cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

kennaa fannoo jaalaa

mariyaamiin qubedha barumsaa hundumaa

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
129
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Показати все...

Daandii dhugaan eessa Jedhaatii iyyaafadhaa Achiirras kan deeman Abboota gaafadhaa Hawwii biyyaa lafaa Hundaa isaa dhiisanii Daandii dhugaaf jecha Lubbuu isaanii baasanii Maal kana qofaree Waan isaan ta'an Mana waaqa eeguuf Bu'a ba'ii hedduu ba'an Akkanaan kaaffalanii aarsaa Ortodoksii asin ga'anii Ofii isaanii wareeganii Dirqama afuuras ba'anii Garuu dhaloonni ammaa Kan seexanan guutamee Inni bu'aa darbuuf jedhee Horii boor darbuuf bitamee Ortodoksii diiguuf yaada Balleessuudhafis arifataa Waan hin danda'amneef Gochuuf bishaan alaanfata Inni Ortodoksii diiguuf Karoorfatee yaaduu harraa Guyyaa dhumaatti ni argata Waan hojjetee waaqarraa Ortodoksiin dandiidha Bu'uura hundee raajotaa Waaqni kan nuuf kenne Bu'uura hundee bartootaa Ega akkas ta'e Ortodoksiin Maaf gadhiisnee kufnaa? Bu'aa darbuuf jenneetii Fannoo Keenya ofirra kutnaa? Jabaannee haa dhaabbannu Galuudhaaf dhugaa iddoo Amantiin jaalala baarsiisuu Ortodhoksii Tawaahidoo ~~~~~~~~ By ✍️ Firee Hayimaanoot Join 👉 Firee Hayimaanoot
Показати все...
Bagga ayyanaa dhachuu goftaan isiin gahe
Показати все...
+ Dubartii ati naaf laatte + Waaqayyo Addaamiin , "Mukan hin nyaatin jedherraa nyaattee?" Jedhee gaafate. Addaamis :-Dubartii ati akkasheen na duukaa jiraattuuf naaf laattetu mukicharraa naaf kenninaanan nyaadhe jedhe. Waanuma nama dhibudha! Dubartiiti naaf laattee! Haadha manaa koo hin jenne. Guyyaa gaafa Addaamiif Hewaan wal argan Addaam maal akka jedhe yaadadhaa, "Lafeenshee kun lafeekoodha Foonshees foonkoodha" isheen jedhee ture. Addaam haadhaaf Abbaa qabaachuu baatus akkas jedhee ture, "Namni Abbaaf haadhasaa nii dhiisa ; haadha manaa isaa wajjinis tokko ta'a (waltumsa)" isheen jedhee ture. Qullaa isaanii ta'aan illee wal hin saalfatan turani. Amma qullaa ta'uusaa qofaa utuu hin ta'iin, Hewaanumattuu in leeyya'e. Akka waan sila abbaaf haadha dhiisa hin jenneetti Hewaanumaanuu dhiise. Haadha manaa isaa wajjin tokko ta'uu, waltumsuun hafee himata jalqabe. Qaamakoo lafeekoo jechuun hafee dubartiiti naaf laatte jedhe. Yeroon dinqa misirrummaa hafee haadha manummaasheera dubartummaanshee qofaan isatti mul'ate. Gaa'ila qofaarratti miti kan nuti waa jalqabarratti kan keenya goonu ; waa gaafa gara nutti dhabuus qabeenyummaa wantasanaa gara abbaa sanaatti deebisna. Hojiiti naaf laatte Maatii ati naaf laatte Ganda ati naaf laatte Biyya ati naaf laatte Geggeessaa ati naaf laatte Dhibantaa ati naaf laatte Foon dadhabaa ati naaf laatte Ijati naaf laatte Kennaa inni kaleessa nuuf kenne faarfannee fudhannee, har'aa ittiin aarii ba'uuf fayyadamna. Kan ati naaf laatte , Kan ati naaf laatte ... naaf laannaanan nyaadhe jennee ija balasiin cuffannee nyaanneef uumaa himanna. Dn Heenook Haayilee Caamsaa, 17/2012 @amantaakoo
Показати все...
