cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

NEW ISLAM MEDIA

Waliif yaadun takka obboleessa khee garaa keyrii yaamuu wan taahef obbolewwan khe garaa garee tanaatti akka afertuu sin jeedha!. #Share 👇 join us @Badesashabab @Badesashabab @Badesashabab T.me/Islamtubes

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
131
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

@Badesashabab tiyya sii aferee ok by meery tee irra 😁❤️
Показати все...
MOWLANA.mp33.90 MB
Показати все...
Eergama kenyaa irraa mal beyna..? Saw😍❤️

* Namoota sadi {3} Yoomiyyuu Hin Irraanfatin!! 1, Namoota Gaafa Rakkoo Si Cinaa Dhaabbatan. 2, Namoota Gaafa Rakkoo Si Gatanii Si Biraa Deeman. 3, Namoota Rakkoo Keessa Si Seensisan. Jecha Kana SHERE Waliif Godha Jzk 🔴Baarakallahu Fiikum🍒
Показати все...
BULUUGHUL_MARAAM_HAAJI_ABDUL_QAADIR_KUTAA_1_FFAA_256kbps_cbr_.mp335.79 MB
Asseelamua aleyikum warhamatullhi wabaraakatu Yaa obooleyyaan kiyaa Muslimaa niyaa tenya rabbiif jecha haa quluqulleeffannu BULUUGHUL MARAAM Kutaa 1⃣ ffaa kan nu barsisuu sheeka Haaji Abdul qaadir umrii saanii rabbii nuf haa dheressuu Akka sin hidabarree bufadha dhagefadha 👇👇
Показати все...
''Aishaan (R.A) Nabiin Kan akkanaa Jedhaniin Dhagayee. Allahn akkan Rahamatadha. Rahamata Waa hunda kessatti Jallataa.'' (Bukhariifi Muslim) ------------------------------------------ Te..➣ @Badesashabab -------------------------------------------- ''አዒሻ (ረ.ዐ) እንዳስተላለፉት፦የአላህ መልዕክተኛ(ሰ.ዐ.ወ)እንዲህ ብለዋል፦"አላህ አዛኝ ነው።በሁሉምነገሮች ውስጥ እዝነትን ይወዳል። (ቡኻሪና ሙስሊም) ------------------------------------------ Te..➣ @Badesashabab --- ------------------------------------------ "Aisha (may Allah be pleased with her) narrated that the Messenger of Allah, may Allah bless him and grant him peace, said," Allah is Merciful. He loves mercy in all things.'' (Bukhari and Muslim) -------------------------------------------- Te..➣ @Badesashabab
Показати все...
Assalaamualeykum warahmatullaahi wabarakhaatu kabajmootata hirmaattoota dorgaadorgee islaama insha allah akkuma waada gallee turre arraantana moattoota dorgaadorgichaa kan isin beeksisnu taha. kanneen birootis hirmaannaa keessaniif guddaa isi galateffana. dorgaadorgee kana irratti irra baayyeen kessan 7 ol arkataniirtuu akkasumas kan cuftanis ni jirtu garuu isa dura deebiseef dursi kennama janneeti turree kanuumaafu warrii asii gaditti 1 - 3jiran kan cufan yemmu tahu garaagarumma yeroo isaan galchaniitin sadrkaa kennineefi jirra. . 🥇1, Amiira Ami . 🥈2,Hayutiina Ab . 🥉3,bukhaari Ahmad . 🏅🏅 4,Hanani . 🏅 5,sittiina fuad 🎉🎉CONGRATULATION MOATTOONNI🎉🎉 INSHA ALLAH KUNNIN BIRO KAN HIRMAATAN JAZAAKUMULLAHU KHEYRAN HIRMAANNA KESSANIIF AKKASUMAS WARRI MOATTANI MAQAAN KEESSAN ASII OLITTI ERAME GAMA KEESSAATIN @Badesashabab NU DUBBISA
Показати все...
​​Jaalala Teenya Haa Madaallu Sahaabaan tokko gara Ergamaa Rabbii ﷺ dhufee, “Yaa Ergamaa Rabbii Saa’aan sun (Qiyaamaan) yoom dhaabbatti?” jedhee gaafate. Nabiinis ﷺ “Maal qopheeffattee jirta?” jedhanii gaafiidhaan deebisaa kennaniif. Innis deebisee, “An wanti heddus qopheesse hin jiru. Salaata, soomanaa fi sadaqaanis hagas hunda guddaa miti. Garuu Rabbii fi Ergamaa isaa nin jaaladha” jedhee deebise. Ergamaan Rabbiitis ﷺ, “Ati warra jaalattu wajjiin taata” jedhaniin. Sahiih Bukhaarii, Kitaaba Adabaa, Hadiisa 6171 Hadiisa biraa keessatti ammoo Namni tokko mu’mina dhugaa jedhamuudhaaf Abbaa, haadha, ilmaan, qabeenyaa fi waan hunda caalaa Ergamaa Rabbii ﷺ jaalachu akka qabnu ibsamee jira. Kanaafuu nutis waan dachii kanarra jiru hunda caala, Nabii keenya jaalachuu qabna. Akka carraa ta’ee, yeroo ammaa kana jaalalli nuti Ergamaa Rabbiif qabnu jaalala biraatiin ukkaamfamaa jira fakkaata. Kun ammoo nu yaachisuu qaba. Dargaggoonni keenya hedduun isaanii karaa namoota islaamummaan ala jiranii filachuu jalqabanii jiran. Gam tokkoon gara Masjiidaa dhufuun dargaggoota keenyaa yoo nam gammachiisu, garuu akkaataan uffannaa, akkaataan rifeensa itti muratan, akkaataan dubbii isaaniitii fi kanneen biroo ammoo namoota biroo waliin wal fakkaachuun isaa daran nama yaaddeessa. Kanaafuu haga danda’ameen, Yoo Nabii keenya ni jaalanna jennee kan dubbannu taate, Moodeela isaan godhachuu qabna. Nabi Muhammadiin jaalachuu jechuun Rabbii isaan erge jaalachuu jechuudha. Rabbiin jaalachuun ammoo amantii isaa fi hordoftoota amantii isanii akka jaalannu nu taasisa. Mee waanuma hundaafuu jaalala Rabbiif, Ergamaa isaatiif, akkasumas islaamummaf qabnu waan tanaan haa madaallu • Yeroo Azaanni Masjiidaa godhamu, waan dalagaa jirru hunda dhaabnaa? Facebook, whatsapp… cufnaa? TV fi waan dhaggeeffataa jirru cufnaa? Akkuma azaanni godhameen gara masjiidaa deemnaa? • Haalli amma itti jirru (Uffannaan, deemsi, dubbiin, wanti jaalannuu fi jibbinu), Waan ergamaan Rabbii ﷺ nu ajajaniin wal fakkaataa? • Yeroo keenya hedduminaan Ibaadaaf kenninee jirra moo fedhinnaa dhuunfaa keennaaf kennine? • Muslimoota hunda ni jaalanna moo ni jibbina? Isaan gargaarra moo isaan mina? Rakkinni ummata Suuriyaa, Falasxiinii, Burmaa, Yaman fi kanneen biroo nutti dhagahamaa? • Yeroo islaamummaa irra miidhaan takka gahu ni rifannaa, ni dallannaa? • Hedduminaan kitaabban islaamummaa dubbisna moo, kitaaba islaamummaan alas (Asoosama jaalalaa) dubbisna? • Qalbiin teenya Masjiidatti rarraatii? Yeroo Azaanni godhamu gammachuun gara masjiidaa deemtii? • Sa’aatii qabnu, qabeenyaa fi fayyaa qabnu tana Rabbii fi Ergamaa isaatiif kennuuf qophoofnee jirraa? Kunnuun wantoota muraasa. Mee hundaafuu of haa gaafannu. Deebisaa kanniin hundaaf wanti arganne gad aanaa yoo taate, daddafnee ammuma karatti deebi’uu qabna. Yoo bareeda taate ammoo jabeessinee daran caaltuu hojjachuuf tattaaffachuu qabna. Waan hunda keessatti Rabbii keenya gargaarsa isaa gaafachuu hin dagatinaa. Rabbi waan hunda nuuf haa laaffisu T.me/Badesashabab
Показати все...
NEW ISLAM MEDIA

