90 keessatti hin murtooytu. Yoo yeroo hunda bakkuma amata 5n dura teeysu teeysee kubbaa deeggara , kubbaaf yaadni kiyya malee hin tahu jattee lolte osoo hin beeyne “Sanama”Qureeyshiin maalif nu jalaa xuqama jattee loluufi turte ka akkasii jireenya kee keessatti uumteeti jirta jachuudha. Maaltu zamana keenya kana “Sanama” namni Baaxiliin irraa lolu heddummeeyse..! Dhaamsi kiyya “Sanama” kee caccabsi ,nama ifiif jijjirama uumu tahi malee nama jijjirama uumu qofaaf harka dhawaa hin oolin. “Murtiin hundi duraa fi boodeeniis tan Rabbiiti.” Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
243
6
Nama Akka Kheeti Tahuu Fedhu Khan tahuu Hin dandeenye irraahi Dhufti "Hinaaffaan"❗ Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
229
7
Dubartiin dhiira dalagaa malee mana oolu hin feetu dhiira dalagaan busy isiirraa tahuus hin feetu 😁🤌 Dhuguma mii🙂 Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
247
8
Hasan Al-Basriin erga namni tokko awwaalamee booda qarqara qabrii irra dhaabbatee, gara nama isa cinaa jiru tokkotti achi garagalee akkana ja’ee gaafate: "Osoo namni kun gara duniyaatti deebi'ee, maal waan hojjetu sitti fakkata?" Namtichis: "Araarama Rabbi kadha, Towbaa heddummeeysa ,Salaata yeroo irratti salaata, hojii gaggaarii dabalatee waan Rabbiin jaalatu irraa sinqeeyfata" ja’ee deebiseef. Hasan Al-Basriin : "Inni waan akkasii hojjechuuf carraan isaa dhumatee jira ,Ati garuu ammallee lubbuun jirta , kanaaf carraa kee kanatti fayyadami, if jalaa hin dabarsin (Inni carraa dhabeeti jira, ati garuu carraa qabdu kanatti fayyadami) " ja’een Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
369
9
Aalimni guddaan jaarra keenya kana Sheek Abdul-Aziiz ibnu Baaz Rabbiin rahmata haa godhuuf akkana ja’a: "Yeroo umriin kiyya waggaa 19 gahu, ija kiyya lamaan niin dhabe! Halkan tokko haboon tiyya mana keenya dhufte. Waaniin rafu seete, suutatti haadha tiyyaan akkana jette: 'Abdul Aziiz na rifachiisa, akkamitti dalagaa inni ittiin jiraatu argata?'..." jatteen. "Guyyaa biraa saahibtittin haadha tiyyaa tan #Nafiisa ja’amtu mana keenya dhufte. Haadha tiyya isii boochu argite! Nafiisaan rifattee: 'Maaltu si boochisa?' jetteen. Haati tiyyas gaddaan guutamtee: 'Amrii (haala) Ibnu Baaz tanaatu na rifachiisa, boru akkamitti jiraata' jetteen. Imimmaan haadhaa kan agarte saahibtii gaariin tun akkana jettee gorsite: 'Booyinsi kee isa hin fayyadu! Ka'i, raka'aa lama salaati, ummata Islaamaa nama fayyadu akka Rabbiin isa godhu Rabbbii kadhadhuuf!'" Haati bo'icha dhaabdee gara qiblaa garagaltee Rabbii isitti boochee du'aa'ii kadhachuu jalqabdee! Rabbiin du'aa'ii haadhaa qeebalee Mucaa ija hin qabnee fi ka namni boru maalin jiraata ja’e isaaf rifachaa ture san: 👑 Muftii Walii-gala biyya Sa'udii ta'an. 🌍 Itti gaafatama Fiqhii Islaamaa addunyaa guutuu ta'an. 🏆 Badhaasa Addunyaa 'Malik Feysal' tajaajila Islaamummaatiif argatan. 