cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

JIREENYA HAARAA

Dhugicha nii hubattu, dhugichis birmmaduu isin baasa Wangeela Yohannis 8:32. Yaada yoo qabattan @keeniiiii Toora YouTube keenyaa https://youtube.com/channel/UC0Uf5O-MpUidCH4q0QwXRUA

Більше
Рекламні дописи
2 226
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-1830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

እህታችን boni fikadu ( Bôñňÿ) ምን አይነት አደጋ ደረሰባት? በ oromiffaa የተለጠፈ ነበር። oromiffa ማንበብ የማይችሉ ሰዎች በአማርኛ ሁላችሁም ማንበብ ትችላላችሁ። #ቦንቱ_ፍቃዱ ትባላለች። የ 4 አመት ልጅ ሳለች አባቷ ታሞ ሞተ እናቷ በጣም አዘነች. እንደ መጠለያ የምትቆጥረውን ባለቤቷን አጣች። - ያለ ምንም እርዳታ የቦንቱ ፍቃዱን እና የቦኒ እህት ኢቢሴ ፍቃዱን ማሳደግ ቀጠለች። - በሰዎች ቤት በመስራት፣ ለሌሎች እንጀራ በማዘጋጀት እና ከቦታ ቦታ በመንቀሳቀስ ልጆቿን ለማሳደግ ጠንክራ ትሰራ ነበር። - ቦኒ ፍቃዱ ጠንካራ ተማሪ ሆነ። ሽልማቶችን ተቀብላ ትምህርቷን ከ1ኛ ክፍል እስከ 12ኛ ክፍል አጠናቃለች። ከብዙ ጥረት በኋላ ቦኒ ፍቃዱ በ2015 በፊንፊኔ ከሚገኘው #ኪያሜድ ዩኒቨርሲቲ በጤና ሳይንስ ተመርቃለች። - በተጨማሪም # EXIT_EXAM እና CoC የብቃት ማረጋገጫ ወስዳ በጥሩ ውጤት አልፋለች። ከዚያም ደስታዋን ከቤተሰቧ ጋር ለመካፈል ወደ Najjoo ከተማ ሄደች። እናቷ በደስታ ፈነዳች። “ተረጋጋሁ” አለችኝ። "ከእንግዲህ ያሳልፈኛል፣ ጭንቅላቴን ወደ ላይ ከፍ አድርጌአለሁ፣ የማንንም እጅ አልመለከትም" አለችኝ። ቦንቱ ከቤተሰቧ ጋር ለጥቂት ጊዜ ከቆየች በኋላ ከዛ ኮሌጅ ወረቀቷን ለመውሰድ ወደ ፊንፊኔ ተመልሳ መስራት ትመለሳለች። - ፊንፊኔ ደረሰች። ወደተከራየችው ቤት ለመድረስ ባጃጅ መያዝ አለባት።ቦንቱ ገብታ ተቀመጠች። የባጃጅ ሹፌር፣ ስለ ቦኒ ደህንነት ሳይሆን ስለ ገንዘቡ እያሰበ፣ ባጃጁ በከፍተኛ ፍጥነት አነሳው። ባጃጁ ዘሎ መሮጥ ጀመረ። ቦንቱ ወዲያው ተወርውራ አስፓልት ላይ በግንባሯ ወደቀች! እራሷን አጣች! ብርሃኗ እና የእናቷ በአንድ ጊዜ ጨለመ! - ይህ የሆነው ከሁለት ወራት በፊት ነው። ቦኒ ፍቃዱ አሁንም እራሷን አታውቅም። አቤት ሆስፒታል ትገኛለች። የህክምና ባለሙያዎች በጭንቅላት ቀዶ ህክምና እያከሙዋት ነው። ከ1 ወር በኋላ ዓይኖቿ ተከፈቱ። ግን አሁንም እራሷን አታውቅም! እናቷ ታለቅሳለች። “ብርሃን ያየሁት መስሎኝ ጨለመብኝ፣ እናም ተስፋዬ ቀዝቅዞ ነበር፣ እናም አልቻልኩም። ኃይሌንም ደክሜአለሁ። ለቦንቱ ሕክምና በቀን እስከ 10,000 ብር ያስፈልጋል። እናቷም ይህን ማድረግ አትችልም. የኛን እርዳታ ትፈልጋለች። የሚከተለው የባንክ አካውንት ቁጥር የቦንቱ እናት ነው። ቦንቱን ብቻዋን ወደ ባንክ ሄዳ ገንዘብ ስለማታወጣ የእናቷን መለያ መጠቀም ነበረባት። አዲሰን ታዬ አብዱሳ 1000381403867 የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ 01320447613000 አዋሽ ባንክ እባካችሁ ያለንን ለግሱና ይህችን ልጅ ከሞት አድኗት! እኚህን እናት ጠርተው ማበረታታት እና መጸለይ የምትችሉ ሁሉ! ስልክ ቁጥር፡ +251928421320 አመሰግናለሁ, እግዚአብሔር ከእንደዚህ አይነት አደጋ ያድንዎት! Channel kanatti makamuun dhimma boniif nu gargaara adaraa! 👇👇👇👇 https://t.me/bontufekaduf
Показати все...
Bontu fekaduf ha dirmannu!😭

