cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dhalota Qubee

ABO, KFO,WBO,Qero Qofaatuu Ummata Oromoo bakka buu'a! yaada yoo qabatan asiin nuuf laachu dandeessu @Oromobot

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
202
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

#Erga_Ariifachiisa Nannaawa jirtan hundattii eegumsii of barari jedhuu kan WBOn labse . 1 .Manniin hidhaa naanawwaa keessan jiruu eegaa 2. Manniin Amantaa naannawa kessaan jiru eegaa.masjiidas fi bit kiristaanas. 3. Hospitaala fi manniin barnoota eaagaa . 4 .walittii bu'insaa nama dhuunfaas ta'e namootas ta'e dafaa jarsaan qabbaneessa . 5.walgeettani dhaabbachuuu irra uf qusadha. Naannawa lollii itt geeggeffamuu baatanii oil gad hin fiiginaa mana kessaan cufadhaa ta'aa . Waliif dabarsaa Sareen marattee nama ciniinti Qe'eekee tukfachuun heeraf seera umaamati.
Показати все...
“Intalli xiqqoon miseensa RIB booji’amte tun dhalattuu godina Booranaa aanaa Dubluq magaalaa Dubluq ganda 01 jiraachaa turte. Maqaan isii Xummee Liiban jedhamti.umriin isii Ganna 14. maatiin isii harka qaleeyyii waan ta'aniif mana nama dhuunfaa qacaramtee Buna Jabanaa danfistee gurgurtee mindaa diqqoo argattuun maatisii gargaarti ture. Boodarra kaadireen Bilxiginnaa sossobuun yoo Makkalakayaa deemte Mindaa gaariitu siif kafalama maatii kee birrii ergiteefi gargaarta jechuun sobanii gara waraanatti akka deemtu taasisan. Kunoo amma humnoota Tigraayiin booji'amtee jirti.” ~ Osman Bayu t.me/FerhanAbdulselam
Показати все...
Booranatt beellaan, Wallggaat rasaasaan waraanni duguuggaa Sanyii Oromoorraatti labsameera. Fakkaata Oromoo dammaqii Qeerroon dammaqaa #SHARE_JOIN_GODHA
Показати все...
Sabnii keenya kan wallgaa dhumaa jiruu Oromoo hin calisiin dammaqii #share_waliif_godhaa
Показати все...
Oromoo jirtuu Ijoolleen Jaal dawud jirtuu Ijoolleen Jaal Abdii jirtuu Ijoolleen Jaal Gammachuu jirtuu Ijoolleen Jaal Sanyii jirtuu Ijoolleen Jaal marroo jirtuu Ijoolleen Jaal maraara jirtuu Ijoolleen Jaal Jawar jirtuu Ijoolleen Jaal Baqqalaa jirtuu Ijoolleen Jaal hamza jirtuu Ijoolleen Jaal dajanee jirtuu Ijoolleen Oromoo hunduu jirtuu Ijoolleen Oromiyaa hunduu jirtuu #share_gochuun_waliif_qoodaa❤️💚❤️
Показати все...
Galgala kana sa'aa 3:30 irratti ajajaa ol aanaa ABO_WBO #Jaal_marroon media Guddicha addunyaa aljaziiraa irratti ibsa waan godhuuf hordofuu hin Dagatinaa. #share_join_waliif_godhaa
Показати все...
Channelin telegrama kun taamsaasa isaa bosona oromiyaa keessa godhatee odeeffannoo WBO irraa darbu ummata isaan gahuuf banamee yeroo xiqqoo keessatti hordooftoota hedduu horatee jira. Ammas share gochuun WBO bira haa dhaabannuu WBO haa jabeessinuu @daandii_marroo WBOn birmadummaa oromoof ❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️ WBO jabeessuun bilisummaa goonfachuudha
Показати все...
#Oduu_Gaddaa! Jaal Sanyii_Bakkalchaa, Qabsaa'aa gameessa Oromoo dacheen Amboo biqilchitee . Baroota dheertuuf moorummaa abbaa irree Darguutiin hidhamee, gidirfamaa ture. Darguun kufee, kan darguu caalu dhufe. TPLF yeroo Oromiyaa weeratru hireen Jaal Sanyii ammas mana hidhaatti darbamuu ta'e. Waggoota 10n 10n gidiraa arguun jireenyasaa guutuu hiraarsa diinaatiin mana hidhaatti dabarse. Qabsaa'aa dhugaa, nama Oromoof jiraate goota ture. Dhiigasaanii ijoollummaa hanga dargaggummaa, umurii maanguddummaatti Oromoof wareege. Jireenya mataa isaanii odoo hin filanne gadadoo saba isaanii arguu jibba, gadadoo jireenyaa qabsoo filate. Jaal Sanyiin Bakkalchaa har'a du'aan addunyaa kana irraa boqatuu isaa dhageenye. Gadda guddaa laphee nama cabsutu dha. Nama Oromoof jiraatu, qabsaa'aa gameessaa fi nama hubataa, jagna dhabuu caala wanti nama madeessu hin jiru. Galmeen seenaa gootota Oromoo si haa yaaddattu. Biyyoon sitti yaa salphattu .Jaallan, firootaa fi maatii keetiif jajjabinan hawwa. Onkoloolsessa 05/2021
Показати все...
Ammee: OMN saatalaayitii Yahsat 12476 H 27500 irratti ni argattu. Lixa Oromiyaatti akka uwwisa hin qabne ni hubanna. Kanaaf, guutuu Oromiyaattif uwwisa kan kennu irratti Guyyaa muraasa keessatti ni baana. Abdiin nu eegaa! Waliif dabarsaa! #share_join_godhaa_Oromoo
Показати все...
#WBOn Zoonii kibbaa Eebbisamtootni isaa haalaan ajaab'iba nama jechiisisaniiru. #share_gochuun_WBO_jabeessaa
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.