📚 Goota fi Hangafa Ulamaa'ii zamana keenyaa ta'an. Maaliin jiraata ja’anii isaaf rakkachuu turan , Rabbiin ammoo jireenya ummata Islaama walii gala harka isaa irratti godhe. #Rizqiin_harka_Rabbii_jirti, harka namaa hin jirtu! Namni ija dhabee karaan addunyaa itti dhiphate ja’ame, har'a addunyaan maqaa isaa yaamti. Kanaaf, rizqiif jettee nama duratti if gad hin qabin. Rabbiin if biraa rizqii gaarii fi barakaa qabdu nuuf haa kennu! 🤲✨ Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
369
10
Warra akka nu jaalatan nutti himaniitu jira, garu yeroo isaanii waliin taanu miirri gad aantummaa akka nu dhagahamu nu godhan, isaan waliin jiraachaatuma kophummaan nutti dhagama. Ammaas warra jaalala isaanii amma amma arrabaan nutti hin dubbannetu jira, garuu yeroo isaan bira jirru eenyummaa keenya jaalanna, nama bareedaa akka taane if argina, nama faxinaafii waa hubatu akka taane if argina.... miirri isaan bira yeroo jirru akka nu dhagamu godhan "ani bagaan ana tahe" akka ifii keenyaan jannu nu godha. Isaan santu jaalalti gocha malee jacha qofaa miti jachuu nutti argisiise. Haa galatoomanii..!✨️ :¨·.·¨: `·. 💛 Jaalalti miidhamaa miti, miidhagina 🌹 Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
298
11
Nama meeqaantamiitu jira seetan kan osoo jireenya namaa keessa seene ciqilfatee taa'u ciqileen sududa baafte😌 Deebine✌️
275
12
اذكروني فضلاً في دعائكم🥹
281
13
Nama xiqqeysuuf itti hin hanjamin.!! #Nama mana isaa kessatti mokkaramee ati dadhabaadha jatteenii ittin hanjamin.. Nabiyallaah #Nuuh jaartiin isaa nama Rabbitti kafrerraa turte kaniifi inni rabbi biratti Nabiyyi filatamaa (gabricha Rabbiif galata galchu) ja’amee moggaafame.!! #Nama gosa isaa kessatti tuffatamaa tahees ati faayidaa hin qabdu namni si kabaju hin jiru jattee ittin hanjamin.. Nabi #ibraahim gosaa isaa kessatti jibbamaa ture garuu rabbi biratti jaalatamaa fi jaalalloo Rabbiiti ture. #Nama hidhamee mana hidhaa jiruunis ati mujrima zaalima jatte ittin hanjamin.. Nabi #yuusuf hidhaa keessa amata Torbaaf ture garuu Rabbi biratti siddiqa (dhugoomsa) ture.!! #Nama dalagaa gad aantu hojjatuus ati sadarkaa hin qabduu jatte hin tuffatin... #luqmaanul hakiim najjaara,tiysite,fi ka huccuu namaf hodhu ture akkana wajjiin irra hayyuu zamana isaati ture.!! #Nama namni hamtuun dubbatuus osoo addaan hin baafatin kuni hamaadha jattee hin murteeysin... Nabi #muusan yeroo takka faltuu (Saahira) yeroo takka maraata ja"aniin inni ammo Rabbi biratti nama Rabbiin dubbise ture.!! #Nama miskiina waan nyaatu hin qabneenis maalif dalayde ifin jijjirre hin ja"iniin... Nabi #muhammad mana isaa kessatti baati Lama osoo ibiddi hin shidamin timiraa fi bishaaniin jireenya isaa oofu ture.. guyyaa tokko osoo biddena garbuu irraa hin quufin duniyarraa deeme..!!! #Namatti hin hanjamin niis hin xiqqeysin boru maalitti akka booda aantu hin beeytu. Abadan namatti hin hanjamin amala kee namatti tola oolu yaada tolu godhadhu..!! Uumaa rabbii ,rabbii isaan uumeef lakkisi!! Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