Gooftaan keenya utuu Mana Simi'ooniin jiruu, Maariyaam isheen haati Urgooftuu; Waa'ee isheen Qaruuraatti urgooftuu gatiinsaa Meetii 300 baasu fiddee fi cabsitee dhangalaastee yemmuu dubbatetti, "Dubartii kana maaliif rakkiftu? Isheen waan gaarii anaaf goote. ..........Ani dhuguman isiniin jedha, guutummaa biyya lafaatti, idoodhuma Wangeelli itti lallabametti wanti isheen goote immoo yaadannoo isheetiif in dubbatama"Jedhee ture. (Mat.26:10-11) Dubartii galgala tokkittiitti Kiristoosiif Hojii gaarii hojjette namoota tuffachuuf yaalan Kiristoos erga ifateetii, Qulqulleettii Arseemaa [St. Hripsime] ishee bara jireenyashee hundumaa hojii gaariif dadhabde kan hin kabajneef immoo ifata akkamiitu ta'aaf laata? Maariyaam Haati urgooftuttiin Ejjaan gadadootti jiraachaa turtee, dhumarratti imimmaanshee Urgooftuu wajjin walitti maktee, kan miilla Gooftaa jalatti kuftedha. Qulqulleettiin Arseemaan garuu, durbummaatti jiraachuuf jettee, Moototaafi bulchitoota biratti gidiraa baay'ee kan fudhatte, Urgooftuu Qaali'aa tuffattee urgaa jaalala Kiristoosiin kan faayamte turte. Kiristoos waan Maariyaam haati urgooftu goote, yaadannoosheef akka ta'utti guutummaa addunyaarratti dubbatama jedhe. Maariyaam haati urgooftuu kan isheen jaalala Kiristoosiif cabsite Qaruuraadha, kan isheen dhangalaaste urgooftuudha. Qulqulleettiin Arseemaan garuu kan isheen cabsite morma isheedha kan isheen dhangalaaste dhiiga isheedha. Kanaaf waa'een ishee guutummaa addunyaarratti dubbatama. Arseemaa Arseemaa Arseemaa Dn Heenook Haayilee Fulbaana 29 B.A.2013
Показати все...
​​✞ #ታኅሣሥ_6 ✞ ✞✞✞ እንኳን "ለድንግልና ሰማዕት ቅድስት አርሴማ" : "አባ አብርሃም" እና "ቅዱስ ስምዖን ጫማ ሰፊው" ዓመታዊ በዓል በሰላም አደረሳችሁ ✞✞✞ #ቅድስት_አርሴማ_ድንግል እናታችን ቅድስት አርሴማን በምን እንመስላታለን? እርሷ በአድማስ ላይ ተቀምጦ እንደሚያበራ እንቁ ናትና ክብሯ ብዙ ነው:: መድኃኒታችን ክርስቶስ በወንጌል እንዳለው "በተራራ ላይ ያለች ከተማ ልትሠወር አይቻላትምና" (ማቴ. 5:11) የሰማዕቷ ሕይወት በፊታችን እንደ ብርሃን ተገልጦ ይታያል:: ❤️ ቅድስት አርሴማ እንደ ልጅ ወላጆቿን በመታዘዝ ደስ ያሰኘች ቡርክት ናት:: ❤️ ቅድስት አርሴማ ይሕ ቀረሽ የማይሏት ውብ ናት:: ❤️ ቅድስት አርሴማ ድንግል ናት:: ❤️ ቅድስት አርሴማ ባሕታዊት ጻድቅ ናት:: ❤️ ቅድስት አርሴማ ኃያል ሰማዕት ናት:: 👉 ይሕስ እንደ ምን ነው ቢሉ:- አበው በትውፊት እንደ ነገሩን ከሆነ ቅዱሱ ጐርጐርዮስ የታላቁዋ ሰማዕት ቅድስት አርሴማ ትልቅ ወንድም ነው:: በዜና ሰማዕታት ተጽፎ እንደሚገኘው በዚያ የመከራ ዘመን ቅዱስ ጐርጐርዮስ ሦስት ኃላፊነቶች ነበሩበት:- 1. ቅድስት አርሴማን ጨምሮ ደናግሉን ማጽናት 2. ትምሕርተ ቤተ ክርስቲያንን በሚገባ ማጥናት 3. የሚመጣውን መከራ ለመቀበል ራሱን ማዘጋጀት:: ቅዱሱ 3ቱንም ኃላፊነቶች በሚገባ በመወጣቱ ከራሱ አልፎ ለሌሎቹ አርአያ መሆን ቻለ:: ያቺን ንጽሕት አርበኛ ቅድስት አርሴማንም አጽንቶ የደናግሉ መሪ አደረጋት:: መከራው ገፍቶ እስከ መጣበት ጊዜ በአንድ የደናግል ገዳም ውስጥ ሆነው ይጸልዩ: ይጾሙ: ገዳማዊ ሥራንም ይሠሩ ነበር:: ለዚህም ነው ቅድስት አርሴማና ቅዱስ ጐርጐርዮስ ጻድቃን የምንላቸው:: በሁዋላ ግን ማሕደረ ሰይጣን ዲዮቅልጢያኖስ በመልኩዋ ተማርኮ ቅድስት አርሴማን ካላገባሁ በማለቱ ቅዱስ ጐርጐርዮስ ድንግሏን አርሴማን ጨምሮ ክርስቲያኖችን ይዞ ወደ አርማንያ ተሰደደ:: በአርማንያም በአንድ ገዳም ውስጥ ተደብቀው በጾምና በጸሎት ለጥቂት ጊዜ ቆዩ:: ነገር ግን ረሃብ ፈጃቸው:: የሚላስ የሚቀመስ ነገር በአካባቢው ባለ መኖሩ ቅዱስ ጐርጐርዮስ ወደ ከተማ ለመውጣት ተገደደ:: በዚያም በድርጣድስ ቤተ መንግስት ውስጥ ባርነት ተቀጠረ:: በሚያገኛት ገንዘብም ወገኖቹን ይረዳ ነበር:: መከራው ግን አለቀቃቸውም:: ርጉም ዲዮቅልጢያኖስ ቅዱሳኑ ወደ አርማንያ መሔዳቸውን ስለ ሰማ ይዞ እንዲልክለት ድርጣድስን ላከው:: ድርጣድስ ግን ቅድስት አርሴማን ባያት ጊዜ ከውበቷ የተነሳ መታገስ ባለመቻሉ "ካላገባሁሽ" አላት:: ድንግሊቱ ግን "እኔ የክርስቶስ ሙሽራ ነኝ: አይሆንም" አለችው:: ሊያስፈራራት ሞከረ:: ዐይኗ እያየ ደናግሉን ጨፈጨፋቸው:: አልሳካልህ ቢለው በአደባባይ በግድ ሊያገባት ቢሞክር እጁን ጠምዝዛ በሰው ሁሉ ፊት መሬት ላይ ጣለችው:: እጅግ ስላፈረ አስገረፋት: አሰቃያት: ዐይኗንም አወጣ:: በመጨረሻም አንገቷን አስቆርጦ ከሰማዕታቱ ጋር ተራራ ላይ ጣላት:: ከነገር ሁሉ በሁዋላ ድርጣድስና ባለሟሎቹ ለአደን በሔዱበት ርኩስ መንፈስ ወደ አውሬነት (እሪያነት) ቀየራቸው:: የንጉሡ እንስሳ (አውሬ) መሆን በአርማንያ ታላቅ ድንጋጤን ፈጠረ:: የንጉሡ እህት ስታለቅስ በራዕይ "ለእመ ኢያዕረግምዎ ለጐርጐርዮስ አልብክሙ ድኂን-ጐርጐርዮስን ከተቀበረበት ካላወጣችሁት አትድኑም" አላቸው:: ወዲያውም ቆፍረው አወጡት:: ቅዱሱ እንደ ወጣ ዕረፍትን አልፈለገም:: ለ15 ዓመታት ቀባሪ አጥቶ የተበተነውን የቅድስት አርሴማንና የሰማዕታቱን አጽም ሰብስቦ በክብር አኖረው:: ድርጣድስና ባለሟሎቹንም ወደ በርሃ ሒዶ ፈወሳቸው:: የሰማዕቷ ቅድስት አርሴማ አጽም በ14ኛው መቶ ክ/ዘመን ከሌሎች ሰማዕታት አጽም ጋር ኢትዮዽያ እንደ መጣ አባቶቻችን በትውፊት ነግረውናል:: ለዚህም ይመስላል ቡርክቷ እናታችን ከሌሎች ሃገራት ለይታ ለኢትዮዽያውያን ልዩ ፍቅር ያላት:: በዋናው ገዳሟ (ወሎ /ኩላማሶ/ : ስባ : ውስጥ የሚገኝ ነው) ጨምሮ ስሟ በተራበት ሁሉ ኃይልን ታደርጋለችና:: ነገር ግን ወንድሞቼና እሕቶቼ በቅድስቷ እናታችን ስም የሚነግዱ ሥጋውያን ሰዎች በዝተዋልና እንጠንቀቅ:: የሰማዕቷ ክብር ብዙ ነውና በሕልም ላይ ብቻ አንታመን:: አባ እንጦንስ እንዳሉት "በሕልሙ የሚታመን ሰው ከንቱ ነውና::" (መዝ. 75:5) በዚህ ዕለት ከሰማዕቷ ጋር የመንፈስ እናቷን ቅድስት አጋታን ልናስባት ይገባናል:: ይህች እናት እመ-ምኔት ስትሆን ቅድስት አርሴማን ታስተምራት: ታጸናት: ከጐኗም ትቆምላት ነበር:: ረሃቧን: ጥሟን: ስደቷን: መከራዋንም ሁሉ አብራት ተሳትፋለች:: በፍጻሜውም አብራት ተሰይፋለች:: ይህች ዕለት ለቅድስት አርሴማና ለተከታዮቿ ሰማዕታት የፍሰትና የቅዳሴ ቤት መታሰቢያ ናት:: ዝክረ ቅዱሳን 💚 @ortodoxmezmur 💚 💛 @ortodoxmezmur 💛 ❤️ @ortodoxmezmur ❤️
