🔊ORO ARSENAL⚽
🔯 Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan ✅Jijjiirraa taphattoota Arsenal ✅Seenaa taphattoota ✅Tapha kallattiidhaanfi ✅Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss
Більше30 117
Підписники
-124 години
+4917 днів
+1 38930 днів
Час активного постингу
Триває завантаження даних...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Аналітика публікацій
Дописи | Перегляди | Поширення | Динаміка переглядів |
01 Media files | 2 252 | 2 | Loading... |
02 Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009 | 2 829 | 0 | Loading... |
03 Namoota isiniif hin galleef
Liinkii Gadii banuun erga seentanii booda Irra deddeebiidhaan Tuttuqqun Coin keessan hanga Miliyoona keessa galutti Tab Gootu
Hiriyyoota keessanis Liinkii keessanii wajjin hafeeraa
Guyyaa 17 qofatu hafe warri hin seenin jirtan eegalaa guyyaa 17 Keessatti miiliyeena keessa galuu qabdu.
Kaffaltiin Isaa May 30 booda ifooma
Carraa Gaarii!
Liinkiin kunooti
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009 | 403 | 0 | Loading... |
04 Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009 | 1 674 | 0 | Loading... |
05 👥⚽️ Kilabiin keenya Arsenaal bara tokko keessatti Manchisteer Yunaayitidin yeroo dheeraa booda dhaqaaf gala injifateera. Bara 2006/7 dirree isaaniitti 1-0, dirree keenyatti 2-1 erga injifannee booda bara kana dirree keenyatti 3-1, dirree isaaniitti 1-0 injifachuu dandeenyeerra. Injifannoo kana bara dheeraa booda yeroo jalqabaaf dhandhamuu dandeenye. Kun amala kilaboota Waancaa irraa argamudha.
👇👇YOUTUBE ORO ARSENAL 👇 👇
https://youtube.com/c/OroArsenal | 4 784 | 1 | Loading... |
06 Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009 | 1 382 | 0 | Loading... |
07 ||Yaada Walii galaa!
Arsenaaliif History Inferiority dirreen ala (Old Trafford) irratti qabuun kan ka'e tapha ulfaataa akka ta'u eegamaadha. Haa ta'u iyyuu malee Arsenaal hoji manee isaa sirriitti hojjetee qabxii barbaadu sadiis fudhachuun more falmii geepha EPL Baranaa fudhachuu Man City duukaa hanga torbee dhumaatti (38) akka deemu godheera!
||Falmiin Geepha kaasuu hanga xumura torbee 38ffaatti deemuun cinatti ammas Diraamaa haaraa ilaaluu dandeenya. Innis Man City yoo Tottenham duukaa qabxii kan qooddatu ta'e Arsenaal duukaa qabxii wal qixa ta'uun Garuu Caalmaa gooliidhaan geepha Kaasuuf torbee dhumaatti (38ffaatti) Man City Westham duukaa, Arsenaal Everton duukaa kan godhan ta'a!Ammarratti Arsenaal goolii 3 Man city dursaa jira.
Tapha kaleessaa irratti;
Arsenaal performance eegame hin argisiisne ta'uu mala, garuu murteessaan qabxii sadiidha. Fudhateera!
Haa ta'u iyyuu malee haala amma irra jiruun gaafa ilaallu United bareedaa taphateera.
Dogoggora Casemiro fi Cimina Havertz'n carraa goolii argameen Arsenal 1:0 injifateera!
Casemiro iddoo malee galee taphachuun isaa fedhasaan miti dirqama filannoo hin qabneen ture. Taphataa Lakkoofsa 6 Center back gootee taphachiisuun dogoggorri guddaan inni sirraan ga'u Offside Line(Trap) eeguu irratti muxannoo waan hin qabaanneef rakkina akkasii irratti arguu dandeessa.