336
14
Gaafii ; "(Yoo kurnan (Zul-Hijjaa) Rabbitti biratti رمضانا irra kan caalu tahe ,dalagaan guyyaa Kurnan kana keessa hojjannuus guyyaa Ramadaana irraa Rabbi birattiis irra jaalatamtu taate maaliif namoota isaanii Ramadaana keessa irra gama Rabbii as deebi’anii carraqqatan tahuu argina ?! Deebisa ; Namni Hojii kheeyrii Ramadaana keessa baay'achuu fi kurnan Zul-Hijjaa keessa immoo xiqqaachuun, ragaalee Nabiyyummaa fi dhugummatti Nabiyyiin keenya Rabbi biraa argame tahuu waan nama qajeelchuudha. Sababni Rasuulli ‎ﷺ : "Ramadaana keessa sheexanootni ni hidhamu." Ja’an. Sheeyxaanni Ramadaana keessa hidhamuun ammoo akka namni gama kheeyritti daran as gara galu gooti. Kurnan (Zul-Hijjaa) ammoo sheeyxaanni keessatti hin hidhamu kun iddoo qorumsaa fi qabsoo dhugaan namni Rabbi gabbaru itti adda bahee mul’atuudha. sababni isaas sheexanootni namoota deebisuu fi hojii gaarii irraa shaakalsiisuuf kurnan kana keessa bilisaan socho'u, garuu Ramadaana keessatti kana gochuu hin danda'an." {Sheeyxaanni isiniif adawwiidha ,adawwii goradhaa } Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
325
15
"Yoo Azkaara ganamaa fi galgalaa guutuu Qara’uu dadhabde, azkaara salphaa ta’an jahan kanneen hin dadhabin; Azkaarri Jahan kun si tiiysuu fi bu’aan isii fedha Rabbiitiin guddaa dha.." 1. Bismillaahillazii laa yadurru ma’asmihii shay’un fil-ardi walaa fissamaa’i wahuwas-samii’ul aliim. (Sadii) 2. A’uuzu bikalimaatillaahit-taammaati min sharri maa khalaq. (Sadii) 3. Radiitu billaahi rabban wabil-Islaami diinan wabimuhammadin ‎ﷺ Nabiyyan wa Rasuulaa. (Sadii) 4. Subhaanallaahi wabihamdihii adada khalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih. (Sadii) 5. Aayatul Kursiyyi (oggu Takka), Suuratul Ikhlaas, Al-Falaq fi An-Naas. (Sadii sadii) 6. Subhaanallaahi wabihamdihii. (Dhibba tokko) Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
417
16
Biyya Turkey, Baadiyyaa keessa maatii jiraattu jalaa daa'imni amata lamaa, Aamir ja'amu bade. Barbaadanii bakkuma seene dhaba
Biyya Turkey, Baadiyyaa keessa maatii jiraattu jalaa daa'imni amata lamaa, Aamir ja'amu bade. Barbaadanii bakkuma seene dhaban. Boodarra foolisii beeysisanii foolisa dabalatee hawaasni biyyaa guutuun barbaaduu eegalan. Walitti dhaabanii sa'aa kudhan caalaa baddaa fi gammoojjii Gaara fi laga cufa keessa barbaadanii dhaban. Eega namuu dadhabe booda Aamiroon mana isaanii irraa kilometera 3 fagaatee arkame. Wanni akkaan sikofalchiisu Aamiroon yeroo hawaasni biyyaa guutuun osoo Isa barbaadanii dadhaban kanatti inni akka suuraa irratti agartan kanatti yaada tokko malee duuyda irratti ciisee aduu qaammachaa ture. Dila boohichaa dila hiraar dila cinqii San Aamir quba hin qabu. Kan hundarra si ajaa'ibu yeroo hirriibaa Isa kaasan akka waan takka hin uumaminiitti harka isaan qabatee wajjiin deeme 😏 Yaa Aamiroo yeroo ammaa tana “Osoon akka Aamiroo kanatti yaada tokko malee jiraadhee!” ja'ee Kan siif hawwu kumaatama. Addunyaan gabaabduudha. Waan Rabbiin nuuf qoode jaalachuu qofaatu furmaata! Join 👇 @bishaara_4