Показати все...

Tiksee Gaaridha Ati Tiksee gaariidha ati Tiksee hin dagannee Yaa uumaa ummatoota nuti sii Abdannee Ammas nuu tifkadhuu yaa Abbaa Jaalala(2) Ceesisa Tiksee Gaarii ta'ee jaalalan nu tiksuuf Ofitti nuu qabee inni nuu kunuunsuuf Cubbuu hunda keenya isatu nuu dhisee Madaa hunda keenyaas isatu nuu gogsee Ceesisa Gooftaa Iyyesuus maaloo nuu Eebisii Yaa waaqayyoo uumaa ati nuu fayyisii Mana kee keessatti akka nuti hin badne Ati nu yaadadhu akka kufene hin hafnee Ceesisa Yeroo Rakkoo keenyas inni nuu gaafataa Dhiphina keessayiis inni nuu Baafata Abbaa gaari qabna Amaanaa yaa nama Nama hin dagaatu inni hamma dhumaa
Показати все...
🌺IYYASUUS KIRISTOOS EENYUDHA?🌺 ➡ilma Daawwit. (Maat. 1~1)➡️Kiristoos. (Maat.1~16) ➡️Iyyaasuus Maat 1~21 ➡️Amaanu'el. Maat. (1~23, Isa. 7~14.) ➡️ilma Waaqayyoo. (Maat. 26~63.) ➡️Mootii Ayihuudii. (Maat. 27~37) ➡️Mooti Israa'eel (Maar "15~32) ➡️ilma filatamaa. (Luq.9~35.) ➡️Masihii Yoh. (1~41.) ➡️Qoricha Addunyaa. (Yoh. 4~42.) ➡️Buddeena Samii. (Yoh. 6~32.) ➡️Buddeena Jireenya. (Yoh. 6~5.) ➡️Qulqulluu fi qajeelaa (Yoh. Ho. Du. Bu. 20~42) ➡️Gooftaa. (Room. 10÷8~13.) ➡️Qoricha. (Room. 11~26.) ➡️Hoolaa Faasikaa. (1Qor. 5~7.) ➡️Jecha Jireenya. (1Yoh. 1~1) ➡️ilma Abbaa. (Yoh. 1~3). ➡️ ilma tokkicha waaqayyoo. (1Yoh. 4~9.) ➡️ Leenca yihudaa. (Mul. 5~5.) ➡️ Mootii moototaa. (Mul. 19~16.) ➡️Gooftaa gooftotaa. (Mul. 19~16 Utuu Addunyaan hin Uumamin dhalli namaafi Ergamoonni Qulqulloonni haala hin Beekneen Abbaa isaa Isa samii irraa, haadha Malee dhalate. (Far. 2 : 7) 🎚Addunyaa / lafa Irraati immoo durbee Maariyaamii irraa Abbaa Malee dhalate.Luqaas 2 : 6 - 11 1. Uumaa (Waaqadha) Kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin Uumamin dura Amalummaa abbaa isaa Wajjin ture. Yohaannis 1 : 2-3 Yohaannis 17 : 5 Qolaasiis 1 : 17 2. MUCAA WAAQAYYODGHA 🎚↪Mormitoonni isaa amananiiru Yohaannis 5 : 28 🎚↪Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. Gooftaanis dhugaa ba'uu pheexiroos fudhateera. Maatewoos 27 : 32 - 56 Yohaannis 6 : 69 🎚↪Gooftaan Iyyasuus kiristoos Mirkaneesseera. 