Firans Getachew @Fgbravaa
SHARE
@ORO_ARSENAL | 4 623 | 0 | Loading... |
08 Media files | 4 207 | 0 | Loading... |
09 Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009 | 444 | 1 | Loading... |
10 Tapha kaleessaa Viidiyoo mummurameen ilaaluuf channeel keenya Viidiyootti kakamaa
@OroArsenalVidiyoo | 4 206 | 0 | Loading... |
11 ||Nagaan_Oolaa!😀
SHARE
@ORO-ARSENAL | 4 441 | 4 | Loading... |
12 Media files | 4 623 | 1 | Loading... |
13 Media files | 4 264 | 0 | Loading... |
14 Media files | 4 188 | 0 | Loading... |
15 Media files | 4 124 | 0 | Loading... |
16 Nagaan bulaamee gunners
Amrabatif bissakan garuu siluma rafani.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 808 | 0 | Loading... |
17 Nagaan bulamee gunners.
Amrabatif | 2 | 0 | Loading... |
18 Suuraan ilaalee quufuu dadhabe❤️❤️❤️
Mee jecha isinif dhufeen ibsaame comment keessatti
👇👇YOUTUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal | 4 731 | 1 | Loading... |
19 Leenca lamaaf........
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 563 | 0 | Loading... |
20 Wiloo❤️❤️
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 457 | 0 | Loading... |
21 Anaaf kan naan galle mee Galee maal gochuuf turee??? | 4 339 | 0 | Loading... |
22 Hundumatti keessan suuraa kana buufachuun Pp profile keessan irraa kaayadhaa😍 | 4 408 | 0 | Loading... |
23 Hundumatti keessan suuraa kana buufachuun Pp profile keessan irraa kaayadhaa😍 | 1 | 0 | Loading... |
24 Congratulations 🎉🎉🎉
#Galatoomaa!
#30k_Subscribers
Dadhabii yeroo dheeraa booda Channeliin keessan @Oro_Arsenal 30k galee jira
Baga Gammaddan Baga Gammadne!🎉
Kun bu'aa hojii keessaniidha, Isiniin ala haala kana irra ga'uun ni ulfaata Ture
Waliin taanee As geenyee Jirra🎉
Ammas Deemsi itti Fufa....🎉🎉🎉
Galatoomaa!
Carraa Gaarii Kilaba Keenya Guddicha Ingilaandiif!
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 445 | 0 | Loading... |
25 Kai bara dorgommii kana premier league Englandn goolii 20 irratti kallattin hirmaateera.
Goolii 12
Assist 8
Dhiifama gaafachunii qabna nuun warri abaaraa turree.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 324 | 0 | Loading... |
26 Our Saliba 💪🔥
1K ❤
SHARE
@ORO_ARSENAL | 4 215 | 0 | Loading... |
27 Garam deema mucaan kunimmoo maaloo qabaa debisaa akka hin banne.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 085 | 2 | Loading... |
28 Dirree kana irratti taphanne😒.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 129 | 0 | Loading... |
29 ||Kai Havertz Chelsea' tiif bara dorgommii Sadiitti
Assist 7
Arsenaaliif bara dorgommii jalqabaasaatti
Assist 7
SHARE
@ORO_ARSENAL | 4 053 | 1 | Loading... |
30 Wayne mark roney🗣:
Arsenalif taphicha injifachuun hin malaaf.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 3 962 | 2 | Loading... |
31 ||Arsenaal Man.United dhaqaa gala injifachuu erga bara dorgommii 2006/7 booddee yeroo jalqabaaf bara kana godheera!
SHARE
@ORO_ARSENAL | 3 971 | 0 | Loading... |
32 Arsenal kilaboota "BIG SIX" dhaan utuu hin injifatamin Xumureera:
3-1 vs. Manchester United (h) ✅
2-2 vs. Tottenham (h) 🤝
1-0 vs. Manchester City (h) ✅
2-2 vs. Chelsea (a) 🤝
1-1 vs. Liverpool (a) 🤝
3-1 vs. Liverpool (h) ✅
0-0 vs. Manchester City (a) 🤝
5-0 vs. Chelsea (h) ✅
3-2 vs. Tottenham (a) ✅
1-0 vs. Manchester United (a) ✅
22/30 pts | 3 910 | 3 | Loading... |
33 Kai havertz🗣
Kibxata yeroo hunda caalaatti totnahamin deeggara.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 056 | 0 | Loading... |
34 ||Tapha dirreen ala Man City, Liverpool fi Man.United duukaa taphanne sadansaa irratti Taphataan urjii taphichaa William Saliba dha! 🔥