Kallatti jirtan maraan bontu fekadu gargaaruuf waan isinirraa eegamu raawwadha! Lubbuu ishee du'a irraa ha baraarru adaraa!😭

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Adaraa namoonni as keessa jirtan waan kana na gargaara! Namoonni baay'een keessattuu abboonni keenya mucaa kana gargaaru dandahan waa’ee mucaa kanaa hin hubanne! Kana jechuun baay'een isaanii afaan oromoo dubbisuu hin dandahan! Kana yaadee waa’ee bontu afaan amariffaan maxxanse jira! Kanaaf hiriyoota keessaniif share godhaa! Fuula Facebook koo jala jira. Karaa kanaa namoota gurguddoo irraa waan gurguddaa argachu damdeenya! Hin dadhabinaa adaraa! Waaqa gaditti lubbuun boniif dhimmuu qabna! Karaa gabaaba alink kana seenuun share godhaa! Waliin taanee boniif ha dirmannu! 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100081134633981/posts/pfbid02CksMjgBiKchHTtd7ufd9cAFZHTRDg6a4YWXs5QyaAC5SXVZ7yMNGmj9wwkbmTRA8l/?app=fbl
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Adaraa namoonni as keessa jirtan waan kana na gargaara! Namoonni baay'een keessattuu abboonni keenya mucaa kana gargaaru dandahan waa’ee mucaa kanaa hin hubanne! Kana jechuun baay'een isaanii afaan oromoo dubbisuu hin dandahan! Kana yaadee waa’ee bontu afaan amariffaan maxxanse jira! Kanaaf hiriyoota keessaniif share godhaa! Fuula Facebook koo jala jira. Karaa kanaa namoota gurguddoo irraa waan gurguddaa argachu damdeenya! Hin dadhabinaa adaraa! Waaqa gaditti lubbuun boniif dhimmuu qabna! Karaa gabaaba alink kana seenuun share godhaa! Waliin taanee boniif ha dirmannu! 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100081134633981/posts/pfbid02CksMjgBiKchHTtd7ufd9cAFZHTRDg6a4YWXs5QyaAC5SXVZ7yMNGmj9wwkbmTRA8l/?app=fbl
Показати все...
Akka waan haadhoo kee taheetti yaadi mucaa kanaaf dhimmi adaraa! Maaloo share waliif godhaatii maatii kanaaf sagalee ta'aa Boontu Fiqaaduu maqaan fb ishee ( Bôñňÿ Sõùl Fłł ) jedhamti Abbaaf haadhasheetiif ilmoo Angafaa yemmuu taatu Boontuun magaala Najjoo keessatti dhalattee naanno umurii 3-4 gidduu utuu jirtuu Abbaaf haadhishee ammas Ilmoo lammataa mucaa durbaa tokko Eebbisee jedhamtu dabalatanii Abbaansaan dhukkubsatee utuu yaalamuu du'aan Addunyaa kanarraa boqote. Yeroo Abbaan ishee boqotu Umuriin Boontu sadiif Afur(3-4) gidduudha Eebbiseen isheen lammataammoo reefuma dhalatti turte. Sana booddee haati isaanii ijoolleeshee kana qofaa guddisuun dirqama itti ta'e,Gaafa jiru Abbaan ijoolleeshee hojjetee kan isaan jiraachisu gaafa Abbaan ijoolleeshee irraa du'u haadhi kun Godoo Qilxuun duraa jige taate,Jireenya Iyyummaa keessatti Abbaa malee ijoollee lama guddisuun hangam akka ulfaatu hin wallaaltan jedheen amana. Haa