3. IYYASUUS KIRISTOOS CUBBUU HIN HOJJENNE . KUNIS WAAN WAAQA TA'EEFIDHA. 🎚↪ Gooftaanis jarreen mormitoota isaa gaafatee qaanesseera. ↪Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. 1pheexiroos 2 : 21 - 22 🎚↪Qulqulluun phaawuloosis Iyyasuus kiristoos cubbuu hojjechuu irraa walaba tahuu isaa Qulqullummaa isaa ibsee barreesseera. 2Qoronxoos 5 : 21 4. IYYESUUS CUBBUU NAMOOTAA DHIISEERA. CUBBUU DHIISUU KAN DANDA'U WAAQAYYO DUWWAADHA. 🎚↪Jecha raajeffannoo Barsiisota Seeraa Maariqoos 2 : 7 🎚Jecha amanamaaa dhugaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Maatewoos 9 : 6 Yohaannis 8 : 11 5. RAAJIIWWAN ADDAA GOCHUU ISAA. Raajiiwwan 36 taasiseera. 🎚 Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa Maatewoos 8 : 9-13 Luqaas 4 : 31-44 Luqaas 5 : 12-15 🎚Yohaannis 4 : 43 ti hanga Yohaannis 5 : 16 dubbifadhaa. 🎚 WARRA BEELA'AAN RAAJII ISAATIIN SOOREERA. Yohannis boqonnaa 6 Maatewoos boqonnaa 6 C. DU'AA KAASEERA. Luqaas 7 : 11 - 18 Yohaannis 11 : 1 - 46 6. CUBBUU NAMAAF DU'EERA. Maatewoos 27 : 32 - 56 2 Qoronxoos 5 : 21 1pheexiroos 2 : 22 - 24 Raajii Isaayyaas 53 1Yohannis 3 : 5 - 8 1Qoronxoos 15 : 2 - 4 7. DU'A MO'EE KA'EERA. Maatewoos 28 •H.Ergamootaa 2 : 24 - 36 1Qoronxoos 15 Galaatiyaa 2 : 20 Roomaa 10 : 9 - 10 1pheexiroos 1 : 19 - 21 1Tasaloonqee 1 : 10 Du'aa ka'umsa Du'ootaa nii amanna. 8. 🎚MURTOO LAACHUUDHAAF LAMMATA DEEBI'EE NII DHUFA.🎚 •1Tasaloonqee 4 : 13 - 18 2Tasaloonqee 2 : 1 - 11 •2 Qoronxoos 15 : 51 - 57 Yohannis 14 : 1 - 6 H.Ergamootaa 1 : 11 Maatewoos 24 : 30 M.Yohaannis 1 : 7 Yohannis 21 : 23 Maatewoos 24 : 42 - 44 1Yohannis 3 : 2 - 3 Akka hojii keetti kan sitti murteessuuf , sii murteessu Kiristoos Iyyesuusidha. 2.Qoronxoos 5 : 10. ///Galanni Waqayyoof Haa Ta'u. 💐💐💐💐💐💐 💐@Rabuuni💐 💐💐💐💐💐💐
Показати все...