Willo ❤💪
SHARE
@ORO_ARSENAL | 3 999 | 0 | Loading... |
35 Optan tilmaama isaa durii irraa hardha injifachuu kenyaan 7% yoo nuu dabaluu.
City irraa 7% hirdhiseera
Haala kanaan
Arsenal 41.3%
Cityn 58.7%
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 4 101 | 0 | Loading... |
36 Clean sheetn ammayyu hin dhabbanne💪.
👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal | 3 810 | 0 | Loading... |
Dhugaan keessi keessan isinitti himu kami?Anonymous voting
- Geepha Man City tu Injifata
- Arsenaaltu injifata
❤ 66👍 9🔥 7😁 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009
👍 7😁 3❤ 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namoota isiniif hin galleef
Liinkii Gadii banuun erga seentanii booda Irra deddeebiidhaan Tuttuqqun Coin keessan hanga Miliyoona keessa galutti Tab Gootu
Hiriyyoota keessanis Liinkii keessanii wajjin hafeeraa
Guyyaa 17 qofatu hafe warri hin seenin jirtan eegalaa guyyaa 17 Keessatti miiliyeena keessa galuu qabdu.
Kaffaltiin Isaa May 30 booda ifooma
Carraa Gaarii!
Liinkiin kunooti
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009
❤ 3😁 2👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009
❤ 8👍 2👎 2🙏 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👥⚽️ Kilabiin keenya Arsenaal bara tokko keessatti Manchisteer Yunaayitidin yeroo dheeraa booda dhaqaaf gala injifateera. Bara 2006/7 dirree isaaniitti 1-0, dirree keenyatti 2-1 erga injifannee booda bara kana dirree keenyatti 3-1, dirree isaaniitti 1-0 injifachuu dandeenyeerra. Injifannoo kana bara dheeraa booda yeroo jalqabaaf dhandhamuu dandeenye. Kun amala kilaboota Waancaa irraa argamudha.
👇👇YOUTUBE ORO ARSENAL 👇 👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
👍 58❤ 23🔥 9👎 4🥰 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009
👍 3
||Yaada Walii galaa!
Arsenaaliif History Inferiority dirreen ala (Old Trafford) irratti qabuun kan ka'e tapha ulfaataa akka ta'u eegamaadha. Haa ta'u iyyuu malee Arsenaal hoji manee isaa sirriitti hojjetee qabxii barbaadu sadiis fudhachuun more falmii geepha EPL Baranaa fudhachuu Man City duukaa hanga torbee dhumaatti (38) akka deemu godheera!
||Falmiin Geepha kaasuu hanga xumura torbee 38ffaatti deemuun cinatti ammas Diraamaa haaraa ilaaluu dandeenya. Innis Man City yoo Tottenham duukaa qabxii kan qooddatu ta'e Arsenaal duukaa qabxii wal qixa ta'uun Garuu Caalmaa gooliidhaan geepha Kaasuuf torbee dhumaatti (38ffaatti) Man City Westham duukaa, Arsenaal Everton duukaa kan godhan ta'a!Ammarratti Arsenaal goolii 3 Man city dursaa jira.
Tapha kaleessaa irratti;
Arsenaal performance eegame hin argisiisne ta'uu mala, garuu murteessaan qabxii sadiidha. Fudhateera!
Haa ta'u iyyuu malee haala amma irra jiruun gaafa ilaallu United bareedaa taphateera.
Dogoggora Casemiro fi Cimina Havertz'n carraa goolii argameen Arsenal 1:0 injifateera!
Casemiro iddoo malee galee taphachuun isaa fedhasaan miti dirqama filannoo hin qabneen ture. Taphataa Lakkoofsa 6 Center back gootee taphachiisuun dogoggorri guddaan inni sirraan ga'u Offside Line(Trap) eeguu irratti muxannoo waan hin qabaanneef rakkina akkasii irratti arguu dandeessa.
Firans Getachew @Fgbravaa
SHARE
@ORO_ARSENAL
❤ 30👍 18
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tap Swap Namoonni Hin eegalin jirtan Guyyaa 17 qofatu hafe Liinkii Armaan Gadiin eegalaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_733724009
❤ 1
Tapha kaleessaa Viidiyoo mummurameen ilaaluuf channeel keenya Viidiyootti kakamaa
@OroArsenalVidiyoo
❤ 12👍 7