ta'uyyuu malee ijoolleeshee kana guddifachuuf dirqama waan dandeessu hojjechuu qabdi waan ta'eef Ijoolleeshee lamaan Akkoof Akaakaa isaanii jechuun Abbaaf haadha ishee bira keessee hojjettoota dhaabbata tokkoof nyaata qopheessitee waan argattuun ijoolleeshee guddifachuu jalqabde. Dhaabbanni kun gaafa hojii isaa bakka tokkoo xumuree bakka biraatti darbus isaanuma waliin biyyaa biyya deemtee Baadiyyaaf magaalaa,Gammoojjiif baddaa,Godinaa godinarra naannoftee hojjechuu itti fufte,Ijoolleensee kunis gaafa umuriinsaan barnootaaf ga'u mana barumsaa Eegalanii Boontuun barnoota isheetti baay'ee jabduuf kutaatii kutaatti gaafa dabartu Badhaasa fudhachaa barnoota Kutaa kudha lammaffaa xumurte,achii boodas Finfinnee dhuftee Yuniversiitii Kiyameedii irraa barnoota fayyaa barattee Bara 2015 ganna darbe Eebbifamtee COC illee dabartee Biyyatti galtee maatii ishee dubbistee Waraqaa ishee fudhachuuf Finfinneetti ol deebitee Baasii irraa buutee gara mana kireeffattee teessee barachaa turtetti dhaquuf Baajaajii kontoraata fudhattee utuu deemuuf jettuu Konkolaachisaan Baajaajii sanaa utuu isheen bakka geessee hin taa'in Baajaajii kaasnaan Asfaaltii irratti mataan kuftee Akka hin taane taate,Battaluma Hospitaala ABEET jedhamu kan Naannoo Yohaannis jirutti geessanii Buqqee mataa ishee baqaqsanii yaalii gochuufii Ega Eegalanii har'a ji'a lama caaleera isheen garuu hanga ammaatti of hin barin jirti ijashee qofaatu ji'a tokko booda baname. Hospitaalli kunis yeroo ammaa Dawwaa isheef barbaachisu qarshiin bituun dirqama maatiishee akka ta'e itti himan. Kiniiniii kunis tokkichisaa guyyaatti qarshii kuma kudhaniif isaa ol kan ta'edha kana gochuuf immoo humni haadha kanaa hin danda'u waan ta'eef "maaloo namumti namummaan isinitti dhagaa'amu waanuma dandeessaniin gargaaraati lubbuu Mucaa kanaa du'a naaf baraaraa"jettee isinitti himachuuf dirqamtee jirti. Lakkoofsi herrega Baankii as gubbaa jiru Addisee Taayyee Abdiisaa jedhu kan haadha Boontuuti. Sababnisaa bontun of dandeessee Bank deemtee qarshii hin baastu waan taheef kan haadha fayyadamuun dirqama tahe. 1000381403867 Baankii daldala Itoophiyaa 01320447613000 Baankii Awwaash Kunimmoo kan obboleetti bontuuti. Eebbisee Fiqaaduu jedhamti. CBE.    1000505020646 Awash  01320807280300 Dhimmi lubbuu nama hundaa ilaallata! Channel kanatti makamuun dhimma boniif nu gargaara adaraa! 👇👇👇👇 https://t.me/bontufekaduf https://t.me/bontufekaduf https://t.me/bontufekaduf
Показати все...
Bontu fekaduf ha dirmannu!😭

Kallatti jirtan maraan bontu fekadu gargaaruuf waan isinirraa eegamu raawwadha! Lubbuu ishee du'a irraa ha baraarru adaraa!😭

1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.