💒 #Xabala 💒 ~~~~~~~~~~~ #Xaballi_Waaqayyoo_qulqulloota_tokko_tokkoof_waadaa_galeen_kan_dinqii_isa_ ittiin ibsu, maqaa qulqullicha saanaatiin kan dhibaman cuuphamanii yookaan dhuganii bishaan ittin fayyan jechuu dha. Akkasumas Maqaa Qulqullicha sanaan biyyen amananii dibatan xabala jedhama, Afaan Gi’iziitiin ‘Tsebele’ jechuun biyyee jechuu dha. #Kiitaaba_Qulqulluu_irrattis_fakkeenyaaf_osoo_gooftaan_laga_Yoordaanositti_hin_cuuphaniinin_dura_namootni_hedduun_itti_cuuph_muudhaan_fayyaa_akka_turan_ni_ibsa. Iyyoob dhukkuba isaa irraa kan fayyee laga Yordaanositti cuuphamee ykn dhiqateeti. Mootiin biyya Sooriyaa kan Ni’imaan jedhamus, akkuma raajichi Waaqayyoo Eelsaan itti hime, Yordaanos dhaqee dhiqachuun dhibee lamxii irra akka fayye Kitaaba Qulqulluu irratti barraa’ee jira (#2Mot_5:9). Akkasuma waa’ee xabalaa Wangeela Yohaannis irrattis akkas jedha: “#Karra_hoolaa_isa_jedhamu_isa_mandara Yerusaaleemitti galchu bukkeedhaan bishaan kuufamaan Afaan Ibraaysixiitti, Beetsayidaa jedhamu tokkotu ture. Bishaan sana bira godoo babaldhaa shantu ture. Namootni dhukkubsataan baay’een, warri jaaman, warri naafa tahan, warri dhiigni isaanii gar tokko du’es godoota sana keessa ciisanii raafamuu bishaanicha ni eeggatu ture. Ergamaan Waaqayyoo yeroo yerootti golba bishaanichaa keessa lixee isa ni raasa, raafamuu isaa booddee, namni dura bishaanicha keessa lixe, dhukkuba isa kam iyyuu irraa ni fayya ture.”( #Yoh_5:1-5) Yeroo ammaas biyya keenyatti iddoowwan xabalaa hedduutu argama. Namootnis fayyaa jirachuu isaanii waan wabii barbaachisu hin fakkaatu. Dhukkuboota qoricha hin qabne kan akka HIV AIDS dabalatee dhukkuboota biroo irraas fayyaa jiru. Keessumattu Waaqayyo Waadaa qulqullootaaf seeneen, namoota badada dhaban yaadachaa jira. Xabala akka Shankoora Yohaannis akka fakkeenyatti fudhachuu ni dandeenya. Waaqayyo karaa ittiin fayyinu baay’isee jira. Kanaaf Amantiidhaan osoo hin shakkin yoo goone wanti hin fayyineef hin jiru.Waaqayyo inni duraan ture, hardhas ni jira, waadaan isas kan bara baraati .Kanaaf itti haa fayyadamnu. Haa ta’u malee of eeggannoon godhamuu qaba hundumti xabala miti, hundumtis namoota cuuban miti.Namootni sobanii maqaa xabalaan dogongorsan jiru waan ta’eef. Akkuma aarsaan iddoo isaa malee hin dhiyaanne, xaballis iddoo qaba. “#Egaa_qalma_kee_isa_gubamu_sana_iddoodhuma_arhitetti_akka_akka_hin_dhi’eesineef of eeggadhu”.(Keessa Deebii ) ☦☦☦☦☦☦☦☦ https://telegram.me/EOTC_Oromic @EOTC_Oromic ✝✝✝✝✝✝✝✝
Показати все...

