cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

جواز سفر الى الاخرة

channel kenyaa kana iraa waanto haraawa quran,hadith,gorsaa fi video Islamic argachuu ni dadessan join godhaa jzk💖💖💖👇👇👇 yaada qabanan @MilkiiBoruu @MilkiiBoruu

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
168
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Hordooftoota keenya kabajamoo Lokkoofsi Namoota YouTube #Subscribe keenyaa kuma 3000 gahe jira. Hedduu Galatoomaa Ammallee like Share godhun nu cinaa dhabbadhaa Anamtaa teenyaf haa Hojjanu jzk... 👉YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzS
Показати все...
Показати все...
3.57 MB
#Duula Nabiyyii kee ﷺ bari jedhu: Sagantaa Online Khamiisa dhufu godhamu Inshaa Allaah! Namuu Share godhaa! 🌺join🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Guyyaa Tokkoottu Jiraa, Guyyaa Ilmi Nama Hundi Rakkatee Rakkoon Ittii Jabaatee, Qixaaxa Rabbii Jala Lubbuu Isaa Baasuudhaaf Jacha Waywaatu, Guyyaa Haati Ilmoo Ofirraa Baqatu, Guyyaa Ilmoon Haadhaa Ofirraa Baqatu, Guyyaa Ilmi Nama Hundi Wal Irraa Baqatuu Guyyaa Jabduu Akkasii San Keessatti Nabiyyii Keenya Ashraful Khalqii ﷺ Qofaatu Ummata Kiyyaa, Ummata Kiyyaa, Ummata Kiyyaa Jechuun Ummata Isaaniitiif Booyu Subhaana Allaah! Yaa Ummata Muhammad ﷺ Nabiyyii Raahmataa, Gara-laafeessa Akkanaa Kana Hordofuu Keetti Booni. Nagayaa fi Raahmata Irrattii Dhangalaasi. Sallallaahu Aleeyhi Wassallam...
Показати все...
#الدكتور_حازم_شومان
Показати все...
6.65 MB
Aamiin
Показати все...
451902a03f39860d4e3193e4e235be14.m4a6.26 KB
Namni manaama keessa na arge dhugaa na arge sheyxaanni natti hin fakkaatu Jedhan Rasuulli Rabbii (S A W) FIDAAKA ABII WO UMMII yaa Rasuulallaah فداك أبي وأمي يا رسول الله صلى الله عليه وسلم عليه افضل الصلاة واتم التسليم Sallalaahu Alayhi wosallam irraa caalaa namaa irra garaa laafaa namaa irra bareedaa namaa yaa Rabbi nama Shafa'aa isaa argatu nu taasisi
Показати все...
#Seenaa_Dhugamatti_na_boochifte. Guyyaa takka haati mucaa takka garmalee dhibamtee turte..., achumaa "Yaa mucaa kiyya deemii dawaa naa barbaadi mee, dhukkubbiin natti hammaatee" jettee ergite. ➾Achumaan mucaanis caccabaa boo'aa fiigee dawaa barbaachaaf bira deeme..., garuu mucaan kuni dawaa barbaada haa deemuu malee mallaqa dawaa sanaan bitu hin qabu ture. Boodas harka isaa lamaan maratee, sababa hanqinna mallaqaatiif jecha akka dawaa bituu dadhabe itti himuuf gara mana isaa deebi'e. ➾Garuu waan garaa nama nyaataa...yeroo mana seenu haadha isaa kan osoo imimmaan ishee irra dhangala'u lubbuun keessaa baate argee😭 iyyaansa rifaatuu wahii iyye,..achumaa sagalee isaa gadi qabatee booyuu eegale. ➾Akka tasaa osoo boo'icharra jiru xalayaa wahii kan barreeffamni irra jiru moggaa isheetti arge, xalayichis akkana jedha; «𝚈𝚊𝚊 𝚚𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚔𝚘𝚘!, 𝚢𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚍𝚊𝚠𝚊𝚊 𝚗𝚊𝚊𝚏 𝚋𝚒𝚝𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎𝚎 𝚜𝚒 𝚎𝚛𝚐𝚞 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚊𝚝𝚒 𝚖𝚊𝚕𝚕𝚊𝚚𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚚𝚊𝚋𝚗𝚎 𝚠𝚊𝚕𝚕𝚊𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚘𝚜𝚘𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚝𝚊𝚊𝚗𝚎..., 𝚕𝚞𝚋𝚋𝚞𝚞𝚗 𝚔𝚘𝚘 q𝚊𝚛𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚞'𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚞𝚞𝚏, 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚢𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚕𝚞𝚋𝚋𝚞𝚞𝚗 𝚔𝚘𝚘 𝚗𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚊 𝚋𝚊𝚊𝚝𝚞 𝚊𝚝𝚒𝚜 𝚗𝚊 𝚊𝚛𝚐𝚒𝚝𝚎𝚎, 𝚗𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚊 𝚑𝚒𝚗 𝚍𝚞𝚞𝚗𝚎𝚎𝚏 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚊 𝚞𝚏𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒 𝚏𝚊𝚐𝚎𝚎𝚜𝚜𝚞𝚞 𝚋𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚎𝚎𝚝𝚒...., Y𝚊𝚊 𝚚𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚔𝚘𝚘!...𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚎𝚗𝚗𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚑𝚒𝚒 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚍𝚑𝚒𝚒𝚜𝚎𝚎 𝚍𝚎𝚎𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊...𝚒𝚗𝚗𝚒𝚜: "𝙰𝚗𝚒 𝙳𝚞𝚗𝚒𝚢𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙰𝚊𝚔𝚒𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒𝚜 𝚜𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚊𝚍𝚑𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊...» xalayaa jedhu barreessitee biraa deemte. #Yaa_gara_laafinna_haadhaa! Share👉@MilkiiBoruuu
Показати все...
Показати все...
Namticha Nabiyyii keenya S.A.W arrabseef hayyuun keenya Sheik Amiin Ibroo deebisaa quubsaa kannan

Follow me on telegram!

https://t.me/ALI_SUFIYAN

Follow me on Facebook!

https://www.facebook.com/alii.sufiyan

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.