cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Borana Insiders

♦Share- @BoranaInsiders

Більше
Фінляндія1 053Мова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
1 830
Підписники
+124 години
-77 днів
-2130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Mootummaan naannoo Amaaraa waraana FAANNOO kha hidhatee lafa jeequutti jiruuf akka mootummaan Federaalaa reebee tarkaanfii fudhatu gaafate! @BoranaInsiders
Показати все...
Oduun eegee nutti aante akka ettutti godini Gujii Bahaa kha qara Adoolaatti godaana edhan amma yeroof Nageellee Booranaa keessa akka turu edhan. @BoranaInsiders
Показати все...
Oduu Oowwituu! --------------------------- Godinnii Boorana Bahaa hundaayee teessoon isaa magaala Nageellee Booranaa tahuun murtaa'e! @BoranaInsiders
Показати все...
Mannii maree naannoo Hararii Boorana bonii miidhee lubbuu baraaruuf birrii MILIYEENA 10 gumaachuuf murteesse! @BoranaInsiders
Показати все...
"Horii Booranaa 10% qofa dandamachiisuuf marra hidhaansaa MILIYEENA 4.4tti barbaachisa!" Jaarsoo Boruu Raroo (Bulchaa) Sunuu shallaggii ji'a sadii qofa. @BoranaInsiders
Показати все...
Boorannii akka jajjabaa jira. Deeggarsa wal irraa hin cinne barbaada. Bulchiinsii godinaa fi naannoo ammoo waan kana dhoffachuu fedha. Tanaaf xiyyeeffannaa silaa argachuu male dhabuutti jira. @BoranaInsiders
Показати все...
#ቦረና በኦሮሚያ ክልል፤ ቦረና ዞን በተራዘመ ድርቅ በርካታ የቤት እንስሳት አልቀው የሚላስ የሚቀመስ ያጡ ነዋሪዎችም ከድርቁ ጋር በተያያዘ መሞት መጀመራቸውን ነዋሪዎችን ዋቢ በማድረግ ዶቼ ቨለ ሬድዮ ዘግቧል። ቦረና ዞን የተራዘመው ድርቅ የአርሶ አደሮችን በሚሊየኖች የሚቆጠሩ የቀንድ እና የጋማ ከብቶቻቸውን በመግደል አስከፊነቱን የቀጠለ ሲሆን የሰዎችም ህይወት በድርቁ ሳቢያ እያለፈ ነው ተብሏል። በቦረና ዞን ተልተሌ ወረዳ ነዋሪው አርብቶ አደር ማሊቻ ሞሌ ከድርቁ ጋር በተያያዘ ሰዎች እየሞቱ ስለመሆኑ ለሬድዮ ጣቢያው እንዲህ ሲሉ ተናግረዋል ፦ " ... በድርቁ ሰው የከፋ ችግር ውስጥ ነው ያለው ። ያላቸው ከብቶች በግ እና ፍየል እንኳ ሳይቀር አልቀዋል። ጠብ ያለ ዝናብ ባለመኖሩ የሚወጣ እህል የለም። የሚሸጥ ከብት በሙሉ በድርቁ አልቀዋል። አሁን ሰው በችግሩ በሕይወት እስከማለፍ ደርሷል። የሚቀመስ በመጥፋቱ በዚሁ ዓመት ብቻ በዚህች ቀበሌያችን አራት ሰው የሚደርስ ተጎሳቅለው አልፈዋል ። " በደቡብ ኢትዮጵያ በተለያዩ አከባቢዎች በተለይም በኦሮሚያ ክልል ቦረና ዞን እና ሶማሌ ክልል ደቡባዊ ክፍሎች ድርቁ የከፋ መሆኑን ሬድዮ ጣቢያው ዘግቧል። ፎቶ ፦ ፋይል @tikvahethiopia
Показати все...
/delall
Показати все...
/delall
Показати все...
Godina Booranaa Aanaa Waacilee Ganda Weebitti kan dhalateefi barataa kutaa 8ffaa kan ta'e Aadan Huseen Diidaa rakkoo uummata naannoo isaa hubachuun waantota naannoo isaatti argaman kanneen akka dhoqqee Loonii, Ashaboo, shiboo elektirikaa, pilaastika fi sibiilota caccabaa walitti qabuun ibsaa hojjateera. Barataan umuriin isaa ganna 15 ta'e Aadan kalaqa isaa kanaan bakka dhaloota isaa kan taate Ganda Weebiif ibsaa gumaachuun abbootiin warraa 28 tajaajila ibsaa sa’aa 24 akka argatan taasisee jira. Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haasaa taasisaniin "namoonni akkanaa yoo baay'atan guddinna biyyaa keessatti gahee olaanaa qaba jechuun kalaqaan cinattis barnoota idileenis cimuun murteessaa ta'uu himaniiru. Gara fuulduraattis Mootummaan Naannoo Oromiyaa namoota dandeettii kalaqaa akkanaa qaban cinaa dhaabbachuun kan jajjabeessu ta'uu dubbataniiru. @tikvahethafaanoromoo
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.