#አቡነ_ሃብተ_ማርያም_ጻድቅ እኒህ ጻድቅ ደግሞ የሃገራችን ኮከበ ገዳም ናቸው:: "ጽድቅና ትሩፋት እንደ ሃብተ ማርያም" እንዲሉ አበው:: ባሕር ከሆነ ጣዕመ ሕይወታቸው ጥቂቱን ለበረከት እንካፈል:: ጻድቁ መካነ ሙላዳቸው ሽዋ (የራውዕይ) ውስጥ ሲሆን አባታቸው ፍሬ ቡሩክ: እናታቸው ደግሞ ቅድስት ዮስቴና ትባላለች:: በተለይ ቅድስት ዮስቴና እጅግ ደመ ግቡ: ምጽዋትን ወዳጅ: ቡርክት ሴት ነበረች:: እንዲያውም ከጻድቁ መወለድ በፊት መንና ጭው ካለ በርሃ ገብታ ነበር:: ግን የበቃ ግኁስ አግኝቷት "ከማሕጸንሽ ደግ የሥላሴ ባርያ አለና ተመለሽ" ብሏት እንደ ገና ተመልሳለች:: ጻድቁን ወልዳ አሳድጋም እንደ ገና መንና በተጋድሎ ኑራ 7 አክሊላትን ተቀብላ ዐርፋለች:: ወደ ጻድቁ ዜና ሕይወት ስንመለስ አቡነ ሃብተ ማርያም ገና ሕጻን እያሉ ከእናታቸው ጋር ቆመው ሲያስቀድሱ "እግዚኦ መሐረነ ክርስቶስ" ሲባል ይሰማሉ:: ይሕችን ጸሎት በሕጻን አንደበታቸው ይዘው ሌሊት ሌሊት እየተነሱ "ማረን እባክህን?" እያሉ ይሰግዱ ነበር:: የ5 ዓመት ሕጻን እንዲህ ሲያደርግ ማየቱ በእውነት ይደንቃል:: ትንሽ ከፍ ብለው በእረኝነት ሳሉም ፍጹም ተሐራሚና ጸዋሚ ነበሩ:: ጸጋው ስለ በዛላቸውም ልጅ ሆነው ብዙ ተአምራትን ሰርተዋል:: የፈጣሪውን ስም ያቃለውን አንድ እረኛም በዓየር ላይ ሰቅለው አውለውታል:: ከዚያ ግን ለአካለ መጠን ሲደርሱ ወደ ት/ቤት ገብተው: መጻሕፍትንም አጥንተው መንነዋል:: በአባ መልከ ጼዴቅ እጅ ከመነኮሱ በሁዋላ የሠሩትን ትሩፋትና የነበራቸውን ተጋድሎ ግን የኔ ብጤ ደካማ ሰው ሊዘረዝረው አይችልም:: ባሕር ውስጥ ሰጥመው 500 ጊዜ ይሰግዳሉ:: በየቀኑ 4ቱን ወንጌልና 150 መዝሙረ ዳዊትን ይጸልያሉ:: (መጽሐፍ ቅዱስን ማንበብ ታላቅ ጸሎት ነው) በ40 ቀናት: ቀጥሎም በ80 ቀን አንዴ ብቻ ይመገባሉ:: ምግባቸው ደግሞ ሣርና ቅጠል ብቻ ነው:: በየዕለቱ ያለ ማስታጐል ማዕጠንት ያሳርጋሉ:: (ካህን ናቸውና) ዘወትር በንጽሕና ቅዱስ ሥጋውን ይበላሉ: ክቡር ደሙን ይጠጣሉ:: በፍጹም በልባቸው ውስጥ ቂምን: መከፋትን አላሳደሩም:: በእነዚህና በሌሎች ትሩፋቶቻቸው ደስ የተሰኘ ጌታም ለጻድቁ የእሳትና የብርሃን ሠረገላን ሰጥቷቸው በዚያ እየበረሩ ኢየሩሳሌም ይሔዱ ነበር:: ከብዙ የተጋድሎ ዘመናት በሁዋላም የክብር ባለቤት መድኃኒታችን ክርስቶስ አዕላፍ መላእክትን አስከተትሎ መጥቶ አላቸው:: "ስለ እኔ ረሃብና ጥምን ስለ ታገስክ: *ስለ ምናኔሕ: ስለ ተባረከ ምንኩስናህ: ስለ ንጹሕ ድንግልናህ: ቂምና በቀልን ስላለመያዝህ: ስለ ንጹሕ ክህነትህና ማዕጠንትህ: ቅዱስ ወንጌልን በፍቅር ስለ ማንበብህ 7 አክሊላትን እሰጥሃለሁ::" "በሰማይም ከመጥምቁ ዮሐንስ ጐን: 500 የእንቁ ምሰሶዎች ያሉበትን አዳራሽ ሰጥቼሃለሁ:: በስምህ የሚለምኑ: በቃል ኪዳንህ የሚማጸኑትንም ሁሉ እንድምርልህ 'አማንየ! በርእስየ!' ብዬሃለሁ" አላቸው:: ቅዱሳን መላእክትም "ሃብተ ማርያም ወንድማችን" ሲሉ አቀፏቸው:: ጌታ ግን በዚያች ሰዓት አንድም ሦስትም ሆኖ ታያቸውና አቅፎ 3 ጊዜ ሳማቸው:: ከፍቅሩ ጽናትም የተነሳ ነፍሳቸው ከሥጋቸው ተለየች:: በዝማሬም ወሰዷት:: #የናግራን_ሰማዕታት በ6ኛው መቶ ክፍለ ዘመን ናግራን (የአሁኗ የመን) የክርስቲያኖች ሃገር ነበረች:: የሳባ ግዛትን የእኛ ነገሥታት ሲተዋት የተተካው ፊንሐስ ደግሞ ጨካኝ አይሁዳዊ ነበርና ናግራንን ሊያጠፋት ተመኘ:: ቀጥሎም "ሃገራችሁን ልጐብኝ" ብሎ በማታለል ገባ:: ወዲያውም ሕዝቡንና ካህናትን ሰብስቦ "ክርስቶስን ካዱ" አላቸው:: ጽኑ ክርስቲያኖች ግን "አይደረግም" አሉት:: እርሱም ሊያስፈራራቸው አስቦ 4,000 ያህል ካህናት: ዲያቆናትና ምሑራንን ጨፈጨፋቸው:: ይሕንን አድርጐ "አሁንሳ?" አላቸው:: ሕዝቡ ግን አሁንም "ከክርስቶስ ፍቅር የሚለየን የለም" አሉት:: (ሮሜ. 8:5) ጨካኙ ፊንሐስም እንደ ገና ከሕዝቡ መካከል ከ4,100 በላይ የሚሆኑትን ጨፈጨፈ:: ታላቁን ቅዱስ ሒሩትንም (የሕዝቡ መሪ ነው) ብዙ አሰቃይቶ ሰየፈው:: ሚስቱን ቅድስት ድማሕንም 2 ሴት ልጆቿን ሰይፈው የልጆቿን ደም አጠጧት:: ከዚያም ሰየፏት:: ይሕንን የተመለከቱ የናግራን ክርስቲያኖች ግን ስለ መፍራት ፈንታ በፈቃዳቸው እየተሯሯጡ ወደ እሳትና ሰይፍ ተሽቀዳደሙ:: ከተማዋም እየነደደችና ደም እየፈሰሰባት ለ40 ቀናት ቆየች:: ይሕንን የሰማው ቅዱሱ አፄ ካሌብም ደርሶ የተረፉትን ሲታደግ ፊንሐስን ከነ ወታደሮቹ አጥፍቶታል:: አምላከ አበው ወሰማዕት ጣዕመ ፍቅራቸውን: ክብራቸውን: ጸጋ በረከታቸውንም ይክፈለን:: #ኅዳር 26 ቀን የሚከበሩ ዓመታዊ የቅዱሳን በዓላት 1.አቡነ ኢየሱስ ሞዐ ዘሐይቅ 2.አቡነ ሃብተ ማርያም ንጹሕ 3.ቅዱሳን ሰማዕታተ ናግራን 4.ቅዱስ ሒሩት አረጋዊ 5.ቅዱሳን ቢላርያኖስ: ኪልቅያና ታቱስብያ (ሰማዕታት) 6.ቅዱስ ጐርጐርዮስ ዘደሴተ ሰንሲላ 7.ቅድስት ዮስቴና ቡርክት #ወርሐዊ በዓላት 1.ቅዱስ ቶማስ ሐዋርያ 2.ቅዱስ አቡነ ሰላማ ከሣቴ ብርሃን " እግዚአብሔር ፍርድን ይወድዳልና:: ቅዱሳኑንም አይጥላቸውምና:: ለዘለዓለምም ይጠብቃቸዋል. . . ጻድቃን ምድርን ይወርሳሉ:: በእርስዋም ለዘላለም ይኖራሉ:: የጻድቅ አፍ ጥበብን ያስተምራል:: አንደበቱም ፍርድን ይናገራል:: የአምላኩ ሕግ በልቡ ውስጥ ነው:: በእርምጃውም አይሰናከልም::" (መዝ. 36:28-31) ✞ ወስብሐት ለእግዚአብሔር ✞ ✞ ወለወላዲቱ ድንግል ✞ ✞ ወለመስቀሉ ክቡር አሜን ✞ ዝክረ ቅዱሳን 💚 @ortodoxmezmur 💚 💛 @ortodoxmezmur 💛 ❤️ @ortodoxmezmur ❤️
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.