cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Golee Media

t.me/Golemedia #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Golemedia

Більше
Рекламні дописи
251
Підписники
Немає даних24 години
-37 днів
+130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Wanti na dabre, naf hin uumamne. Wantii naf Uumame immoo nan dabru. T.me/golemedia. T.me/golemedia.
Показати все...
👍 1
Namni homaa hin qabne diina hin qabu. Namnii gara itti deemu hin beeknee wanti isa duuba deemee dubbatti isa harkisu hin jiru, deemsi kallattii fi galma hin qabne dadhabbii waan ta'ef. Hattuun nama harka duwwaa ykn kiisii duwwaa ta’e hin hordoftuu. Akkasuma diinonni namoota duwwaa ta’an hin hordofan, hin lolaan, hin ari'atan, yaa ta'u malee kayyoo warra qaban, ergama warra qabani fi itti waamama isaanitiif warra jiraatan osoo adda hin kutin yeroo hunda lolamu, ari'atamu, qoramu .... Ati isa kamiidha....? T.me/Golemedia join T.me/Golemedia join T.me/Golemedia join
Показати все...
Golee Media

t.me/Golemedia #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Golemedia

👍 4
Kabajamtoota hordoftoota miseensa channeli #Dargaggootaaf jedhu irraa gara Golee Media tti maqaan jijjiramuu isaa kabajaan isin hubachisna. Turtii gaarii #Golee media waliin.
Показати все...
Показати все...
Rose

You can contact @galee right away.

Deddeebitee na hasoofsiista Haalaan keessa jiruu .....🤦‍♀🤦‍♀ . . . T.me/dargaggoota T.me/dargaggoota
Показати все...
Dargaggtf (ለወጣቶች)

t.me/Dargaggoota #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Dargaggootaa

00:37
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Faarfannaa kana Ergaan dhageefachuu jalqabee guyyaa 4ffaa kooti quufuu hin dandeenye.
Показати все...
8.24 MB
👍 2
Hangafti dubbii Inni Hundumaarra Caalu isa kana ...👇👇👇 “Wanta dubbannu keessaa, "Nuyi angafa lubootaa isa bantii waaqaa keessatti, gara mirga teessoo Waaqayyoo surra-qabeessaa taa'e akkasii qabna" isa jedhutu hunduma irra caala.” — Ibr. 8:1 የማነጋገር ዋናው ይህ ነው....👇👇👇 “እንግዲህ የምንናገረው ዋናው ነገር ይህ ነው፤ በሰማያት በግርማው ዙፋን ቀኝ የተቀመጠ እንዲህ ያለ ሊቀ ካህናት አለን፤” — ዕብራውያን 8:1 T.me/dargaggoota T.me/dargaggoota
Показати все...
Dargaggtf (ለወጣቶች)

t.me/Dargaggoota #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Dargaggootaa

“Egaa inni qulqulleessu warri qulqulleeffamanis hundinuu kanuma abbaa tokkoo ti; sababii kanaaf inni qulqulleessu sun "Obboloota koo" jedhee isaan waamuu hin yeella'u.” — Ibr. 2:11 “ሰዎችን የሚቀድሰውና የሚቀደሱት ሰዎች ከአንድ ቤተ ሰብ ናቸው፤ ስለዚህ ኢየሱስ ወንድሞች ብሎ ሊጠራቸው ዐያፍርም፤” — ዕብራውያን 2:11 T.me/Dargaggoota join T.me/Dargaggoota join
Показати все...
Dargaggtf (ለወጣቶች)

t.me/Dargaggoota #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Dargaggootaa

Jaalala + Kabaja + Hubannoo + Dhifama = Gaa'ela gaarii jedhama. Itti naf himaa mee. T.me/dargaggoota T.me/dargaggoota
Показати все...
Dargaggtf (ለወጣቶች)

t.me/Dargaggoota #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Dargaggootaa

Bifa Namoonni bifa alaan babbareedan; karaa salphaan, yeroo barbaannetti, iddoo barbaannetti fi gatii rakasa ta’een argachu dandenya. Namoota keessa bareedan garuu gatii baasnee iyyuu argachuu hin dandeenyu. Isan qaaliidha. Kanaafidha Samu'el bifa ilaalee yeroo murteessuuf yaalu, Waaqayyoon immoo fuula bareedaa osoo hin taane laphee fokkisaa ijji namaa hin argine argee kan tuffatee dhiiseef. Waaqayyo waan yeroof mul’atutti osoo hin taane waan barootaaf hafee jiraatutti amane. Bifti fuula jijjiramuu danda'a eenyummaan keessa namaa garuu dhabbataadha. 1Sam 16:7 Baga bara 2016 gargaaramtanii guyyaa kana ittiin isin gahe. T.me/dargaggoota join T.me/dargaggoota join
Показати все...
Dargaggtf (ለወጣቶች)

t.me/Dargaggoota #kennaa #dandeettii #ogummaa channel irrattii maxxanfamudha. @Dargaggootaa

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.