429
17
"Guyyaa tokko beekuuf jiraatta : • Salanni hirriba irra caalti, garuu ati ni rafte. • Wirdiin Qur’aanaa ta guyyuu qaraatu tasgabbii qalbiiti siif kanniti ,Rabbii keetitti achi si dhiheeysiti, garuu ati irraa fagaatte. • Zikriin guyyaa kee keessatti barakaa siif dabalti, garuu ati irraa dagatte. • Istighfaarri (araarama kadhachuun) rizqii keeti bal’isa, garuu ati Rabbii keetirraa dantaa dhabde. • Salaanni halkanii onnee fuula keeti fi qabrii teeti ibsa, garuu ati ni lakkiste. • Balballi Tawbaa yeroo hunda banaadha, garuu ati booda aansite. Osoo yeroon si duraa hin dabarre kana hubadhuu gara Rabbii keetii deebi'i." Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
395
18
Warra miskiina boochisu hundaaf gurbaan khun fakkeenya. Namni khun Amjad yuusuf ja'ama. Lammii suuriyaati, namoota jajjaboon+1
Warra miskiina boochisu hundaaf gurbaan khun fakkeenya. Namni khun Amjad yuusuf ja'ama. Lammii suuriyaati, namoota jajjaboon beekha, naman of duubaa qaba ja'ee, nama gammachiisuuf miskiina zallamuu ture. Dubartii gudeeda, gare gareetti nama baasee, harka duyda duubatti nama hidhee, hallayaa kheysatti nama gataa nama ajje#$u#uu ture. Gara jabeenyi isaa hagan qabu, viidiyoo waraabaa nama gata. Addunyaan faraqaadha, Guyyaanis ni deema, bakka takkan taa'u. Waggaa 13 booda isaa akka hantuutatti namarraa dhukhatee jiraachaa jiru mootummaan isa qabdee amma harka seeraa erga seenee guyyaa 3 gahee jira. Ummanni Murtiin du'@^a akka itti khannamtu gaafachaa jira. "Abaarsi rabbii zaalimtootarratti haa jiraatu " suuratul huud, aay. 18 Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
0
19
Luqmaan Al-Hakiim ilma isaaniitiin akkana jedhan: "Yaa ilma ko! Hikmaa tiyya jechoota jaha keessatti siif walitti qabeera: 1. Addunyaaf hanga ishee keessa turu dandeessu hojjedhu. 2. Aakhiraafiis hanga ishee keessa turu dandeessu hojjedhu. 3. Hanga Rabbii keetitti haajamtu isaaf hojjedhu. 4. Dilii irraahiis hanga adabbii ishee danda’u dandeessu qofa hojjedhu…(adaba Rabbii Tokkollee baadhachuu hin dandeeysu dilii lakkisi ) 5.Nama Tokkottillee kan hin haajamne Rabbii Tokkicha qofa kadhadhu. 6.Yoo Rabbitti dilii dalaguu barbaadde, bakka Inni si hin argine dhaqiitii hojjedhu." Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4
0
20
*"حلقــة الجـزريّـة 5 🍰"* معلمـة الحلقـة: أ. هِـداية اللَيحـي مشرفـة الحلقـة: أ. إسـراء خـالـد Follow the فـريـق أثَـر 🪷 channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029Vb5w1GVHbFV6fGD4uQ1r Channel sena like godha join godhun dirqamaa miti Link WhatsApp khana seenati Garee 5 qofa like godha join godhuun dirqamaa miti.! Galatooma.!
0