Waliif yaadun takka obboleessa khee garaa keyrii yaamuu wan taahef obbolewwan khe garaa garee tanaatti akka afertuu sin jeedha!. #Share 👇 join us @Badesashabab @Badesashabab @Badesashabab T.me/Islamtubes

AS WR WB JAALLATAMOO FI KABAJAMOO OBBOLAWWAN KIYYA INSHAA ALLAAH AKKA FEEDHII KESSANIITI FI FILANNOO KEESSANIITIN GAAFII FII DEEBI BADHAASA ISINIIF QOPHEESINEETI JIRRA TOKKOO TOKKOON KEESSANIS VOTE MAALIF AKKA HIN GODHIIN BEEKU HIN DANDEENYE☺️... TARII MAAL AKKA TAHE ISNIIF HIN GALLE TAHA HHH😅..
Показати все...
🎙የረሱልﷺ ዱንያ ላይ የመጨረሻ ንግግር ⏳ቆይታ ll══❥ 3:20 ❥══ll 💽 መጠን ll══❥ 1.3Mb ❥══ll ዘፈን እና ቀልድ ቢሆን ኖሮ ለመስማት እና ለሌሎች ሼር ለማድረግ በሮጥን ነበር። እስኪ የሀቢቡና ሙሀመድﷺን የመጨረሻ ንግግር#ሼር በማድረግ ለሁሉም እናድርስ። JOIN😢👇👌 @Maherzain123 @Maherzain123 @Maherzain123
Показати все...
1.32 MB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.